𝐋𝐢𝐛𝐫𝐚𝐫𝐲 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚📚📖📘📕📚🌹🌹ᵏᵃⁿᵃ ʰᵒᵒ ᵈᵘᵇᵇⁱˢᵗᵉᵉ??
11.6K subscribers
464 photos
46 videos
180 files
817 links
لَا نُرِيدُ مِنكُمْ جَزَآءً وَلَا شُكُورًا
🌐 Channel kana irraa👇
📚 Kitaabban
🎵 Nashiidaa haaraya
😁 Kolfaaf
✍️Kana Beektuu?..ni Argattu
📲 Yaadaaf @Library_Islaamaabot
📲 Buy Ad:https://telega.io/@Library_Islaamaa
📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚
Download Telegram
Ibsa gaddaa😭😭😭

Gaaddisa artii Oromoo, falmaa bilisummaa fi wal qixxummaa dhala namaa kan ta'e Dr. Artiist Alii Birraa du'aan boqochuun ummata Itoophiyaa maraaf addatti ammoo ummata Oromoof gadda ulfaataadha.

Alii Birraa guddina artii Oromoo qofa otoo hin taane kallattii guddina siyaas-diinagdeefi hawaasummaa ummata Oromoo akeekuun injifannoo ummanni keenya har'a gonfateef nama gumaachaa qaalii taasisedha. Gumaacha Dr. Artiist Alii Birraa taasise dhaloonni bara baraan yaadata.

Dr. Artiist Alii Birraa nama artiif amanamee ummataaf jiraate waan ta'eef sirboonni isaa Itoophiyaa biratti jaalala, sadarkaa idil addunyaatti ammoo dinqisifannaa guddaa argachuu danda'aniiru.

Mootummaan Naannoo Oromiyaa Dr. Kabajaa Alii Birraaf Jannata ummata Oromoo, dinqisifattootaafi maatii isaatiif ammoo jajjabina hawwaa Sirna geggeessaa goota tokkoof raawwachuudhaaf Koreen Biiroo Aadaafi Turiizimii Oromiyaan hogganamu hojiitti galee jira.
Rabbi siif haa araaramu🤲🤲🤲🤲
#tikvahethafaanoromoo
👍11
Forwarded from OROMIABOT
Qara fagoo iamltee waan barbaaddu argachuun hafeera kunoo waan isin barbaaddan qabannee dhiyaanneerra Join qofa gochuun nu faana tahaa!
👍3
Oduu Gammachiisaa😊
👏👏👏👏👏👏👏👏
Facebook Account keessan gara #page jijjiiruun akka danda'amu quba qabduu??🤔🤔🤔🤔

Akkamitti akkaJijjiiramu beekuuf linkii gadii kanaan seenaa dubbisaa🙏🙏🙏
👇👇👇👇
https://t.me/joinchat/AAAAAExkjFc1rEMDqSpL4g
https://t.me/joinchat/AAAAAExkjFc1rEMDqSpL4g
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
👏3😁1
Akkamitti Facebook keenya gara #Page geeddaruu dandeenya ??🤔🤔

#Step 1 Google chrome seentani facebook galtu
#Step 2 profile keessan keessa galtanii #Edit_bottum kan jedhu fuuldura tuqa sadii (...) sana tuqi
#Step 3 Turn on professional mode kan jedhu tuqi achi booda #done godhi
Dhumateera!!🙏🙏🙏
Amma friend ati qabdu hunduu gara #follower si jijjirama jechuudha😁

♻️Akka dhuunfaa kiyyatti waan kana akkamitti akkan jijjiiru hedduun yaadaa ture garuu naan milkoofne.Alhamdulillah amma garuu #facebook waan kana qabatee nuu dhufeera😁.
galatoomaa jennaan!!!

لَا نُرِيدُ مِنكُمْ جَزَآءً وَلَا شُكُورًا
🌐 Channel kana irraa👇
📚 Kitaabban
🎵 Nashiidaa haaraya
😁 Kolfaaf
✍️Kana Beektuu?..ni Argattu

📲 Yaadaaf @Library_Islaamaabot
📲 Join gochuuf https://t.me/joinchat/AAAAAExkjFc1rEMDqSpL4g
📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚
👍3
Forwarded from AL-IHSAAN (ஜ۩۩ஜ IBN DAAWUDஜ۩۩ஜ)
Namni Salaata #SUBHII salaate tika rabbii keessa jira
Ergamaa Rabbii S.A.W

@Ehsan_tube
🤔#KANA_BEEKTUU🤔
🌴🌴🌴🌴🌴🌴🌴🌴🌴
Ilmi namaa  ija isaa banatee axxiffachuu hin danda’u,
utuu ni danda’a ta’ee iji isaa keessaa ba’a ture😊

An siif hime😳 ija banaa godheen axxiffadha yoo jette ija kee lafatti agarta😂
Ahaaa amma yaadadhe ija maaliitiin lafatti agartaayyuree namatu dhufee laffatti arga😂😂😂😂😂😂😂

#𝙟𝙤𝙞𝙣 𝙜𝙤𝙙𝙝𝙞𝙠𝙖👇👇

https://t.me/joinchat/AAAAAExkjFc1rEMDqSpL4g
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
😁7👍2
Jum'aa milkaa'inaa

Kabajaamtoota fi jalatamtoota hordooftoota chanaalii keenyaa baga guyya jum'aa  guyya keeri kanaan isin gahee.

Sunnawwan guyya jum'aa
☆Qaama dhiqachuu
☆Qeensa qoraachuu
☆shitto(Urgeefatuu)👉Dhiira qoofaaf
☆Yeeroon gara masjida deemu
☆suraa Alkhahaf qara'uu
☆Ergama Rabbii irratti salawaata heedumeessuu
☆Uffata bareedaa uffatuu
☆Du'aa'ii hedduummeessuu
☆Sadaqaa(keennaa)heddummeessuu


Walumaa galattii wantoota kheerii heedumeessuu wantoota hamoo (Sharrii)irra fagachuun jum'aa keenya dabarsinuu!!!!!!!!!!!

Guyyaa jum'aa Kanaan rabbiin biyya keenya fi ummata keenyaaf nagaa nuuf Haa buusu jedhaatoo  du'aa'ii godhaa
NagaapeaceSalam


Galatoomaa hundi ilmaan Muslimaa



https://t.me/joinchat/AAAAAExkjFc1rEMDqSpL4g
👍2
Miila kaayyoo

Miilli kaayyoof imalu
Hin dhaabbatu gonkumaa
Galmasaa gahuuf kaataa
Ni deema bara kumaa

Jette jetteen namaa
Imalasaa hin danquu
Kutannoodhaan adeema
Karaasaarraa hin maquu

Bu'aa bahii jireenya
Hundumasaa dandahee
jijjiiramaaf hojjatta
Ofin abaaru taahee!

Rakkoof bal'oo kamiinuu
Galmeeffatee qabatee
Barnoota irraa fudhata
Ba'aa hunduma baatee

Rabbiin gooftaan Aalamaa
Inni beeku waan maluu
Miila keenya haa godhu
Miila kaayyoof imaluu.
♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️

♻️Via RD
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️

Library_Islaamaa
Library_Islaamaa

📚📚📚📚📚📚📚
👍3
L‌i‌q‌i‌m‌s‌a‌a‌ u‌t‌u‌m‌a‌ h‌a‌d‌h‌a‌a‌w‌u‌u‌ bor hin beekne akkan jenneef!!!!!

Rifeensa Firiiz Cirachuun Haraami Moo Halaali ?
••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••

Cinaa Rifeensaa Muranii Cinaa Isaa Dhiisuun. Haraamummaa Isaa
Akka Hadiisa Rasuula S.A.W. Irraa Nu Gahetti Ni Ibsa.
Abdallaah ibni umar (R.A) akkana je'a. "Ergamaan Rabbii S.A.W.
(QAzA'A) Irraa dhorganiiru. " abdallahn . Nama naafi' je'amu tokkoon
(Qaza'a ) jechuun maali je'een. "Qaza'a jechuun cinaa rifeensaa
haadanii cinaa isaa dhiisuudha" je'e.) bukaari muslimtu galmeesse.
Inni kun bifa afuritti qoodama.
1. Cinaa lamaan ciruu.
2. Qixxee isaa haadanii cinaa lamaan dhiisuu.
3. Jala mataa hunda haadee tulleessee dhiisuu.
4. Akkuma uumaa rifeensaatti dhiisee maranii guduunfuudha
.
Kitaaba >>TUHFATUL MAWDUUD BI AHKAAMIL MAYLUUD<<< je'amu
laali.
akka maruuziin je'etti. Akkasitti dhiisanii maruun dalagaa amantii
fokkattuu ibidda gabbartu. Tan "Majuusii" je'amtuuti.
Ammoo namni tuuta takkatti fakkaate jarumarraahi je'an Nabi S.A.W.
Je'e. Kitaaba "MUGNII" je'amu laali.
Rasuulli S.A.W Sabiyyii/Daa'ima takka kan cinaan mataa haadamee cinaan mataa irratti dhiifame arganii Akkas jedhan'" Takaa cufuma dhiisaa takkaa cufuma haadaa jedhan "
✓Ammas ulamaan akkas jedhan namni garii haadee garii dhiisu haqa mataasaa balleessa jira jedhan kanaaf yaa obboleessa kiyyaa hammam jiraanuuf rasuuula s.a. faallessinaa???

Yaa Rabbi nu qajeechi nama irraa fayyadamu nu godhi!!!
👍3
Hin jedhinaa maaloo
''Yaa mooti muuziqaa''
Waan jettuunii yoo dhabde
Jedhi ''falmataa haqaa''

Aliin hoo #towbateera
Deebi'ee gama rabbii
Nuti maaliif goonaree
Lubbuusaa nama zanbii😭

Waan darbe hojiisaarraa
Erga gaabbee deebihee
Uumaasaatti harka kenne
Qalbii Qulqulluun deeme

Innootii milkii gaariin
Godaanee deeme asii
Gariisaa yoo dubbanne
Nu gafaachiisaa baasi?

Hamaasaa hin haasofnuu
Osoo gaariinsaa jiruu
''masjiida ijaarsisuu isaas
Dubbadhuka yaa tiruu

Islaamummaan ni dhorgaa
Du'aa cubbamaa gochuu
Hamiitti lakkaawama
Kana hubachuu qabdu👌

Muslimni duruu beeka
Muuziqaan hojii hamaa
Rabbirraa si fageessaa
Inni silaa #haraamaa

Nama towbaa deebiheen
Muuziqanyaan jedhinaa
Keessummaa rabbi guddaa
Cubbamaa hin godhinaa

Aliin Aalii keenya
Fira isa gaafa cinqii
Qabriisaa haa ballisuuf
Hin argin qabaan qabrii

Mee Rabbi kadhaafii
Akka araaramuuf
Azaaba jahannam
Akka baraaramuu

Yaa uumaa dachii samii
Qabriisaa ballisiifi
Hin argin tasa naasuun
Jennata kee kenniifii
Guyyaa du'arraa kaaftuu
😭😭😭😭

Aaamiin aamiin 🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
#Via RD
👍8
Sheekni Hospitaalatti gaafachuu dhaqnaan utuu hedduu dhukkubuu ''Fuula rabbii duratti akka wajjin dhaabbannuuf suura wajjin kaana jedhe'' isaanii wajjin suuraa kana kahe.😭😭😭😭
🔥71👍1
اَلسَّلَامُ عَلَيْكُمْ وَرَحْمَةُ اللّٰـهِ وَبَرَكاتُهُ‎🤝
Waan Aja'ibati obsaan dubbisa.

Maqaan #Muhammad jadhu biyya teenya itiyoophiyaa yokiin oromiyaa keessatti maal fakkaata sadarkaa meeqaffaa irra jira
‼️‼️‼️‼️‼️‼️‼️‼️‼️‼️‼️‼️‼️‼️‼️‼️‼️‼️

Maqaan #Muhammad jadhamu biyya gurguddoo
akka #Noorwey, #Faransaay, #Israail, #ixaaliyaafii
akkasuma biyya jibbaa islaamummaatiin guutamte hedduu keessatti maqaa  dhiiraa kaeessaa sadarkaa tokkoffaa irra jira.

biyya teenya #itiyoophiyaa yokiin oromiyaa keessattihoo sadarkaa meeqaffaa irra jira?

ji'a dabre keessatti nama meeqaatu Maqaa Muhammad jadhu baafate?

Ragaalee sadeen kana qofa sirritti narraa hubadhaa:

Ragaan tokkoffaan:
Nabi Muhammad ﷺ Maqaan isaanii  akka ol fuudhame rabbiin quraana keessatti ifoomse.(ورفعنا لك ذكرك)
Maqaa kee duniyaafii aakhiratti olfuune jadhee.

Ragaan lammaffaan:
Maqaan rabbii dubbatamnaan kan nabiyyii ﷺ waliin dubbatama,
islaamummatti maqaa isaanii dubbatuuni seenama, azaana, iqaamaa,  salaata, kuxbaa, du,aa'ii, salawaataafii iddoolee biroottiis nidubbatama.

Ragaan sadaffaa:
akka gaazixanyoonni adduniyaa hedduun dubbatanitti   maqaan Muhammad jadhu
akka addunyaatti  irra beekkama  maqaa tahee galmeeffameeti jira
FKN  biyya #Ijibtii (masri) qofa keessatti namni maqaa Muhammad jadhuun waamamu nama miliyoona 15 oli.

Dhugaan jirtu kanuma, bishaan irratti dhugi, dirqumaan gadi liqimsi.
#Sheersheer godhaa walbiraan gayaa.

Waan dubbiiftaniif Galatooma.

t.me/Faayaislamummaa
@Umar_Ali
13👍4🤔1
Barnoota Islaamaa.pdf
1.3 MB
〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️

Kitaaba bareedaa fi Ajaaibsiisaa barnoota Shari'aa Islaamaa gabaabinaan qabu  kana  buusaa dubbisaa sin darbin👌👌
Maasha Allah kitaaba isin itti gammaddu jedhee an amaanuudha.🙏
baarakallah

🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇🍇
📚📚📚📚📚📚📚📚📚
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
Yaadaaf 👉 @Library_Islaamaabot 

Channel keenyaatti makamuuf👇👇 
        @Library_Islaamaa
        @Library_Islaamaa
👍71
#Maasha Allah Hedduu nama gammachiisa🙏
👍👍👍👍👍
Qatar seenaa dalayde, thapni addunyaa yeroo qophaahu bakka dhugaatiin alcoholitin beekama taus barana qaxar dhoorkaa goote
***
Dirreewwan Kubba
a miilaa taphni Waancaa Addunyaa itti adeemsifamu hunda keessatti biraas ta’ee dhugaatiin alkoolii kamiiyyuu akka dhorkame Kaataar beeksiste.

Kana dura iddoowwan muraasatti hordoffiidhan dhugaatiin alkoolii eeyyamamuu danda’a jedhamee turus, amma garuu gonkumaa akka dhorkame beekame.

Dhimma kana ilaalchisee qaama kubbaa addunyaa bulchu (FIFA) fi Kaataar jidduutti waligalteeraa gahamee jira.
👇👇👇👇
@Library_Islaamaa
👍71
Haga ammaatti wanni biyyi Qatar hojjatte:
Daa'iin beekkamaan Dr Zakir Naik tapha kubbaa miilaa irratti Akka hirmaatu gootee jirti.

Stadiuma keessatti sagaleen Muuziqaa Akka hin dhagayamne gootee jirti!

Yeroo salaataatti taphas tahee hojiin kamuu Akka dhaabbatu gootee jirti!

Azaanni salaata hundarratti Stadiuma keessatti Akka dhagayamuuf sagalee guddiftuu (Micerphone) hiitee jirti!

Xayyaarri garee biyyooleeysa German fuudhee balali'aa ture Akka biyya Qaxar hin seenne dhoorkameera. Sababnis Xayyaaricha irratti alaabaan saala walfakkaataa (homosexually) waan maxxanfameef ture!

Biyyattii keessatti dhugaatii Haraam tahe kamuu Akka hin dhugamne gootee jirti!

Hunda caalaa Kan sitti Tolu sagantaan jalqaba Quraana Rabbiitiin Akka banamu gootee jirti!

Allaahu Akbar!
Allaahu Akbar!
Allaahu Akbar!
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
8😁4👍2👏1
Allahu Akbar!!😁😁
🙏🙏🙏🙏
✍️Namoonni afuran kunneen harka Dr. #Zakir Naik irratti Shahaadaa qabachuun daqiiqaa muraasa dura obbaleeyyan keessan Kan Islaamaa tahaniiru.
Maaliin simmattan?!

@DrZakirNaikAfaanOrom
36🥰1
Qatar could not win the match but won the hearts of the world

Qatar dorgommii kana injifachuu dadhabdus #onnee addunyaa injifatteetti. Alhamdulillah.
❤️❤️❤️🇶🇦🇶🇦
#FIFAWorldCup #qatar
👍4