๐‹๐ข๐›๐ซ๐š๐ซ๐ฒ ๐ˆ๐ฌ๐ฅ๐š๐š๐ฆ๐š๐š๐Ÿ“š๐Ÿ“–๐Ÿ“˜๐Ÿ“•๐Ÿ“š๐ŸŒน๐ŸŒนแตแตƒโฟแตƒ สฐแต’แต’ แตˆแต˜แต‡แต‡โฑหขแต—แต‰แต‰??
11.5K subscribers
468 photos
46 videos
180 files
833 links
ู„ูŽุง ู†ูุฑููŠุฏู ู…ูู†ูƒูู…ู’ ุฌูŽุฒูŽุงู“ุกู‹ ูˆูŽู„ูŽุง ุดููƒููˆุฑู‹ุง
๐ŸŒ Channel kana irraa๐Ÿ‘‡
๐Ÿ“š Kitaabban
๐ŸŽต Nashiidaa haaraya
๐Ÿ˜ Kolfaaf
โœ๏ธKana Beektuu?..ni Argattu
๐Ÿ“ฒ Yaadaaf @Library_Islaamaabot
๐Ÿ“ฒ Buy Ad:https://telega.io/@Library_Islaamaa
๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
Download Telegram
Asoosama Islaamaa
Hawaaja 2ffa
Asoosama islaamaa kutaa 2ffaa
Ittin bohaaraa irras baradhaa join share godhaa!
Kutaa1ffaa argachuuf๐Ÿ‘‰https://t.me/Library_Islaamaa/84

Yaadaaf๐Ÿ‘‰ @Library_Islaamaabot
Itti dabalami ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜๐ŸŒธ
๐ŸŒธ ๐ŸŒบ @Library_Islaamaa @Library_Islaamaa ๐ŸŒธ
โ˜˜ ๐ŸŒท
๐ŸŒธ๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜
๐ค๐จ๐ฅ๐Ÿ๐š๐š๐ง ๐๐ก๐ฎ๐ฆ๐ง๐ž๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚

HirribanDhabe

Namicha tokkotu hirriba dhabuun rakkate.Rakkoo
guddaaf yommuu saaxilamu gara ogeessa xiinsammuu
deemee mariisisuuf murteesse.Ogeessi xiinsammuus
rakkoo isaa haalaan erga dhaggeeffatee boodayaada
furmaataa kenneef."Galgalautuu hin rafiin dura qaama
kee dhiqadhu.Nyaata garaatti hin ulfaanne nyaadhu.Isa
booda ciisi.Ija kee walirra buufadhu.Ganama erga
hirribaa kaatee hamma galgalaatti wantota hojjette
hundumaa duraa duubaan yaadadhu.Utuma yaadachaa
jirtuu hirribni sifudhatee sokkaa!"jedhe.
Namichis gorsa hayyuu sanaa fudhatee eegale.Galgala
akkuma inni jedhe godhe.Ganamaa eegalee wantota
hojjechaa oole yaadachuutti ka'e."Ganama ka'een mana
fincaanii deeme.Fuula koon dhiqadhe.Cireen nyaadhe.Waajjira
koon deeme.
Abbootii dhimmaa
keessummeessaan oole.Sa'atiin laaqanaa yoo ga'u laaqana
nyaachuufan hoteela deeme.Kalaankala tokko ajajadheen
nyaadhe.Qarshiin kenneef..."erga jedhee booda sagalee ol
kaasee iyye."Uu..uu...uu!๐Ÿ™†๐Ÿ™†๐Ÿ™†๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚Edaa qarshii abbaa dhibbaa itti
kennee deebii hin fudhatiinan hafe.Nan irraanfadhe jedhe ๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚ irra argachuutti dhabe๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚
Kolfitee dhiiftaa tuqikaa man ๐Ÿ‘ ๐Ÿ‘
Kolfaan bohaaruuf๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
๐Ÿ‘5
Ulaagaalee,Arkaanaafi dirqamoota salaataa.pdf
675.4 KB
โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
Obboleewwaan kiyyaa yoo #salaanni tole hojiin namaa tola salaata keenya haa tikfannuu !!!
Dubbisa gaarii
๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€
Yaadaaf ๐Ÿ‘‰ @Library_Islaamaabot

Channel keenyaatti makamuuf๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
JaappaaniifiAfaanIngilizii

Pirezidaanti Baaraak Obaamaan Galma Mootummaa
Amerikaa(WhiteHouse)ttimuummicha Ministeeraa
biyya Jaappaan simatanii turan.Muummichi Ministeeraa
sun Afaan Ingilizii waan hin beekneef namoota afaan
hiikantu barbaachisu.Haata'u malee,yoo xiqqaate akka
inni ittiin nagaa gaafatuuf leenjii gabaabaan kennameef.
Afaan Ingiliziidhaan erga Obaamaa nagaa gaafatee booda
isa itti aanu immoo turjumaanaan waliif galu.
Leenjiin kennameef akkanature:
Jalqaba yommuu Obaamaa argitu:"Howareyou?(Akkam
jirta?)"jetta.Inniimmoo,"I amfine,howareyou?"siin
jedha.Isa booda,"Mee too!(Anisakkasuma!"jedhi
jedhanYeroon wal arguu ga'ee jarri lachuu waldubbisuu eegalan:
๐Ÿ‘‰MuummichaMinisteeraa:Who areYou?๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚(Atieenyu?"
(Harkaa badde๐Ÿ˜œ๐Ÿ™ˆ๐Ÿ™ˆ๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚)
๐Ÿ‘‰Obaamaa:(Xiqqoo bitaa itti galee) I am Mishel's husband!
(Ani abbaa manaa Miisheli!)

๐Ÿ‘‰Muummicha Ministeeraa:Me too!(Anis akkasuma!)๐Ÿ˜ณ๐Ÿ˜œ๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚ Uuu garaa koo ayi Engliffattii kanaa nama salphifti๐Ÿ˜‚๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘
๐Ÿ‘3๐Ÿ˜1
DUBBII DHUGAA.pdf
249.4 KB
๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜
Kitaaba bareeda dubbii dhugaa siyaasa Ethiopia kana buusaa dubbisaa1ffaabahunyknaverejjiiolaanaafid
โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐ŸŒน
๐Ÿ“ฒ Yaadaaf @Library_Islaamaabot
๐Ÿ“ฒ Join gochuuf https://t.me/joinchat/AAAAAExkjFc1rEMDqSpL4g
๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
๐Ÿ‘1
Walalo
Maammee Haaji
๐Ÿ•Œ๐Ÿ•Œ๐Ÿ•Œ๐Ÿ•Œ๐Ÿ•Œ๐Ÿ•Œ๐Ÿ•Œ๐Ÿ•Œ๐Ÿ•Œ

Walaloo bareedaa kanaan bohaaraa!!!.
โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน

ู„ูŽุง ู†ูุฑููŠุฏู ู…ูู†ูƒูู…ู’ ุฌูŽุฒูŽุงู“ุกู‹ ูˆูŽู„ูŽุง ุดููƒููˆุฑู‹ุง
๐ŸŒ Channel kana irraa๐Ÿ‘‡
๐Ÿ“š Kitaabban
๐ŸŽต Nashiidaa haaraya
๐Ÿ˜ Kolfaaf
โœ๏ธKana Beektuu?..ni Argattu

๐Ÿ“ฒ Yaadaaf @Library_Islaamaabot
๐Ÿ“ฒ Join gochuuf https://t.me/joinchat/AAAAAExkjFc1rEMDqSpL4g
๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
Ajaa'iba kana beektuu???


โœ…111,111,111ร—111,1111,111
=12,345,678,9987,654,321!
โœ…1089ร—9=9801taโ€™a.
โœ…21978ร—4=87912taโ€™a.
โœ…Laakkofsi kophxii(prime) guddaan hanga ammaatti argame dijiitii miiliyoona 22 ol
qaba.
โœ…Laakkofsi kamuu 9n baayโ€™atee buโ€™aa isa dhufe sana yoo walitti edaanu 9 dhufa.๐Ÿ‘Œ๐Ÿ˜
Fkn.9ร—2=18--->1+8=9
9ร—4=36---->3+6=9

๐Ÿ‘ŒAkeekkachiisa la kkoofsi.Akka111ร—9=999---->9+9+9=27garuu ammas itti fufuun 2+7=9

Kan biraa immoo 1+1=2 ๐Ÿ˜๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚

Yoo itti gammaddan like ๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘
๐Ÿ‘1
๐ŸŽ๐ŸŽ๐ŸŽ๐ŸŽ๐ŸŽ๐ŸŽ๐ŸŽ๐ŸŽ๐ŸŽ๐ŸŽ๐Ÿ๐Ÿ๐Ÿ๐Ÿ๐Ÿ๐Ÿ๐Ÿ๐Ÿ๐Ÿ๐Ÿ

Hayyuun tokko akkas jedhe

"That is good book which opened with expectation and closed in profit" means that!

Kitaabbi gaariin kitaaba Abdiidhaan banamee ๐Ÿ“– bu'aadhaan cufamuudha! ๐Ÿ“š

๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…
Namni kamiyyuu utuu hidhiisaa walitti hin buusin qubee "M" jechuu hin dandahu!



Ilaa Gowwaa mokkoraa jira jechuudhaaf dhiisi maan jechuu hin dandeessuu like tuqi๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚
๐Ÿ‘3
Hadiisa filatamaa.pdf
980.8 KB
โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š

๐Ÿ‘‰ Kana hoo dubbistee? hadiisa filatamaa haala salphaan qophaahe kana dubbisa baarakallaah!!
Dubbisa gaarii
๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€
Yaadaaf ๐Ÿ‘‰ @Library_Islaamaabot

Channel keenyaatti makamuuf๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
Namichatu surree(bolaalee) bitachuuf gabaa ba'ee ...
#Namicha: mee surree sana naaf kenni nan yaalaa yoo naa ta'eef
#Daldalaa: kun kan shamaraniti namicho ๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚
#Namicha: maal ziippii qabaam...๐Ÿ™ˆ๐Ÿ™ˆ
isaanis dhaabatanii fincaa'uuti ka'animoo
Jedhee deeme
๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚
๐Ÿ‘2
Asoosama islaamaa
Hawaaja 3ffa
Asoosa islaamaa kutaa 3ffaa
Ittin bohaaraa irras baradhaa join share godhaa!
Kutaa 2ffaa argachuuf๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/Library_Islaamaa/110
Yaadaaf๐Ÿ‘‰ @Library_Islaamaabot
Itti dabalami ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜๐ŸŒธ
๐ŸŒธ ๐ŸŒบ @Library_Islaamaa @Library_Islaamaa ๐ŸŒธ
โ˜˜ ๐ŸŒท
๐ŸŒธ๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜
Way joollee bara kanaa?
๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜„๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜„
Piroofeesera:- Maal hojjachaa jirtan ijoolle?

Mucaa xiqqoo:- Rabbi kadhachaa jirra.

Pro :- Rabbi eessa jira?

Muciyyoo:- oli jira piroosheesher.

Piroo:- Ni agartanii?

Muciyyo:- Hin agarru.

Piroo:- harkaan ni xuqxanii?

Muciyyoo ;- Hin xuuynu?

Piroo:- akka saayinsiin jattutti wanti ijaan hin agarre, tan harkaan hin xuqamne waan jirre. Kanaafuu rabbiin hin jiru!๐Ÿ˜ณ๐Ÿ˜ณ๐Ÿคฃ

Muciyyoo:- piroosheesher, maaliin mirkaneeffatte dhugaa tahuu?

Piroo:- haay an piroofeesaraa miiยฟ miira kiyyatti fayyadameetiin mirkaneeffadhekkaa.

Muciyyoo:- miirri kee eessa jira?

Piroo:- na keessa!

Muciyyoo:- ni agartaa?

Piroo:- Hin agaru!๐Ÿ˜ณ

Muciyyoo:- ni xuuyxaa harkaan?

Piroo:- hin xuqu!

Muciyyoo:- akka saayinsii wanti hin mullanne, tan harkaan Hin xuqamne waan hin jirre! Kanaafuu miirri kee hin jiru! Rabbiin jira!๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚
๐Ÿ‘2
Forwarded from Quality button
(((((((((AS WR WB))))))))

โœ Akkam jirtan nagayaa ?
Harra ammoo oduu gammachiisaadhaan isiniif dhufnee jirra. Channels fi Groups bebbeekamoo barnoota gaggaarii ittiin arggattan qabannee akka armaan gadiitti isiniif dhiheessinee jirra Kan feetan filadhaa galmeef yaada keessan @Almiftahtubebot Kan jedhuun nuqaqqabsiisa.
Hiika Qur'aanaa nama barbaaduuf
โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ
#Quraana_Afaan_oromootti_hiikame argachuuf๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‰https://quranenc.com/en/browse/oromo_ababor

๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡
โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜
๐Ÿ‘3
๐‹๐ข๐›๐ซ๐š๐ซ๐ฒ ๐ˆ๐ฌ๐ฅ๐š๐š๐ฆ๐š๐š๐Ÿ“š๐Ÿ“–๐Ÿ“˜๐Ÿ“•๐Ÿ“š๐ŸŒน๐ŸŒนแตแตƒโฟแตƒ สฐแต’แต’ แตˆแต˜แต‡แต‡โฑหขแต—แต‰แต‰?? pinned ยซHiika Qur'aanaa nama barbaaduuf โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ #Quraana_Afaan_oromootti_hiikame argachuuf๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ ๐Ÿ‘‰https://quranenc.com/en/browse/oromo_ababor ๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡ โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜ยป