𝐋𝐢𝐛𝐫𝐚𝐫𝐲 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚📚📖📘📕📚🌹🌹ᵏᵃⁿᵃ ʰᵒᵒ ᵈᵘᵇᵇⁱˢᵗᵉᵉ??
11.6K subscribers
464 photos
46 videos
180 files
817 links
لَا نُرِيدُ مِنكُمْ جَزَآءً وَلَا شُكُورًا
🌐 Channel kana irraa👇
📚 Kitaabban
🎵 Nashiidaa haaraya
😁 Kolfaaf
✍️Kana Beektuu?..ni Argattu
📲 Yaadaaf @Library_Islaamaabot
📲 Buy Ad:https://telega.io/@Library_Islaamaa
📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚
Download Telegram
Forwarded from OROMIABOT
Qara fagoo iamltee waan barbaaddu argachuun hafeera kunoo waan isin barbaaddan qabannee dhiyaanneerra Join qofa gochuun nu faana tahaa!
6👍3
#Maraattuu

♻️Namichatu gara Ibn Aqiil deemuun akkana jedhe,

"Eega janaabeen booda laga keessa yeroo lamaa fi sadih of cuupha. Haa ta'u malee bishaan qaama kiyya cufa wal gahuu isaa mirkaneeffachuun hedduu natti ulfaata. kanaafuu xahaaraa qabaachuu fi qabaachuu dhabuu kiyya hin beeku. Maal godhuu naaf wayya?" jedhee gaafate.

Ibn Aqiilis, "Hin Salaatin!" jedheen. Namichi rifatee,

"Maaliif akkas jette?" jedhee gaafate.

Ibn Aqiilis, " Ergamaan Rabbii ﷺ  Namoota sadih irraa qalamni fuudhameera ykn yakki irratti hin galmeeffamu; daa'imni haga ballagutti, inni rafe haga dammaqutti, inni maraate haga fayyaa argatutti jedhan.

Namni laga keessa yeroo sadih of cuuphee bishaan qaama kiyya guutuu wal hin geenye kanaafuu hin xahaarre jedhu caala maraattuun hin jiru. Kanaafuu ati fayyaa hin qabdu deemi cubbuun sirra hin jiru" jedheen.😁

♻️♻️
🥀🥀 @Library_Islaamaa🥀🥀 @Library_Islaamaa
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
👍112
#Obbolummaa

Obboleessi kee (Mu'uminni) haqa sadi sirraa qaba. Isaanis :
➛Obboleessa kee fayyaduu yoo dadhabde miidhaa isaa irraa uf qusadhu.
➛ Gammachiisuu yoo dadhabde, waan yaada keessa isa daaksisaa baqadhu.
➛Faarsuu yoo dadhabde, arraba kee irraa qusadhu.
#Yahyaa_binu_Mu'aaz irraa
👍7
Abbaan Ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaa Gama ganda aakhiraa godaanan.

INNAA NILLAAHI WA INNAA ILEEYHI RAAJI'UUN
😭😭😭
Abbaan Munshida beekkamaa Ustaaz #Raayyaa_Abbaa_Maccaa dhiheenya kana dhukkubsatanii wal'aanamaa kan turan yoo tahu. Galgala guyyaa har'aa October 30,2022 gama ganda aakhiraa godaananii jiru. Rabbiin jannataan isaan haa qananiisu jenna. Ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaa fi maatii isaanii hundaaf jajjabina hawwina.
✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️
https://t.me/joinchat/AAAAAExkjFc1rEMDqSpL4g
Forwarded from AL-IHSAAN (ஜ۩۩ஜ IBN DAAWUDஜ۩۩ஜ)
Obboleewwan naannoo Aggaaroo jiraattan namni Rabbiin isiniif mirgeesse boru Magalaa Aggaarootti salaata janaazaa Abbaakootiirra naaf dhaabbadha
Abbaa Rabbiin Erraa qeebalu hin beekamu jzk
#USTAAZ_RAAYYAA_ABBAA_MACCAA
👍1
#Odeeffannoo_Marii_Afrikaa_Kibbaa

Mariin nagaa mootummaa Federaalaa fi garee #TPLF gidduutti Afrikaa Kibbaa Piritooriyaatti godhamaa jiru guyyoota dabalataa fudhachuun itti fufeera. Garee TPLF mariif argaman keessaa #Tsaadqaan fi #Getaachoo_Raddaa kanaan dura lollo dhumeeraa eenyu waliin marii goona masaraa qabanna malee jedhanii dhaadachaa turuun ni yaadatama. TPLF dirree waraanatti waan moo'amteef marii kanarratti gareen ijjannoo mootummaan federaalaa kaa'e hedduu fudhattee jirti. Kanneen keessaa
1. TPLF mootummaa taatettii fi Tigraay akka biyya of dandeessetti ibsuum kan seera fi birmadummaa Itoophiyaa tuqu tahuu fi Tigraay naannoo bulchiinsa Itoophiyaa tahuu mootummaan Itoophiyaa ijjannoon mormuun TPLF birmadummaa Itoophiyaa nan kabaja jechuun fudhattee jirti.
2. TPLF RIB ganuun akka biyya of dandeessetti Raayyaa Ittisa Tigraay(TDF) jechuun of waamun biyya tokko keessa Raayyan ittisaa lama akka jiruutti seera biyyattii casuu fi birmadummaa biyyaatti amanuu dhabuu waan taheef mootummaan Itoophiyaa kana ijjannoon mormuun, TPLF RIB akka fudhatu godheera.
3. Filannoon TPLF gaggeessite seeran ala waan taheef mootummaan federaalaa Tigraay keessatti bulchiinsa mootummaa haarawa hundeessuu ijjannoon ibsuun TPLF ijjannoo kana itti walii galuutu himama.
4. TPLF hidhannoo hiikkachuu: Dhimmi walfalmisiisaa fi marichi akka dheeratu godhe dhimma gareen TPLF hidhannoo hiikkachuu mootummaan federaalaa dhiheessedha. Gareen TPLF torbee muraasa keessatti hidhannoo isaa hiikkatee meeshaalee waraanaa RIBtti akka kennuu fi gareen hidhattootaa haaroomsa akka seenan mootummaan marii kanarratti ijjannoo cimaadhan ibsaa jiraachun himameera.

Kun odeeffannoo jiru yommuu tahu gama TPLFnis tahee mootummaan ibsi marii kanarratti kenname hin jiru.
Kanas tahee sana kanaan booda TPLF filannoo biroo hin qabdu.

♨️ #SHARE gochuun

🌈Telegrama Oduu #AfaanOromoo hordofaa
👇👇
https://t.me/Oduu_123
👍5
"Dheebodhee, bishaan na obaasi! jennaan; Fincaan isaa fuulaatti na facaase." Neelsaan Mandeellaa!

Looreetiin nagaa addunyaa Neelsan Mandeellaa guyyaa tokko eegdota isaaniitiin, akkas jedhan "Har'a laaqana masara keessaa hin nyaannu, alaa baanee magaalaa keessaa bakka tokkoo nyaannaa" jedhanii ba'an.

Hoteela tokko deemaniis nyaata ajajanii otoo nyaachaa jiran, jidduun qubaan akeekanii "Nama Adii sana naaf waamaa waliin nyaannaa" jedhanii waamsisan. Namtichis dhufee, waliin nyaatanii, booda bahee deeme.

Yeroo Kana egdotasaa keessaa tokko, "Namichi adiin reefuu dhukkubsataadha" jedhe. Mandeellaanis,"Maaliif jette?" jedhaniiin.

Eegduun sunis deebisee, "Reefuu yeroo laaqana nyaannu, namichi hollachaa ture, ija keessa ol jedhee nu ilaaluu ni sodaata, dafqis fuula isaarraa dhangala'aa ture" jedheen.

Mandeellaan, "Lakki waan dhukkubsataa taheef miti, yeroo ani mana hidhaa turetti, inni eegduu kutaan keessatti hidhamee ture. Akkaa hamaa reebamee, dadhabee yommuun dhufu, nin dheebodhee, bishaan naaf kenni jedhee yoo gaafadhu, 'hoo'u' naan jedhee fuula kiyyatti fincaan isaa naqa ture. Amma haloo san waan irraa bahadhu se'ee qaana'ee sodaate" jedhanii deebisaniif.

Nama koo; jibba jaalalaan moohadhu, Humnii fi moo'ichi haaloo ba'uu keessa osoo hin taane, jaalalaaf dhiifama keessatti argama. "Kan Dhiiga si obaase, Aannan Obaasii", guddicha ardii Afrikaa qomoo koo Oromootu jedhe!
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
https://t.me/Library_Islaamaa
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
👍5
يَٰٓأَيُّهَا ٱلَّذِينَ ءَامَنُوٓا۟ إِذَا نُودِىَ لِلصَّلَوٰةِ مِن يَوْمِ ٱلْجُمُعَةِ فَٱسْعَوْا۟ إِلَىٰ ذِكْرِ ٱللَّهِ وَذَرُوا۟ ٱلْبَيْعَ ۚ ذَٰلِكُمْ خَيْرٌۭ لَّكُمْ إِن كُنتُمْ تَعْلَمُونَ۝
ٱلْجُمُعَة:9
"Yaa warra rabbiti amanttan Yeroo guyya jum'aa salataaf lallabame gara zikrii Rabbii deemaa: daldalas dhiisa yoo kan beektan taatanif kanatu isniif caala.
فَإِذَا قُضِيَتِ ٱلصَّلَوٰةُ فَٱنتَشِرُوا۟ فِى ٱلْأَرْضِ وَٱبْتَغُوا۟ مِن فَضْلِ ٱللَّهِ وَٱذْكُرُوا۟ ٱللَّهَ كَثِيرًۭا لَّعَلَّكُمْ تُفْلِحُونَ۝
ٱلْجُمُعَة🔟
"Yeroo salatani xumurame dachii keeysa faca'aa;tola Rabbii irrayis barbadadha Akka milkoyitaniif jechas baay'inaan Rabbii faarsa.

Galatooma
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
https://t.me/Library_Islaamaa
👍4
Forwarded from AL-IHSAAN (ஜ۩۩ஜ IBN DAAWUDஜ۩۩ஜ)
Ergamaan Rabbii S.A.W an guyyaatti yeroo 70 ol araarama rabbiin kadha
@Ehsan_tube
👍12👎1
Ibsa gaddaa😭😭😭

Gaaddisa artii Oromoo, falmaa bilisummaa fi wal qixxummaa dhala namaa kan ta'e Dr. Artiist Alii Birraa du'aan boqochuun ummata Itoophiyaa maraaf addatti ammoo ummata Oromoof gadda ulfaataadha.

Alii Birraa guddina artii Oromoo qofa otoo hin taane kallattii guddina siyaas-diinagdeefi hawaasummaa ummata Oromoo akeekuun injifannoo ummanni keenya har'a gonfateef nama gumaachaa qaalii taasisedha. Gumaacha Dr. Artiist Alii Birraa taasise dhaloonni bara baraan yaadata.

Dr. Artiist Alii Birraa nama artiif amanamee ummataaf jiraate waan ta'eef sirboonni isaa Itoophiyaa biratti jaalala, sadarkaa idil addunyaatti ammoo dinqisifannaa guddaa argachuu danda'aniiru.

Mootummaan Naannoo Oromiyaa Dr. Kabajaa Alii Birraaf Jannata ummata Oromoo, dinqisifattootaafi maatii isaatiif ammoo jajjabina hawwaa Sirna geggeessaa goota tokkoof raawwachuudhaaf Koreen Biiroo Aadaafi Turiizimii Oromiyaan hogganamu hojiitti galee jira.
Rabbi siif haa araaramu🤲🤲🤲🤲
#tikvahethafaanoromoo
👍11
Forwarded from OROMIABOT
Qara fagoo iamltee waan barbaaddu argachuun hafeera kunoo waan isin barbaaddan qabannee dhiyaanneerra Join qofa gochuun nu faana tahaa!
👍3
Oduu Gammachiisaa😊
👏👏👏👏👏👏👏👏
Facebook Account keessan gara #page jijjiiruun akka danda'amu quba qabduu??🤔🤔🤔🤔

Akkamitti akkaJijjiiramu beekuuf linkii gadii kanaan seenaa dubbisaa🙏🙏🙏
👇👇👇👇
https://t.me/joinchat/AAAAAExkjFc1rEMDqSpL4g
https://t.me/joinchat/AAAAAExkjFc1rEMDqSpL4g
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
👏3😁1
Akkamitti Facebook keenya gara #Page geeddaruu dandeenya ??🤔🤔

#Step 1 Google chrome seentani facebook galtu
#Step 2 profile keessan keessa galtanii #Edit_bottum kan jedhu fuuldura tuqa sadii (...) sana tuqi
#Step 3 Turn on professional mode kan jedhu tuqi achi booda #done godhi
Dhumateera!!🙏🙏🙏
Amma friend ati qabdu hunduu gara #follower si jijjirama jechuudha😁

♻️Akka dhuunfaa kiyyatti waan kana akkamitti akkan jijjiiru hedduun yaadaa ture garuu naan milkoofne.Alhamdulillah amma garuu #facebook waan kana qabatee nuu dhufeera😁.
galatoomaa jennaan!!!

لَا نُرِيدُ مِنكُمْ جَزَآءً وَلَا شُكُورًا
🌐 Channel kana irraa👇
📚 Kitaabban
🎵 Nashiidaa haaraya
😁 Kolfaaf
✍️Kana Beektuu?..ni Argattu

📲 Yaadaaf @Library_Islaamaabot
📲 Join gochuuf https://t.me/joinchat/AAAAAExkjFc1rEMDqSpL4g
📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚
👍3
Forwarded from AL-IHSAAN (ஜ۩۩ஜ IBN DAAWUDஜ۩۩ஜ)
Namni Salaata #SUBHII salaate tika rabbii keessa jira
Ergamaa Rabbii S.A.W

@Ehsan_tube
🤔#KANA_BEEKTUU🤔
🌴🌴🌴🌴🌴🌴🌴🌴🌴
Ilmi namaa  ija isaa banatee axxiffachuu hin danda’u,
utuu ni danda’a ta’ee iji isaa keessaa ba’a ture😊

An siif hime😳 ija banaa godheen axxiffadha yoo jette ija kee lafatti agarta😂
Ahaaa amma yaadadhe ija maaliitiin lafatti agartaayyuree namatu dhufee laffatti arga😂😂😂😂😂😂😂

#𝙟𝙤𝙞𝙣 𝙜𝙤𝙙𝙝𝙞𝙠𝙖👇👇

https://t.me/joinchat/AAAAAExkjFc1rEMDqSpL4g
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
😁7👍2
Jum'aa milkaa'inaa

Kabajaamtoota fi jalatamtoota hordooftoota chanaalii keenyaa baga guyya jum'aa  guyya keeri kanaan isin gahee.

Sunnawwan guyya jum'aa
☆Qaama dhiqachuu
☆Qeensa qoraachuu
☆shitto(Urgeefatuu)👉Dhiira qoofaaf
☆Yeeroon gara masjida deemu
☆suraa Alkhahaf qara'uu
☆Ergama Rabbii irratti salawaata heedumeessuu
☆Uffata bareedaa uffatuu
☆Du'aa'ii hedduummeessuu
☆Sadaqaa(keennaa)heddummeessuu


Walumaa galattii wantoota kheerii heedumeessuu wantoota hamoo (Sharrii)irra fagachuun jum'aa keenya dabarsinuu!!!!!!!!!!!

Guyyaa jum'aa Kanaan rabbiin biyya keenya fi ummata keenyaaf nagaa nuuf Haa buusu jedhaatoo  du'aa'ii godhaa
NagaapeaceSalam


Galatoomaa hundi ilmaan Muslimaa



https://t.me/joinchat/AAAAAExkjFc1rEMDqSpL4g
👍2
Miila kaayyoo

Miilli kaayyoof imalu
Hin dhaabbatu gonkumaa
Galmasaa gahuuf kaataa
Ni deema bara kumaa

Jette jetteen namaa
Imalasaa hin danquu
Kutannoodhaan adeema
Karaasaarraa hin maquu

Bu'aa bahii jireenya
Hundumasaa dandahee
jijjiiramaaf hojjatta
Ofin abaaru taahee!

Rakkoof bal'oo kamiinuu
Galmeeffatee qabatee
Barnoota irraa fudhata
Ba'aa hunduma baatee

Rabbiin gooftaan Aalamaa
Inni beeku waan maluu
Miila keenya haa godhu
Miila kaayyoof imaluu.
♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️

♻️Via RD
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️

Library_Islaamaa
Library_Islaamaa

📚📚📚📚📚📚📚
👍3
L‌i‌q‌i‌m‌s‌a‌a‌ u‌t‌u‌m‌a‌ h‌a‌d‌h‌a‌a‌w‌u‌u‌ bor hin beekne akkan jenneef!!!!!

Rifeensa Firiiz Cirachuun Haraami Moo Halaali ?
••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••

Cinaa Rifeensaa Muranii Cinaa Isaa Dhiisuun. Haraamummaa Isaa
Akka Hadiisa Rasuula S.A.W. Irraa Nu Gahetti Ni Ibsa.
Abdallaah ibni umar (R.A) akkana je'a. "Ergamaan Rabbii S.A.W.
(QAzA'A) Irraa dhorganiiru. " abdallahn . Nama naafi' je'amu tokkoon
(Qaza'a ) jechuun maali je'een. "Qaza'a jechuun cinaa rifeensaa
haadanii cinaa isaa dhiisuudha" je'e.) bukaari muslimtu galmeesse.
Inni kun bifa afuritti qoodama.
1. Cinaa lamaan ciruu.
2. Qixxee isaa haadanii cinaa lamaan dhiisuu.
3. Jala mataa hunda haadee tulleessee dhiisuu.
4. Akkuma uumaa rifeensaatti dhiisee maranii guduunfuudha
.
Kitaaba >>TUHFATUL MAWDUUD BI AHKAAMIL MAYLUUD<<< je'amu
laali.
akka maruuziin je'etti. Akkasitti dhiisanii maruun dalagaa amantii
fokkattuu ibidda gabbartu. Tan "Majuusii" je'amtuuti.
Ammoo namni tuuta takkatti fakkaate jarumarraahi je'an Nabi S.A.W.
Je'e. Kitaaba "MUGNII" je'amu laali.
Rasuulli S.A.W Sabiyyii/Daa'ima takka kan cinaan mataa haadamee cinaan mataa irratti dhiifame arganii Akkas jedhan'" Takaa cufuma dhiisaa takkaa cufuma haadaa jedhan "
✓Ammas ulamaan akkas jedhan namni garii haadee garii dhiisu haqa mataasaa balleessa jira jedhan kanaaf yaa obboleessa kiyyaa hammam jiraanuuf rasuuula s.a. faallessinaa???

Yaa Rabbi nu qajeechi nama irraa fayyadamu nu godhi!!!
👍3