🚫Moolida kabajuun❌❌
❎❎❎❎❎❎❎❎❎
Nuti muslimoonni
Lama qofa qabna
Ayyaana kabajnu
Kanaan ala nuti
Kan biraa hin qabnuu
Ayyaana arafaaf
Ayyaana fixriitii
Inni kanaan alaa
Kan warra bid'aatii
Muslima hin laallatu
Ayyaanni moolidaa
Warri kabajjan kun
Mee ragaa naa fidaa
Jaalala yoo tahe
Abubakar caaltaa
Jaalala fakkeessuuf
Sobdee maaf utaaltaa
Waan rasuulaaf saabaan
Hin goone tasumaa
Waan hundee hin qabne
Maalumaaf hordofnaa!
Taabi'oonni duriif
Beektonni salafaa
Waan takkaa hin goone
Eessaa fuutan lafaa
Bida'aadha moolidni
Afaan guuteen jedhaa
Miti warri jettan
Mee ragaa naa fidaa
Ragaan qabdu taanaan
Kufaadha dubbiinkee
Towbadhuu deebi'i
Hin fixin umrii kee
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
لَا نُرِيدُ مِنكُمْ جَزَآءً وَلَا شُكُورًا
🌐 Channel kana irraa👇
📚 Kitaabban
🎵 Nashiidaa haaraya
😁 Kolfaaf
✍️Kana Beektuu?..ni Argattu
📲 Yaadaaf @Library_Islaamaabot
📲 Join gochuuf https://t.me/joinchat/AAAAAExkjFc1rEMDqSpL4g
📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚

Telegram
𝐋𝐢𝐛𝐫𝐚𝐫𝐲 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚📚📖📘📕📚🌹🌹ᵏᵃⁿᵃ ʰᵒᵒ ᵈᵘᵇᵇⁱˢᵗᵉᵉ??

📲 Buy Ad:https://telega.io/@Library_Islaamaa

❤8👍3
Nama salataafuu
Hin kaane ciisichaa
Nabiin jaalla jedhee
Utaalee dhiichisaa🤔
Jarri kan kabajan
Dhaloota moo du'aa
Dhaloota yoo jedhan
Hin dhageenyee du'aa
Nuun galle jarana
Nuuf baasaa addaanii
Waliisaan wallaalee
Nuuf ibsaa ikwaanii
Rasuula jaalachuu
Nu kan ittiin beeknu
Isaan hordofuunii
Waan bira hin beeknu
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
Hin kaane ciisichaa
Nabiin jaalla jedhee
Utaalee dhiichisaa🤔
Jarri kan kabajan
Dhaloota moo du'aa
Dhaloota yoo jedhan
Hin dhageenyee du'aa
Nuun galle jarana
Nuuf baasaa addaanii
Waliisaan wallaalee
Nuuf ibsaa ikwaanii
Rasuula jaalachuu
Nu kan ittiin beeknu
Isaan hordofuunii
Waan bira hin beeknu
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
👍9
Barattoonni bilbila qabatanii gara Yunversitii dhufan to'annoo seeraa jala jiru jedhame.
Barattoonni bilbila fi meshaalee elektrooniksii akka hin qabannee dhorkamanis karaa adda addaan qabatanii warri argaman to'annoo seera jala kan jiran yoo ta'u qormaata irra akka haqaman dhabbanni barnoota olaanaa ibseera.
#Gadaapost
✅Hubadhaa👌 obboloonni kiyya dhiiraaf dubraa warri #natural science warri ganaa deemtan ilaame #mobile fuutanii hin deeminaa yoma fuutanii deemtanis sin jalaa bada #dorm bakka ciisichaatti wal jalaa hatama sin kan torbee achi turu mitii isa wagga 3 achi ture jaalaayyu ni hatama ok kanaaf of eeggannoo godha dabalataan gibbiin kamiyyuu #camera qaba tokko tokkoon gingilchee nama agarsiisa jaratti kanaaf bilbila fuutee hin manaa hin bahin maaloo🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
لَا نُرِيدُ مِنكُمْ جَزَآءً وَلَا شُكُورًا
🌐 Channel kana irraa👇
📚 Kitaabban
🎵 Nashiidaa haaraya
😁 Kolfaaf
✍️Kana Beektuu?..ni Argattu
📲 Yaadaaf @Library_Islaamaabot
📲 Join gochuuf https://t.me/joinchat/AAAAAExkjFc1rEMDqSpL4g
📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚
Barattoonni bilbila fi meshaalee elektrooniksii akka hin qabannee dhorkamanis karaa adda addaan qabatanii warri argaman to'annoo seera jala kan jiran yoo ta'u qormaata irra akka haqaman dhabbanni barnoota olaanaa ibseera.
#Gadaapost
✅Hubadhaa👌 obboloonni kiyya dhiiraaf dubraa warri #natural science warri ganaa deemtan ilaame #mobile fuutanii hin deeminaa yoma fuutanii deemtanis sin jalaa bada #dorm bakka ciisichaatti wal jalaa hatama sin kan torbee achi turu mitii isa wagga 3 achi ture jaalaayyu ni hatama ok kanaaf of eeggannoo godha dabalataan gibbiin kamiyyuu #camera qaba tokko tokkoon gingilchee nama agarsiisa jaratti kanaaf bilbila fuutee hin manaa hin bahin maaloo🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
لَا نُرِيدُ مِنكُمْ جَزَآءً وَلَا شُكُورًا
🌐 Channel kana irraa👇
📚 Kitaabban
🎵 Nashiidaa haaraya
😁 Kolfaaf
✍️Kana Beektuu?..ni Argattu
📲 Yaadaaf @Library_Islaamaabot
📲 Join gochuuf https://t.me/joinchat/AAAAAExkjFc1rEMDqSpL4g
📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚
Telegram
𝐋𝐢𝐛𝐫𝐚𝐫𝐲 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚📚📖📘📕📚🌹🌹ᵏᵃⁿᵃ ʰᵒᵒ ᵈᵘᵇᵇⁱˢᵗᵉᵉ??
لَا نُرِيدُ مِنكُمْ جَزَآءً وَلَا شُكُورًا
🌐 Channel kana irraa👇
📚 Kitaabban
🎵 Nashiidaa haaraya
😁 Kolfaaf
✍️Kana Beektuu?..ni Argattu
📲 Yaadaaf @Library_Islaamaabot
📲 Buy Ad:https://telega.io/@Library_Islaamaa
📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚
🌐 Channel kana irraa👇
📚 Kitaabban
🎵 Nashiidaa haaraya
😁 Kolfaaf
✍️Kana Beektuu?..ni Argattu
📲 Yaadaaf @Library_Islaamaabot
📲 Buy Ad:https://telega.io/@Library_Islaamaa
📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚
👍5
Yoo mana dahabaa keeysa galtes yoo mana citaa keeysa galtes ni duuta. Yoo hayyuu siyaasaa taates, yoo qotee bulaa hin baratin taates ni duuta. Eega ati duute siidaa yoo siif dhaabames yoo eega ati duute adunyaan guutuun si dagates ni duuta. Yoo miidhaa jiraattes yoo miidhamaa taates ni duuta. Yoo Oromoo taates yoo amaara taates guyyaa tokko ni duuta.
Garuu yoo Rabbii kee sodaatte, yoo isa qofa gabbarte, adunyaan guutuun si wallaaltus, miskiinummaa hamtuu keeysa jiraattus, du’aa fii jireenya kee keeysatti dagatamaa fii tuffatamaa taatus Rabbi biratti ati kabajamaa fii qeebalamaadha.
Rabbii kiyyaa wajjiin ani akkamiin si haa yaachiftu. Booddee gaariin ta warra Rabbi sodaatuuti. Jannanni bareedaan qubsuma warra Rabbi sodaatuuti.
Ustaaz Jaafer beyaantu barreesse
✍✍✍✍✍✍✍✍✍
@Library_Islaamaa

❤3
Qormaata qofa miti barumsaafis nama deebi'u Rabbi sin haa godhu barattoota keenya🤲
Jarri mala baasaniiru rabbiin mala isaatiin sin walin haa tahu🤲🤲

Sagantaa Qormaata kutaa 12ffaa Barattoota Saayinsii Uumamaaf
Qormaanni barattoota saayinsii hawaasaa guyyaa kaleessa xumuramee jira.
Barattoonni Saayinsii uumama Onkoloolessa 5 fi 6 gara mooraa itti ramadamanitti kan seenan yoo ta'u, Akkaata sagantaa armaan gadiitiin qormaata kan fudhatan ta'a.
Qormaanni guyyaa Kibxataa, Onkoloolessa 8 eegala.
Exam Time Table👇
Kiibxata Guyyaa 08/02/15
~ 3:00 - 5:00 English
~ 9:00 - 12:00 Mathematics
Roobii, Guyyaa 9/02/15
~3:00-5:00 Aptitude
~9:00 -11:00 Physics
Kamisa, Guyyaa10/02/15
~ 3:00 - 5:30 Chemistry
~ 9:00 -11:00 Biology
Jimaata, Guyyaa 11/02/15
~ 3:00 - 5:00 Civics
Barattoota saayinsii uumamaa hundaaf carraa gaarii hawwina.
#Gadaapost
carraa gaarii👏👏👏

Barattoota keenya Rabbi sin waliin haa tahu🤲🤲
Kaayyoon Sheyxaanaa si dogongorsiisuu qofaa miti. Rabbiin guddaan dogongora hunda akka araaramu Sheyxaanni sirritti beeka. Kaayyoon Sheyxaanaa guddoon Rahmata Rabbii irraa hamilee si kutachiisuudha, akka ati Rabbii kee hin abdanne barbaada. Kanaaf Rahmata Rabbii irraa abdii muruun dogongora guddaadha. Hamma feete dogongortuus, hamma feete badii daleyduus gama Rabbii keetii deebi’i. Badii hin mi’eeffatinii Towbadhu. Abadan abdii hin murin.
*’Yaa gabroottan kiyya! Kanneen labbuu isaanii irratti daangaa dabran Rahmata Rabbii irraa abdii hin murinaa. Dhugatti Rabbiin badii hunda ni araarama. Rabbiin araaramaa, Rahmata godhaadha’ ja’i (yaa Muhammad)*
*قُلۡ یَـٰعِبَادِیَ ٱلَّذِینَ أَسۡرَفُوا۟ عَلَىٰۤ أَنفُسِهِمۡ لَا تَقۡنَطُوا۟ مِن رَّحۡمَةِ ٱللَّهِۚ إِنَّ ٱللَّهَ یَغۡفِرُ ٱلذُّنُوبَ جَمِیعًاۚ إِنَّهُۥ هُوَ ٱلۡغَفُورُ ٱلرَّحِیمُ*
A-zZumar : 53
#NH

❤6👍3
INNAA LILLAAHI WA INNAA ILEYHI RAAJI'UUN
Hangafni ulamootaa,sheekni sheekkotaa,leenjisaa Ustaazotaa, Sheikh Aadam Tuulaa ( Ahmad) guyyaa har'aa addunyarraa godaananuun dhagahame.
Sheikh Ahmad Tuulaa waggaa 70 ilmii barsiisuun kan turan yoo tahu, Halqaa isaanii irraa ulamootaa fi Daa'iiwwan kumaatama ta'an bahaniiru.
Sheikh Aadam Tuulaa galaana beekumsaa,barsiisa aqiidaa salafaa,manguddoo biyyaa,gaachana ummataa,goota ija barbadaa,Muftii Itiyoophiyaa ta'anii osoo tajaajilan, guyyaa har'aa mana isaaniitti,umrii isaanii waggaa 110 jalatti addunyaa dhumtuu tanarraa gama aakiraa godaananii jiru.
Har'a tuulaa beekumsaa dhabne,gaddaan qalbii cabne,mana kitaabaa guddaa dhabne,gaaddisa darasootaatu nurraa mulqame.
Yaa RABBI sitti hafne.
Yaa RABBI aalima jiruu ofii guutuu siif kenne,Rahmata,Jannata kee kenniif.

😢6
“Biyyaaf malee biyyeef hin qabsoofne”
Jecha hiikkaa bal’aa qabu kana Sheeka keenya guddaa Sheek Adam Tuulaatu gaafa waldhaba Soomaleefi Oromoo san furuuf tattaafannu san, ummanni lamaan atakaaroo daangaa dhiisanii biyya boru isaan lachuufu taatu akka jaaran gorsuuf nuuf himan.
Har’a hayyuu seenaa, siyaasaafi amantii dhuka isii beekan dhabne. Bara Sheek Bakrii Saphaloo irraa kaasee hanga gadaa Qeerrootti, qabsoo ummata Oromoo suduudaan keessa turan Sheekni. Namootan jireenya kiyya keessatti dhaggeeffadhee hin quufne keessaa kan hangafaa turan. Har’a gara fuula rabbii deeman. Rabbi warra jannataa haa godhu.
👇👇👇👇
✍ Jawaar Mohammed

👍6
Aqiidaa ulamaaii teenyaa.pdf
1.2 MB
♻️🌹🌹🌹🌹🌹🌹♻️
Kitaaba hedduu bareedaadha akkasuma Seenaa Sheeka keenya sheek Aadam tuulaa fuula 68 irraa bal'inaan argachuu dandeessu.🙏
Buusaa dubbisaa🙏🙏🙏
📖📖📖📖📖📖📖📖

Forwarded from Love
🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
✅ As wr wb #Obbolewwaan_kiyya_Jaalatamtootafi_Qaqqaaliiwwaan_koo Channela Telegram babbareedaa gadii kana #JOIN godhaa irraa fayyadamaa🙏🙏
🌹🌹👇👇👇👇👇🌹🌹

Forwarded from OROMIABOT
Channel armaan gadii keessa jirtaa? Jirta taanaan bay'eessa! Garuu hin jirtu taanaan join godhiitii irraa barataa bashannani.
Raayyaan Ittisaa Magaalota Naannoo Tigraay to’achuu itti fufe
Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa haalaa yeroo ilaalchisee ibsa baaseera.
Tajaajilichi ibsa baaseen Raayyaan Ittisa Biyyaa Magaalota Naannoo Tigiraay to’chuu itti fufuu eereera.
Raayyichis magaalotatti waraanaa utuu hingaggeessiin tooftaa humnoota garee shororkeessaa ABUT dadhabsiisuu fayyadamuu ibseera.
Mootummaan Ityoophiyaa dhaabbilee deeggarsa namoomaa waliin qindoomuun naannawaa to’annoo jala oolchetti deeggarsi namoomaa akka qaqqabu hojjechaa jiraachuu ibsameera.
Hawaasa naannawichaa waliin mari’achuun, caasaan bulchiinsa ummataa akka gurmaa’uuf daandii mijeessaa jiraachuu ibseera.
Kun utuu kanaan jiruus Gamtaa Afrikaatiin mariin nageenyaa Afriikaa Kibbaatti gaggeeffamurratti kan hirmaatu ta’uu ibseera.
Jilli Ityoophiyaa marii nageenyaarratti hirmaatus har’a ganama gara Afrika Kibbaatti qajeeluu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksiseera.
✍Gadaapost

Hoggantoonni mootummaa waan isaan hin ilaallanne keessa osoo galuu dhiisanii nageenyaafi tokkummaa biyyaatiif gaariidha.
**
Har'a Marii irra oolee yeroon gara galgalaa miidiyaa ilaalu haasaa Pirezdaantii naannoo Oromiyaa kan "Maqaan Ayhuudiifi Arabaa baay'ate" jedhee akka amantiin kamuu Oromummaa caaluu hin qabne dhaamun dhaga'e. Dhaamsa kanas hojii Taaddasaa Birruutiin wal qabsiisee dhaame. Haasaan kun ummata Muslimaa dallansiisuun beekamaadha. Kanumaa wajjin qabatama ofii isaan keessa jiranis ni faallessa.
1. Shimallis maqaan isaa Afaan Oromootii miti.
2. Taaddasaan qabsaa'aan beekamaan kan isaan yaadannoo isaatiif wal ga'anuu maqaan isaa Afaan Oromootii miti. Afaan Amaaraati.
3. Maqaan Yahuudaa Oromoo keessa baay'ate isa kami?
Walumaa galatti kaayyoon isaa Muslimootuma tuquu akka ta'e mul'ata.
Ummanni Muslimaa waan amantii isaa caalaa jaalatu hin qabu. Islaamummaa isaa tuquuf yaaluun sarara diimaadha.
Mootummaan dogoggora akka kanaa sirreessuu qaba. Sirni Muslima dhiibanii Kiristaana qofaan deeman kana booda hin hojjatu. Tokkummaa Oromootiif kan fayyadus hundaayyuu walqixxummaan keessummeessuudha. Ajandaan walii nu galchu baay'een osoo jiruu waan ummata diigu dubbachuun maaliif barbaachise?
👇👇
✍Sheik haji Ibraahim
https://t.me/Library_Islaamaa

👍8
Forwarded from OROMIABOT
Qara fagoo iamltee waan barbaaddu argachuun hafeera kunoo waan isin barbaaddan qabannee dhiyaanneerra Join qofa gochuun nu faana tahaa!
❤6👍3
#Maraattuu
♻️Namichatu gara Ibn Aqiil deemuun akkana jedhe,
✨"Eega janaabeen booda laga keessa yeroo lamaa fi sadih of cuupha. Haa ta'u malee bishaan qaama kiyya cufa wal gahuu isaa mirkaneeffachuun hedduu natti ulfaata. kanaafuu xahaaraa qabaachuu fi qabaachuu dhabuu kiyya hin beeku. Maal godhuu naaf wayya?" jedhee gaafate.
✨Ibn Aqiilis, "Hin Salaatin!" jedheen. Namichi rifatee,
✨"Maaliif akkas jette?" jedhee gaafate.
✨Ibn Aqiilis, " Ergamaan Rabbii ﷺ Namoota sadih irraa qalamni fuudhameera ykn yakki irratti hin galmeeffamu; daa'imni haga ballagutti, inni rafe haga dammaqutti, inni maraate haga fayyaa argatutti jedhan.
✨Namni laga keessa yeroo sadih of cuuphee bishaan qaama kiyya guutuu wal hin geenye kanaafuu hin xahaarre jedhu caala maraattuun hin jiru. Kanaafuu ati fayyaa hin qabdu deemi cubbuun sirra hin jiru" jedheen.😁
♻️✍✍✍✍✍✍✍♻️
🥀🥀 @Library_Islaamaa🥀🥀 @Library_Islaamaa
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹

👍11❤2
#Obbolummaa
✔Obboleessi kee (Mu'uminni) haqa sadi sirraa qaba. Isaanis :
➛Obboleessa kee fayyaduu yoo dadhabde miidhaa isaa irraa uf qusadhu.
➛ Gammachiisuu yoo dadhabde, waan yaada keessa isa daaksisaa baqadhu.
➛Faarsuu yoo dadhabde, arraba kee irraa qusadhu.
✍#Yahyaa_binu_Mu'aaz irraa

👍7
Abbaan Ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaa Gama ganda aakhiraa godaanan.
INNAA NILLAAHI WA INNAA ILEEYHI RAAJI'UUN
😭😭😭
Abbaan Munshida beekkamaa Ustaaz #Raayyaa_Abbaa_Maccaa dhiheenya kana dhukkubsatanii wal'aanamaa kan turan yoo tahu. Galgala guyyaa har'aa October 30,2022 gama ganda aakhiraa godaananii jiru. Rabbiin jannataan isaan haa qananiisu jenna. Ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaa fi maatii isaanii hundaaf jajjabina hawwina.
✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️
https://t.me/joinchat/AAAAAExkjFc1rEMDqSpL4g
INNAA NILLAAHI WA INNAA ILEEYHI RAAJI'UUN
😭😭😭
Abbaan Munshida beekkamaa Ustaaz #Raayyaa_Abbaa_Maccaa dhiheenya kana dhukkubsatanii wal'aanamaa kan turan yoo tahu. Galgala guyyaa har'aa October 30,2022 gama ganda aakhiraa godaananii jiru. Rabbiin jannataan isaan haa qananiisu jenna. Ustaaz Raayyaa Abbaa Maccaa fi maatii isaanii hundaaf jajjabina hawwina.
✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️✍️
https://t.me/joinchat/AAAAAExkjFc1rEMDqSpL4g
Telegram
𝐋𝐢𝐛𝐫𝐚𝐫𝐲 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚📚📖📘📕📚🌹🌹ᵏᵃⁿᵃ ʰᵒᵒ ᵈᵘᵇᵇⁱˢᵗᵉᵉ??
لَا نُرِيدُ مِنكُمْ جَزَآءً وَلَا شُكُورًا
🌐 Channel kana irraa👇
📚 Kitaabban
🎵 Nashiidaa haaraya
😁 Kolfaaf
✍️Kana Beektuu?..ni Argattu
📲 Yaadaaf @Library_Islaamaabot
📲 Buy Ad:https://telega.io/@Library_Islaamaa
📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚
🌐 Channel kana irraa👇
📚 Kitaabban
🎵 Nashiidaa haaraya
😁 Kolfaaf
✍️Kana Beektuu?..ni Argattu
📲 Yaadaaf @Library_Islaamaabot
📲 Buy Ad:https://telega.io/@Library_Islaamaa
📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚
Forwarded from AL-IHSAAN (ஜ۩۩ஜ IBN DAAWUDஜ۩۩ஜ)
Obboleewwan naannoo Aggaaroo jiraattan namni Rabbiin isiniif mirgeesse boru Magalaa Aggaarootti salaata janaazaa Abbaakootiirra naaf dhaabbadha
Abbaa Rabbiin Erraa qeebalu hin beekamu jzk
#USTAAZ_RAAYYAA_ABBAA_MACCAA

👍1
#Odeeffannoo_Marii_Afrikaa_Kibbaa
Mariin nagaa mootummaa Federaalaa fi garee #TPLF gidduutti Afrikaa Kibbaa Piritooriyaatti godhamaa jiru guyyoota dabalataa fudhachuun itti fufeera. Garee TPLF mariif argaman keessaa #Tsaadqaan fi #Getaachoo_Raddaa kanaan dura lollo dhumeeraa eenyu waliin marii goona masaraa qabanna malee jedhanii dhaadachaa turuun ni yaadatama. TPLF dirree waraanatti waan moo'amteef marii kanarratti gareen ijjannoo mootummaan federaalaa kaa'e hedduu fudhattee jirti. Kanneen keessaa
1. TPLF mootummaa taatettii fi Tigraay akka biyya of dandeessetti ibsuum kan seera fi birmadummaa Itoophiyaa tuqu tahuu fi Tigraay naannoo bulchiinsa Itoophiyaa tahuu mootummaan Itoophiyaa ijjannoon mormuun TPLF birmadummaa Itoophiyaa nan kabaja jechuun fudhattee jirti.
2. TPLF RIB ganuun akka biyya of dandeessetti Raayyaa Ittisa Tigraay(TDF) jechuun of waamun biyya tokko keessa Raayyan ittisaa lama akka jiruutti seera biyyattii casuu fi birmadummaa biyyaatti amanuu dhabuu waan taheef mootummaan Itoophiyaa kana ijjannoon mormuun, TPLF RIB akka fudhatu godheera.
3. Filannoon TPLF gaggeessite seeran ala waan taheef mootummaan federaalaa Tigraay keessatti bulchiinsa mootummaa haarawa hundeessuu ijjannoon ibsuun TPLF ijjannoo kana itti walii galuutu himama.
4. TPLF hidhannoo hiikkachuu: Dhimmi walfalmisiisaa fi marichi akka dheeratu godhe dhimma gareen TPLF hidhannoo hiikkachuu mootummaan federaalaa dhiheessedha. Gareen TPLF torbee muraasa keessatti hidhannoo isaa hiikkatee meeshaalee waraanaa RIBtti akka kennuu fi gareen hidhattootaa haaroomsa akka seenan mootummaan marii kanarratti ijjannoo cimaadhan ibsaa jiraachun himameera.
Kun odeeffannoo jiru yommuu tahu gama TPLFnis tahee mootummaan ibsi marii kanarratti kenname hin jiru.
Kanas tahee sana kanaan booda TPLF filannoo biroo hin qabdu.
♨️ #SHARE gochuun
▪︎▪︎▪︎
🌈Telegrama Oduu #AfaanOromoo hordofaa✅
👇👇
https://t.me/Oduu_123