Ψ₯ΩΩΩΩ Ψ§ΩΩΩΩΩΩ ΩΩΨ§ ΩΩΨΊΩΩΩΨ±Ω Ψ£ΩΩ ΩΩΨ΄ΩΨ±ΩΩΩ Ψ¨ΩΩΩ ΩΩΩΩΨΊΩΩΩΨ±Ω Ω
ΩΨ§ Ψ―ΩΩΩΩ Ψ°ΩΩ°ΩΩΩΩ ΩΩΩ
ΩΩ ΩΩΨ΄ΩΨ§Ψ‘Ω Ϋ ΩΩΩ
ΩΩ ΩΩΨ΄ΩΨ±ΩΩΩ Ψ¨ΩΨ§ΩΩΩΩΩΩ ΩΩΩΩΨ―Ω ΨΆΩΩΩΩ ΨΆΩΩΩΨ§ΩΩΨ§ Ψ¨ΩΨΉΩΩΨ―ΩΨ§
βDhugaatti Rabbiin badii isatti qindeessuu (shirkeessuu) gonkumaa dhiifama hin godhu, kana irraa kan hafe badii kamiiniyyuu nama fedheef ni dhiisaβ
(βοΈAn-Nisaaβi 4:116)
β²Dalagaan Nama tokkoo shirkii yoo of keessaa qabaate Uumaa biratti fudhatama tokkollee hin qabu.Wanti inni dura dalages jalaa bada. Daaraa bubbeen fuute ta'a.Rabbiin akkana jedha:-
ΩΩΩΩΨ―ΩΩ ΩΩΩΨ§ Ψ₯ΩΩΩΩΩ° Ω ΩΨ§ ΨΉΩΩ ΩΩΩΩΨ§ Ω ΩΩΩ ΨΉΩΩ ΩΩΩ ΩΩΨ¬ΩΨΉΩΩΩΩΩΨ§ΩΩ ΩΩΨ¨ΩΨ§Ψ‘Ω Ω ΩΩΩΨ«ΩΩΨ±ΩΨ§
βNutis gara dalagaa isaan dalaganii feenee (dhufnee) dhukkee (daaraa) facaβaa isa gooneβ
(βοΈFurqaan 25:23)
β²Ammas Ergamaan Rabbii (Faaruu fi nageenyi Rabbii isarra haa jiraatuu) akkana jedhu:-
(Ω ΩΩΩ ΨΉΩΩ ΩΩΩ ΨΉΩΩ ΩΩΩΨ§ ΩΩΩΩΨ³Ω ΨΉΩΩΩΩΩΩ Ψ£Ω Ψ±ΩΩΨ§ ΩΩΩΩΩΩ Ψ±ΩΨ―ΩΩ).
"Namni dalagaa takka kan ajajani keenya irra hin jirre dalage isarratti deeffamtuu (irraa hin qeebalamtu)"
( βοΈMusliimtu gabaase)
β»οΈHub:-Nuti Musliimni amantii fi ayyaana eenyuullee arrabsuu hin barbaadnu. Uumaanis akka amantii namaa hin arrabsine irraa nu dhoorga waan ta'eef. Rabbiin akkana nuun jedha:-
"ΩΩΩΩΨ§ ΨͺΩΨ³ΩΨ¨ΩΩΩΨ§ Ψ§ΩΩΩΨ°ΩΩΩΩ ΩΩΨ―ΩΨΉΩΩΩΩ Ω ΩΩ Ψ―ΩΩΩΩ Ψ§ΩΩΩΩΩΩ ΩΩΩΩΨ³ΩΨ¨ΩΩΩΨ§ Ψ§ΩΩΩΩΩΩ ΨΉΩΨ―ΩΩΩΨ§ Ψ¨ΩΨΊΩΩΩΨ±Ω ΨΉΩΩΩΩ Ω"
"Warra Rabbii alatti waan biraa gabbaran hin arrabsinaa beekumsa maleetti jibbaadhaan Rabbiin arrabsu waan ta'eef"
βοΈAl-An'am 6:108
β»Ammoo haqa jirtu dubbachuu irraa hin yoomu of duuba hin deebinu, hin sodaannus, sodaachus waan hin qabnedha.||βββHar'af Xumuradhe Horaa Bulaaβββ

π3
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM

#Tokko hospitaalatti dhalate
Tokko immo manatti
Lameenu gara dachee kanaa dhufanii jiru
#Tokko mana barumsaa dhuunfaatti barate
#Tokko immoo kan ummataatti
Lameenu barumsa isaani xumuranii jiru
#Tokko siree miidhaga irra bule ka'e
#Tokko immoo afaa lafaa irra bule ka'e
Lameenu rafanii jiru
#Tokko uffata miidhaga qaba
#Tokko immoo kan miidhaga hin tayin
Lameenu qaama isaani dhoksatanii jiru
#Tokko nyaata madaalama filatee nyaata
Kuun immoo wama argate nyaata
Garuu lameenu garaa isaani guuttatanii jiru
#Tarii tokko yoona mobaayili Sony xperia,BB Z10,Q10 fi Samsung Galaxy 6edge irra post kana dubbisaa jira ta'a kuun immoo smart phone xiqqaa irra dubbisa garuu lameenu post kana arganii jiruπ
β»οΈGammachuun Kan dhufu waan hundaa qabaanneef osoo hin taane
Wantoota qabnu addaan baafne beekudha,akkasuma waan harkaa qabnuun gammaduudha.
#Gammachuun Waan jaalannu argachuu osoo hin taane
Waan arganne jaalachuudhaππππ
ΩΩΨ§ ΩΩΨ±ΩΩΨ―Ω Ω ΩΩΩΩΩ Ω Ψ¬ΩΨ²ΩΨ§ΩΨ‘Ω ΩΩΩΩΨ§ Ψ΄ΩΩΩΩΨ±ΩΨ§
π Channel kana irraaπ
π Kitaabban
π΅ Nashiidaa haaraya
π Kolfaaf
βοΈKana Beektuu?..ni Argattu
π² Yaadaaf @Library_Islaamaabot
π² Join gochuuf https://t.me/joinchat/AAAAAExkjFc1rEMDqSpL4g
ππππππππππ

Telegram
ππ’ππ«ππ«π² ππ¬π₯πππ¦ππππππππΉπΉα΅α΅βΏα΅ Κ°α΅α΅ α΅α΅α΅α΅β±Λ’α΅α΅α΅??
ΩΩΨ§ ΩΩΨ±ΩΩΨ―Ω Ω
ΩΩΩΩΩ
Ω Ψ¬ΩΨ²ΩΨ§ΩΨ‘Ω ΩΩΩΩΨ§ Ψ΄ΩΩΩΩΨ±ΩΨ§
π Channel kana irraaπ
π Kitaabban
π΅ Nashiidaa haaraya
π Kolfaaf
βοΈKana Beektuu?..ni Argattu
π² Yaadaaf @Library_Islaamaabot
π² Buy Ad:https://telega.io/@Library_Islaamaa

β€4π4
β
Sagantaa qormaata biyyoolessaa
Barattoota Saayinsii Hawaasaa
π26-28/1/205 Seensa Yuunivarsitii
π29/01/2015 Oorenteeshinii
π30-01/2015-02/02/2015 guyyaa qormaataa
π03-04 /02/ 2015 barattoonni gara iddoo dhufanii deebi'u.
Barattootaa Saayinsii Uumamaa
π05-06/02/2015 Seensa Yuunivarsitii
π07/02/2015 Oorenteeshinii
π08/02/2015-11/02/2015 Guyyaa Qormaataa
π12-13/02/2015 barattoonni gara iddoo dhufanii deebi'u.
β»οΈVia Gadaapost

π4
Forwarded from OROMIABOT
Qara fagoo iamltee waan barbaaddu argachuun hafeera kunoo waan isin barbaaddan qabannee dhiyaanneerra Join qofa gochuun nu faana tahaa!
π2
3. Kaayyoon Uumamteef Maali.docx
33.6 KB
π€π’ππππππ ππππ²π²ππ πππ«πππππ π€πna buusaa dubbisaa π’π«π«πππ¬ πππ«πππ‘πππ
πΉβ πΉβ πΉβ πΉβ
β Yaada,qeeqaaf gaaffiifπ @Library_Islaamaabot
β Kitaaba haaraawa of biraa qabdan nuu erguufπ @Raadaa16_bot
Miseensa channel kanaa tahuuf Kana Tuqaaπππππππππππ
π @Library_Islaamaa
π @Library_Islaamaa
ππππππππ
β₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈ

π7π―2
Oduu Gammachiisaa
ππππππππ
Wal-dorgommmii badhaasaa qabu kana irratti hirmaadhaaππ
ππππππππππ
πAbuu Muhammad Alhasan bin Aliyyi bin Abuu Xaalib, akaakayyuu (ilmoo ilmoo) Ergamaa Rabbiitiifi [s.a.w] jaalallee isaanii kan taβe irraa odeeffamee [r.a] ni jedhe: Ergamaa Rabbii [s.a.w] irraan βwaan si shakkisiise dhiisii gara waan si hin shakkisiifneetti dabiβ jechuu haffaze. Tirmiziifi Nasaaβiitu gabaasan. Tirmiziin hadiisicha βhasan sahiihaβ jedhe.
1β£ffaa kan baheef 400MBπππ
2β£ffaa kan baheef 300MBπ π π
3β£ffaa kan baheef 200MBπππ
β»οΈHubadhuπ waldorgommiin kan jalqabu guyyaa muraasa keessatti waan taheef ammuma #join godhaa namoota beektan akkasuma group garagaraa irratti #share godhaaπ
πΉCarraa gaariiπΉ
Wal-dorgommmicha irratti hirmaachuudhaaf
ππππππ
π’JOIN&SHARE
ππππππ
https://t.me/joinchat/AAAAAExkjFc1rEMDqSpL4g
β»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈ

Harka fuune! Chaanaalii shanan(5) armaan gadii keessaa kan keessa hin jirre join godhiitii ittiin bohaaraa baradhu.
Barattoota kutaa 12ffaa qormaata fudhataniif qormaata dura, yeroo qormaata fi qormaata booda waan gochuu qabaniif hin qabne
1. Qormaata dura
π± isin qormaata qoramuuf haaraa miti. Qorumsa baay'ee fudhattanii as geessan Kanaaf qorumsi isin fudhachuufi deemtanis waan addaa waan hin taaneef hin na'inaa
π±Sammuu keessan free godha. Kana dubbiseera, kana hin dubbisne jechuun of hin dhiphisinaa. Wanti isin dubbistan sammuu keessan keessatti kuufamee jira. Kan amma waan tokko hin beeknu jettan yeroo qormaataa yaadachuu dandeessu.
π±wantoota free isin godhan kanneen akka qilleensa qulqulluu Sirriitti baafachuuf galchuu(breathing exercise) shaakalaa.
π±nyaata sukkaarrii fi soogiddi itti baay'ate hin fayyadaminaa.
π±bishaan Sirriitti dhugaa
π±nyaata humnaa oli hin nyaatinaa/nyaata utuu hin nyaatinis hin deeminaa.
π±anniisaa argachuuf dhugaatiwwan nama si'eessan hin fayyadaminaa
π±kobbee, sa'aa fi waan qormaataaf isin barbaachisu qopheeffachuu keessan mirkaneeffadhaa
2. Yeroo qormaataa maal gochuu qabdu
π±gaafa gara mana barumsaa deemtaan suuta deemaa. Akkasumaa free of godhaa
π±qormaanni namoonni baheera jedhanii yoo isin burjaajjeesanis waa'eesaaf hin dhipatinaa
π±gaaffii isinitti cime irratti yeroo keessan hin balleessinaa. Kan isiniif salphaa tahe hojjechuun booda itti deebi'aa.
π±dambiiwwaan/instruction qormaataa seeraan hordofaa
3. Qormaata akka qoramtanii baataniin
π±gaaffii qoramtan irra deebitanii hin ilaalinaa.
π±gaaffiin natti cime jettaniis kan boriif hin dhiphatinaa. π
Kanaaf bifa kanaan of-qopheessaa
Carraa gaarii isiniif hawwa
#Dr Nafyad Getu.

π4β€1
π«Moolida kabajuunββ
βββββββββ
Nuti muslimoonni
Lama qofa qabna
Ayyaana kabajnu
Kanaan ala nuti
Kan biraa hin qabnuu
Ayyaana arafaaf
Ayyaana fixriitii
Inni kanaan alaa
Kan warra bid'aatii
Muslima hin laallatu
Ayyaanni moolidaa
Warri kabajjan kun
Mee ragaa naa fidaa
Jaalala yoo tahe
Abubakar caaltaa
Jaalala fakkeessuuf
Sobdee maaf utaaltaa
Waan rasuulaaf saabaan
Hin goone tasumaa
Waan hundee hin qabne
Maalumaaf hordofnaa!
Taabi'oonni duriif
Beektonni salafaa
Waan takkaa hin goone
Eessaa fuutan lafaa
Bida'aadha moolidni
Afaan guuteen jedhaa
Miti warri jettan
Mee ragaa naa fidaa
Ragaan qabdu taanaan
Kufaadha dubbiinkee
Towbadhuu deebi'i
Hin fixin umrii kee
ππππππππ
ΩΩΨ§ ΩΩΨ±ΩΩΨ―Ω Ω ΩΩΩΩΩ Ω Ψ¬ΩΨ²ΩΨ§ΩΨ‘Ω ΩΩΩΩΨ§ Ψ΄ΩΩΩΩΨ±ΩΨ§
π Channel kana irraaπ
π Kitaabban
π΅ Nashiidaa haaraya
π Kolfaaf
βοΈKana Beektuu?..ni Argattu
π² Yaadaaf @Library_Islaamaabot
π² Join gochuuf https://t.me/joinchat/AAAAAExkjFc1rEMDqSpL4g
ππππππππππ
βββββββββ
Nuti muslimoonni
Lama qofa qabna
Ayyaana kabajnu
Kanaan ala nuti
Kan biraa hin qabnuu
Ayyaana arafaaf
Ayyaana fixriitii
Inni kanaan alaa
Kan warra bid'aatii
Muslima hin laallatu
Ayyaanni moolidaa
Warri kabajjan kun
Mee ragaa naa fidaa
Jaalala yoo tahe
Abubakar caaltaa
Jaalala fakkeessuuf
Sobdee maaf utaaltaa
Waan rasuulaaf saabaan
Hin goone tasumaa
Waan hundee hin qabne
Maalumaaf hordofnaa!
Taabi'oonni duriif
Beektonni salafaa
Waan takkaa hin goone
Eessaa fuutan lafaa
Bida'aadha moolidni
Afaan guuteen jedhaa
Miti warri jettan
Mee ragaa naa fidaa
Ragaan qabdu taanaan
Kufaadha dubbiinkee
Towbadhuu deebi'i
Hin fixin umrii kee
ππππππππ
ΩΩΨ§ ΩΩΨ±ΩΩΨ―Ω Ω ΩΩΩΩΩ Ω Ψ¬ΩΨ²ΩΨ§ΩΨ‘Ω ΩΩΩΩΨ§ Ψ΄ΩΩΩΩΨ±ΩΨ§
π Channel kana irraaπ
π Kitaabban
π΅ Nashiidaa haaraya
π Kolfaaf
βοΈKana Beektuu?..ni Argattu
π² Yaadaaf @Library_Islaamaabot
π² Join gochuuf https://t.me/joinchat/AAAAAExkjFc1rEMDqSpL4g
ππππππππππ
Telegram
ππ’ππ«ππ«π² ππ¬π₯πππ¦ππππππππΉπΉα΅α΅βΏα΅ Κ°α΅α΅ α΅α΅α΅α΅β±Λ’α΅α΅α΅??
ΩΩΨ§ ΩΩΨ±ΩΩΨ―Ω Ω
ΩΩΩΩΩ
Ω Ψ¬ΩΨ²ΩΨ§ΩΨ‘Ω ΩΩΩΩΨ§ Ψ΄ΩΩΩΩΨ±ΩΨ§
π Channel kana irraaπ
π Kitaabban
π΅ Nashiidaa haaraya
π Kolfaaf
βοΈKana Beektuu?..ni Argattu
π² Yaadaaf @Library_Islaamaabot
π² Buy Ad:https://telega.io/@Library_Islaamaa
ππππππππππ
π Channel kana irraaπ
π Kitaabban
π΅ Nashiidaa haaraya
π Kolfaaf
βοΈKana Beektuu?..ni Argattu
π² Yaadaaf @Library_Islaamaabot
π² Buy Ad:https://telega.io/@Library_Islaamaa
ππππππππππ
β€8π3
Nama salataafuu
Hin kaane ciisichaa
Nabiin jaalla jedhee
Utaalee dhiichisaaπ€
Jarri kan kabajan
Dhaloota moo du'aa
Dhaloota yoo jedhan
Hin dhageenyee du'aa
Nuun galle jarana
Nuuf baasaa addaanii
Waliisaan wallaalee
Nuuf ibsaa ikwaanii
Rasuula jaalachuu
Nu kan ittiin beeknu
Isaan hordofuunii
Waan bira hin beeknu
β»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈ
Hin kaane ciisichaa
Nabiin jaalla jedhee
Utaalee dhiichisaaπ€
Jarri kan kabajan
Dhaloota moo du'aa
Dhaloota yoo jedhan
Hin dhageenyee du'aa
Nuun galle jarana
Nuuf baasaa addaanii
Waliisaan wallaalee
Nuuf ibsaa ikwaanii
Rasuula jaalachuu
Nu kan ittiin beeknu
Isaan hordofuunii
Waan bira hin beeknu
β»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈ
π9
Barattoonni bilbila qabatanii gara Yunversitii dhufan to'annoo seeraa jala jiru jedhame.
Barattoonni bilbila fi meshaalee elektrooniksii akka hin qabannee dhorkamanis karaa adda addaan qabatanii warri argaman to'annoo seera jala kan jiran yoo ta'u qormaata irra akka haqaman dhabbanni barnoota olaanaa ibseera.
#Gadaapost
β Hubadhaaπ obboloonni kiyya dhiiraaf dubraa warri #natural science warri ganaa deemtan ilaame #mobile fuutanii hin deeminaa yoma fuutanii deemtanis sin jalaa bada #dorm bakka ciisichaatti wal jalaa hatama sin kan torbee achi turu mitii isa wagga 3 achi ture jaalaayyu ni hatama ok kanaaf of eeggannoo godha dabalataan gibbiin kamiyyuu #camera qaba tokko tokkoon gingilchee nama agarsiisa jaratti kanaaf bilbila fuutee hin manaa hin bahin maalooπππππππ
ΩΩΨ§ ΩΩΨ±ΩΩΨ―Ω Ω ΩΩΩΩΩ Ω Ψ¬ΩΨ²ΩΨ§ΩΨ‘Ω ΩΩΩΩΨ§ Ψ΄ΩΩΩΩΨ±ΩΨ§
π Channel kana irraaπ
π Kitaabban
π΅ Nashiidaa haaraya
π Kolfaaf
βοΈKana Beektuu?..ni Argattu
π² Yaadaaf @Library_Islaamaabot
π² Join gochuuf https://t.me/joinchat/AAAAAExkjFc1rEMDqSpL4g
ππππππππππ
Barattoonni bilbila fi meshaalee elektrooniksii akka hin qabannee dhorkamanis karaa adda addaan qabatanii warri argaman to'annoo seera jala kan jiran yoo ta'u qormaata irra akka haqaman dhabbanni barnoota olaanaa ibseera.
#Gadaapost
β Hubadhaaπ obboloonni kiyya dhiiraaf dubraa warri #natural science warri ganaa deemtan ilaame #mobile fuutanii hin deeminaa yoma fuutanii deemtanis sin jalaa bada #dorm bakka ciisichaatti wal jalaa hatama sin kan torbee achi turu mitii isa wagga 3 achi ture jaalaayyu ni hatama ok kanaaf of eeggannoo godha dabalataan gibbiin kamiyyuu #camera qaba tokko tokkoon gingilchee nama agarsiisa jaratti kanaaf bilbila fuutee hin manaa hin bahin maalooπππππππ
ΩΩΨ§ ΩΩΨ±ΩΩΨ―Ω Ω ΩΩΩΩΩ Ω Ψ¬ΩΨ²ΩΨ§ΩΨ‘Ω ΩΩΩΩΨ§ Ψ΄ΩΩΩΩΨ±ΩΨ§
π Channel kana irraaπ
π Kitaabban
π΅ Nashiidaa haaraya
π Kolfaaf
βοΈKana Beektuu?..ni Argattu
π² Yaadaaf @Library_Islaamaabot
π² Join gochuuf https://t.me/joinchat/AAAAAExkjFc1rEMDqSpL4g
ππππππππππ
Telegram
ππ’ππ«ππ«π² ππ¬π₯πππ¦ππππππππΉπΉα΅α΅βΏα΅ Κ°α΅α΅ α΅α΅α΅α΅β±Λ’α΅α΅α΅??
ΩΩΨ§ ΩΩΨ±ΩΩΨ―Ω Ω
ΩΩΩΩΩ
Ω Ψ¬ΩΨ²ΩΨ§ΩΨ‘Ω ΩΩΩΩΨ§ Ψ΄ΩΩΩΩΨ±ΩΨ§
π Channel kana irraaπ
π Kitaabban
π΅ Nashiidaa haaraya
π Kolfaaf
βοΈKana Beektuu?..ni Argattu
π² Yaadaaf @Library_Islaamaabot
π² Buy Ad:https://telega.io/@Library_Islaamaa
ππππππππππ
π Channel kana irraaπ
π Kitaabban
π΅ Nashiidaa haaraya
π Kolfaaf
βοΈKana Beektuu?..ni Argattu
π² Yaadaaf @Library_Islaamaabot
π² Buy Ad:https://telega.io/@Library_Islaamaa
ππππππππππ
π5
Yoo mana dahabaa keeysa galtes yoo mana citaa keeysa galtes ni duuta. Yoo hayyuu siyaasaa taates, yoo qotee bulaa hin baratin taates ni duuta. Eega ati duute siidaa yoo siif dhaabames yoo eega ati duute adunyaan guutuun si dagates ni duuta. Yoo miidhaa jiraattes yoo miidhamaa taates ni duuta. Yoo Oromoo taates yoo amaara taates guyyaa tokko ni duuta.
Garuu yoo Rabbii kee sodaatte, yoo isa qofa gabbarte, adunyaan guutuun si wallaaltus, miskiinummaa hamtuu keeysa jiraattus, duβaa fii jireenya kee keeysatti dagatamaa fii tuffatamaa taatus Rabbi biratti ati kabajamaa fii qeebalamaadha.
Rabbii kiyyaa wajjiin ani akkamiin si haa yaachiftu. Booddee gaariin ta warra Rabbi sodaatuuti. Jannanni bareedaan qubsuma warra Rabbi sodaatuuti.
Ustaaz Jaafer beyaantu barreesse
βββββββββ
@Library_Islaamaa

β€3
ππ’ππ«ππ«π² ππ¬π₯πππ¦ππππππππΉπΉα΅α΅βΏα΅ Κ°α΅α΅ α΅α΅α΅α΅β±Λ’α΅α΅α΅?? via @like
Qormaata qofa miti barumsaafis nama deebi'u Rabbi sin haa godhu barattoota keenyaπ€²
Jarri mala baasaniiru rabbiin mala isaatiin sin walin haa tahuπ€²π€²

Sagantaa Qormaata kutaa 12ffaa Barattoota Saayinsii Uumamaaf
Qormaanni barattoota saayinsii hawaasaa guyyaa kaleessa xumuramee jira.
Barattoonni Saayinsii uumama Onkoloolessa 5 fi 6 gara mooraa itti ramadamanitti kan seenan yoo ta'u, Akkaata sagantaa armaan gadiitiin qormaata kan fudhatan ta'a.
Qormaanni guyyaa Kibxataa, Onkoloolessa 8 eegala.
Exam Time Tableπ
Kiibxata Guyyaa 08/02/15
~ 3:00 - 5:00 English
~ 9:00 - 12:00 Mathematics
Roobii, Guyyaa 9/02/15
~3:00-5:00 Aptitude
~9:00 -11:00 Physics
Kamisa, Guyyaa10/02/15
~ 3:00 - 5:30 Chemistry
~ 9:00 -11:00 Biology
Jimaata, Guyyaa 11/02/15
~ 3:00 - 5:00 Civics
Barattoota saayinsii uumamaa hundaaf carraa gaarii hawwina.
#Gadaapost
carraa gaariiπππ

Barattoota keenya Rabbi sin waliin haa tahuπ€²π€²
Kaayyoon Sheyxaanaa si dogongorsiisuu qofaa miti. Rabbiin guddaan dogongora hunda akka araaramu Sheyxaanni sirritti beeka. Kaayyoon Sheyxaanaa guddoon Rahmata Rabbii irraa hamilee si kutachiisuudha, akka ati Rabbii kee hin abdanne barbaada. Kanaaf Rahmata Rabbii irraa abdii muruun dogongora guddaadha. Hamma feete dogongortuus, hamma feete badii daleyduus gama Rabbii keetii deebiβi. Badii hin miβeeffatinii Towbadhu. Abadan abdii hin murin.
*βYaa gabroottan kiyya! Kanneen labbuu isaanii irratti daangaa dabran Rahmata Rabbii irraa abdii hin murinaa. Dhugatti Rabbiin badii hunda ni araarama. Rabbiin araaramaa, Rahmata godhaadhaβ jaβi (yaa Muhammad)*
*ΩΩΩΫ‘ ΫΩΩΩ°ΨΉΩΨ¨ΩΨ§Ψ―ΩΫΩ Ω±ΩΩΩΨ°ΩΫΩΩ Ψ£ΩΨ³Ϋ‘Ψ±ΩΩΩΩΨ§Ϋ ΨΉΩΩΩΩΩ°Ϋ€ Ψ£ΩΩΩΩΨ³ΩΩΩΩ Ϋ‘ ΩΩΨ§ ΨͺΩΩΫ‘ΩΩΨ·ΩΩΨ§Ϋ Ω ΩΩ Ψ±ΩΩΨΫ‘Ω ΩΨ©Ω Ω±ΩΩΩΩΩΩΫ Ψ₯ΩΩΩΩ Ω±ΩΩΩΩΩΩ ΫΩΨΊΫ‘ΩΩΨ±Ω Ω±ΩΨ°ΩΩΩΩΩΨ¨Ω Ψ¬ΩΩ ΩΫΨΉΩΨ§Ϋ Ψ₯ΩΩΩΩΩΩΫ₯ ΩΩΩΩ Ω±ΩΫ‘ΨΊΩΩΩΩΨ±Ω Ω±ΩΨ±ΩΩΨΩΫΩ Ω*
A-zZumar : 53
#NH

β€6π3
INNAA LILLAAHI WA INNAA ILEYHI RAAJI'UUN
Hangafni ulamootaa,sheekni sheekkotaa,leenjisaa Ustaazotaa, Sheikh Aadam Tuulaa ( Ahmad) guyyaa har'aa addunyarraa godaananuun dhagahame.
Sheikh Ahmad Tuulaa waggaa 70 ilmii barsiisuun kan turan yoo tahu, Halqaa isaanii irraa ulamootaa fi Daa'iiwwan kumaatama ta'an bahaniiru.
Sheikh Aadam Tuulaa galaana beekumsaa,barsiisa aqiidaa salafaa,manguddoo biyyaa,gaachana ummataa,goota ija barbadaa,Muftii Itiyoophiyaa ta'anii osoo tajaajilan, guyyaa har'aa mana isaaniitti,umrii isaanii waggaa 110 jalatti addunyaa dhumtuu tanarraa gama aakiraa godaananii jiru.
Har'a tuulaa beekumsaa dhabne,gaddaan qalbii cabne,mana kitaabaa guddaa dhabne,gaaddisa darasootaatu nurraa mulqame.
Yaa RABBI sitti hafne.
Yaa RABBI aalima jiruu ofii guutuu siif kenne,Rahmata,Jannata kee kenniif.

π’6
βBiyyaaf malee biyyeef hin qabsoofneβ
Jecha hiikkaa balβaa qabu kana Sheeka keenya guddaa Sheek Adam Tuulaatu gaafa waldhaba Soomaleefi Oromoo san furuuf tattaafannu san, ummanni lamaan atakaaroo daangaa dhiisanii biyya boru isaan lachuufu taatu akka jaaran gorsuuf nuuf himan.
Harβa hayyuu seenaa, siyaasaafi amantii dhuka isii beekan dhabne. Bara Sheek Bakrii Saphaloo irraa kaasee hanga gadaa Qeerrootti, qabsoo ummata Oromoo suduudaan keessa turan Sheekni. Namootan jireenya kiyya keessatti dhaggeeffadhee hin quufne keessaa kan hangafaa turan. Harβa gara fuula rabbii deeman. Rabbi warra jannataa haa godhu.
ππππ
β Jawaar Mohammed

π6
Aqiidaa ulamaaii teenyaa.pdf
1.2 MB
β»οΈπΉπΉπΉπΉπΉπΉβ»οΈ
Kitaaba hedduu bareedaadha akkasuma Seenaa Sheeka keenya sheek Aadam tuulaa fuula 68 irraa bal'inaan argachuu dandeessu.π
Buusaa dubbisaaπππ