Seenaa Nabiyyii S A W.pdf
1.6 MB
〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
Seenaa Rasuula Rabbii Nabi Muhammad s.a.w Dhalootaa hanga du'aa kunoo Dubbisaa irraas fayyadamaa buusanii dhiisuun Admaleedha!!
📚📚📚📚📚📚📚📚📚
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
Yaadaaf 👉 @Library_Islaamaabot
Channel keenyaatti makamuuf👇👇
@Library_Islaamaa

🥰3👍2
لأجلك يا رب
• المنارة الإنشادية •
🌾Nashiidaa Bareedduu
Siif Jecha Yaa raabbi♡.
لأجاك يا رب....
**Arabiffaan
🎙 #محمد_المقيط
Jum'aa gaarii
📚📚📚📚📚📚📚📚📚
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
Yaadaaf 👉 @Library_Islaamaabot
Channel keenyaatti makamuuf👇👇
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
Siif Jecha Yaa raabbi♡.
لأجاك يا رب....
**Arabiffaan
🎙 #محمد_المقيط
Jum'aa gaarii
📚📚📚📚📚📚📚📚📚
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
Yaadaaf 👉 @Library_Islaamaabot
Channel keenyaatti makamuuf👇👇
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
BEEKKUMSA
Namoonni tokko tokko beekkumsi wantuma haaraa baratan hunda jedhu.Achiirraa ka’uun
social media irra ooluun beekkumsa se’u.
Beekkumsi mi’a akka nyaataatti sammuu keetiif tajaajiludha.Akkuma garaan keessan
yommuu beela’u nyaata barbaadu isinis kennitaniif sammuun keenyas nibeela’a.nuti immoo
beekkumsa kennineefii gabbisuu qabna.Yoo hin taane ta’e immoo sammuun keenya doomaa
dhufa.
✅Beekkumsa eessa irraa arganna?Gaaffii kanaaf deebiin jalqabaa fi inni ijoon kitaaba
dubbisuudha.Biyya kana keessatti aadaan dubbisu baay’ee duubatti hafaadha.Manneen
kitaabaa baay’eenis hin jiranis.Yeroo baay’ee kitaaba kan dubbisan namoota umriin
deemanidha.Yeroon kana jedhu dargaggeessi hin dubbisu jechu kootii miti.Sababniisaas
dargaggeessaafi daa’imman yeroo dubbisan waan argeef.
dhaamsi guddaan barattootaaf dabarsuu barbaadu beekkumsi kan argamu kitaaba dareettii
barannu waan ta’eef waan biraa dubbisuun hinbarbaachisu warri jettan dareetti namni tokko
kitaaba daree qofa dubbisaa1ffaa bahun ykn averejjii olaanaa fiduun akka jagnummaatti of
ilaalta ta’a.garuu na amani ati kaayyoon kee digriif waan ta’eef gaafa digrii fixxes kitaaba
hin jaalatu.Ati kanuma daree hordofuu barbaadda.Garuu namoonni kitaabota adda addaa
dubbisan ofirra darbees biyyaa bu’aa,wantoota xixiqqoonis sobamuuhin danda’an.
Akkasumas fageessaniii yaaduu nidanda’u.
mee maatiin keessan ykn hiriyoonni keessan baay’een isaanii waan dareetti barattaniin ala
yommuu dubbiftu yoo si argan;maalgodhaarta?,kana yoom birageettee?,maalsiigodha
ammatti?Fikkf yeroo jedhani sin hinmudannee?Garuu ijoolle dubbiftaniif dhaamsi kiyya
wantoota akkanaaf gurra hinkenninaa.
Galatooma Yoon Dogongore na ofkolchaa oolmaa gaariii!!!!!
📚📚📚📚📚📚📚📚📚
☘☘☘☘☘☘☘☘☘
Yaadaaf 👉 @Library_Islaamaabot
Channel keenyaatti makamuuf👇👇
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅

👍3
Forwarded from Soor-qalbii͙ ᴬᶠᵃᵃᶰ ᴼʳᵒᵐᵒᵒ (Y͜͡e͜͡r͜͡o͜͡o͜͡s͜͡a͜͡n͜͡ O͜͡b͜͡s͜͡i͜͡n͜͡e͜͡e͜͡t͜͡)
◆ ▬▬▬▬▬▬ ❴✪❵ ▬▬▬▬▬▬ ◆
chanaalonni gadii kunniin kan beeksisa waliin hojjennuudha, kan barbaaddan join godhaa.
👇➖➖👇➖➖👇➖➖👇

#Duniyaa
➛Hayyuun tokko gaafii wahii gaafatame;
" Wanti karaa Rabbii irratti irra nama qarqaaraa maali "?
" Yaaddoo duniyaa onnee tantee keessaa baasuudha " jedhee deebise jedhan.
Rabbiin irra guddaa yaada keennaa duniyaa hin godhin .

Asoosama Islaamaa
Hawaaja 2ffa
Asoosama islaamaa kutaa 2ffaa
Ittin bohaaraa irras baradhaa join share godhaa!
Kutaa1ffaa argachuuf👉https://t.me/Library_Islaamaa/84
Yaadaaf👉 @Library_Islaamaabot
Itti dabalami 👇👇👇
☘☘☘☘☘☘☘☘☘🌸
🌸 🌺 @Library_Islaamaa @Library_Islaamaa 🌸
☘ 🌷
🌸🍀🍀🍀🍀☘☘☘☘

Asoosama.islaamaa kanatti gammaddanii??? Yoo si gammachiisee you be like
𝐤𝐨𝐥𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐝𝐡𝐮𝐦𝐧𝐞😂😂😂😂
HirribanDhabe
Namicha tokkotu hirriba dhabuun rakkate.Rakkoo
guddaaf yommuu saaxilamu gara ogeessa xiinsammuu
deemee mariisisuuf murteesse.Ogeessi xiinsammuus
rakkoo isaa haalaan erga dhaggeeffatee boodayaada
furmaataa kenneef."Galgalautuu hin rafiin dura qaama
kee dhiqadhu.Nyaata garaatti hin ulfaanne nyaadhu.Isa
booda ciisi.Ija kee walirra buufadhu.Ganama erga
hirribaa kaatee hamma galgalaatti wantota hojjette
hundumaa duraa duubaan yaadadhu.Utuma yaadachaa
jirtuu hirribni sifudhatee sokkaa!"jedhe.
Namichis gorsa hayyuu sanaa fudhatee eegale.Galgala
akkuma inni jedhe godhe.Ganamaa eegalee wantota
hojjechaa oole yaadachuutti ka'e."Ganama ka'een mana
fincaanii deeme.Fuula koon dhiqadhe.Cireen nyaadhe.Waajjira
koon deeme.
Abbootii dhimmaa
keessummeessaan oole.Sa'atiin laaqanaa yoo ga'u laaqana
nyaachuufan hoteela deeme.Kalaankala tokko ajajadheen
nyaadhe.Qarshiin kenneef..."erga jedhee booda sagalee ol
kaasee iyye."Uu..uu...uu!🙆🙆🙆😂😂😂Edaa qarshii abbaa dhibbaa itti
kennee deebii hin fudhatiinan hafe.Nan irraanfadhe jedhe 😂😂😂 irra argachuutti dhabe😂😂😂😂😂
Kolfitee dhiiftaa tuqikaa man 👍 👍
Kolfaan bohaaruuf👇👇👇

👍5
Ulaagaalee,Arkaanaafi dirqamoota salaataa.pdf
675.4 KB
✅✅✅✅✅✅✅✅🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Obboleewwaan kiyyaa yoo #salaanni tole hojiin namaa tola salaata keenya haa tikfannuu !!!
Dubbisa gaarii
📚📚📚📚📚📚📚📚📚
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
Yaadaaf 👉 @Library_Islaamaabot
Channel keenyaatti makamuuf👇👇
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
Obboleewwaan kiyyaa yoo #salaanni tole hojiin namaa tola salaata keenya haa tikfannuu !!!
Dubbisa gaarii
📚📚📚📚📚📚📚📚📚
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
Yaadaaf 👉 @Library_Islaamaabot
Channel keenyaatti makamuuf👇👇
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
JaappaaniifiAfaanIngilizii
Pirezidaanti Baaraak Obaamaan Galma Mootummaa
Amerikaa(WhiteHouse)ttimuummicha Ministeeraa
biyya Jaappaan simatanii turan.Muummichi Ministeeraa
sun Afaan Ingilizii waan hin beekneef namoota afaan
hiikantu barbaachisu.Haata'u malee,yoo xiqqaate akka
inni ittiin nagaa gaafatuuf leenjii gabaabaan kennameef.
Afaan Ingiliziidhaan erga Obaamaa nagaa gaafatee booda
isa itti aanu immoo turjumaanaan waliif galu.
Leenjiin kennameef akkanature:
Jalqaba yommuu Obaamaa argitu:"Howareyou?(Akkam
jirta?)"jetta.Inniimmoo,"I amfine,howareyou?"siin
jedha.Isa booda,"Mee too!(Anisakkasuma!"jedhi
jedhanYeroon wal arguu ga'ee jarri lachuu waldubbisuu eegalan:
👉MuummichaMinisteeraa:Who areYou?😂😂(Atieenyu?"
(Harkaa badde😜🙈🙈😂😂)
👉Obaamaa:(Xiqqoo bitaa itti galee) I am Mishel's husband!
(Ani abbaa manaa Miisheli!)
👉Muummicha Ministeeraa:Me too!(Anis akkasuma!)😳😜😂😂😂😂😂😂😂 Uuu garaa koo ayi Engliffattii kanaa nama salphifti😂👍👍👍

👍3😁1
DUBBII DHUGAA.pdf
249.4 KB
📚📚📚📚📚📚📚📚📚
☘☘☘☘☘☘☘☘☘
Kitaaba bareeda dubbii dhugaa siyaasa Ethiopia kana buusaa dubbisaa1ffaabahunyknaverejjiiolaanaafid
✅✅✅✅✅✅✅✅✅📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚🌹
📲 Yaadaaf @Library_Islaamaabot
📲 Join gochuuf https://t.me/joinchat/AAAAAExkjFc1rEMDqSpL4g
📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚

👍1
Walalo
Maammee Haaji
🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌🕌
Walaloo bareedaa kanaan bohaaraa!!!.
☘☘☘☘☘☘☘☘☘🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
لَا نُرِيدُ مِنكُمْ جَزَآءً وَلَا شُكُورًا
🌐 Channel kana irraa👇
📚 Kitaabban
🎵 Nashiidaa haaraya
😁 Kolfaaf
✍️Kana Beektuu?..ni Argattu

Ajaa'iba kana beektuu???
✅111,111,111×111,1111,111
=12,345,678,9987,654,321!
✅1089×9=9801ta’a.
✅21978×4=87912ta’a.
✅Laakkofsi kophxii(prime) guddaan hanga ammaatti argame dijiitii miiliyoona 22 ol
qaba.
✅Laakkofsi kamuu 9n baay’atee bu’aa isa dhufe sana yoo walitti edaanu 9 dhufa.👌😁
Fkn.9×2=18--->1+8=9
9×4=36---->3+6=9
👌Akeekkachiisa la kkoofsi.Akka111×9=999---->9+9+9=27garuu ammas itti fufuun 2+7=9
Kan biraa immoo 1+1=2 😍😂😂😂😂
Yoo itti gammaddan like 👍👍👍

🍎🍎🍎🍎🍎🍎🍎🍎🍎🍎🍏🍏🍏🍏🍏🍏🍏🍏🍏🍏
Hayyuun tokko akkas jedhe
"That is good book which opened with expectation and closed in profit" means that!
Kitaabbi gaariin kitaaba Abdiidhaan banamee 📖 bu'aadhaan cufamuudha! 📚
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅

Yaadaaf qeeqa keessaan nuun gahaa
Namni kamiyyuu utuu hidhiisaa walitti hin buusin qubee "M" jechuu hin dandahu!
Ilaa Gowwaa mokkoraa jira jechuudhaaf dhiisi maan jechuu hin dandeessuu like tuqi😂😂😂😂😂😂😂

Hadiisa filatamaa.pdf
980.8 KB
✅✅✅✅✅✅✅✅🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹📚📚📚📚📚📚📚📚
👉 Kana hoo dubbistee? hadiisa filatamaa haala salphaan qophaahe kana dubbisa baarakallaah!!
Dubbisa gaarii
📚📚📚📚📚📚📚📚📚
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
Yaadaaf 👉 @Library_Islaamaabot
Channel keenyaatti makamuuf👇👇
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
👉 Kana hoo dubbistee? hadiisa filatamaa haala salphaan qophaahe kana dubbisa baarakallaah!!
Dubbisa gaarii
📚📚📚📚📚📚📚📚📚
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
Yaadaaf 👉 @Library_Islaamaabot
Channel keenyaatti makamuuf👇👇
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
Asoosama islaamaa
Hawaaja 3ffa
Asoosa islaamaa kutaa 3ffaa
Ittin bohaaraa irras baradhaa join share godhaa!
Kutaa 2ffaa argachuuf👇👇
https://t.me/Library_Islaamaa/110
Yaadaaf👉 @Library_Islaamaabot
Itti dabalami 👇👇👇
☘☘☘☘☘☘☘☘☘🌸
🌸 🌺 @Library_Islaamaa @Library_Islaamaa 🌸
☘ 🌷
🌸🍀🍀🍀🍀☘☘☘☘
Ittin bohaaraa irras baradhaa join share godhaa!
Kutaa 2ffaa argachuuf👇👇
https://t.me/Library_Islaamaa/110
Yaadaaf👉 @Library_Islaamaabot
Itti dabalami 👇👇👇
☘☘☘☘☘☘☘☘☘🌸
🌸 🌺 @Library_Islaamaa @Library_Islaamaa 🌸
☘ 🌷
🌸🍀🍀🍀🍀☘☘☘☘
Way joollee bara kanaa?
😂😂😂😂😂😂😂😄😂😄
Piroofeesera:- Maal hojjachaa jirtan ijoolle?
Mucaa xiqqoo:- Rabbi kadhachaa jirra.
Pro :- Rabbi eessa jira?
Muciyyoo:- oli jira piroosheesher.
Piroo:- Ni agartanii?
Muciyyo:- Hin agarru.
Piroo:- harkaan ni xuqxanii?
Muciyyoo ;- Hin xuuynu?
Piroo:- akka saayinsiin jattutti wanti ijaan hin agarre, tan harkaan hin xuqamne waan jirre. Kanaafuu rabbiin hin jiru!😳😳🤣
Muciyyoo:- piroosheesher, maaliin mirkaneeffatte dhugaa tahuu?
Piroo:- haay an piroofeesaraa mii¿ miira kiyyatti fayyadameetiin mirkaneeffadhekkaa.
Muciyyoo:- miirri kee eessa jira?
Piroo:- na keessa!
Muciyyoo:- ni agartaa?
Piroo:- Hin agaru!😳
Muciyyoo:- ni xuuyxaa harkaan?
Piroo:- hin xuqu!
Muciyyoo:- akka saayinsii wanti hin mullanne, tan harkaan Hin xuqamne waan hin jirre! Kanaafuu miirri kee hin jiru! Rabbiin jira!😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂

👍2
Forwarded from Quality button
(((((((((AS WR WB))))))))
✍ Akkam jirtan nagayaa ?
Harra ammoo oduu gammachiisaadhaan isiniif dhufnee jirra. Channels fi Groups bebbeekamoo barnoota gaggaarii ittiin arggattan qabannee akka armaan gadiitti isiniif dhiheessinee jirra Kan feetan filadhaa galmeef yaada keessan @Almiftahtubebot Kan jedhuun nuqaqqabsiisa.