😁Bashannanaaf😁😁
Tokkotu akkas jedhe sheeka erga jennata keessa waan lubbuun feetu jira jettanii ,#Tamboon/#sigaaraan jiraaree jedhe🙄😂😂😂
#Sheeka-Ee ni jira qabsiifachuuf garuu #Jahannama deemuu si gaafata jedhaniin😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
Aboo akkam tola deebichi
Kolfite dhiiftaa🤙tuqi male

👍17😁7
Barattoonni qabxii darbiinsa isaanii karaa toora interneetii http://oromia.ministry.et/#/home jedhuun ilaallachuu ni danda'u"-Biiroo Barnoota Oromiyaa
Biiroon Barnootaa Oromiyaa firii qormaata #kutaa_8ffaa bara 2014 guyyaa har'aa irraa jalqabee karaa toora interneetiin ilaalu ni danda'u jedhame.
Bara barnootaa 2014tti barattoota kuma 451fi 25 qormaata naannoo #kutaa_8ffaa fudhachuuf galmaa'an keessaa barattoonni kumni 443fi 526 qormaaticha fudhataniiru.
👉Barattoota qoramaata fudhatan walii galaa keessaa barattoonni kumni 421fi 779 (%95.09) qabxii darbiinsaa argatanii gara kutaa 9ffaatti darbuu isaani ibseera.
👉Naannawaa horsiisee bulaan ala qabxii darbiinsaa dhiiraaf 50fi dubartootaaf 47 ta'uus himaniiru.
👉Naannawaa horsiisiisee bulaatti ammoo qabxiin darbinsaa dhiiraaf 47 yoo ta'u, barattoota dubaraaf 44 ta'uufi qabxiin darbiinsa barattoota fedhii adda kan dhiiraa 44fi dubaraaf 41 ta'uu Obbo Girman himaniiru.

👍3🥰1
#YAHYAA_IBN_KASIIR Rahimahullaah akkas jedhan < irra caalaan hiriyaa hiriyaa kottu obboleessa kiyya osoo duuti nutti hin dhufin soomnaa jedhuudha
Hiriyaan hamaan hiriyaa kottu obboleessa kiyya osoo duuti nutti hin dhufin nyaannaa jedhuudha.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
⚘@Ehsan_tube 🌹 @Ehsan_tube ⚘
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘
Hiriyaan hamaan hiriyaa kottu obboleessa kiyya osoo duuti nutti hin dhufin nyaannaa jedhuudha.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
⚘@Ehsan_tube 🌹 @Ehsan_tube ⚘
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘
👍1
♥️🍇JUMU'AA MILKAA'AA🍇🍇
💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗💗
Kabajamtootaa fi jaalatamtoota hordoftoota chaanaalii keenyaa baga guyyaa kabajamaa fi jaalatamaa guyyaa Jumu'aa guyyaa kheeyrii kanaan isin gahe.
Sunnaawwan guyyaa jumu'aa
• Qaama dhiqachuu
• Qeensa qorachuu
• Shittoo(Urgooftuu) fayyadamuu👉dhiira qofaaf
• Yeroon gara masjiidaa deemuu
• Suuraa Alkhahaf qara'uu
• Ergamaa Rabbii(Sa Al Ws) irratti salawaata heddummeessuu
• Uffata babbareedaa uffachuu
• Du'aa'II heddumeessuu
• Sadaqaa(Kennaa) heddummeessuu
Walumaa galatti wantoota kheeyrii heddumeessuu wantoota hamoo(sharrii) irraa fagaachuun jumu'aa keenya haadabarsinuu!!!!!!!!!
Guyyaa jumu'aa kanaan Rabbiin biyya keenyaa fi ummata keenyaaf nagaa nuuf haa buusu jedhaatoo Du'aa'II godhaa!!!
♥️Nagaa♥️Peace ♥️Salam♥️🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀

👍3
Abul-Jawuzaa'i Rahimahullaah akkas jedhan < Munaafiqootaaf qur'aana qara'uurra dhagaa buqqisuutu isaaf laafa>
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
⚘@Ehsan_tube 🌹 @Ehsan_tube ⚘
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
⚘@Ehsan_tube 🌹 @Ehsan_tube ⚘
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘
👍2
#IBN_ABII_ADIYYI Rahimahullaah akkas jedhan < Sooma Nabi Daawud Amata afurtama sooman maatiin isaanii tokkolleen hin beekan turan akkamitti ta'e kun ?
Namni laaqana isaaf hojjatu isa waliin baatee deema nabi ibraahim namoota karaarratti itti dhufetti saddaqaa deema hogga maatiin isaa irbaata nyaachuuf deeman waliin faxara.>
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
⚘@Ehsan_tube 🌹 @Ehsan_tube ⚘
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘
Namni laaqana isaaf hojjatu isa waliin baatee deema nabi ibraahim namoota karaarratti itti dhufetti saddaqaa deema hogga maatiin isaa irbaata nyaachuuf deeman waliin faxara.>
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘
⚘@Ehsan_tube 🌹 @Ehsan_tube ⚘
⚘⚘⚘⚘⚘⚘🌹🌹⚘⚘⚘⚘⚘⚘
Mu'uminoonni haqiiqaa (dhugaa) warra amala shanan armaan gadii qabaniidha. Isaanis:
https://t.me/glababor/897
1. Rabbiin sodaachuu; keessumaa yeroo maqaan isaa dubbatame.
2. Yeroo Qur'aanni irratti qara'ame iimaana qaban irratti iimaana dabalatu.
3. Dhugaadhaan Rabbirratti hirkatu.
4. Seera isaa eeganii salaatu.
5. Zakaa Rabbiin dirqama godhe sirriitti raawwatu.
Ragaan isaas:
{ إِنَّمَا الْمُؤْمِنُونَ الَّذِينَ إِذَا ذُكِرَ اللَّهُ وَجِلَتْ قُلُوبُهُمْ وَإِذَا تُلِيَتْ عَلَيْهِمْ آيَاتُهُ زَادَتْهُمْ إِيمَانًا وَعَلَى رَبِّهِمْ يَتَوَكَّلُونَ (2) الَّذِينَ يُقِيمُونَ الصَّلَاةَ وَمِمَّا رَزَقْنَاهُمْ يُنْفِقُونَ (3) أُولَئِكَ هُمُ الْمُؤْمِنُونَ حَقًّا لَهُمْ دَرَجَاتٌ عِنْدَ رَبِّهِمْ وَمَغْفِرَةٌ وَرِزْقٌ كَرِيمٌ (4)} [الأنفال: 2 - 4]
“Mu’umintoonni (dhugaa) warra yeroo maqaan Rabbii dubbatamu onneen isaanii rifatu, kan yeroo keeyyatoonni Isaa isaan irratti dubbifamtu Iimaana isaaniif dabaltuufi Gooftaa isaanii irratti irkatanii dha. Isaannan salaata seera ishee guutanii dhaabaniifi waan isaaniif kennine irraas kennitanii dha. Isaannan kun isaan qofatu dhugumatti mu’umintoota. Gooftaa isaanii biratti sadarkaa hedduu, araaramaafi soorata gaarii ta’etu (jannatatu) isaaniif jiraaf.” (Al-Anfaal: 2-4)

Telegram
Gali Ababor Official
Mu'uminoonni haqiiqaa (dhugaa) warra amala shanan armaan gadii qabaniidha. Isaanis:
1. Rabbiin sodaachuu; keessumaa yeroo maqaan isaa dubbatame.
2. Yeroo Qur'aanni irratti qara'ame iimaana qaban irratti iimaana dabalatu.
3. Dhugaadhaan Rabbirratti hirkatu.…
1. Rabbiin sodaachuu; keessumaa yeroo maqaan isaa dubbatame.
2. Yeroo Qur'aanni irratti qara'ame iimaana qaban irratti iimaana dabalatu.
3. Dhugaadhaan Rabbirratti hirkatu.…
👍1
AR-RAZZAAQ
Argamsiisaa hundumaa
Tolchee qixaan uumaa
Dhabamarraa nu fidee
Nama nu godhe numaa
Bishaan qorrisiisee
Walitti itichee
Nama bareeda kana
Godhee nu biqilchee
Rizqii cufa namaa
Isumatu hiraa
Rizqii keef cinqamtee
Hin gaddin yaa firaa
Nuuroo widdinetiin
Mataa ofin dhukkubsinii
Hiraariif cinqiidhaan
Yeroo keen dabarsinii
💐
Hin agarree Allaattii
Kan garaa duwwaa baatuu
Garuu yeroo deebitu
Ilmoosheetiif waa baattuu
🌹
Nutti isatti hirkannee
Qabaannan tawakkulaa
Bakka nu jirru hundaan
Nuuf seenti rizqiin ulaa~n
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
✍✍JOIn👇👇👇👇
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
Argamsiisaa hundumaa
Tolchee qixaan uumaa
Dhabamarraa nu fidee
Nama nu godhe numaa
Bishaan qorrisiisee
Walitti itichee
Nama bareeda kana
Godhee nu biqilchee
Rizqii cufa namaa
Isumatu hiraa
Rizqii keef cinqamtee
Hin gaddin yaa firaa
Nuuroo widdinetiin
Mataa ofin dhukkubsinii
Hiraariif cinqiidhaan
Yeroo keen dabarsinii
💐
Hin agarree Allaattii
Kan garaa duwwaa baatuu
Garuu yeroo deebitu
Ilmoosheetiif waa baattuu
🌹
Nutti isatti hirkannee
Qabaannan tawakkulaa
Bakka nu jirru hundaan
Nuuf seenti rizqiin ulaa~n
🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀🍀
✍✍JOIn👇👇👇👇
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
👍4
Forwarded from Love
🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
✅ As wr wb #Obbolewwaan_kiyya_Jaalatamtootafi_Qaqqaaliiwwaan_koo Channela Telegram babbareedaa gadii kana #JOIN godhaa irraa fayyadamaa🙏🙏
🌹🌹👇👇👇👇👇🌹🌹
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
✅ As wr wb #Obbolewwaan_kiyya_Jaalatamtootafi_Qaqqaaliiwwaan_koo Channela Telegram babbareedaa gadii kana #JOIN godhaa irraa fayyadamaa🙏🙏
🌹🌹👇👇👇👇👇🌹🌹
❌❌❌❌❌❌❌❌❌
Oduu sobaa namnii kamuu hubachuu qabu🙏🙏
🚫🚫🚫🚫🚫🚫
#Safaricom Telegram irratti Channel #AfaanOromoo baneera jedhanii oduun hafarfamu #soba. Gaaffii namootni heddu waa'ee dhaabbatichaa maal gootan jedhee kaka'umsaan hordofaa jiru irratti jijjiiramoota jiruuf fi gaaffilee deebii argatan kanneen fuulduratti deebi'an gareen keenya dhiyootti ibsa isiniif kenna. Gaafii gaafachaa jirru kan ummataa ti, waliin taanee faayidaa ummata keenyaa kabachiifna!
✍ Kanaaf namoota 25 yoo Affeertan birrii haga 3500 argattu kan jedhu kijiba👌👌.
Eenyu mee namni 3500 mitii birrii 35 bilaash siif kennu kanaaf olola namni fedhe #member baayyifachuuf odeessuun hi gowwoominaa 🙏🙏🙏
Galatoomaa🌹🌹🌹🌹
🖊🖊🖊🖊🖊🖊🖊
Via Abdisa Bencha

👍10👏2
Raajii uumaa rabbii
Hedduu nama dhibaa
Kaan faayee bareecha
Kaan daaraa itti dibaa
Yoo hubannee laallee
Hedduu nama ajabaa
Kan fedheef ballisee
Godha abbaa dahabaa
Gariin manan qabu
Wama keessa galuu
Waan nyaatus hin qabu
Ni bula agabuu
Kaan dachiin hanqatee
Samiitti ol ijaaraa
Fuulleedhaa yoo laaltu
Ni fakkaata gaaraa
Waan nyaatus yoo tahe
Akkaa biyyoo lafaa
Amma garaan fuudhe
Nyaatee irraa hafaa
Gariin namaa immoo
Fayyaadhaan dhibamee
Bobba'eelleen galu
Dhukkubaan dibamee
Ciisichaan dabrsa
Hedduu umuriisaa
Rabbiisaa galatee
Galchaaf shukuriisaa😥
Wanni rabbiin qabu
Hedduudhaatuu jiraa
Silaa yoom dhumaa mii
Tuquuf male irraa
Kanaaf yaa shabaaba
Dargaggeessa/ttii gaarii
Adaraa eeggadhuu
Hin darbini daarii
Daarii yoon siin jedhu
Kan rabbii guddaatii
Kansaa yoo eeggatte
Boru milkooftaatii
✅Via✍ Raadaa
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
#JOIN 👇👇👇
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
Hedduu nama dhibaa
Kaan faayee bareecha
Kaan daaraa itti dibaa
Yoo hubannee laallee
Hedduu nama ajabaa
Kan fedheef ballisee
Godha abbaa dahabaa
Gariin manan qabu
Wama keessa galuu
Waan nyaatus hin qabu
Ni bula agabuu
Kaan dachiin hanqatee
Samiitti ol ijaaraa
Fuulleedhaa yoo laaltu
Ni fakkaata gaaraa
Waan nyaatus yoo tahe
Akkaa biyyoo lafaa
Amma garaan fuudhe
Nyaatee irraa hafaa
Gariin namaa immoo
Fayyaadhaan dhibamee
Bobba'eelleen galu
Dhukkubaan dibamee
Ciisichaan dabrsa
Hedduu umuriisaa
Rabbiisaa galatee
Galchaaf shukuriisaa😥
Wanni rabbiin qabu
Hedduudhaatuu jiraa
Silaa yoom dhumaa mii
Tuquuf male irraa
Kanaaf yaa shabaaba
Dargaggeessa/ttii gaarii
Adaraa eeggadhuu
Hin darbini daarii
Daarii yoon siin jedhu
Kan rabbii guddaatii
Kansaa yoo eeggatte
Boru milkooftaatii
✅Via✍ Raadaa
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
#JOIN 👇👇👇
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
❤2👍2
👍2
Forwarded from Love
Barnoonni dirqama
Ajaja rabbiiti
Sammuun waa baratte
Bareeddee mul'atti
Lafa dukkana keessatti
Addaattee mul'atti
Bakka rakkinaattis
Ce'umsa siif taati
Yeroo telegram fayyadamtu
Barnoota kanneen argachuuf
#Join godhaa share and forward
For more knowledge
Ajaja rabbiiti
Sammuun waa baratte
Bareeddee mul'atti
Lafa dukkana keessatti
Addaattee mul'atti
Bakka rakkinaattis
Ce'umsa siif taati
Yeroo telegram fayyadamtu
Barnoota kanneen argachuuf
#Join godhaa share and forward
For more knowledge
👍2
✅Gaafataa: Qarshiin teelee irraa liqeeffatan akkamitti laallama???🤔🤔
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
#Deebisaa: Teeleen qarshii hin liqeessu. Namni heddu akkasitti yaada. Kun hubannoo dogongoraati. Wanti teeleen nama kennu Air time ykn kaardii moobaayilaati. Kaardii birrii dhibbaan bitamu manatti sii erga. Achi booda birrii 105 naa kafalta siin jedha. Kuni kafaltii tajaajilaati. Tajaajila saniif kafaltii si gaafachutti jira malee, birrii sii liqeessee birrii san irratti waan biroo dabalee hin gaafanne. Birriin teelee ka kiisha kee keessa seene hin jiru. Kuni liqii osoo hin taane gurgurtaa Duubee/Huunjootti lakkaawama. Haa tahullee ammoo, tajaajila siif kenne qaba. Waa sii baatee manatti dhufe. Ati osoo kaardii san bitachuu barbaaddee, manaa deemtee suuqii deemuu qabda. Ykn bakka biiroon teelee jiru deemuu qabda. Karaa san sii gabaabse. Ati hin deemini anatu manatti sii fida siin jedhe. saniif ammoo kafaltii tajaajilaa siif kenne. Birriin itti dabaltee kafatu sun ta khidmaa/Tajajila isaati. Kaardii san manatti siif fiduu saniif si gaafate. Kun haraamummaa hin qabu. Ribaallee miti.👌
👇👇👇👇
✍Sheikh Muhammad Haamiddiin
👇👇
Ibsa Dabalataa: (Teknoolojiin teelee yeroorraa yerotti jijjiirama. Fatwaan kun haala amma dura teeleen itti hojjataa turerratti hundaayuun deebisaan itti kenname. Yeroo ammaa ykn if dura haalli teeleen itti hojjatu jijjiiramuu mala. Kanaafuu dhimma kanarratti haala yeroo irratti hundaayanii if eeggannoo godhuu barbaachisa. Dabalataan yeroo ammaa kana wanti Mobile Banking jedhamu dhufee jira. Fatwaan Mobile Banking as keessa hin seenu. Saniif in shaa Allaah if duratti deebisaa ulamaa’ii isiniif dhiheessina. Gaafiin kun dhimma Air time ykn data bitachuu qofarratti hundaaya.
📚📚📚📚📚📚📚📚📚
✍ MaashaAllah wallahi an akka kiyyatti gaaffii kun hedduu mataa keessaa na deddeebi'ee na rakkisaa ture.nama natti dhiyoo yoon gaaffu gaaffiin kiyyayuu galuufii dide sababni irra guddaan nama keenyaa kitaabuma barate male waan teknolojii kana hin beeku kanaaf deebisaa mitii an gaaffii kee hin hubachuu hin dandeenye naan jedha namuu😁.maarree Alhamdulillah namoota waan teeknoolojii akkas beekan qabaachuun tola rabbiiti amma anis deebii quubsaa argadhe🙏 kan gaafates ,kan deebises rabbi haa milkeessuu inshallah🤲🤲
🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿
🖊🖊🖊🖊🖊🖊
Share godhaa 👇👇

Barri haaraan jettan
Kan lakkoofsaa kanaa
Bara haaraan jedhu
Utuu akka anaa🤔
Barri haaraan dhufe
Kan inni jedhamuu
Gaafa ofis biyyas
Jijjiirani namuu
Iddoo tokko taahaa
Bara haaraa jettaa
Bara haaraa jechuun
Kan lakkoofsa seetaa?
Bara haaraa jenna
Baraan bara lakkaa'aa
Guyyaan inuma deema
Silas yoom gadi taa'aa
Har'a geenyeerraa kinoo
Bara meeqa darbinee
Bara haaraa malee
Wanta haaraa hin arginee
Namuu birraa jechaa
Gammachuun macha'aa
Baga geessan jedhee
Jechoota lakkaa'aa
Takka turraan garuu
Jalqabneerra shakkii
Bara darbe wayya
Baranarra lakkii
Yaa bara dheengaddaa
Yaa bara qananii
Shaayin shilingiidha
Shiroon birrii shanii
Bara kana ammoo
Wanti hundi cinqiidhaa
Kibriitin birrii shan
Kan dur shilingiidhaa
Barri tokko darbee
Kan biraammoo dhufaa
Bifa jijjiirratee
Rakkoon itti fufaa
Bara kaan waraana
Bara kaan dhukkubaa
Yookan hoongeen bu'ee
Ummata guggubaa
Rabbii guddaa qofa
Kan buqqaasu gufuu
Barri jijjiirameef
Jijjiiramni hin dhufuu......
لَا نُرِيدُ مِنكُمْ جَزَآءً وَلَا شُكُورًا
🌐 Channel kana irraa👇
📚 Kitaabban
🎵 Nashiidaa haaraya
😁 Kolfaaf
✍️Kana Beektuu?..ni Argattu
📲 Yaadaaf @Library_Islaamaabot
📲 Join gochuuf https://t.me/joinchat/AAAAAExkjFc1rEMDqSpL4g
📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚

𝐋𝐢𝐛𝐫𝐚𝐫𝐲 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚📚📖📘📕📚🌹🌹ᵏᵃⁿᵃ ʰᵒᵒ ᵈᵘᵇᵇⁱˢᵗᵉᵉ??
لَا نُرِيدُ مِنكُمْ جَزَآءً وَلَا شُكُورًا
🌐 Channel kana irraa👇
📚 Kitaabban
🎵 Nashiidaa haaraya
😁 Kolfaaf
✍️Kana Beektuu?..ni Argattu
📲 Yaadaaf @Library_Islaamaabot
📲 Buy Ad:https://telega.io/@Library_Islaamaa
📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚
🌐 Channel kana irraa👇
📚 Kitaabban
🎵 Nashiidaa haaraya
😁 Kolfaaf
✍️Kana Beektuu?..ni Argattu
📲 Yaadaaf @Library_Islaamaabot
📲 Buy Ad:https://telega.io/@Library_Islaamaa
📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚
👍1🥰1
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Waa'ee Teeleen qarshii Namaa liqeessitu Ilaalchisee Halal mo Harami Riba moo Riba miti
Shekh Muhammad Hamidin maal jedhan.
Shekh Muhammad Hamidin maal jedhan.
👍3
Anuma qofa moo🤔
Daataa koo banadhee
Yoon fb galuu
Wama gaddaa taheem
Wanti an ilaalu😥
Oduu gaddisiisaa
Jedhanii maxxasuu
Footoo nama du'een
Garaa namaa raasuu
Waan gaddaa agarraan
Dhiiseen baha keessaa
Bakka hojii dhaqeen
Sammuu kootti odeessaa
Dafeen irraanfadhu
Sammuudhaa nan baduu
Anis jalqabe kaa
Taahee qofaa gadduu
Ayiiii jedhee qalbi cabee
Akkuma nam kamuu
Gadda qofa taaneem
Maal taatani namuu🤔
Gammachuu barbaada
Facebook tti ol bahee
Dubbiin faallaa tahe
An akkanan sehee
Gadduma agartan
Maa fiddanii dhoobduu
Gadda nama dhuunfaa
Maaliif biyyaa qoodduu
Xiqqoodhuma ishiillee
Irraan hambiftanuu
Maal giroon waan jiru
Hunda asitti haanuuf
Nanbeeka hedduun namaa
Du'aa'iif jedheetuu
Kan inni maxxansuu
Male gochuuf miti namni haa dhiphatuu
Kan gamatti du'eef
Kan asiifi achii
Facebook irra jechuu
Dhageessanii awwaalchii
😳😁
Waanan jedhus dhabee
Yaa rabbi ni beektaa
Gadda nurraa fuudhii
Situ keessa beekaa
Gadadoo irraa fuudhii
Gammachiis 70 koo
Si male maal qabna
Maaloo yaa rabbii koo
✍✍✍✍✍✍✍✍
♻️by Raa daa
لَا نُرِيدُ مِنكُمْ جَزَآءً وَلَا شُكُورًا
🌐 Channel kana irraa👇
📚 Kitaabban
🎵 Nashiidaa haaraya
😁 Kolfaaf
✍️Kana Beektuu?..ni Argattu
📲 Yaadaaf @Library_Islaamaabot
📲 Join gochuuf https://t.me/joinchat/AAAAAExkjFc1rEMDqSpL4g
📚📚📚📚📚📚📚📚📚
Daataa koo banadhee
Yoon fb galuu
Wama gaddaa taheem
Wanti an ilaalu😥
Oduu gaddisiisaa
Jedhanii maxxasuu
Footoo nama du'een
Garaa namaa raasuu
Waan gaddaa agarraan
Dhiiseen baha keessaa
Bakka hojii dhaqeen
Sammuu kootti odeessaa
Dafeen irraanfadhu
Sammuudhaa nan baduu
Anis jalqabe kaa
Taahee qofaa gadduu
Ayiiii jedhee qalbi cabee
Akkuma nam kamuu
Gadda qofa taaneem
Maal taatani namuu🤔
Gammachuu barbaada
Facebook tti ol bahee
Dubbiin faallaa tahe
An akkanan sehee
Gadduma agartan
Maa fiddanii dhoobduu
Gadda nama dhuunfaa
Maaliif biyyaa qoodduu
Xiqqoodhuma ishiillee
Irraan hambiftanuu
Maal giroon waan jiru
Hunda asitti haanuuf
Nanbeeka hedduun namaa
Du'aa'iif jedheetuu
Kan inni maxxansuu
Male gochuuf miti namni haa dhiphatuu
Kan gamatti du'eef
Kan asiifi achii
Facebook irra jechuu
Dhageessanii awwaalchii
😳😁
Waanan jedhus dhabee
Yaa rabbi ni beektaa
Gadda nurraa fuudhii
Situ keessa beekaa
Gadadoo irraa fuudhii
Gammachiis 70 koo
Si male maal qabna
Maaloo yaa rabbii koo
✍✍✍✍✍✍✍✍
♻️by Raa daa
لَا نُرِيدُ مِنكُمْ جَزَآءً وَلَا شُكُورًا
🌐 Channel kana irraa👇
📚 Kitaabban
🎵 Nashiidaa haaraya
😁 Kolfaaf
✍️Kana Beektuu?..ni Argattu
📲 Yaadaaf @Library_Islaamaabot
📲 Join gochuuf https://t.me/joinchat/AAAAAExkjFc1rEMDqSpL4g
📚📚📚📚📚📚📚📚📚
Telegram
𝐋𝐢𝐛𝐫𝐚𝐫𝐲 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐚𝐦𝐚𝐚📚📖📘📕📚🌹🌹ᵏᵃⁿᵃ ʰᵒᵒ ᵈᵘᵇᵇⁱˢᵗᵉᵉ??
لَا نُرِيدُ مِنكُمْ جَزَآءً وَلَا شُكُورًا
🌐 Channel kana irraa👇
📚 Kitaabban
🎵 Nashiidaa haaraya
😁 Kolfaaf
✍️Kana Beektuu?..ni Argattu
📲 Yaadaaf @Library_Islaamaabot
📲 Buy Ad:https://telega.io/@Library_Islaamaa
📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚
🌐 Channel kana irraa👇
📚 Kitaabban
🎵 Nashiidaa haaraya
😁 Kolfaaf
✍️Kana Beektuu?..ni Argattu
📲 Yaadaaf @Library_Islaamaabot
📲 Buy Ad:https://telega.io/@Library_Islaamaa
📚📚📚📚📚📚📚📚📚📚
👍6
Allaattiin kun kopha kopha jiraata. Yeroo wal qunnamtii wal hormaataa walitti dhufuun isaanii hin oolamu. Garuu akkaataan jireenya isaanii akkuma ilma namaati. Allaattiin kormaan tokkoofi dhaltuun takka yeroo tokko yoo wal qunnamtii wal hormaataa raawwatan, haga isaan keessaa tokko du’utti jarri lachuu allaattii biroo wajji wal qunnamtii wal hormaataa hin raawwatan. Innis isii malee gara biraa hin deemu. Isiinis isa malee allaattii biraa wajji wal qunnamtii wal hormaataa hin raawwattu. link tuqaa barruu guutuu dubbisaa. https://nuuralhudaa.com/31101/
NuuralHudaa
Allaattii akka jaarsaafi jaartiitti waliin jiraatu - NuuralHudaa
Uumamni kun Oospireey jedhama. Oospireey Sanyii Allaattii yoo tahu, maqaa biraa kan ‘culullee Qurxummii’ jedhamuunis ni waamama. Maqaan kunis, heddumminaan qurxummiilee waan sooratuuf itti moggaafame. Sanyiin uumama kanaa afurtu jira. Ardii Antaarkatikaa…
👍6
#Update: Hamiltan TV
Alhamdulillah banameera🙏🙏
Ustaaz Kaamil Shamsuu " Rakkoon wajjira Hamiltan mariidhaan furamee jiraa" jechuun fuula Feesbuuk isaa irratti beeksisee jira.
Akkasuma namni cufsiise nama dhuunfaa tahuu ibsanii,namichis too'annoo seeraa jala ooluun ibsameera🙏🙏🙏🙏🙏🙏

👍2❤1
Namni Rabbitti amanee (muslimni)fedhinnaa isaa cufa rabbiif kenne waggaa eeggatee miti kan inni rabbiif galata galchu🙏
✍ Akkuma rabbiin nuuf hime erga uumamnee kaanee hanga duuti nutti dhuftutti kan nuti rabbiin gabbarru.
♻️Wanni an kana kaaseef akkuma isinuu beektan jia kana keesaa #Irreechi ni kabajama, kun immoo muslimaaf dhorgaadha🚫
Kanaaf fuuldura kana barumsa waan kanaa gadi fageenyaan baranna insha Allah🙏🙏🙏🙏

irreecha.pdf
928.6 KB
🤔 Wuyi dinqii kinoo🤔🤔
Kitaaba bareedduu waa'ee #irrecha jedhu kana buusii dubbisi namni hunduu dubbisuun dirqama ✅ sin darbin #fuula 6 qofa 👌
Daqiiqaa 15 keessatti raawwaatta 🙏🙏🙏
📚📚📚📚📚📚📚📚📚
𝐂𝐨𝐦𝐦𝐞𝐧𝐭 𝐧𝐮𝐮 𝐤𝐞𝐧𝐧𝐮𝐮𝐟 ♥️
👇👇👇👇
@Library_Islaamaabot
@Library_Islaamaabot
♥️ 𝗝𝗼𝗶𝗻 𝗚𝗼𝗰𝗵𝘂𝘂𝗳 ♥️
👇👇👇👇👇
🌹 @Library_Islaamaa
🌹 @Library_Islaamaa
♻️☝️☝️☝️☝️☝️☝️ ☝️♻️
💐🍂💐🍂💐🍂💐🍂