πππShare godha group fi channel gara garaa irratti abbaan rabbi sinii laaffise baarakallahπ
π3
Audio
Dargaggeessa abdii biyyaa
Dargaggeettii abdii biyyaa
Dargaggummaan kun bar faayaa
Jajjabaadhaa halkan guyyaa
Shabaaba koooo
Bar guddaadha
Kan kee qoonnii
Irkoo diiniii
Shabaaba koo
Sahaabonnii
Shabaaba koo
Shabaabbanii
Yeroo kan kee
Tasan gubiin
Mee saammadhuu
Yeroon kankee
Qaqqabadhuu
πΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌ
Nashidaa haaraya
βQopheessaanπ
β Abdurahmaan huseen
β Jemaal mengistuu
β Abdella Mohammad
SHARE GODHAAπ
πππ
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
π«Link male share gochuun ofitummaadha,doqnummaadha,waan namni hojjate kan ofii godhachuu waan taheef Rabbi birattis jibbamaadha kanaaf kun dhoorgaadha.β

π12β€2
Ayi Ilma nama...
Jabaadhuma of sehee
Boquusaa daddabsaa
Uumaa isaa yakkee
Inumaa arrabsaa??
Raajii ilmi namaa
Hedduu nama dhibaa
Foon itti biqillaan
Isumaan of dhiibaa?
Foon waan haaraa miti
Xumurri isaa biyyoo
Tasa ofin tuulin
Ni salphattaa diqqooπ
Uumama keenya dagannee
Qajeelfama lakkisnee
Daangaa tarkaanfannee
Kaaliqa yoo yakkinee
Dhaabbannee of haa laallu
Jennee eessarran dhufee
Of qorachuu qabna
Utuu duutin dhufnee
Uumaan uumama hundaa
Allahussamadii
Isatu nuuf ergee
Nabi Muhammadii~n (saw)
Dhabama dur hin jirre
Uumee nu biqilchee
Bishaan nama nu godhee
Walitti itichee
Booda lafee godhe
Inni maal dadhabee
Foon itti biqilchee
Ol kaasee nu dhaabe!
Of dhaaduuf of tuuluun
Kan Rabbii guddaatii
Isatu haqa qaba
Maaluu isaan taatii
Namni yeroo raftu
Of eeguun dandeenyee
Iddodhuma jirtuu
Tasa ofin beeknee
Kaaliqa dagattee
Inumaa mormitaa
Miskiinaaf rakkattuu
Cunqursitee miitaa
Lakkii yaa namanaa
Of dhaqqabi dafii
Yeroon isaa ammaa
Utuun dhufin gaaffii~n
βby Raa daa
βββββ
ππππ
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
Jabaadhuma of sehee
Boquusaa daddabsaa
Uumaa isaa yakkee
Inumaa arrabsaa??
Raajii ilmi namaa
Hedduu nama dhibaa
Foon itti biqillaan
Isumaan of dhiibaa?
Foon waan haaraa miti
Xumurri isaa biyyoo
Tasa ofin tuulin
Ni salphattaa diqqooπ
Uumama keenya dagannee
Qajeelfama lakkisnee
Daangaa tarkaanfannee
Kaaliqa yoo yakkinee
Dhaabbannee of haa laallu
Jennee eessarran dhufee
Of qorachuu qabna
Utuu duutin dhufnee
Uumaan uumama hundaa
Allahussamadii
Isatu nuuf ergee
Nabi Muhammadii~n (saw)
Dhabama dur hin jirre
Uumee nu biqilchee
Bishaan nama nu godhee
Walitti itichee
Booda lafee godhe
Inni maal dadhabee
Foon itti biqilchee
Ol kaasee nu dhaabe!
Of dhaaduuf of tuuluun
Kan Rabbii guddaatii
Isatu haqa qaba
Maaluu isaan taatii
Namni yeroo raftu
Of eeguun dandeenyee
Iddodhuma jirtuu
Tasa ofin beeknee
Kaaliqa dagattee
Inumaa mormitaa
Miskiinaaf rakkattuu
Cunqursitee miitaa
Lakkii yaa namanaa
Of dhaqqabi dafii
Yeroon isaa ammaa
Utuun dhufin gaaffii~n
βby Raa daa
βββββ
ππππ
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
π7
2. Nabiyyii Keetiin Walbari.docx
33.7 KB
ππππππππ
Kitaaba hedduu bareedaadha buusaa dubbisaaπππ
βββββββββ
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
Kitaaba hedduu bareedaadha buusaa dubbisaaπππ
βββββββββ
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
β€2π2
ππ’ππ«ππ«π² ππ¬π₯πππ¦ππππππππΉπΉα΅α΅βΏα΅ Κ°α΅α΅ α΅α΅α΅α΅β±Λ’α΅α΅α΅?? via @like
πBashannanaafππ
Tokkotu akkas jedhe sheeka erga jennata keessa waan lubbuun feetu jira jettanii ,#Tamboon/#sigaaraan jiraaree jedheππππ
#Sheeka-Ee ni jira qabsiifachuuf garuu #Jahannama deemuu si gaafata jedhaniinππππππππππ
Aboo akkam tola deebichi
Kolfite dhiiftaaπ€tuqi male

π17π7
Barattoonni qabxii darbiinsa isaanii karaa toora interneetii http://oromia.ministry.et/#/home jedhuun ilaallachuu ni danda'u"-Biiroo Barnoota Oromiyaa
Biiroon Barnootaa Oromiyaa firii qormaata #kutaa_8ffaa bara 2014 guyyaa har'aa irraa jalqabee karaa toora interneetiin ilaalu ni danda'u jedhame.
Bara barnootaa 2014tti barattoota kuma 451fi 25 qormaata naannoo #kutaa_8ffaa fudhachuuf galmaa'an keessaa barattoonni kumni 443fi 526 qormaaticha fudhataniiru.
πBarattoota qoramaata fudhatan walii galaa keessaa barattoonni kumni 421fi 779 (%95.09) qabxii darbiinsaa argatanii gara kutaa 9ffaatti darbuu isaani ibseera.
πNaannawaa horsiisee bulaan ala qabxii darbiinsaa dhiiraaf 50fi dubartootaaf 47 ta'uus himaniiru.
πNaannawaa horsiisiisee bulaatti ammoo qabxiin darbinsaa dhiiraaf 47 yoo ta'u, barattoota dubaraaf 44 ta'uufi qabxiin darbiinsa barattoota fedhii adda kan dhiiraa 44fi dubaraaf 41 ta'uu Obbo Girman himaniiru.

π3π₯°1
#YAHYAA_IBN_KASIIR Rahimahullaah akkas jedhan < irra caalaan hiriyaa hiriyaa kottu obboleessa kiyya osoo duuti nutti hin dhufin soomnaa jedhuudha
Hiriyaan hamaan hiriyaa kottu obboleessa kiyya osoo duuti nutti hin dhufin nyaannaa jedhuudha.
ππππππππππππ
ββββπΉπΉββββββββ
β@Ehsan_tube πΉ @Ehsan_tube β
ββββββπΉπΉββββββ
Hiriyaan hamaan hiriyaa kottu obboleessa kiyya osoo duuti nutti hin dhufin nyaannaa jedhuudha.
ππππππππππππ
ββββπΉπΉββββββββ
β@Ehsan_tube πΉ @Ehsan_tube β
ββββββπΉπΉββββββ
π1
β₯οΈπJUMU'AA MILKAA'AAππ
πππππππππππ
Kabajamtootaa fi jaalatamtoota hordoftoota chaanaalii keenyaa baga guyyaa kabajamaa fi jaalatamaa guyyaa Jumu'aa guyyaa kheeyrii kanaan isin gahe.
Sunnaawwan guyyaa jumu'aa
β’ Qaama dhiqachuu
β’ Qeensa qorachuu
β’ Shittoo(Urgooftuu) fayyadamuuπdhiira qofaaf
β’ Yeroon gara masjiidaa deemuu
β’ Suuraa Alkhahaf qara'uu
β’ Ergamaa Rabbii(Sa Al Ws) irratti salawaata heddummeessuu
β’ Uffata babbareedaa uffachuu
β’ Du'aa'II heddumeessuu
β’ Sadaqaa(Kennaa) heddummeessuu
Walumaa galatti wantoota kheeyrii heddumeessuu wantoota hamoo(sharrii) irraa fagaachuun jumu'aa keenya haadabarsinuu!!!!!!!!!
Guyyaa jumu'aa kanaan Rabbiin biyya keenyaa fi ummata keenyaaf nagaa nuuf haa buusu jedhaatoo Du'aa'II godhaa!!!
β₯οΈNagaaβ₯οΈPeace β₯οΈSalamβ₯οΈπππππππππππππππ
πππππππ

Abul-Jawuzaa'i Rahimahullaah akkas jedhan < Munaafiqootaaf qur'aana qara'uurra dhagaa buqqisuutu isaaf laafa>
ππππππππππππ
ββββπΉπΉββββββββ
β@Ehsan_tube πΉ @Ehsan_tube β
ββββββπΉπΉββββββ
ππππππππππππ
ββββπΉπΉββββββββ
β@Ehsan_tube πΉ @Ehsan_tube β
ββββββπΉπΉββββββ
π2
#IBN_ABII_ADIYYI Rahimahullaah akkas jedhan < Sooma Nabi Daawud Amata afurtama sooman maatiin isaanii tokkolleen hin beekan turan akkamitti ta'e kun ?
Namni laaqana isaaf hojjatu isa waliin baatee deema nabi ibraahim namoota karaarratti itti dhufetti saddaqaa deema hogga maatiin isaa irbaata nyaachuuf deeman waliin faxara.>
ππππππππππππ
ββββπΉπΉββββββββ
β@Ehsan_tube πΉ @Ehsan_tube β
ββββββπΉπΉββββββ
Namni laaqana isaaf hojjatu isa waliin baatee deema nabi ibraahim namoota karaarratti itti dhufetti saddaqaa deema hogga maatiin isaa irbaata nyaachuuf deeman waliin faxara.>
ππππππππππππ
ββββπΉπΉββββββββ
β@Ehsan_tube πΉ @Ehsan_tube β
ββββββπΉπΉββββββ
Mu'uminoonni haqiiqaa (dhugaa) warra amala shanan armaan gadii qabaniidha. Isaanis:
https://t.me/glababor/897
1. Rabbiin sodaachuu; keessumaa yeroo maqaan isaa dubbatame.
2. Yeroo Qur'aanni irratti qara'ame iimaana qaban irratti iimaana dabalatu.
3. Dhugaadhaan Rabbirratti hirkatu.
4. Seera isaa eeganii salaatu.
5. Zakaa Rabbiin dirqama godhe sirriitti raawwatu.
Ragaan isaas:
{ Ψ₯ΩΩΩΩΩ ΩΨ§ Ψ§ΩΩΩ ΩΨ€ΩΩ ΩΩΩΩΩΩ Ψ§ΩΩΩΨ°ΩΩΩΩ Ψ₯ΩΨ°ΩΨ§ Ψ°ΩΩΩΨ±Ω Ψ§ΩΩΩΩΩΩ ΩΩΨ¬ΩΩΩΨͺΩ ΩΩΩΩΩΨ¨ΩΩΩΩ Ω ΩΩΨ₯ΩΨ°ΩΨ§ ΨͺΩΩΩΩΩΨͺΩ ΨΉΩΩΩΩΩΩΩΩ Ω Ψ’ΩΩΨ§ΨͺΩΩΩ Ψ²ΩΨ§Ψ―ΩΨͺΩΩΩΩ Ω Ψ₯ΩΩΩ ΩΨ§ΩΩΨ§ ΩΩΨΉΩΩΩΩ Ψ±ΩΨ¨ΩΩΩΩΩ Ω ΩΩΨͺΩΩΩΩΩΩΩΩΩΩΩ (2) Ψ§ΩΩΩΨ°ΩΩΩΩ ΩΩΩΩΩΩ ΩΩΩΩ Ψ§ΩΨ΅ΩΩΩΩΨ§Ψ©Ω ΩΩΩ ΩΩ ΩΩΨ§ Ψ±ΩΨ²ΩΩΩΩΩΨ§ΩΩΩ Ω ΩΩΩΩΩΩΩΩΩΩΩ (3) Ψ£ΩΩΩΩΨ¦ΩΩΩ ΩΩΩ Ω Ψ§ΩΩΩ ΩΨ€ΩΩ ΩΩΩΩΩΩ ΨΩΩΩΩΨ§ ΩΩΩΩΩ Ω Ψ―ΩΨ±ΩΨ¬ΩΨ§ΨͺΩ ΨΉΩΩΩΨ―Ω Ψ±ΩΨ¨ΩΩΩΩΩ Ω ΩΩΩ ΩΨΊΩΩΩΨ±ΩΨ©Ω ΩΩΨ±ΩΨ²ΩΩΩ ΩΩΨ±ΩΩΩ Ω (4)} [Ψ§ΩΨ£ΩΩΨ§Ω: 2 - 4]
βMuβumintoonni (dhugaa) warra yeroo maqaan Rabbii dubbatamu onneen isaanii rifatu, kan yeroo keeyyatoonni Isaa isaan irratti dubbifamtu Iimaana isaaniif dabaltuufi Gooftaa isaanii irratti irkatanii dha. Isaannan salaata seera ishee guutanii dhaabaniifi waan isaaniif kennine irraas kennitanii dha. Isaannan kun isaan qofatu dhugumatti muβumintoota. Gooftaa isaanii biratti sadarkaa hedduu, araaramaafi soorata gaarii taβetu (jannatatu) isaaniif jiraaf.β (Al-Anfaal: 2-4)

Telegram
Gali Ababor Official
Mu'uminoonni haqiiqaa (dhugaa) warra amala shanan armaan gadii qabaniidha. Isaanis:
1. Rabbiin sodaachuu; keessumaa yeroo maqaan isaa dubbatame.
2. Yeroo Qur'aanni irratti qara'ame iimaana qaban irratti iimaana dabalatu.
3. Dhugaadhaan Rabbirratti hirkatu.β¦
1. Rabbiin sodaachuu; keessumaa yeroo maqaan isaa dubbatame.
2. Yeroo Qur'aanni irratti qara'ame iimaana qaban irratti iimaana dabalatu.
3. Dhugaadhaan Rabbirratti hirkatu.β¦
π1
AR-RAZZAAQ
Argamsiisaa hundumaa
Tolchee qixaan uumaa
Dhabamarraa nu fidee
Nama nu godhe numaa
Bishaan qorrisiisee
Walitti itichee
Nama bareeda kana
Godhee nu biqilchee
Rizqii cufa namaa
Isumatu hiraa
Rizqii keef cinqamtee
Hin gaddin yaa firaa
Nuuroo widdinetiin
Mataa ofin dhukkubsinii
Hiraariif cinqiidhaan
Yeroo keen dabarsinii
π
Hin agarree Allaattii
Kan garaa duwwaa baatuu
Garuu yeroo deebitu
Ilmoosheetiif waa baattuu
πΉ
Nutti isatti hirkannee
Qabaannan tawakkulaa
Bakka nu jirru hundaan
Nuuf seenti rizqiin ulaa~n
πππππππππ
ββJOInππππ
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
Argamsiisaa hundumaa
Tolchee qixaan uumaa
Dhabamarraa nu fidee
Nama nu godhe numaa
Bishaan qorrisiisee
Walitti itichee
Nama bareeda kana
Godhee nu biqilchee
Rizqii cufa namaa
Isumatu hiraa
Rizqii keef cinqamtee
Hin gaddin yaa firaa
Nuuroo widdinetiin
Mataa ofin dhukkubsinii
Hiraariif cinqiidhaan
Yeroo keen dabarsinii
π
Hin agarree Allaattii
Kan garaa duwwaa baatuu
Garuu yeroo deebitu
Ilmoosheetiif waa baattuu
πΉ
Nutti isatti hirkannee
Qabaannan tawakkulaa
Bakka nu jirru hundaan
Nuuf seenti rizqiin ulaa~n
πππππππππ
ββJOInππππ
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
π4
Forwarded from Love
πΊπΊπΊπΊπΊπΊπΊπΊπΊ
β»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈ
β As wr wb #Obbolewwaan_kiyya_Jaalatamtootafi_Qaqqaaliiwwaan_koo Channela Telegram babbareedaa gadii kana #JOIN godhaa irraa fayyadamaaππ
πΉπΉππππππΉπΉ
β»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈ
β As wr wb #Obbolewwaan_kiyya_Jaalatamtootafi_Qaqqaaliiwwaan_koo Channela Telegram babbareedaa gadii kana #JOIN godhaa irraa fayyadamaaππ
πΉπΉππππππΉπΉ
βββββββββ
Oduu sobaa namnii kamuu hubachuu qabuππ
π«π«π«π«π«π«
#Safaricom Telegram irratti Channel #AfaanOromoo baneera jedhanii oduun hafarfamu #soba. Gaaffii namootni heddu waa'ee dhaabbatichaa maal gootan jedhee kaka'umsaan hordofaa jiru irratti jijjiiramoota jiruuf fi gaaffilee deebii argatan kanneen fuulduratti deebi'an gareen keenya dhiyootti ibsa isiniif kenna. Gaafii gaafachaa jirru kan ummataa ti, waliin taanee faayidaa ummata keenyaa kabachiifna!
β Kanaaf namoota 25 yoo Affeertan birrii haga 3500 argattu kan jedhu kijibaππ.
Eenyu mee namni 3500 mitii birrii 35 bilaash siif kennu kanaaf olola namni fedhe #member baayyifachuuf odeessuun hi gowwoominaa πππ
GalatoomaaπΉπΉπΉπΉ
πππππππ
Via Abdisa Bencha

π10π2
Raajii uumaa rabbii
Hedduu nama dhibaa
Kaan faayee bareecha
Kaan daaraa itti dibaa
Yoo hubannee laallee
Hedduu nama ajabaa
Kan fedheef ballisee
Godha abbaa dahabaa
Gariin manan qabu
Wama keessa galuu
Waan nyaatus hin qabu
Ni bula agabuu
Kaan dachiin hanqatee
Samiitti ol ijaaraa
Fuulleedhaa yoo laaltu
Ni fakkaata gaaraa
Waan nyaatus yoo tahe
Akkaa biyyoo lafaa
Amma garaan fuudhe
Nyaatee irraa hafaa
Gariin namaa immoo
Fayyaadhaan dhibamee
Bobba'eelleen galu
Dhukkubaan dibamee
Ciisichaan dabrsa
Hedduu umuriisaa
Rabbiisaa galatee
Galchaaf shukuriisaaπ₯
Wanni rabbiin qabu
Hedduudhaatuu jiraa
Silaa yoom dhumaa mii
Tuquuf male irraa
Kanaaf yaa shabaaba
Dargaggeessa/ttii gaarii
Adaraa eeggadhuu
Hin darbini daarii
Daarii yoon siin jedhu
Kan rabbii guddaatii
Kansaa yoo eeggatte
Boru milkooftaatii
β Viaβ Raadaa
β»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈ
#JOIN πππ
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
Hedduu nama dhibaa
Kaan faayee bareecha
Kaan daaraa itti dibaa
Yoo hubannee laallee
Hedduu nama ajabaa
Kan fedheef ballisee
Godha abbaa dahabaa
Gariin manan qabu
Wama keessa galuu
Waan nyaatus hin qabu
Ni bula agabuu
Kaan dachiin hanqatee
Samiitti ol ijaaraa
Fuulleedhaa yoo laaltu
Ni fakkaata gaaraa
Waan nyaatus yoo tahe
Akkaa biyyoo lafaa
Amma garaan fuudhe
Nyaatee irraa hafaa
Gariin namaa immoo
Fayyaadhaan dhibamee
Bobba'eelleen galu
Dhukkubaan dibamee
Ciisichaan dabrsa
Hedduu umuriisaa
Rabbiisaa galatee
Galchaaf shukuriisaaπ₯
Wanni rabbiin qabu
Hedduudhaatuu jiraa
Silaa yoom dhumaa mii
Tuquuf male irraa
Kanaaf yaa shabaaba
Dargaggeessa/ttii gaarii
Adaraa eeggadhuu
Hin darbini daarii
Daarii yoon siin jedhu
Kan rabbii guddaatii
Kansaa yoo eeggatte
Boru milkooftaatii
β Viaβ Raadaa
β»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈ
#JOIN πππ
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
β€2π2
π2
Forwarded from Love
Barnoonni dirqama
Ajaja rabbiiti
Sammuun waa baratte
Bareeddee mul'atti
Lafa dukkana keessatti
Addaattee mul'atti
Bakka rakkinaattis
Ce'umsa siif taati
Yeroo telegram fayyadamtu
Barnoota kanneen argachuuf
#Join godhaa share and forward
For more knowledge
Ajaja rabbiiti
Sammuun waa baratte
Bareeddee mul'atti
Lafa dukkana keessatti
Addaattee mul'atti
Bakka rakkinaattis
Ce'umsa siif taati
Yeroo telegram fayyadamtu
Barnoota kanneen argachuuf
#Join godhaa share and forward
For more knowledge
π2
β
Gaafataa: Qarshiin teelee irraa liqeeffatan akkamitti laallama???π€π€
πΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉ
#Deebisaa: Teeleen qarshii hin liqeessu. Namni heddu akkasitti yaada. Kun hubannoo dogongoraati. Wanti teeleen nama kennu Air time ykn kaardii moobaayilaati. Kaardii birrii dhibbaan bitamu manatti sii erga. Achi booda birrii 105 naa kafalta siin jedha. Kuni kafaltii tajaajilaati. Tajaajila saniif kafaltii si gaafachutti jira malee, birrii sii liqeessee birrii san irratti waan biroo dabalee hin gaafanne. Birriin teelee ka kiisha kee keessa seene hin jiru. Kuni liqii osoo hin taane gurgurtaa Duubee/Huunjootti lakkaawama. Haa tahullee ammoo, tajaajila siif kenne qaba. Waa sii baatee manatti dhufe. Ati osoo kaardii san bitachuu barbaaddee, manaa deemtee suuqii deemuu qabda. Ykn bakka biiroon teelee jiru deemuu qabda. Karaa san sii gabaabse. Ati hin deemini anatu manatti sii fida siin jedhe. saniif ammoo kafaltii tajaajilaa siif kenne. Birriin itti dabaltee kafatu sun ta khidmaa/Tajajila isaati. Kaardii san manatti siif fiduu saniif si gaafate. Kun haraamummaa hin qabu. Ribaallee miti.π
ππππ
βSheikh Muhammad Haamiddiin
ππ
Ibsa Dabalataa: (Teknoolojiin teelee yeroorraa yerotti jijjiirama. Fatwaan kun haala amma dura teeleen itti hojjataa turerratti hundaayuun deebisaan itti kenname. Yeroo ammaa ykn if dura haalli teeleen itti hojjatu jijjiiramuu mala. Kanaafuu dhimma kanarratti haala yeroo irratti hundaayanii if eeggannoo godhuu barbaachisa. Dabalataan yeroo ammaa kana wanti Mobile Banking jedhamu dhufee jira. Fatwaan Mobile Banking as keessa hin seenu. Saniif in shaa Allaah if duratti deebisaa ulamaaβii isiniif dhiheessina. Gaafiin kun dhimma Air time ykn data bitachuu qofarratti hundaaya.
πππππππππ
β MaashaAllah wallahi an akka kiyyatti gaaffii kun hedduu mataa keessaa na deddeebi'ee na rakkisaa ture.nama natti dhiyoo yoon gaaffu gaaffiin kiyyayuu galuufii dide sababni irra guddaan nama keenyaa kitaabuma barate male waan teknolojii kana hin beeku kanaaf deebisaa mitii an gaaffii kee hin hubachuu hin dandeenye naan jedha namuuπ.maarree Alhamdulillah namoota waan teeknoolojii akkas beekan qabaachuun tola rabbiiti amma anis deebii quubsaa argadheπ kan gaafates ,kan deebises rabbi haa milkeessuu inshallahπ€²π€²
πΏπΏπΏπΏπΏπΏπΏ
ππππππ
Share godhaa ππ

Barri haaraan jettan
Kan lakkoofsaa kanaa
Bara haaraan jedhu
Utuu akka anaaπ€
Barri haaraan dhufe
Kan inni jedhamuu
Gaafa ofis biyyas
Jijjiirani namuu
Iddoo tokko taahaa
Bara haaraa jettaa
Bara haaraa jechuun
Kan lakkoofsa seetaa?
Bara haaraa jenna
Baraan bara lakkaa'aa
Guyyaan inuma deema
Silas yoom gadi taa'aa
Har'a geenyeerraa kinoo
Bara meeqa darbinee
Bara haaraa malee
Wanta haaraa hin arginee
Namuu birraa jechaa
Gammachuun macha'aa
Baga geessan jedhee
Jechoota lakkaa'aa
Takka turraan garuu
Jalqabneerra shakkii
Bara darbe wayya
Baranarra lakkii
Yaa bara dheengaddaa
Yaa bara qananii
Shaayin shilingiidha
Shiroon birrii shanii
Bara kana ammoo
Wanti hundi cinqiidhaa
Kibriitin birrii shan
Kan dur shilingiidhaa
Barri tokko darbee
Kan biraammoo dhufaa
Bifa jijjiirratee
Rakkoon itti fufaa
Bara kaan waraana
Bara kaan dhukkubaa
Yookan hoongeen bu'ee
Ummata guggubaa
Rabbii guddaa qofa
Kan buqqaasu gufuu
Barri jijjiirameef
Jijjiiramni hin dhufuu......
ΩΩΨ§ ΩΩΨ±ΩΩΨ―Ω Ω ΩΩΩΩΩ Ω Ψ¬ΩΨ²ΩΨ§ΩΨ‘Ω ΩΩΩΩΨ§ Ψ΄ΩΩΩΩΨ±ΩΨ§
π Channel kana irraaπ
π Kitaabban
π΅ Nashiidaa haaraya
π Kolfaaf
βοΈKana Beektuu?..ni Argattu
π² Yaadaaf @Library_Islaamaabot
π² Join gochuuf https://t.me/joinchat/AAAAAExkjFc1rEMDqSpL4g
ππππππππππ

ππ’ππ«ππ«π² ππ¬π₯πππ¦ππππππππΉπΉα΅α΅βΏα΅ Κ°α΅α΅ α΅α΅α΅α΅β±Λ’α΅α΅α΅??
ΩΩΨ§ ΩΩΨ±ΩΩΨ―Ω Ω
ΩΩΩΩΩ
Ω Ψ¬ΩΨ²ΩΨ§ΩΨ‘Ω ΩΩΩΩΨ§ Ψ΄ΩΩΩΩΨ±ΩΨ§
π Channel kana irraaπ
π Kitaabban
π΅ Nashiidaa haaraya
π Kolfaaf
βοΈKana Beektuu?..ni Argattu
π² Yaadaaf @Library_Islaamaabot
π² Buy Ad:https://telega.io/@Library_Islaamaa
ππππππππππ
π Channel kana irraaπ
π Kitaabban
π΅ Nashiidaa haaraya
π Kolfaaf
βοΈKana Beektuu?..ni Argattu
π² Yaadaaf @Library_Islaamaabot
π² Buy Ad:https://telega.io/@Library_Islaamaa
ππππππππππ
π1π₯°1
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Waa'ee Teeleen qarshii Namaa liqeessitu Ilaalchisee Halal mo Harami Riba moo Riba miti
Shekh Muhammad Hamidin maal jedhan.
Shekh Muhammad Hamidin maal jedhan.
π3
Anuma qofa mooπ€
Daataa koo banadhee
Yoon fb galuu
Wama gaddaa taheem
Wanti an ilaaluπ₯
Oduu gaddisiisaa
Jedhanii maxxasuu
Footoo nama du'een
Garaa namaa raasuu
Waan gaddaa agarraan
Dhiiseen baha keessaa
Bakka hojii dhaqeen
Sammuu kootti odeessaa
Dafeen irraanfadhu
Sammuudhaa nan baduu
Anis jalqabe kaa
Taahee qofaa gadduu
Ayiiii jedhee qalbi cabee
Akkuma nam kamuu
Gadda qofa taaneem
Maal taatani namuuπ€
Gammachuu barbaada
Facebook tti ol bahee
Dubbiin faallaa tahe
An akkanan sehee
Gadduma agartan
Maa fiddanii dhoobduu
Gadda nama dhuunfaa
Maaliif biyyaa qoodduu
Xiqqoodhuma ishiillee
Irraan hambiftanuu
Maal giroon waan jiru
Hunda asitti haanuuf
Nanbeeka hedduun namaa
Du'aa'iif jedheetuu
Kan inni maxxansuu
Male gochuuf miti namni haa dhiphatuu
Kan gamatti du'eef
Kan asiifi achii
Facebook irra jechuu
Dhageessanii awwaalchii
π³π
Waanan jedhus dhabee
Yaa rabbi ni beektaa
Gadda nurraa fuudhii
Situ keessa beekaa
Gadadoo irraa fuudhii
Gammachiis 70 koo
Si male maal qabna
Maaloo yaa rabbii koo
ββββββββ
β»οΈby Raa daa

π6