Rabbitti dhiyaadhu
Yeroo harki si jiidhaa
Gaafa ati rakkatte
Isatu si kiisaa
Of yaadadhu lakkii
Utuu qabduu fayyaa
Silaa ofin dagatu
Namni qalbiin fayyaa~n
Kaliiqa yaadadhu
Yeroo qabdu humnaa
Gaafa ati dadhabde
Rahmaantu siif tumsaa
Yoo harkaa qabattes
Waan akka qabeenyaa
Kennadhu siif kennaa
Allaaha~n qabeessaa
Qorqoduu lakkisi
Kenni kennaasaarraa
Doqna yooniif taatee
Bor itti kasaartaa
Ilaamee yaa obbolee
Kan dhiiraaf dubaraa
Yeroo bal'oof rakkoo
Rabbumaan gabbaraa
Cinqaa guyyaa boruu
Isa nu baraaraa
An kanin siin jedhu
Adaraa amaanaa
Hardha of dagannaan
Boru akkam taanaaπ₯
Guyyaan nu fuulduraa
Kanaa akkaan jabaa
Amrii guyyaa sanaa
Rabbitu harkaa qabaa
Kayrii yoo qabaatte
Silaa ati dureessaa
Qubsumni kee tahee
Firdowsi irra keessaaπ€²
Hamtuu facaafannaan
Silaa ni hammaataa
Jazaa hamtuu keetii
Gaafas ni haammattaaπ₯
fira,horiif qabeenyi
Silaa waa siin qodhuu
Guyyaa ilmi namaa
Dhabu akka godhuu
Guyyaa san ofkaluuf
Haa taanu namasaa
Guyyaa gaafa sanaa
Yoos harka nu qabaaββ
β»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈ
βββπ
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
Yeroo harki si jiidhaa
Gaafa ati rakkatte
Isatu si kiisaa
Of yaadadhu lakkii
Utuu qabduu fayyaa
Silaa ofin dagatu
Namni qalbiin fayyaa~n
Kaliiqa yaadadhu
Yeroo qabdu humnaa
Gaafa ati dadhabde
Rahmaantu siif tumsaa
Yoo harkaa qabattes
Waan akka qabeenyaa
Kennadhu siif kennaa
Allaaha~n qabeessaa
Qorqoduu lakkisi
Kenni kennaasaarraa
Doqna yooniif taatee
Bor itti kasaartaa
Ilaamee yaa obbolee
Kan dhiiraaf dubaraa
Yeroo bal'oof rakkoo
Rabbumaan gabbaraa
Cinqaa guyyaa boruu
Isa nu baraaraa
An kanin siin jedhu
Adaraa amaanaa
Hardha of dagannaan
Boru akkam taanaaπ₯
Guyyaan nu fuulduraa
Kanaa akkaan jabaa
Amrii guyyaa sanaa
Rabbitu harkaa qabaa
Kayrii yoo qabaatte
Silaa ati dureessaa
Qubsumni kee tahee
Firdowsi irra keessaaπ€²
Hamtuu facaafannaan
Silaa ni hammaataa
Jazaa hamtuu keetii
Gaafas ni haammattaaπ₯
fira,horiif qabeenyi
Silaa waa siin qodhuu
Guyyaa ilmi namaa
Dhabu akka godhuu
Guyyaa san ofkaluuf
Haa taanu namasaa
Guyyaa gaafa sanaa
Yoos harka nu qabaaββ
β»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈ
βββπ
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
π3β€1
As wr wb Obboleewwan kiyya bakka jirtan maratti nagaa naaf tahaa πmee yaada #wolaloo koo irratti qabdan naaf ibsaaπππππ
Anonymous Poll
69%
Baayyee gaariidha itti fufiπ
10%
Homaan jedhu gaaridhaπ
6%
Qubee sirreessi male gaariidhaπ
15%
Yeroo hunda nuuf barreessiπ
π14π1
t.me/Quran_Mp3_Collection
1 @mishary_rashid_al_afasi
2 @Yassen_Al_Jazairi
3 @Sheikh_Abu_Bakr_Al_Shatri
4 @Sheikh_Muhammad_Al_Luhaidan
5 @Abdulbasit_Abdussamed1
6 @Sheikh_Abdul_Rahman_Al_Sudais
7 Ali_Al_Huzaifi
8 @Khalifah_At_Tonaeijy
9 Ahmad_Al_Ajmy
10 @Sheikh_Saad_Al_Gamidi
11 Emad_Al_Mansary
12 @Abdullah_ibn_Al_Basfar
13 @Sheikh_Nasser_Al_Qatami
14 @Abdulhadi_Kanakeri
15 @Sheikh_Maher_Al_Muaiqly
16 @Sheikh_Adel_Rayan
17 @Khalil_Al_Hussary
18 @Sheikh_Muhammad_Ayyub
19 @Abdullah_Awad_Al_Juhany
20 @Abdul_Rashid_Ali_Sufi
21 @Mohamed_Siddiq_El_Minshawi
22 @Abdul_Rahman_Al_Ossi
23 @Sheikh_Saud_Al_Shuraim
24 @Yasser_Al_Dosarii
25 @Muhammad_Al_Kurdi1
26 @Fares_Abbad1
27 @Sheikh_Salah_Bukhatir
28 @Imad_Zuhair_Hafez
29 @Muhammad_AbdulKareem
30 Ahmad_Misbahi
31 @Abdulaziz_Az_Zahrani
32 @Ibrahim_Al_Asirii
33 @Abdulbosit_Qobilov1
34 @Abdullah_al_Matrood1
35 @Afzal_Rafiqov1
36 Hani_Ar_Rifai
37 @Abdullah_Ali_Jaber
38 @Sheikh_Muhammad_Jibril
39 Jazza_Alswaileh
40 Bandar_Balila
41 @Mohammad_Al_Tablawi
42 Wadee_Al_Yamani
43 @Ghassan_Al_Shorbajyi
44 Zaki_Dagistan
45 Ahmad_Al_Lahdan
46 @Abdullah_Xalif
47 @Yasser_Al_Qureshi
48 Nabil_Al_Rifai
49 Salah_Al_Hashem
50 Shirazad_Taher
51 @Tawfeeq_As_Sayeghh
52 Rashid_Al_Arkani
53 @Sheikh_Mustafa_Ismail
54 Ali_Yakupov
55 Abdullah_Kamel
56 @Mahmud_Ali_Albanna
57 @Sheikh_Idris_Abkar
58 Hassen_Saleh
59 Moeedh_Al_Harthi
60 Ahmed_Naina
61 Waleed_Al_Naehi
62 Saber_AbdulHakam
63 @Mohammad_Saleh_Shah
64 @AbdulMuhsin_Qasim
65 Salah_Al_Budair
66 Akram_Alalaqimy
67 Jamaan_Alosaimii
68 @Abdulmohsen_Harty
69 @Abdul_Wadood_Haneef
70 @Mohammad_Al_Abdullah
71 Yahya_Hawwa
72 @Hasanxon_Yahyo_Abdulmajid
73 Khalid_Al_Jaleel
74 @Noreen_Muhammad_Siddique
75 @Ahmad_Al_Shalabii
76 @Alzain_Muhammad_Ahmad
77 @Abdulmohsin_Al_Obeikan
78 @Ibrahim_AlAkhdar
Β© @Quran_Mp3_Collection
1 @mishary_rashid_al_afasi
2 @Yassen_Al_Jazairi
3 @Sheikh_Abu_Bakr_Al_Shatri
4 @Sheikh_Muhammad_Al_Luhaidan
5 @Abdulbasit_Abdussamed1
6 @Sheikh_Abdul_Rahman_Al_Sudais
7 Ali_Al_Huzaifi
8 @Khalifah_At_Tonaeijy
9 Ahmad_Al_Ajmy
10 @Sheikh_Saad_Al_Gamidi
11 Emad_Al_Mansary
12 @Abdullah_ibn_Al_Basfar
13 @Sheikh_Nasser_Al_Qatami
14 @Abdulhadi_Kanakeri
15 @Sheikh_Maher_Al_Muaiqly
16 @Sheikh_Adel_Rayan
17 @Khalil_Al_Hussary
18 @Sheikh_Muhammad_Ayyub
19 @Abdullah_Awad_Al_Juhany
20 @Abdul_Rashid_Ali_Sufi
21 @Mohamed_Siddiq_El_Minshawi
22 @Abdul_Rahman_Al_Ossi
23 @Sheikh_Saud_Al_Shuraim
24 @Yasser_Al_Dosarii
25 @Muhammad_Al_Kurdi1
26 @Fares_Abbad1
27 @Sheikh_Salah_Bukhatir
28 @Imad_Zuhair_Hafez
29 @Muhammad_AbdulKareem
30 Ahmad_Misbahi
31 @Abdulaziz_Az_Zahrani
32 @Ibrahim_Al_Asirii
33 @Abdulbosit_Qobilov1
34 @Abdullah_al_Matrood1
35 @Afzal_Rafiqov1
36 Hani_Ar_Rifai
37 @Abdullah_Ali_Jaber
38 @Sheikh_Muhammad_Jibril
39 Jazza_Alswaileh
40 Bandar_Balila
41 @Mohammad_Al_Tablawi
42 Wadee_Al_Yamani
43 @Ghassan_Al_Shorbajyi
44 Zaki_Dagistan
45 Ahmad_Al_Lahdan
46 @Abdullah_Xalif
47 @Yasser_Al_Qureshi
48 Nabil_Al_Rifai
49 Salah_Al_Hashem
50 Shirazad_Taher
51 @Tawfeeq_As_Sayeghh
52 Rashid_Al_Arkani
53 @Sheikh_Mustafa_Ismail
54 Ali_Yakupov
55 Abdullah_Kamel
56 @Mahmud_Ali_Albanna
57 @Sheikh_Idris_Abkar
58 Hassen_Saleh
59 Moeedh_Al_Harthi
60 Ahmed_Naina
61 Waleed_Al_Naehi
62 Saber_AbdulHakam
63 @Mohammad_Saleh_Shah
64 @AbdulMuhsin_Qasim
65 Salah_Al_Budair
66 Akram_Alalaqimy
67 Jamaan_Alosaimii
68 @Abdulmohsen_Harty
69 @Abdul_Wadood_Haneef
70 @Mohammad_Al_Abdullah
71 Yahya_Hawwa
72 @Hasanxon_Yahyo_Abdulmajid
73 Khalid_Al_Jaleel
74 @Noreen_Muhammad_Siddique
75 @Ahmad_Al_Shalabii
76 @Alzain_Muhammad_Ahmad
77 @Abdulmohsin_Al_Obeikan
78 @Ibrahim_AlAkhdar
Β© @Quran_Mp3_Collection
Telegram
QURAN Audio Collection | ΠΠΎΠ»Π»Π΅ΠΊΡΠΈΡ ΠΡΠ΄ΠΈΠΎ ΠΠΠ ΠΠΠ
| QURAN Listen and Download |
| Π‘Π»ΡΡΠ°ΠΉΡΠ΅ ΠΈ Π‘ΠΊΠ°ΡΠ°ΠΉΡΠ΅ ΠΠΠ ΠΠΠ |
β¬οΈ β¬οΈ β¬οΈ β¬οΈ β¬οΈ
<< t.me/Quran_Mp3_Collection >>
Beatiful Quran Recitation:
<<t.me/Farahbaxsh_Quran>>
Admin: @Quran_Mp3_admin
| Π‘Π»ΡΡΠ°ΠΉΡΠ΅ ΠΈ Π‘ΠΊΠ°ΡΠ°ΠΉΡΠ΅ ΠΠΠ ΠΠΠ |
β¬οΈ β¬οΈ β¬οΈ β¬οΈ β¬οΈ
<< t.me/Quran_Mp3_Collection >>
Beatiful Quran Recitation:
<<t.me/Farahbaxsh_Quran>>
Admin: @Quran_Mp3_admin
β€5π1π1
ππ Tokkoon tokkoon nama barbaaddanuu #link isaa tuquun seenaa buufaadha irraa fayyadamaa Obboolewwaan kiyya #muuziqaa_dinnee_didaaπππππ
β€1
Forwarded from Deleted Account
πΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉ
Assalaamu Alaykum
warahmatullaahi
wabarakaatuh
πΊπΊπΊπΊπΊπΊπΊπΊ
ΰΌKabajamtoota hordoftoota keenya Channel Barbaachisaa waa hedduu irraa bartan isiniif filadhee dhufeetin jira Maaloo kunoo #JOIN godhaakaa!
βββββββββββββββ

π1π€―1
πππShare godha group fi channel gara garaa irratti abbaan rabbi sinii laaffise baarakallahπ
π3
Audio
Dargaggeessa abdii biyyaa
Dargaggeettii abdii biyyaa
Dargaggummaan kun bar faayaa
Jajjabaadhaa halkan guyyaa
Shabaaba koooo
Bar guddaadha
Kan kee qoonnii
Irkoo diiniii
Shabaaba koo
Sahaabonnii
Shabaaba koo
Shabaabbanii
Yeroo kan kee
Tasan gubiin
Mee saammadhuu
Yeroon kankee
Qaqqabadhuu
πΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌπΌ
Nashidaa haaraya
βQopheessaanπ
β Abdurahmaan huseen
β Jemaal mengistuu
β Abdella Mohammad
SHARE GODHAAπ
πππ
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
π«Link male share gochuun ofitummaadha,doqnummaadha,waan namni hojjate kan ofii godhachuu waan taheef Rabbi birattis jibbamaadha kanaaf kun dhoorgaadha.β

π12β€2
Ayi Ilma nama...
Jabaadhuma of sehee
Boquusaa daddabsaa
Uumaa isaa yakkee
Inumaa arrabsaa??
Raajii ilmi namaa
Hedduu nama dhibaa
Foon itti biqillaan
Isumaan of dhiibaa?
Foon waan haaraa miti
Xumurri isaa biyyoo
Tasa ofin tuulin
Ni salphattaa diqqooπ
Uumama keenya dagannee
Qajeelfama lakkisnee
Daangaa tarkaanfannee
Kaaliqa yoo yakkinee
Dhaabbannee of haa laallu
Jennee eessarran dhufee
Of qorachuu qabna
Utuu duutin dhufnee
Uumaan uumama hundaa
Allahussamadii
Isatu nuuf ergee
Nabi Muhammadii~n (saw)
Dhabama dur hin jirre
Uumee nu biqilchee
Bishaan nama nu godhee
Walitti itichee
Booda lafee godhe
Inni maal dadhabee
Foon itti biqilchee
Ol kaasee nu dhaabe!
Of dhaaduuf of tuuluun
Kan Rabbii guddaatii
Isatu haqa qaba
Maaluu isaan taatii
Namni yeroo raftu
Of eeguun dandeenyee
Iddodhuma jirtuu
Tasa ofin beeknee
Kaaliqa dagattee
Inumaa mormitaa
Miskiinaaf rakkattuu
Cunqursitee miitaa
Lakkii yaa namanaa
Of dhaqqabi dafii
Yeroon isaa ammaa
Utuun dhufin gaaffii~n
βby Raa daa
βββββ
ππππ
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
Jabaadhuma of sehee
Boquusaa daddabsaa
Uumaa isaa yakkee
Inumaa arrabsaa??
Raajii ilmi namaa
Hedduu nama dhibaa
Foon itti biqillaan
Isumaan of dhiibaa?
Foon waan haaraa miti
Xumurri isaa biyyoo
Tasa ofin tuulin
Ni salphattaa diqqooπ
Uumama keenya dagannee
Qajeelfama lakkisnee
Daangaa tarkaanfannee
Kaaliqa yoo yakkinee
Dhaabbannee of haa laallu
Jennee eessarran dhufee
Of qorachuu qabna
Utuu duutin dhufnee
Uumaan uumama hundaa
Allahussamadii
Isatu nuuf ergee
Nabi Muhammadii~n (saw)
Dhabama dur hin jirre
Uumee nu biqilchee
Bishaan nama nu godhee
Walitti itichee
Booda lafee godhe
Inni maal dadhabee
Foon itti biqilchee
Ol kaasee nu dhaabe!
Of dhaaduuf of tuuluun
Kan Rabbii guddaatii
Isatu haqa qaba
Maaluu isaan taatii
Namni yeroo raftu
Of eeguun dandeenyee
Iddodhuma jirtuu
Tasa ofin beeknee
Kaaliqa dagattee
Inumaa mormitaa
Miskiinaaf rakkattuu
Cunqursitee miitaa
Lakkii yaa namanaa
Of dhaqqabi dafii
Yeroon isaa ammaa
Utuun dhufin gaaffii~n
βby Raa daa
βββββ
ππππ
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
π7
2. Nabiyyii Keetiin Walbari.docx
33.7 KB
ππππππππ
Kitaaba hedduu bareedaadha buusaa dubbisaaπππ
βββββββββ
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
Kitaaba hedduu bareedaadha buusaa dubbisaaπππ
βββββββββ
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
β€2π2
ππ’ππ«ππ«π² ππ¬π₯πππ¦ππππππππΉπΉα΅α΅βΏα΅ Κ°α΅α΅ α΅α΅α΅α΅β±Λ’α΅α΅α΅?? via @like
πBashannanaafππ
Tokkotu akkas jedhe sheeka erga jennata keessa waan lubbuun feetu jira jettanii ,#Tamboon/#sigaaraan jiraaree jedheππππ
#Sheeka-Ee ni jira qabsiifachuuf garuu #Jahannama deemuu si gaafata jedhaniinππππππππππ
Aboo akkam tola deebichi
Kolfite dhiiftaaπ€tuqi male

π17π7
Barattoonni qabxii darbiinsa isaanii karaa toora interneetii http://oromia.ministry.et/#/home jedhuun ilaallachuu ni danda'u"-Biiroo Barnoota Oromiyaa
Biiroon Barnootaa Oromiyaa firii qormaata #kutaa_8ffaa bara 2014 guyyaa har'aa irraa jalqabee karaa toora interneetiin ilaalu ni danda'u jedhame.
Bara barnootaa 2014tti barattoota kuma 451fi 25 qormaata naannoo #kutaa_8ffaa fudhachuuf galmaa'an keessaa barattoonni kumni 443fi 526 qormaaticha fudhataniiru.
πBarattoota qoramaata fudhatan walii galaa keessaa barattoonni kumni 421fi 779 (%95.09) qabxii darbiinsaa argatanii gara kutaa 9ffaatti darbuu isaani ibseera.
πNaannawaa horsiisee bulaan ala qabxii darbiinsaa dhiiraaf 50fi dubartootaaf 47 ta'uus himaniiru.
πNaannawaa horsiisiisee bulaatti ammoo qabxiin darbinsaa dhiiraaf 47 yoo ta'u, barattoota dubaraaf 44 ta'uufi qabxiin darbiinsa barattoota fedhii adda kan dhiiraa 44fi dubaraaf 41 ta'uu Obbo Girman himaniiru.

π3π₯°1
#YAHYAA_IBN_KASIIR Rahimahullaah akkas jedhan < irra caalaan hiriyaa hiriyaa kottu obboleessa kiyya osoo duuti nutti hin dhufin soomnaa jedhuudha
Hiriyaan hamaan hiriyaa kottu obboleessa kiyya osoo duuti nutti hin dhufin nyaannaa jedhuudha.
ππππππππππππ
ββββπΉπΉββββββββ
β@Ehsan_tube πΉ @Ehsan_tube β
ββββββπΉπΉββββββ
Hiriyaan hamaan hiriyaa kottu obboleessa kiyya osoo duuti nutti hin dhufin nyaannaa jedhuudha.
ππππππππππππ
ββββπΉπΉββββββββ
β@Ehsan_tube πΉ @Ehsan_tube β
ββββββπΉπΉββββββ
π1
β₯οΈπJUMU'AA MILKAA'AAππ
πππππππππππ
Kabajamtootaa fi jaalatamtoota hordoftoota chaanaalii keenyaa baga guyyaa kabajamaa fi jaalatamaa guyyaa Jumu'aa guyyaa kheeyrii kanaan isin gahe.
Sunnaawwan guyyaa jumu'aa
β’ Qaama dhiqachuu
β’ Qeensa qorachuu
β’ Shittoo(Urgooftuu) fayyadamuuπdhiira qofaaf
β’ Yeroon gara masjiidaa deemuu
β’ Suuraa Alkhahaf qara'uu
β’ Ergamaa Rabbii(Sa Al Ws) irratti salawaata heddummeessuu
β’ Uffata babbareedaa uffachuu
β’ Du'aa'II heddumeessuu
β’ Sadaqaa(Kennaa) heddummeessuu
Walumaa galatti wantoota kheeyrii heddumeessuu wantoota hamoo(sharrii) irraa fagaachuun jumu'aa keenya haadabarsinuu!!!!!!!!!
Guyyaa jumu'aa kanaan Rabbiin biyya keenyaa fi ummata keenyaaf nagaa nuuf haa buusu jedhaatoo Du'aa'II godhaa!!!
β₯οΈNagaaβ₯οΈPeace β₯οΈSalamβ₯οΈπππππππππππππππ
πππππππ

Abul-Jawuzaa'i Rahimahullaah akkas jedhan < Munaafiqootaaf qur'aana qara'uurra dhagaa buqqisuutu isaaf laafa>
ππππππππππππ
ββββπΉπΉββββββββ
β@Ehsan_tube πΉ @Ehsan_tube β
ββββββπΉπΉββββββ
ππππππππππππ
ββββπΉπΉββββββββ
β@Ehsan_tube πΉ @Ehsan_tube β
ββββββπΉπΉββββββ
π2
#IBN_ABII_ADIYYI Rahimahullaah akkas jedhan < Sooma Nabi Daawud Amata afurtama sooman maatiin isaanii tokkolleen hin beekan turan akkamitti ta'e kun ?
Namni laaqana isaaf hojjatu isa waliin baatee deema nabi ibraahim namoota karaarratti itti dhufetti saddaqaa deema hogga maatiin isaa irbaata nyaachuuf deeman waliin faxara.>
ππππππππππππ
ββββπΉπΉββββββββ
β@Ehsan_tube πΉ @Ehsan_tube β
ββββββπΉπΉββββββ
Namni laaqana isaaf hojjatu isa waliin baatee deema nabi ibraahim namoota karaarratti itti dhufetti saddaqaa deema hogga maatiin isaa irbaata nyaachuuf deeman waliin faxara.>
ππππππππππππ
ββββπΉπΉββββββββ
β@Ehsan_tube πΉ @Ehsan_tube β
ββββββπΉπΉββββββ
Mu'uminoonni haqiiqaa (dhugaa) warra amala shanan armaan gadii qabaniidha. Isaanis:
https://t.me/glababor/897
1. Rabbiin sodaachuu; keessumaa yeroo maqaan isaa dubbatame.
2. Yeroo Qur'aanni irratti qara'ame iimaana qaban irratti iimaana dabalatu.
3. Dhugaadhaan Rabbirratti hirkatu.
4. Seera isaa eeganii salaatu.
5. Zakaa Rabbiin dirqama godhe sirriitti raawwatu.
Ragaan isaas:
{ Ψ₯ΩΩΩΩΩ ΩΨ§ Ψ§ΩΩΩ ΩΨ€ΩΩ ΩΩΩΩΩΩ Ψ§ΩΩΩΨ°ΩΩΩΩ Ψ₯ΩΨ°ΩΨ§ Ψ°ΩΩΩΨ±Ω Ψ§ΩΩΩΩΩΩ ΩΩΨ¬ΩΩΩΨͺΩ ΩΩΩΩΩΨ¨ΩΩΩΩ Ω ΩΩΨ₯ΩΨ°ΩΨ§ ΨͺΩΩΩΩΩΨͺΩ ΨΉΩΩΩΩΩΩΩΩ Ω Ψ’ΩΩΨ§ΨͺΩΩΩ Ψ²ΩΨ§Ψ―ΩΨͺΩΩΩΩ Ω Ψ₯ΩΩΩ ΩΨ§ΩΩΨ§ ΩΩΨΉΩΩΩΩ Ψ±ΩΨ¨ΩΩΩΩΩ Ω ΩΩΨͺΩΩΩΩΩΩΩΩΩΩΩ (2) Ψ§ΩΩΩΨ°ΩΩΩΩ ΩΩΩΩΩΩ ΩΩΩΩ Ψ§ΩΨ΅ΩΩΩΩΨ§Ψ©Ω ΩΩΩ ΩΩ ΩΩΨ§ Ψ±ΩΨ²ΩΩΩΩΩΨ§ΩΩΩ Ω ΩΩΩΩΩΩΩΩΩΩΩ (3) Ψ£ΩΩΩΩΨ¦ΩΩΩ ΩΩΩ Ω Ψ§ΩΩΩ ΩΨ€ΩΩ ΩΩΩΩΩΩ ΨΩΩΩΩΨ§ ΩΩΩΩΩ Ω Ψ―ΩΨ±ΩΨ¬ΩΨ§ΨͺΩ ΨΉΩΩΩΨ―Ω Ψ±ΩΨ¨ΩΩΩΩΩ Ω ΩΩΩ ΩΨΊΩΩΩΨ±ΩΨ©Ω ΩΩΨ±ΩΨ²ΩΩΩ ΩΩΨ±ΩΩΩ Ω (4)} [Ψ§ΩΨ£ΩΩΨ§Ω: 2 - 4]
βMuβumintoonni (dhugaa) warra yeroo maqaan Rabbii dubbatamu onneen isaanii rifatu, kan yeroo keeyyatoonni Isaa isaan irratti dubbifamtu Iimaana isaaniif dabaltuufi Gooftaa isaanii irratti irkatanii dha. Isaannan salaata seera ishee guutanii dhaabaniifi waan isaaniif kennine irraas kennitanii dha. Isaannan kun isaan qofatu dhugumatti muβumintoota. Gooftaa isaanii biratti sadarkaa hedduu, araaramaafi soorata gaarii taβetu (jannatatu) isaaniif jiraaf.β (Al-Anfaal: 2-4)

Gali Ababor Official
Mu'uminoonni haqiiqaa (dhugaa) warra amala shanan armaan gadii qabaniidha. Isaanis:
1. Rabbiin sodaachuu; keessumaa yeroo maqaan isaa dubbatame.
2. Yeroo Qur'aanni irratti qara'ame iimaana qaban irratti iimaana dabalatu.
3. Dhugaadhaan Rabbirratti hirkatu.β¦
1. Rabbiin sodaachuu; keessumaa yeroo maqaan isaa dubbatame.
2. Yeroo Qur'aanni irratti qara'ame iimaana qaban irratti iimaana dabalatu.
3. Dhugaadhaan Rabbirratti hirkatu.β¦
π1
AR-RAZZAAQ
Argamsiisaa hundumaa
Tolchee qixaan uumaa
Dhabamarraa nu fidee
Nama nu godhe numaa
Bishaan qorrisiisee
Walitti itichee
Nama bareeda kana
Godhee nu biqilchee
Rizqii cufa namaa
Isumatu hiraa
Rizqii keef cinqamtee
Hin gaddin yaa firaa
Nuuroo widdinetiin
Mataa ofin dhukkubsinii
Hiraariif cinqiidhaan
Yeroo keen dabarsinii
π
Hin agarree Allaattii
Kan garaa duwwaa baatuu
Garuu yeroo deebitu
Ilmoosheetiif waa baattuu
πΉ
Nutti isatti hirkannee
Qabaannan tawakkulaa
Bakka nu jirru hundaan
Nuuf seenti rizqiin ulaa~n
πππππππππ
ββJOInππππ
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
Argamsiisaa hundumaa
Tolchee qixaan uumaa
Dhabamarraa nu fidee
Nama nu godhe numaa
Bishaan qorrisiisee
Walitti itichee
Nama bareeda kana
Godhee nu biqilchee
Rizqii cufa namaa
Isumatu hiraa
Rizqii keef cinqamtee
Hin gaddin yaa firaa
Nuuroo widdinetiin
Mataa ofin dhukkubsinii
Hiraariif cinqiidhaan
Yeroo keen dabarsinii
π
Hin agarree Allaattii
Kan garaa duwwaa baatuu
Garuu yeroo deebitu
Ilmoosheetiif waa baattuu
πΉ
Nutti isatti hirkannee
Qabaannan tawakkulaa
Bakka nu jirru hundaan
Nuuf seenti rizqiin ulaa~n
πππππππππ
ββJOInππππ
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
π4
Forwarded from Love
πΊπΊπΊπΊπΊπΊπΊπΊπΊ
β»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈ
β As wr wb #Obbolewwaan_kiyya_Jaalatamtootafi_Qaqqaaliiwwaan_koo Channela Telegram babbareedaa gadii kana #JOIN godhaa irraa fayyadamaaππ
πΉπΉππππππΉπΉ
β»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈ
β As wr wb #Obbolewwaan_kiyya_Jaalatamtootafi_Qaqqaaliiwwaan_koo Channela Telegram babbareedaa gadii kana #JOIN godhaa irraa fayyadamaaππ
πΉπΉππππππΉπΉ
βββββββββ
Oduu sobaa namnii kamuu hubachuu qabuππ
π«π«π«π«π«π«
#Safaricom Telegram irratti Channel #AfaanOromoo baneera jedhanii oduun hafarfamu #soba. Gaaffii namootni heddu waa'ee dhaabbatichaa maal gootan jedhee kaka'umsaan hordofaa jiru irratti jijjiiramoota jiruuf fi gaaffilee deebii argatan kanneen fuulduratti deebi'an gareen keenya dhiyootti ibsa isiniif kenna. Gaafii gaafachaa jirru kan ummataa ti, waliin taanee faayidaa ummata keenyaa kabachiifna!
β Kanaaf namoota 25 yoo Affeertan birrii haga 3500 argattu kan jedhu kijibaππ.
Eenyu mee namni 3500 mitii birrii 35 bilaash siif kennu kanaaf olola namni fedhe #member baayyifachuuf odeessuun hi gowwoominaa πππ
GalatoomaaπΉπΉπΉπΉ
πππππππ
Via Abdisa Bencha

π10π2
Raajii uumaa rabbii
Hedduu nama dhibaa
Kaan faayee bareecha
Kaan daaraa itti dibaa
Yoo hubannee laallee
Hedduu nama ajabaa
Kan fedheef ballisee
Godha abbaa dahabaa
Gariin manan qabu
Wama keessa galuu
Waan nyaatus hin qabu
Ni bula agabuu
Kaan dachiin hanqatee
Samiitti ol ijaaraa
Fuulleedhaa yoo laaltu
Ni fakkaata gaaraa
Waan nyaatus yoo tahe
Akkaa biyyoo lafaa
Amma garaan fuudhe
Nyaatee irraa hafaa
Gariin namaa immoo
Fayyaadhaan dhibamee
Bobba'eelleen galu
Dhukkubaan dibamee
Ciisichaan dabrsa
Hedduu umuriisaa
Rabbiisaa galatee
Galchaaf shukuriisaaπ₯
Wanni rabbiin qabu
Hedduudhaatuu jiraa
Silaa yoom dhumaa mii
Tuquuf male irraa
Kanaaf yaa shabaaba
Dargaggeessa/ttii gaarii
Adaraa eeggadhuu
Hin darbini daarii
Daarii yoon siin jedhu
Kan rabbii guddaatii
Kansaa yoo eeggatte
Boru milkooftaatii
β Viaβ Raadaa
β»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈ
#JOIN πππ
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
Hedduu nama dhibaa
Kaan faayee bareecha
Kaan daaraa itti dibaa
Yoo hubannee laallee
Hedduu nama ajabaa
Kan fedheef ballisee
Godha abbaa dahabaa
Gariin manan qabu
Wama keessa galuu
Waan nyaatus hin qabu
Ni bula agabuu
Kaan dachiin hanqatee
Samiitti ol ijaaraa
Fuulleedhaa yoo laaltu
Ni fakkaata gaaraa
Waan nyaatus yoo tahe
Akkaa biyyoo lafaa
Amma garaan fuudhe
Nyaatee irraa hafaa
Gariin namaa immoo
Fayyaadhaan dhibamee
Bobba'eelleen galu
Dhukkubaan dibamee
Ciisichaan dabrsa
Hedduu umuriisaa
Rabbiisaa galatee
Galchaaf shukuriisaaπ₯
Wanni rabbiin qabu
Hedduudhaatuu jiraa
Silaa yoom dhumaa mii
Tuquuf male irraa
Kanaaf yaa shabaaba
Dargaggeessa/ttii gaarii
Adaraa eeggadhuu
Hin darbini daarii
Daarii yoon siin jedhu
Kan rabbii guddaatii
Kansaa yoo eeggatte
Boru milkooftaatii
β Viaβ Raadaa
β»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈ
#JOIN πππ
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
β€2π2
π2