π‹π’π›π«πšπ«π² 𝐈𝐬π₯πšπšπ¦πšπšπŸ“šπŸ“–πŸ“˜πŸ“•πŸ“šπŸŒΉπŸŒΉα΅α΅ƒβΏα΅ƒ Κ°α΅’α΅’ α΅ˆα΅˜α΅‡α΅‡β±Λ’α΅—α΅‰α΅‰??
11.6K subscribers
463 photos
46 videos
180 files
812 links
Ω„ΩŽΨ§ Ω†ΩΨ±ΩΩŠΨ―Ω مِنكُمْ Ψ¬ΩŽΨ²ΩŽΨ§Ω“Ψ‘Ω‹ ΩˆΩŽΩ„ΩŽΨ§ Ψ΄ΩΩƒΩΩˆΨ±Ω‹Ψ§
🌐 Channel kana irraaπŸ‘‡
πŸ“š Kitaabban
🎡 Nashiidaa haaraya
😁 Kolfaaf
✍️Kana Beektuu?..ni Argattu
πŸ“² Yaadaaf @Library_Islaamaabot
πŸ“² Buy Ad:https://telega.io/@Library_Islaamaa
πŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“š
Download Telegram
Fartuun Abdulqaadir Waaqoo Guutuu Wal dorgommii Qur’aaanaa moohatte.

Nuuralhudaa
August 8/ 2022

Intalti ilma Jeneraal Waagoo Guutuu Fartuun Abdulqaadir Waaqoo, garee Dubartootaa irraa bakka bu'uun Wal Dorgommii Qur'aanaa ( USA ) Minisootaatti Adeemsifame irratti Sadarkaa 1ffaa bahuun badhaasa guddaa argatte.

Wal dorgommii Qur’aanaa North America Imam Al-Shatibi Quran Competition jedhamu kan magaalaa Minessotatti gaggeeffame kanarratti, Fartuun Abdulqaadir dorgommii kana moohachuun Toyota Highlander kan Doolaara $46,000tti tilmaamamuu fii Mallaqa Doolaara $20,000 badhaafamtee jirti. Dabalataanis tikeeta umraa argattee jirti. Fartuun Abdulqaadir Waaqoo baga gammadde, baga milkoofte siin jenna.

Nuuralhudaa
Soora Qalbii Muslimaa
πŸ‘9❀1
#Boqonnaa_Barbaadduu ?

Ψ£Ψ­Ψ³Ω† Ω…Ψ§ يسΨͺريح Ψ¨Ω‡ Ψ§Ω„ΨΉΨ¨Ψ― في Ω‡Ψ°Ψ§ Ψ§Ω„Ψ²Ω‘ΩŽΩ…Ψ§Ω† Ψ¨ΨΉΨ― Ψ§Ω„Ψ₯ΩŠΩ…Ψ§Ω† Ψ¨Ψ§Ω„Ω„Ω‘ΩŽΩ‡ΨŒ Ψ·Ω„Ψ¨ Ψ§Ω„ΨΉΩ„Ω… ΩˆΨ§Ω„Ψ²Ω‘ΩŽΩˆΨ¬Ψ© Ψ§Ω„Ψ΅Ω‘ΩŽΨ§Ω„Ψ­Ψ©.
βž› " Gadaa tana keesatti Iimaanatti aanee wanti waa hundaa olitti boqonnaa ilma namaatiif kennaa, Ilmii barbaaduu fi haadha manaa gaarii qabaachuudha." jedhe Imaamul Alma'ii namni jedhamu
#Ψ§Ω„Ψ₯Ω…Ψ§Ω…_Ψ§Ω„Ψ£Ω„Ω…ΨΉΩŠ 253β€Œβ€Œ
#Imam_Alma'i 253β€Œβ€Œ
βž› Kanaafuu boqonnaa ilma namaa waa 3 keessa jira :
βœ”Iimaana dhugaa,
βœ”Ilmii/Beekkumsa barbaaduu,
βœ”Haadha warraa/Abbaa warraa gaarii keessa jira jedhan.
❀7
Jireenya kootti Aaree
Yoon of abaaree kahee
Borii koo fooyyeffachuuf
Nan argadhaaree gahee
~
Lakki of hin abaaruu
Jireenya dhumtuu kanaaf
Lakki anoo nan obsaa
Hin jarjaru ammaaf πŸ™
~
Rabbumattin deebisa
Cufa waan na rakkisee
Anoo ofin abaaruu
Isa kadhaa lakkisee.
✍
Atis obboleessoo
Yoo taate akka kiyya
Jiruun silaan guutu
Hin tahu akka niyyaa
✍
Yoo gar tokkoon guute
Kaaniin ni dhimmisaa
Rakkoon yoo baayyates
Borii keef si cimsaa
🌹
#Hasbunallah jedhii
wani'imal wakiiluu
Rakkoo kee hundumaaf
Siif jira jaliiluu~n
✍
Abshir obboleessa koo
Of hin abaarin aartee
Ol qabadhu mataa kee
Gadin jedhin maal taatee?
πŸ€
mataa kee ol qabadhu
Gadin buusin boquu kee
Kaleessa keetti aartee
Hin balleessin boruu kee

Kaaliqa kee kadhadhu
Isatu qabaa hundaa
Inni naman gatuu
Isa kan namaa laatuuπŸ™πŸ™

♻️by RD
✍✍✍✍✍✍✍✍✍
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
πŸ‘1
βœ… Karaa fagoo deemuudhaan Mul'anni dhugooma male karaa gabaabaanii miti✍✍
🌿🌿
Karaa fagootu na eega jedhi yaadi. Isaafis
qophaai.
✍Namoota kaayyoo
karaa fagoo deeman keessa isaanii dhugoomsuuf
muraasni kanneen armaan gadiiti.
1⃣. #N. #Mandeellaa: Kaayyoo isaa
dhugoomsuuf karaa fagoo waggaa 27
itti fudhate.
2⃣. #A. #Liinkoon: Hanga umrin isaa waggaa
52 ta'utti fiixaan ba'insi isa irraa fagaatee ture. Sana booda nama lafa
fagoo deemuun seenaa
galmeessiiseedha.
3⃣. #Biilgeeti: karaa fagoo barnoota isaa jalqabaa addaan kutuun deemee abbaa #qabeenyaa jaarraa lamaa ta'ee dursaa
jira.
4⃣. #M. #Gaandii: Karaa fagoo deemuudhaan
dhaloota Hindii foolii bilisummaa urgeeffachiise.
5⃣. #Joorgii #Waashingiton: Loltoota muraasa qabaatee biyyaa addunyaaf
har'a haadha taate aarbummaa ialaa
urgeertachiise.
6⃣. #B.#Obaamaa: Lafa fagoo deemuudhaan
seenaa Ameerikaa keessatti teessoo
warri adii dhaala godhatan irra ta'ee
geggeessuu danda'eera.
7⃣. #Helleen #Kileer: Lafa fagoo deemuun ija
osoo hin qabaatiin dubartii jalqabaa digrii ishee argachuu dandeessadha.
8⃣. F. D. #Roosivelti: lafa fagoo deemuudhaan milli isaa #naafa ta'ee
osoo jiru Ameerikaa waggaa 12 bulcheera.
9⃣. #Anii fi #Atis😳😳: lafa fagoo deemuudhaan
kaayyoo keenya akka dhugoomsinu
shakkii hin qabu.
✍Kanaaf, mul'atni sirriin ati qabdu yoo dafee
dhugoomuu dide, kuni amaluma mul'ata
sirrii ta'uu isaa hubadhuutii yeroo fagoo fi
karaa fagoo sana jabaadhuu wajjiin deemii
dhugoomfadhu malee abdii kutattee karaa
walakkaatti dhiiftee biraa hin deebi'iin!πŸ™βœ

#HubadhuπŸ‘Œ Namoonni an as gubbaatti siniif hime kunniin kan galma gahaniin mul'ata guddaa waan qabaniif Rabbiin galmaan gahe male jarri #muslima miti, maaliga ati kan Rabbii waa hunda uume amantee jirtu akkamitti Abdii murattee teessa🀫 kai hojjadhu galma yaaddu san ni geessaa.
πŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“š
✍Join Please πŸ‘‡
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
πŸ‘6πŸ₯°1
۝ Ψ₯ΩΩ†ΩŽΩ‘ Ψ§Ω„Ω„ΩŽΩ‘Ω‡ΩŽ ΩˆΩŽΩ…ΩŽΩ„Ψ§Ψ¦ΩΩƒΩŽΨͺΩŽΩ‡Ω ΩŠΩΨ΅ΩŽΩ„ΩΩ‘ΩˆΩ†ΩŽ ΨΉΩŽΩ„ΩŽΩ‰
Ψ§Ω„Ω†ΩŽΩ‘Ψ¨ΩΩŠΩΩ‘ يَا Ψ£ΩŽΩŠΩΩ‘Ω‡ΩŽΨ§ Ψ§Ω„ΩŽΩ‘Ψ°ΩΩŠΩ†ΩŽ Ψ’Ω…ΩŽΩ†ΩΩˆΨ§ Ψ΅ΩŽΩ„ΩΩ‘ΩˆΨ§
ΨΉΩŽΩ„ΩŽΩŠΩ’Ω‡Ω ΩˆΩŽΨ³ΩŽΩ„ΩΩ‘Ω…ΩΩˆΨ§ ΨͺΩŽΨ³Ω’Ω„ΩΩŠΩ…Ω‹Ψ§ ۝ ο·Ί

Ψ§Ω„Ω„Ω‡Ω… Ψ΅Ω„ΩŠ ΩˆΨ³Ω„Ω… ΩˆΨ¨Ψ§Ψ±Ωƒ ΨΉΩ„ΩŠ Ω†Ψ¨ΩŠΩ†Ψ§ Ω…Ψ­Ω…Ψ― ❀

ﷺ 🌺 🌺ﷺ ﷺ🌺 🌺 ﷺ
ﷺ🌺 🌺ﷺ🌺 🌺ﷺ ο·Ί 🌺 πŸ”» 🌺 ο·Ί
ﷺ🌺 🌺 ﷺ
ﷺ 🌺 🌺 ﷺ
ο·Ί 🌺 Ω…ΩΩ€οΊ£Ω€ΩŽΩ…Ω‘ΩŽΩ€Ϊ‰ 🌺 ο·Ί
ﷺ🌺 🌺 ﷺ
ﷺ🌺 🌺ﷺ
ﷺ 🌺 🌺 ﷺ
ﷺ 🌺 ﷺ

Caalaa ilmaan namaa
Isaantu hunda dursaa
#Rahmataafi_nageenya
Isaan irra buusaaπŸ‘
ο·Ίο·Ίο·ΊπŸŒΉπŸŒΉπŸŒΉπŸŒΉπŸŒΉπŸŒΉπŸ‘‡
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
❀8πŸ‘8
Rabbitti dhiyaadhu
Yeroo harki si jiidhaa
Gaafa ati rakkatte
Isatu si kiisaa

Of yaadadhu lakkii
Utuu qabduu fayyaa
Silaa ofin dagatu
Namni qalbiin fayyaa~n

Kaliiqa yaadadhu
Yeroo qabdu humnaa
Gaafa ati dadhabde
Rahmaantu siif tumsaa

Yoo harkaa qabattes
Waan akka qabeenyaa
Kennadhu siif kennaa
Allaaha~n qabeessaa

Qorqoduu lakkisi
Kenni kennaasaarraa
Doqna yooniif taatee
Bor itti kasaartaa

Ilaamee yaa obbolee
Kan dhiiraaf dubaraa
Yeroo bal'oof rakkoo
Rabbumaan gabbaraa
Cinqaa guyyaa boruu
Isa nu baraaraa

An kanin siin jedhu
Adaraa amaanaa
Hardha of dagannaan
Boru akkam taanaaπŸ˜₯

Guyyaan nu fuulduraa
Kanaa akkaan jabaa
Amrii guyyaa sanaa
Rabbitu harkaa qabaa

Kayrii yoo qabaatte
Silaa ati dureessaa
Qubsumni kee tahee
Firdowsi irra keessaa🀲

Hamtuu facaafannaan
Silaa ni hammaataa
Jazaa hamtuu keetii
Gaafas ni haammattaaπŸ˜₯

fira,horiif qabeenyi
Silaa waa siin qodhuu
Guyyaa ilmi namaa
Dhabu akka godhuu

Guyyaa san ofkaluuf
Haa taanu namasaa
Guyyaa gaafa sanaa
Yoos harka nu qabaa✍✍
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️
βœβœβœπŸ‘‡
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
πŸ‘3❀1
t.me/Quran_Mp3_Collection

1 @mishary_rashid_al_afasi
2 @Yassen_Al_Jazairi
3 @Sheikh_Abu_Bakr_Al_Shatri
4 @Sheikh_Muhammad_Al_Luhaidan
5 @Abdulbasit_Abdussamed1
6 @Sheikh_Abdul_Rahman_Al_Sudais
7 Ali_Al_Huzaifi
8 @Khalifah_At_Tonaeijy
9 Ahmad_Al_Ajmy
10 @Sheikh_Saad_Al_Gamidi
11 Emad_Al_Mansary
12 @Abdullah_ibn_Al_Basfar
13 @Sheikh_Nasser_Al_Qatami
14 @Abdulhadi_Kanakeri
15 @Sheikh_Maher_Al_Muaiqly
16 @Sheikh_Adel_Rayan
17 @Khalil_Al_Hussary
18 @Sheikh_Muhammad_Ayyub
19 @Abdullah_Awad_Al_Juhany
20 @Abdul_Rashid_Ali_Sufi
21 @Mohamed_Siddiq_El_Minshawi
22 @Abdul_Rahman_Al_Ossi
23 @Sheikh_Saud_Al_Shuraim
24 @Yasser_Al_Dosarii
25 @Muhammad_Al_Kurdi1
26 @Fares_Abbad1
27 @Sheikh_Salah_Bukhatir
28 @Imad_Zuhair_Hafez
29 @Muhammad_AbdulKareem
30 Ahmad_Misbahi
31 @Abdulaziz_Az_Zahrani
32 @Ibrahim_Al_Asirii
33 @Abdulbosit_Qobilov1
34 @Abdullah_al_Matrood1
35 @Afzal_Rafiqov1
36  Hani_Ar_Rifai
37 @Abdullah_Ali_Jaber
38 @Sheikh_Muhammad_Jibril
39 Jazza_Alswaileh
40 Bandar_Balila
41 @Mohammad_Al_Tablawi
42 Wadee_Al_Yamani
43 @Ghassan_Al_Shorbajyi
44 Zaki_Dagistan
45 Ahmad_Al_Lahdan
46 @Abdullah_Xalif
47 @Yasser_Al_Qureshi
48  Nabil_Al_Rifai
49 Salah_Al_Hashem
50 Shirazad_Taher
51 @Tawfeeq_As_Sayeghh
52 Rashid_Al_Arkani
53 @Sheikh_Mustafa_Ismail
54 Ali_Yakupov
55 Abdullah_Kamel
56 @Mahmud_Ali_Albanna
57 @Sheikh_Idris_Abkar
58 Hassen_Saleh
59 Moeedh_Al_Harthi
60 Ahmed_Naina
61 Waleed_Al_Naehi
62 Saber_AbdulHakam
63 @Mohammad_Saleh_Shah
64 @AbdulMuhsin_Qasim
65 Salah_Al_Budair
66 Akram_Alalaqimy
67 Jamaan_Alosaimii
68 @Abdulmohsen_Harty
69 @Abdul_Wadood_Haneef
70 @Mohammad_Al_Abdullah
71 Yahya_Hawwa
72 @Hasanxon_Yahyo_Abdulmajid
73 Khalid_Al_Jaleel
74 @Noreen_Muhammad_Siddique
75 @Ahmad_Al_Shalabii
76 @Alzain_Muhammad_Ahmad
77 @Abdulmohsin_Al_Obeikan
78 @Ibrahim_AlAkhdar

Β© @Quran_Mp3_Collection
❀5πŸ‘1πŸ‘Ž1
Forwarded from Deleted Account
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
Assalaamu Alaykum
warahmatullaahi
wabarakaatuh
🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺
ΰΌ†Kabajamtoota hordoftoota keenya Channel Barbaachisaa waa hedduu irraa bartan isiniif filadhee dhufeetin jira Maaloo kunoo
#JOIN godhaakaa!
☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟☟
πŸ‘1🀯1
Audio
Dargaggeessa abdii biyyaa
Dargaggeettii  abdii biyyaa
Dargaggummaan kun bar faayaa
Jajjabaadhaa halkan guyyaa

Shabaaba koooo
Bar guddaadha
Kan kee qoonnii
Irkoo diiniii

Shabaaba koo
Sahaabonnii
Shabaaba koo
Shabaabbanii

Yeroo kan kee
Tasan gubiin
Mee saammadhuu
Yeroon kankee
Qaqqabadhuu
🎼🎼🎼🎼🎼🎼🎼🎼
Nashidaa haaraya
✍QopheessaanπŸ‘‡
βœ…Abdurahmaan huseen
βœ…Jemaal mengistuu
βœ…Abdella Mohammad

SHARE GODHAAπŸ‘‡
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa

🚫Link male share gochuun ofitummaadha,doqnummaadha,waan namni hojjate kan ofii godhachuu waan taheef Rabbi birattis jibbamaadha kanaaf kun  dhoorgaadha.✍
πŸ‘12❀2
Ayi Ilma nama...

Jabaadhuma of sehee
Boquusaa daddabsaa
Uumaa isaa yakkee
Inumaa arrabsaa??

Raajii ilmi namaa
Hedduu nama dhibaa
Foon itti biqillaan
Isumaan of dhiibaa?

Foon waan haaraa miti
Xumurri isaa biyyoo
Tasa ofin tuulin
Ni salphattaa diqqooπŸ‘Œ


Uumama keenya dagannee
Qajeelfama lakkisnee
Daangaa tarkaanfannee
Kaaliqa yoo yakkinee

Dhaabbannee of haa laallu
Jennee eessarran dhufee
Of qorachuu qabna
Utuu duutin dhufnee

Uumaan uumama hundaa
Allahussamadii
Isatu nuuf ergee
Nabi Muhammadii~n (saw)

Dhabama dur hin jirre
Uumee nu biqilchee
Bishaan nama nu godhee
Walitti itichee

Booda  lafee godhe
Inni maal dadhabee
Foon itti biqilchee
Ol kaasee nu dhaabe!

Of dhaaduuf of tuuluun
Kan Rabbii guddaatii
Isatu haqa qaba
Maaluu isaan taatii

Namni yeroo raftu
Of eeguun dandeenyee
Iddodhuma jirtuu
Tasa ofin beeknee

Kaaliqa dagattee
Inumaa mormitaa
Miskiinaaf rakkattuu
Cunqursitee miitaa

Lakkii yaa namanaa
Of dhaqqabi dafii
Yeroon isaa ammaa
Utuun dhufin gaaffii~n

✍by Raa daa
✍✍✍✍✍
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
πŸ‘7
😁Bashannanaaf😁😁

Tokkotu akkas jedhe sheeka erga  jennata keessa waan lubbuun feetu jira jettanii ,#Tamboon/#sigaaraan jiraaree jedheπŸ™„πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚

#Sheeka-Ee ni jira qabsiifachuuf garuu #Jahannama deemuu si gaafata jedhaniinπŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚
Aboo akkam tola deebichi
Kolfite dhiiftaaπŸ€™tuqi male
πŸ‘17😁7
Barattoonni qabxii darbiinsa isaanii karaa toora interneetii http://oromia.ministry.et/#/home jedhuun ilaallachuu ni danda'u"-Biiroo Barnoota Oromiyaa

Biiroon Barnootaa Oromiyaa firii qormaata #kutaa_8ffaa bara 2014 guyyaa har'aa irraa jalqabee karaa toora interneetiin ilaalu ni danda'u jedhame.

Bara barnootaa 2014tti barattoota kuma 451fi 25 qormaata naannoo #kutaa_8ffaa fudhachuuf galmaa'an keessaa barattoonni kumni 443fi 526 qormaaticha fudhataniiru.

πŸ‘‰Barattoota qoramaata fudhatan walii galaa keessaa barattoonni kumni 421fi 779 (%95.09) qabxii darbiinsaa argatanii gara kutaa 9ffaatti darbuu isaani ibseera.

πŸ‘‰Naannawaa horsiisee bulaan ala qabxii darbiinsaa dhiiraaf 50fi dubartootaaf 47 ta'uus himaniiru.

πŸ‘‰Naannawaa horsiisiisee bulaatti ammoo qabxiin darbinsaa dhiiraaf 47 yoo ta'u, barattoota dubaraaf 44 ta'uufi qabxiin darbiinsa barattoota fedhii adda kan dhiiraa 44fi dubaraaf 41 ta'uu Obbo Girman himaniiru.
πŸ‘3πŸ₯°1