Guyyaan boruu #Arafaa dha. Guyyaa jabaa guyyoota hunda caalu. Hajjii jechuun Arafuma! Irra caalaa guyyaa Rabbiin uumee boru simanna. Guyyaa Rabbiin akkaan gabroottan isaatti dhihaatee kadhaafi Ibaadaa birootiis irraa Qeebalu, gabroottan isaatin dhaadata. Badii isaanii dhiiseefii, guyyaa Rabbiin gabroottan isaa ibidda Jahannam irraa akkaan baraaru. Guyyaa Sheyxaanni gaddee kasaaree lafa qabatu. Soomanaa fi Ibaadaan guyyaa kana goonu Qeebalamnaan Rabbiin Dilii waggaa kuteefi dhufuu nuuf dhiisa.
Waa Lama jabeessinee dhaamna..
1. Soomanaa. Soomanni boruu Sunnaa jabduudha, sababa Soomana kanaatin Rabbiin keenya badii waggaa Lamaa nuuf dhiisa.
2. Rabbi haa kadhannu. βLaa ilaaha illaLlaah wahdahuu laa shariika lahuu, lahul mulku walahul hamdu, wa huwa alaa kulli sheyβin qadiirβ jechuu heddummeessaa.

β€9π2
Baga nagaan geenye
Baga nagaan geessan
#Eid bara kanaa
Baga nagaan geessan
Warra bara kanaa
Warra bara hedduu
Nu haa godhu rabbiin
Inni naman gatuu π
πΉπΉβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈπΉπΉ
Baga nagaan geessan
#Eid bara kanaa
Baga nagaan geessan
Warra bara kanaa
Warra bara hedduu
Nu haa godhu rabbiin
Inni naman gatuu π
πΉπΉβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈπΉπΉ
π1
#Eid_Mubarak
Kan biyya keessa jirtan
Gara maatii galtanii
Kan biyya alaa jirtanis~haadhaaf abbaa keessaniif
Ergitanii qaltanii!
,,,
Hireen isin fageessus
Maatii kan keessanirraa
Waan qabdan hiixattanii
Bakkuma teessanirraa
,,,
Warri keyriin yaadattan
Maatii keessaniif ollaa
Baga nagaan geessani
Nullee isiniin tollaa
,,,
Jireenya fooyyeffachuuf
Baarii gama ceetanii
Ayyaana maatii faana
Dabarsuu osoo feetanii
,,,
Hiree jiruutiin har'a
Kan fagaattan wolirraa
Milkiif argataan galaa
Abdii godhaa olirraa
,,,
Kan rakkoon gadditanii
Jirtan imimmaan cobsaa
Jiraachuun hunda caala
Kan du'e yaadaa obsaa
,,,
Maddi jireenya isaa
Akka tasaatti gu'ee
Meeqamee kan nubiraa
Waggaan asitti du'e?
,,,
Waggaa ga'uu jechuun
Xiqqoo miti firaa
Meeqatu nubiraa
Deeme ganda aakiraa
,,,
Fedha Rabbiin qofa
Baraa bara ceenaa
Tola Rahmaan kana
Maaliif xiqqoo seena?
,,,
Kan har'a jiraadhaaf
Ol galee gad-ba'u
Fedha rabbiin malee~sekondiif lubbuun turuu
Wollaahii hin danda'u
,,,
Hargansuun adda cita
Onneen rukuttaa dhaabdi
Lubbuutu qaama gattee
Galmee du'aarra yaabdi!
,,,
Waggaa ga'uu jennaan
Laayyoo seetaa tarii?
Fedha Rabbii qofaan
Bullee argina barii
,,,
Fedha Rabbii qofaan
Nagaan kaana hirribaa
Waggaa ga'uun beeki
Kennaa, isa dirriba
,,,
Tarii milkaa'uu dhabdee
Hagam rakkoon sidhaalu
Fayyaa qabduuf galati
Qabeenya mara caalu
,,,
Jireenya dirra lafaa
Kan zalaalamaa se'ee
Osoo jiraachuuf jooruu~meeqatu qoomaa du'e
Gororrumtisaa fe'ee
,,,
Tola Rahmaan dagatee
Duniyaaf dhabee sabrii
Du'a osoo hin yaadatin
Meeqatu bu'e qabrii?
,,,
Eeyyama isaatiin qofa
Lubbuun ardiirra teenya
Tola Rabbiitiin qofa
Ayyaana waggaa geenya
,,,
..... Kanaafuu .....
Namuu murtiisaan du'a
Tola isaatiin dhalataa
Kan nagaan waggaa geessan
Rabbii guddaa galataa!
,,,
Guyyaa hundarra caalu
Ibaadaan haa jabaannu
Rakkataa haa mil'annu
Arjummaa haa qabaannu
,,,
Haqa jaraa yoo eegne
Har'aafi boru tollaa
Haadha hiyyeessaaf yatiima
Hunduu yaadadhaa ollaa
,,,
Shiraaf daba jallataan
Hajjii deemuu kajeelee
Warra daanga'ee hafe~ egeree sin haa waamu
Karaan hunduu qajeelee
,,,
Kanneen hajjaatanillee
Sinirraa haa qeebalu
Qananiin biyya lafaa
Ammarraa haa eegalu
,,,
Ibiddi nu daangesse
Baranarraa haa dhaamu
Dachiin ardal-harafaa
Nuunillee nuhaa waamu
,,,
Ayyaanni bara kanaa
Kan milkii nuuf haa ta'u
Kan baranaan nu ga'e
Kan dhufuun nuhaa ga'u
,,,
Addunyaa guutuu irraa
Biyya adda addaa teessanii
Muslimootni martinuu
Baga nagaan geessani!
βοΈ.... Riyaad Raayyaa

β€8π2
Du'aa'ii kana #Aamiin jedhaa Obboleewwanπ€²
β€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈ
Isa dhugaan si jaallatu
Galmeesaarra si kaawwatu
Isan beekne mufiif aarii
Siif haa kennu jaarsa/tii gaarii
β€β€
Balleessitu
kan sii obsu
Dogongortus
kan si gorsu
Isan quufne
foolii kan kee
Siif haa kennu
si yaadatee
~~
Miira kan kee
Kan siif beeku
Mirga kan kees
Kan sii eegu
Isan feene,
sirraan nama
Siif haa kennu,
jaarsa/tii cimaa
πΉπΉπΉπΉπΉπΉ
#Hub.Dhiiras dubras ni hammataππ
Aamiin jedhaa π€²π€²π€².
βπ
@Library_Islaamaa
β€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈ
Isa dhugaan si jaallatu
Galmeesaarra si kaawwatu
Isan beekne mufiif aarii
Siif haa kennu jaarsa/tii gaarii
β€β€
Balleessitu
kan sii obsu
Dogongortus
kan si gorsu
Isan quufne
foolii kan kee
Siif haa kennu
si yaadatee
~~
Miira kan kee
Kan siif beeku
Mirga kan kees
Kan sii eegu
Isan feene,
sirraan nama
Siif haa kennu,
jaarsa/tii cimaa
πΉπΉπΉπΉπΉπΉ
#Hub.Dhiiras dubras ni hammataππ
Aamiin jedhaa π€²π€²π€².
βπ
@Library_Islaamaa
β€7π2
ππ seeqachiisaπ
β Jaal tokko maal jedhe seete?π€"Namoota jiruu kee keessatti akka #Oxygen qulqulluu of godhanii si xureessuuf yaalan ati immoo #haydroojinii itti dabalii #bishaan godhii achi booda....
Miilaan dhiqadhu jedhe πͺππππ

π8β€6
Forwarded from Deleted Account
πΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉ
Assalaamu Alaykum
warahmatullaahi
wabarakaatuh
πΊπΊπΊπΊπΊπΊπΊπΊ
ΰΌKabajamtoota hordoftoota keenya Channel Barbaachisaa waa hedduu irraa bartan isiniif filadhee dhufeetin jira Maaloo kunoo #JOIN godhaakaa!
βββββββββββββββ

π7
Du'aa'ii kana #Aamiin jedhaa Obboleewwanπ€²
β€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈ
Isa dhugaan si jaallatu
Galmeesaarra si kaawwatu
Isan beekne mufiif aarii
Siif haa kennu jaarsa/tii gaarii
β€β€
Balleessitu
kan sii obsu
Dogongortus
kan si gorsu
Isan quufne
foolii kan kee
Siif haa kennu
si yaadatee
~~
Miira kan kee
Kan siif beeku
Mirga kan kees
Kan sii eegu
Isan feene,
sirraan nama
Siif haa kennu,
jaarsa/tii cimaa
πΉπΉπΉπΉπΉπΉ
#Hub.Dhiiras dubras ni hammataππ
Aamiin jedhaa π€²π€²π€².
βπ
@Library_Islaamaa
β€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈβ€οΈ
Isa dhugaan si jaallatu
Galmeesaarra si kaawwatu
Isan beekne mufiif aarii
Siif haa kennu jaarsa/tii gaarii
β€β€
Balleessitu
kan sii obsu
Dogongortus
kan si gorsu
Isan quufne
foolii kan kee
Siif haa kennu
si yaadatee
~~
Miira kan kee
Kan siif beeku
Mirga kan kees
Kan sii eegu
Isan feene,
sirraan nama
Siif haa kennu,
jaarsa/tii cimaa
πΉπΉπΉπΉπΉπΉ
#Hub.Dhiiras dubras ni hammataππ
Aamiin jedhaa π€²π€²π€².
βπ
@Library_Islaamaa
π5
Naamusa_nyaataa_fii_dhugaatii.pdf
278.3 KB
β
Kitaaba bareeda kana dubbisaa barnoota guddaa irraa argattanπ
ΩΩΨ§ ΩΩΨ±ΩΩΨ―Ω Ω ΩΩΩΩΩ Ω Ψ¬ΩΨ²ΩΨ§ΩΨ‘Ω ΩΩΩΩΨ§ Ψ΄ΩΩΩΩΨ±ΩΨ§
π Channel kana irraaπ
π Kitaabban
π΅ Nashiidaa haaraya
π Kolfaaf
βοΈKana Beektuu?..ni Argattu
π² Yaadaaf @Library_Islaamaabot
π² Join gochuuf https://t.me/joinchat/AAAAAExkjFc1rEMDqSpL4g
ππππππππππ

π4π₯°4
#Hijraa 1444
πBara haaraa Hijraati 1444 Baga Nagaan Geessan .... Hijraa Bu'uura jijjiirama Islaamummaati ....
πBara cunqursaa makkaa irraa gara madiinaatti itti Bahaniidha ...
Hojjatanii Hojjachiisanii Waggaa 8 Booda Deebi'anii Makkaan Cabsan .
πBara Hijraa keessatti Seenaa Abii bakrii Kan Rasuula waliin Godatti iddame San yaadanna .
__
βBara Hijraa keessatti Seenaa Aliyy ibni Abii Xaalib Kan Firaasha Rasuulaa irra Rafee Aarsaa Guddaa kafale itti Yaadanna .
βBara ANI MUSLIMA JECHUUN qaanfii Fi sodaa irraa Bahe
βBara itti Mataa ol Qabanne
βBara san irraa laakkofnee guyyaa Har'aa 1444 eegalla
_
πBaga Geettan Baga Qaanqeen sun facaatee nu hundi ibsanne
Ammas bara Kanas diiniin sun Harka Firqaatti Kufee ture Qajeelee Majlisa Seera Qabeessa Kan Ahlu sunnaatiin Hogganamu Turtii waggoota Dheeraa Boodaan Qabsoodhaan As Gahe .
_
πHijraa Bara 1ffaa Fi 1444 Seenaa wal Fakkaatu Qaba .
πΌBara Duraas Diiniin Harka Mushrika Makkaatti Kufee turetu Ol Bahee Jabaate !
πΌBara Kanas Majlisa Harka Suufiyyaatti Kufee turetu Sirraa'ee Muslimaan Hoogganame !
__
π»Bara Milkaa'inaa Akka ta'u Hawwina .
π»Bara Muslimni Islaamummaa waliin Jabaate Mul'atu Akka ta'u Hawwina.
πIslaamummaa Jabduu Jalatti Gaaddiseeffannee Akka Mul'annu Hawwina .
πHundaafuu Baga Jiraannee As Geenne .
πWaan Namni Hin Ta'in Hedduu Taane ...
____
πKa Rakkates .. Ka Cabes .. Ka Kufes .. Ka Du'es hundaa Rabbiin Haqa Isaa Haa Galchu .
__
πBarri Haaraan Kun Kan Boqonnaa Haaraatti Baanuu Rabbi nuu Haa Godhu .
πBara Qananii Ka Dagaaginaa Ka Guddinaa Fi Mul'inaa Rabbi nuu Haa Godhu .
_
πΌKaroora Haaraa Fi ilaalcha Haaraan Haa simannu .
πΌJireenna Keenna Kan Dagaagee Cime Rabbi nuu Haa taasisu !
-----------------------------
πBy: said Leader

π12β€2
Naamusa_salamtaa.pdf
284.7 KB
β
β
β
β
β
β
β
β
πΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉ
Kitaaba bareedaa kana buusaa dubbisaaππ
πππππππ
β Kitaaba bareeda kana dubbisaa barnoota guddaa irraa argattanπ
ΩΩΨ§ ΩΩΨ±ΩΩΨ―Ω Ω ΩΩΩΩΩ Ω Ψ¬ΩΨ²ΩΨ§ΩΨ‘Ω ΩΩΩΩΨ§ Ψ΄ΩΩΩΩΨ±ΩΨ§
π Channel kana irraaπ
π Kitaabban
π΅ Nashiidaa haaraya
π Kolfaaf
βοΈKana Beektuu?..ni Argattu
π² Yaadaaf @Library_Islaamaabot
π² Join gochuuf https://t.me/joinchat/AAAAAExkjFc1rEMDqSpL4g
ππππππππππ
πΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉ
Kitaaba bareedaa kana buusaa dubbisaaππ
πππππππ
β Kitaaba bareeda kana dubbisaa barnoota guddaa irraa argattanπ
ΩΩΨ§ ΩΩΨ±ΩΩΨ―Ω Ω ΩΩΩΩΩ Ω Ψ¬ΩΨ²ΩΨ§ΩΨ‘Ω ΩΩΩΩΨ§ Ψ΄ΩΩΩΩΨ±ΩΨ§
π Channel kana irraaπ
π Kitaabban
π΅ Nashiidaa haaraya
π Kolfaaf
βοΈKana Beektuu?..ni Argattu
π² Yaadaaf @Library_Islaamaabot
π² Join gochuuf https://t.me/joinchat/AAAAAExkjFc1rEMDqSpL4g
ππππππππππ
π2
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
ππ’ππ«ππ«π² ππ¬π₯πππ¦ππππππππΉπΉα΅α΅βΏα΅ Κ°α΅α΅ α΅α΅α΅α΅β±Λ’α΅α΅α΅?? via @like
Fartuun Abdulqaadir Waaqoo Guutuu Wal dorgommii Qurβaaanaa moohatte.
Nuuralhudaa
August 8/ 2022
Intalti ilma Jeneraal Waagoo Guutuu Fartuun Abdulqaadir Waaqoo, garee Dubartootaa irraa bakka bu'uun Wal Dorgommii Qur'aanaa ( USA ) Minisootaatti Adeemsifame irratti Sadarkaa 1ffaa bahuun badhaasa guddaa argatte.
Wal dorgommii Qurβaanaa North America Imam Al-Shatibi Quran Competition jedhamu kan magaalaa Minessotatti gaggeeffame kanarratti, Fartuun Abdulqaadir dorgommii kana moohachuun Toyota Highlander kan Doolaara $46,000tti tilmaamamuu fii Mallaqa Doolaara $20,000 badhaafamtee jirti. Dabalataanis tikeeta umraa argattee jirti. Fartuun Abdulqaadir Waaqoo baga gammadde, baga milkoofte siin jenna.
Nuuralhudaa
Soora Qalbii Muslimaa

π9β€1
#Boqonnaa_Barbaadduu ?
Ψ£ΨΨ³Ω Ω Ψ§ ΩΨ³ΨͺΨ±ΩΨ Ψ¨Ω Ψ§ΩΨΉΨ¨Ψ― ΩΩ ΩΨ°Ψ§ Ψ§ΩΨ²ΩΩΩ Ψ§Ω Ψ¨ΨΉΨ― Ψ§ΩΨ₯ΩΩ Ψ§Ω Ψ¨Ψ§ΩΩΩΩΩΨ Ψ·ΩΨ¨ Ψ§ΩΨΉΩΩ ΩΨ§ΩΨ²ΩΩΩΨ¬Ψ© Ψ§ΩΨ΅ΩΩΨ§ΩΨΨ©.
β " Gadaa tana keesatti Iimaanatti aanee wanti waa hundaa olitti boqonnaa ilma namaatiif kennaa, Ilmii barbaaduu fi haadha manaa gaarii qabaachuudha." jedhe Imaamul Alma'ii namni jedhamu
#Ψ§ΩΨ₯Ω Ψ§Ω _Ψ§ΩΨ£ΩΩ ΨΉΩ 253ββ
#Imam_Alma'i 253ββ
β Kanaafuu boqonnaa ilma namaa waa 3 keessa jira :
βIimaana dhugaa,
βIlmii/Beekkumsa barbaaduu,
βHaadha warraa/Abbaa warraa gaarii keessa jira jedhan.

β€7
Jireenya kootti Aaree
Yoon of abaaree kahee
Borii koo fooyyeffachuuf
Nan argadhaaree gahee
~
Lakki of hin abaaruu
Jireenya dhumtuu kanaaf
Lakki anoo nan obsaa
Hin jarjaru ammaaf π
~
Rabbumattin deebisa
Cufa waan na rakkisee
Anoo ofin abaaruu
Isa kadhaa lakkisee.
β
Atis obboleessoo
Yoo taate akka kiyya
Jiruun silaan guutu
Hin tahu akka niyyaa
β
Yoo gar tokkoon guute
Kaaniin ni dhimmisaa
Rakkoon yoo baayyates
Borii keef si cimsaa
πΉ
#Hasbunallah jedhii
wani'imal wakiiluu
Rakkoo kee hundumaaf
Siif jira jaliiluu~n
β
Abshir obboleessa koo
Of hin abaarin aartee
Ol qabadhu mataa kee
Gadin jedhin maal taatee?
π
mataa kee ol qabadhu
Gadin buusin boquu kee
Kaleessa keetti aartee
Hin balleessin boruu kee
Kaaliqa kee kadhadhu
Isatu qabaa hundaa
Inni naman gatuu
Isa kan namaa laatuuππ
β»οΈby RD
βββββββββ
ππππ
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
Yoon of abaaree kahee
Borii koo fooyyeffachuuf
Nan argadhaaree gahee
~
Lakki of hin abaaruu
Jireenya dhumtuu kanaaf
Lakki anoo nan obsaa
Hin jarjaru ammaaf π
~
Rabbumattin deebisa
Cufa waan na rakkisee
Anoo ofin abaaruu
Isa kadhaa lakkisee.
β
Atis obboleessoo
Yoo taate akka kiyya
Jiruun silaan guutu
Hin tahu akka niyyaa
β
Yoo gar tokkoon guute
Kaaniin ni dhimmisaa
Rakkoon yoo baayyates
Borii keef si cimsaa
πΉ
#Hasbunallah jedhii
wani'imal wakiiluu
Rakkoo kee hundumaaf
Siif jira jaliiluu~n
β
Abshir obboleessa koo
Of hin abaarin aartee
Ol qabadhu mataa kee
Gadin jedhin maal taatee?
π
mataa kee ol qabadhu
Gadin buusin boquu kee
Kaleessa keetti aartee
Hin balleessin boruu kee
Kaaliqa kee kadhadhu
Isatu qabaa hundaa
Inni naman gatuu
Isa kan namaa laatuuππ
β»οΈby RD
βββββββββ
ππππ
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
π1
Forwarded from Love
πΊπΊπΊπΊπΊπΊπΊπΊπΊ
β»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈ
β As wr wb #Obbolewwaan_kiyya_Jaalatamtootafi_Qaqqaaliiwwaan_koo Channela Telegram babbareedaa gadii kana #JOIN godhaa irraa fayyadamaaππ
πΉπΉππππππΉπΉ
β»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈ
β As wr wb #Obbolewwaan_kiyya_Jaalatamtootafi_Qaqqaaliiwwaan_koo Channela Telegram babbareedaa gadii kana #JOIN godhaa irraa fayyadamaaππ
πΉπΉππππππΉπΉ
β
Karaa fagoo deemuudhaan Mul'anni dhugooma male karaa gabaabaanii mitiββ
πΏπΏ
Karaa fagootu na eega jedhi yaadi. Isaafis
qophaai.
βNamoota kaayyoo
karaa fagoo deeman keessa isaanii dhugoomsuuf
muraasni kanneen armaan gadiiti.
1β£. #N. #Mandeellaa: Kaayyoo isaa
dhugoomsuuf karaa fagoo waggaa 27
itti fudhate.
2β£. #A. #Liinkoon: Hanga umrin isaa waggaa
52 ta'utti fiixaan ba'insi isa irraa fagaatee ture. Sana booda nama lafa
fagoo deemuun seenaa
galmeessiiseedha.
3β£. #Biilgeeti: karaa fagoo barnoota isaa jalqabaa addaan kutuun deemee abbaa #qabeenyaa jaarraa lamaa ta'ee dursaa
jira.
4β£. #M. #Gaandii: Karaa fagoo deemuudhaan
dhaloota Hindii foolii bilisummaa urgeeffachiise.
5β£. #Joorgii #Waashingiton: Loltoota muraasa qabaatee biyyaa addunyaaf
har'a haadha taate aarbummaa ialaa
urgeertachiise.
6β£. #B.#Obaamaa: Lafa fagoo deemuudhaan
seenaa Ameerikaa keessatti teessoo
warri adii dhaala godhatan irra ta'ee
geggeessuu danda'eera.
7β£. #Helleen #Kileer: Lafa fagoo deemuun ija
osoo hin qabaatiin dubartii jalqabaa digrii ishee argachuu dandeessadha.
8β£. F. D. #Roosivelti: lafa fagoo deemuudhaan milli isaa #naafa ta'ee
osoo jiru Ameerikaa waggaa 12 bulcheera.
9β£. #Anii fi #Atisπ³π³: lafa fagoo deemuudhaan
kaayyoo keenya akka dhugoomsinu
shakkii hin qabu.
βKanaaf, mul'atni sirriin ati qabdu yoo dafee
dhugoomuu dide, kuni amaluma mul'ata
sirrii ta'uu isaa hubadhuutii yeroo fagoo fi
karaa fagoo sana jabaadhuu wajjiin deemii
dhugoomfadhu malee abdii kutattee karaa
walakkaatti dhiiftee biraa hin deebi'iin!πβ
#Hubadhuπ Namoonni an as gubbaatti siniif hime kunniin kan galma gahaniin mul'ata guddaa waan qabaniif Rabbiin galmaan gahe male jarri #muslima miti, maaliga ati kan Rabbii waa hunda uume amantee jirtu akkamitti Abdii murattee teessaπ€« kai hojjadhu galma yaaddu san ni geessaa.
ππππππππ
βJoin Please π

π6π₯°1