Barnoota_hajjii_gabaabaa.pdf
1.2 MB
๐๐๐ซ๐ง๐จ๐จ๐ญ๐ ๐ก๐๐ฃ๐ฃ๐ข๐ข ๐ ๐๐๐๐๐๐ข๐ง๐๐๐ง
๐๐๐
โ ๐๐๐๐ฅ๐ ๐ฌ๐๐ฅ๐ฉ๐ก๐๐ ๐ญ๐๐ก๐๐๐ง ๐ฐ๐๐'๐๐ ๐ก๐๐ฃ๐ฃ๐ข๐ข ๐๐๐ซ๐๐๐ก๐ฎ๐ฎ๐ ๐๐ฎ๐ฎ๐ฌ๐ข๐ข ๐๐ฎ๐๐๐ข๐ฌ๐ข
โฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธ
๐๐๐
โ ๐๐๐๐ฅ๐ ๐ฌ๐๐ฅ๐ฉ๐ก๐๐ ๐ญ๐๐ก๐๐๐ง ๐ฐ๐๐'๐๐ ๐ก๐๐ฃ๐ฃ๐ข๐ข ๐๐๐ซ๐๐๐ก๐ฎ๐ฎ๐ ๐๐ฎ๐ฎ๐ฌ๐ข๐ข ๐๐ฎ๐๐๐ข๐ฌ๐ข
โฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธ
๐4
#Rabbiin_galateeffadhu......โ
โ Rabbii hanga guyyaa hardhaa si tursiiseef..., Rabbii guyyaa hardhaa tana akka jiraattu si godhe kana galateeffadhu meee...โ
Bar Rabbiin kan hanga guyyaa hardhaa tan si kaaheef, ati nama addaa taatee osoo hin taane :
โ Allaahaan gabricha isaatii Rahmata godhuu yaadeetii,
โ Akka ati Iimaana kankee haarawoomsitu barbaadeeti,
โ Akka ati badiiwwaan tantee toltuu dalaguudhaan dhiqattu barbaadeeti,
โ Akka ati toltuu tantee dachaadhaan kuufattu barbaadeeti.
ูฑุญู ุฏ ุงููู ูุง ุฃุฎู.

๐11
Guyyaan boruu #Arafaa dha. Guyyaa jabaa guyyoota hunda caalu. Hajjii jechuun Arafuma! Irra caalaa guyyaa Rabbiin uumee boru simanna. Guyyaa Rabbiin akkaan gabroottan isaatti dhihaatee kadhaafi Ibaadaa birootiis irraa Qeebalu, gabroottan isaatin dhaadata. Badii isaanii dhiiseefii, guyyaa Rabbiin gabroottan isaa ibidda Jahannam irraa akkaan baraaru. Guyyaa Sheyxaanni gaddee kasaaree lafa qabatu. Soomanaa fi Ibaadaan guyyaa kana goonu Qeebalamnaan Rabbiin Dilii waggaa kuteefi dhufuu nuuf dhiisa.
Waa Lama jabeessinee dhaamna..
1. Soomanaa. Soomanni boruu Sunnaa jabduudha, sababa Soomana kanaatin Rabbiin keenya badii waggaa Lamaa nuuf dhiisa.
2. Rabbi haa kadhannu. โLaa ilaaha illaLlaah wahdahuu laa shariika lahuu, lahul mulku walahul hamdu, wa huwa alaa kulli sheyโin qadiirโ jechuu heddummeessaa.

โค9๐2
Baga nagaan geenye
Baga nagaan geessan
#Eid bara kanaa
Baga nagaan geessan
Warra bara kanaa
Warra bara hedduu
Nu haa godhu rabbiin
Inni naman gatuu ๐
๐น๐นโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธ๐น๐น
Baga nagaan geessan
#Eid bara kanaa
Baga nagaan geessan
Warra bara kanaa
Warra bara hedduu
Nu haa godhu rabbiin
Inni naman gatuu ๐
๐น๐นโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธ๐น๐น
๐1
#Eid_Mubarak
Kan biyya keessa jirtan
Gara maatii galtanii
Kan biyya alaa jirtanis~haadhaaf abbaa keessaniif
Ergitanii qaltanii!
,,,
Hireen isin fageessus
Maatii kan keessanirraa
Waan qabdan hiixattanii
Bakkuma teessanirraa
,,,
Warri keyriin yaadattan
Maatii keessaniif ollaa
Baga nagaan geessani
Nullee isiniin tollaa
,,,
Jireenya fooyyeffachuuf
Baarii gama ceetanii
Ayyaana maatii faana
Dabarsuu osoo feetanii
,,,
Hiree jiruutiin har'a
Kan fagaattan wolirraa
Milkiif argataan galaa
Abdii godhaa olirraa
,,,
Kan rakkoon gadditanii
Jirtan imimmaan cobsaa
Jiraachuun hunda caala
Kan du'e yaadaa obsaa
,,,
Maddi jireenya isaa
Akka tasaatti gu'ee
Meeqamee kan nubiraa
Waggaan asitti du'e?
,,,
Waggaa ga'uu jechuun
Xiqqoo miti firaa
Meeqatu nubiraa
Deeme ganda aakiraa
,,,
Fedha Rabbiin qofa
Baraa bara ceenaa
Tola Rahmaan kana
Maaliif xiqqoo seena?
,,,
Kan har'a jiraadhaaf
Ol galee gad-ba'u
Fedha rabbiin malee~sekondiif lubbuun turuu
Wollaahii hin danda'u
,,,
Hargansuun adda cita
Onneen rukuttaa dhaabdi
Lubbuutu qaama gattee
Galmee du'aarra yaabdi!
,,,
Waggaa ga'uu jennaan
Laayyoo seetaa tarii?
Fedha Rabbii qofaan
Bullee argina barii
,,,
Fedha Rabbii qofaan
Nagaan kaana hirribaa
Waggaa ga'uun beeki
Kennaa, isa dirriba
,,,
Tarii milkaa'uu dhabdee
Hagam rakkoon sidhaalu
Fayyaa qabduuf galati
Qabeenya mara caalu
,,,
Jireenya dirra lafaa
Kan zalaalamaa se'ee
Osoo jiraachuuf jooruu~meeqatu qoomaa du'e
Gororrumtisaa fe'ee
,,,
Tola Rahmaan dagatee
Duniyaaf dhabee sabrii
Du'a osoo hin yaadatin
Meeqatu bu'e qabrii?
,,,
Eeyyama isaatiin qofa
Lubbuun ardiirra teenya
Tola Rabbiitiin qofa
Ayyaana waggaa geenya
,,,
..... Kanaafuu .....
Namuu murtiisaan du'a
Tola isaatiin dhalataa
Kan nagaan waggaa geessan
Rabbii guddaa galataa!
,,,
Guyyaa hundarra caalu
Ibaadaan haa jabaannu
Rakkataa haa mil'annu
Arjummaa haa qabaannu
,,,
Haqa jaraa yoo eegne
Har'aafi boru tollaa
Haadha hiyyeessaaf yatiima
Hunduu yaadadhaa ollaa
,,,
Shiraaf daba jallataan
Hajjii deemuu kajeelee
Warra daanga'ee hafe~ egeree sin haa waamu
Karaan hunduu qajeelee
,,,
Kanneen hajjaatanillee
Sinirraa haa qeebalu
Qananiin biyya lafaa
Ammarraa haa eegalu
,,,
Ibiddi nu daangesse
Baranarraa haa dhaamu
Dachiin ardal-harafaa
Nuunillee nuhaa waamu
,,,
Ayyaanni bara kanaa
Kan milkii nuuf haa ta'u
Kan baranaan nu ga'e
Kan dhufuun nuhaa ga'u
,,,
Addunyaa guutuu irraa
Biyya adda addaa teessanii
Muslimootni martinuu
Baga nagaan geessani!
โ๏ธ.... Riyaad Raayyaa

โค8๐2
Du'aa'ii kana #Aamiin jedhaa Obboleewwan๐คฒ
โค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธ
Isa dhugaan si jaallatu
Galmeesaarra si kaawwatu
Isan beekne mufiif aarii
Siif haa kennu jaarsa/tii gaarii
โคโค
Balleessitu
kan sii obsu
Dogongortus
kan si gorsu
Isan quufne
foolii kan kee
Siif haa kennu
si yaadatee
~~
Miira kan kee
Kan siif beeku
Mirga kan kees
Kan sii eegu
Isan feene,
sirraan nama
Siif haa kennu,
jaarsa/tii cimaa
๐น๐น๐น๐น๐น๐น
#Hub.Dhiiras dubras ni hammata๐๐
Aamiin jedhaa ๐คฒ๐คฒ๐คฒ.
โ๐
@Library_Islaamaa
โค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธ
Isa dhugaan si jaallatu
Galmeesaarra si kaawwatu
Isan beekne mufiif aarii
Siif haa kennu jaarsa/tii gaarii
โคโค
Balleessitu
kan sii obsu
Dogongortus
kan si gorsu
Isan quufne
foolii kan kee
Siif haa kennu
si yaadatee
~~
Miira kan kee
Kan siif beeku
Mirga kan kees
Kan sii eegu
Isan feene,
sirraan nama
Siif haa kennu,
jaarsa/tii cimaa
๐น๐น๐น๐น๐น๐น
#Hub.Dhiiras dubras ni hammata๐๐
Aamiin jedhaa ๐คฒ๐คฒ๐คฒ.
โ๐
@Library_Islaamaa
โค7๐2
๐๐ seeqachiisa๐
โ Jaal tokko maal jedhe seete?๐ค"Namoota jiruu kee keessatti akka #Oxygen qulqulluu of godhanii si xureessuuf yaalan ati immoo #haydroojinii itti dabalii #bishaan godhii achi booda....
Miilaan dhiqadhu jedhe ๐ช๐๐๐๐

๐8โค6
Forwarded from Deleted Account
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
Assalaamu Alaykum
warahmatullaahi
wabarakaatuh
๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ๐บ
เผKabajamtoota hordoftoota keenya Channel Barbaachisaa waa hedduu irraa bartan isiniif filadhee dhufeetin jira Maaloo kunoo #JOIN godhaakaa!
โโโโโโโโโโโโโโโ

๐7
Du'aa'ii kana #Aamiin jedhaa Obboleewwan๐คฒ
โค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธ
Isa dhugaan si jaallatu
Galmeesaarra si kaawwatu
Isan beekne mufiif aarii
Siif haa kennu jaarsa/tii gaarii
โคโค
Balleessitu
kan sii obsu
Dogongortus
kan si gorsu
Isan quufne
foolii kan kee
Siif haa kennu
si yaadatee
~~
Miira kan kee
Kan siif beeku
Mirga kan kees
Kan sii eegu
Isan feene,
sirraan nama
Siif haa kennu,
jaarsa/tii cimaa
๐น๐น๐น๐น๐น๐น
#Hub.Dhiiras dubras ni hammata๐๐
Aamiin jedhaa ๐คฒ๐คฒ๐คฒ.
โ๐
@Library_Islaamaa
โค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธ
Isa dhugaan si jaallatu
Galmeesaarra si kaawwatu
Isan beekne mufiif aarii
Siif haa kennu jaarsa/tii gaarii
โคโค
Balleessitu
kan sii obsu
Dogongortus
kan si gorsu
Isan quufne
foolii kan kee
Siif haa kennu
si yaadatee
~~
Miira kan kee
Kan siif beeku
Mirga kan kees
Kan sii eegu
Isan feene,
sirraan nama
Siif haa kennu,
jaarsa/tii cimaa
๐น๐น๐น๐น๐น๐น
#Hub.Dhiiras dubras ni hammata๐๐
Aamiin jedhaa ๐คฒ๐คฒ๐คฒ.
โ๐
@Library_Islaamaa
๐5
Naamusa_nyaataa_fii_dhugaatii.pdf
278.3 KB
โ
Kitaaba bareeda kana dubbisaa barnoota guddaa irraa argattan๐
ููุง ููุฑููุฏู ู ููููู ู ุฌูุฒูุงูุกู ููููุง ุดููููุฑูุง
๐ Channel kana irraa๐
๐ Kitaabban
๐ต Nashiidaa haaraya
๐ Kolfaaf
โ๏ธKana Beektuu?..ni Argattu
๐ฒ Yaadaaf @Library_Islaamaabot
๐ฒ Join gochuuf https://t.me/joinchat/AAAAAExkjFc1rEMDqSpL4g
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐

๐4๐ฅฐ4
#Hijraa 1444
๐Bara haaraa Hijraati 1444 Baga Nagaan Geessan .... Hijraa Bu'uura jijjiirama Islaamummaati ....
๐Bara cunqursaa makkaa irraa gara madiinaatti itti Bahaniidha ...
Hojjatanii Hojjachiisanii Waggaa 8 Booda Deebi'anii Makkaan Cabsan .
๐Bara Hijraa keessatti Seenaa Abii bakrii Kan Rasuula waliin Godatti iddame San yaadanna .
__
โBara Hijraa keessatti Seenaa Aliyy ibni Abii Xaalib Kan Firaasha Rasuulaa irra Rafee Aarsaa Guddaa kafale itti Yaadanna .
โBara ANI MUSLIMA JECHUUN qaanfii Fi sodaa irraa Bahe
โBara itti Mataa ol Qabanne
โBara san irraa laakkofnee guyyaa Har'aa 1444 eegalla
_
๐Baga Geettan Baga Qaanqeen sun facaatee nu hundi ibsanne
Ammas bara Kanas diiniin sun Harka Firqaatti Kufee ture Qajeelee Majlisa Seera Qabeessa Kan Ahlu sunnaatiin Hogganamu Turtii waggoota Dheeraa Boodaan Qabsoodhaan As Gahe .
_
๐Hijraa Bara 1ffaa Fi 1444 Seenaa wal Fakkaatu Qaba .
๐ผBara Duraas Diiniin Harka Mushrika Makkaatti Kufee turetu Ol Bahee Jabaate !
๐ผBara Kanas Majlisa Harka Suufiyyaatti Kufee turetu Sirraa'ee Muslimaan Hoogganame !
__
๐ปBara Milkaa'inaa Akka ta'u Hawwina .
๐ปBara Muslimni Islaamummaa waliin Jabaate Mul'atu Akka ta'u Hawwina.
๐Islaamummaa Jabduu Jalatti Gaaddiseeffannee Akka Mul'annu Hawwina .
๐Hundaafuu Baga Jiraannee As Geenne .
๐Waan Namni Hin Ta'in Hedduu Taane ...
____
๐Ka Rakkates .. Ka Cabes .. Ka Kufes .. Ka Du'es hundaa Rabbiin Haqa Isaa Haa Galchu .
__
๐Barri Haaraan Kun Kan Boqonnaa Haaraatti Baanuu Rabbi nuu Haa Godhu .
๐Bara Qananii Ka Dagaaginaa Ka Guddinaa Fi Mul'inaa Rabbi nuu Haa Godhu .
_
๐ผKaroora Haaraa Fi ilaalcha Haaraan Haa simannu .
๐ผJireenna Keenna Kan Dagaagee Cime Rabbi nuu Haa taasisu !
-----------------------------
๐By: said Leader

๐12โค2
Naamusa_salamtaa.pdf
284.7 KB
โ
โ
โ
โ
โ
โ
โ
โ
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
Kitaaba bareedaa kana buusaa dubbisaa๐๐
๐๐๐๐๐๐๐
โ Kitaaba bareeda kana dubbisaa barnoota guddaa irraa argattan๐
ููุง ููุฑููุฏู ู ููููู ู ุฌูุฒูุงูุกู ููููุง ุดููููุฑูุง
๐ Channel kana irraa๐
๐ Kitaabban
๐ต Nashiidaa haaraya
๐ Kolfaaf
โ๏ธKana Beektuu?..ni Argattu
๐ฒ Yaadaaf @Library_Islaamaabot
๐ฒ Join gochuuf https://t.me/joinchat/AAAAAExkjFc1rEMDqSpL4g
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
Kitaaba bareedaa kana buusaa dubbisaa๐๐
๐๐๐๐๐๐๐
โ Kitaaba bareeda kana dubbisaa barnoota guddaa irraa argattan๐
ููุง ููุฑููุฏู ู ููููู ู ุฌูุฒูุงูุกู ููููุง ุดููููุฑูุง
๐ Channel kana irraa๐
๐ Kitaabban
๐ต Nashiidaa haaraya
๐ Kolfaaf
โ๏ธKana Beektuu?..ni Argattu
๐ฒ Yaadaaf @Library_Islaamaabot
๐ฒ Join gochuuf https://t.me/joinchat/AAAAAExkjFc1rEMDqSpL4g
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐2
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
๐๐ข๐๐ซ๐๐ซ๐ฒ ๐๐ฌ๐ฅ๐๐๐ฆ๐๐๐๐๐๐๐๐น๐นแตแตโฟแต สฐแตแต แตแตแตแตโฑหขแตแตแต?? via @like
Fartuun Abdulqaadir Waaqoo Guutuu Wal dorgommii Qurโaaanaa moohatte.
Nuuralhudaa
August 8/ 2022
Intalti ilma Jeneraal Waagoo Guutuu Fartuun Abdulqaadir Waaqoo, garee Dubartootaa irraa bakka bu'uun Wal Dorgommii Qur'aanaa ( USA ) Minisootaatti Adeemsifame irratti Sadarkaa 1ffaa bahuun badhaasa guddaa argatte.
Wal dorgommii Qurโaanaa North America Imam Al-Shatibi Quran Competition jedhamu kan magaalaa Minessotatti gaggeeffame kanarratti, Fartuun Abdulqaadir dorgommii kana moohachuun Toyota Highlander kan Doolaara $46,000tti tilmaamamuu fii Mallaqa Doolaara $20,000 badhaafamtee jirti. Dabalataanis tikeeta umraa argattee jirti. Fartuun Abdulqaadir Waaqoo baga gammadde, baga milkoofte siin jenna.
Nuuralhudaa
Soora Qalbii Muslimaa

๐9โค1
#Boqonnaa_Barbaadduu ?
ุฃุญุณู ู ุง ูุณุชุฑูุญ ุจู ุงูุนุจุฏ ูู ูุฐุง ุงูุฒููู ุงู ุจุนุฏ ุงูุฅูู ุงู ุจุงูููููุ ุทูุจ ุงูุนูู ูุงูุฒูููุฌุฉ ุงูุตููุงูุญุฉ.
โ " Gadaa tana keesatti Iimaanatti aanee wanti waa hundaa olitti boqonnaa ilma namaatiif kennaa, Ilmii barbaaduu fi haadha manaa gaarii qabaachuudha." jedhe Imaamul Alma'ii namni jedhamu
#ุงูุฅู ุงู _ุงูุฃูู ุนู 253โโ
#Imam_Alma'i 253โโ
โ Kanaafuu boqonnaa ilma namaa waa 3 keessa jira :
โIimaana dhugaa,
โIlmii/Beekkumsa barbaaduu,
โHaadha warraa/Abbaa warraa gaarii keessa jira jedhan.

โค7