๐‹๐ข๐›๐ซ๐š๐ซ๐ฒ ๐ˆ๐ฌ๐ฅ๐š๐š๐ฆ๐š๐š๐Ÿ“š๐Ÿ“–๐Ÿ“˜๐Ÿ“•๐Ÿ“š๐ŸŒน๐ŸŒนแตแตƒโฟแตƒ สฐแต’แต’ แตˆแต˜แต‡แต‡โฑหขแต—แต‰แต‰??
11.6K subscribers
463 photos
46 videos
180 files
812 links
ู„ูŽุง ู†ูุฑููŠุฏู ู…ูู†ูƒูู…ู’ ุฌูŽุฒูŽุงู“ุกู‹ ูˆูŽู„ูŽุง ุดููƒููˆุฑู‹ุง
๐ŸŒ Channel kana irraa๐Ÿ‘‡
๐Ÿ“š Kitaabban
๐ŸŽต Nashiidaa haaraya
๐Ÿ˜ Kolfaaf
โœ๏ธKana Beektuu?..ni Argattu
๐Ÿ“ฒ Yaadaaf @Library_Islaamaabot
๐Ÿ“ฒ Buy Ad:https://telega.io/@Library_Islaamaa
๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
Download Telegram
โžฌ Jiruun tee Ati tuffattu tuni: hawwii hedduu ilma namaati!

โžฌ Hojiin sitti baay'atee si jaataneesse (Busy) si godhe kuni: Hawwii nama hojii dhabeeti!

โžฌ Ijoolleen tee tan mana keessaa sitti baay'attee si iyyitee sitti waccu tuni: hawwii nama ilma dhabeeti!

โžฌ Yeroon Ati bakka itti fixxu dhabdee wajjiin rakkattu tuni: hawwii nama yeroon itti dhiphattee daqiiqaan tokko isaaf warqii caaleeti!

โžฌ Jiruun Ati har'a keessa teessee osoo du'ee maal qaba jettu tuni: Hawwii namoota osoo kaayyoo fi karoora meeqa qaban qabrii seenaniiti !

Gatii fayyaan qabdu: warra dhibame gaafadhu.
Gatii dargaggummaan qabdu: warra dulloome gaafadhu.
Gatii nageenyi qabu: warra balaa fi gidiraa gaafadhu.
Gatii jiruun qabdu: warra du'e gaafadhu
Silaafuu hin dubbataniiโ—

๐ŸŒบJoon Please ๐Ÿ˜๐Ÿ˜
@Library_Islaamaa
๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†
๐Ÿ‘7โค2
Audio
โ˜˜๐ŸŒนโ™ฅ๏ธโ˜˜๐ŸŒนโ™ฅ๏ธโ˜˜โ™ฅ๏ธโ˜˜
New
โœ…Ustaz yaasin nuuruโœ…
๐Ÿ‘†๐Ÿ‘‡
๐Ÿ”Ÿ๐ง ๐™๐ฎ๐ฅ๐ก๐ข๐ฃ๐ฃ๐š๐š ๐ƒ๐š'๐š๐ฐ๐š๐š ๐€๐ฃ๐š๐š๐ข๐›๐š๐š ๐€๐ค๐ค๐š๐š๐ง ๐ง๐š๐ฆ๐š๐ญ๐ญ๐ข ๐ญ๐จ๐ฅ๐ฎ๐ฎ๐Ÿ๐ข ๐€๐›๐๐ข๐ข ๐ง๐š๐ฆ๐š๐ญ๐ญ๐ข ๐ก๐จ๐ซ๐ฎ ๐š๐ฆ๐ฆ๐š๐ฅ๐ฅ๐ž๐ž ๐ก๐จ๐ฃ๐ข๐ข ๐ค๐š๐ฒ๐ซ๐ข๐ข๐ญ๐ญ๐ข ๐ค๐š๐ง ๐ง๐š๐ฆ๐š ๐ค๐š๐ค๐š๐š๐ฌ๐ฎ ๐ค๐š๐ง๐š ๐œ๐š๐ช๐š๐ฌ๐š๐š!!๐Ÿ™๐Ÿ™

โœ… Namni Amaarinyaan sinii nyaatamu caqasaa๐Ÿ˜๐Ÿ˜„๐Ÿ˜„๐Ÿ˜Š
๐Ÿ…™๏ธŽ๐Ÿ…ž๏ธŽ๐Ÿ…˜๏ธŽ๐Ÿ…๏ธŽ ๐Ÿ…ข๏ธŽ๐Ÿ…—๏ธŽ๐Ÿ…๏ธŽ๐Ÿ…ก๏ธŽ๐Ÿ…”๏ธŽ ๐Ÿ…–๏ธŽ๐Ÿ…ž๏ธŽ๐Ÿ…“๏ธŽ๐Ÿ…—๏ธŽ๐Ÿ…˜๏ธŽ
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa

๐ŸŽถโ™ฅ๏ธ๐ŸŽถ๐ŸŒน๐ŸŽถโ™ฅ๏ธ๐ŸŒน๐ŸŽถโ™ฅ๏ธ๐ŸŽถโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ
๐Ÿ‘2
Barnoota_hajjii_gabaabaa.pdf
1.2 MB
๐๐š๐ซ๐ง๐จ๐จ๐ญ๐š ๐ก๐š๐ฃ๐ฃ๐ข๐ข ๐ ๐š๐›๐š๐š๐›๐ข๐ง๐š๐š๐ง
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘†๐Ÿ‘‡

โœ… ๐‡๐š๐š๐ฅ๐š ๐ฌ๐š๐ฅ๐ฉ๐ก๐š๐š ๐ญ๐š๐ก๐ž๐ž๐ง ๐ฐ๐š๐š'๐ž๐ž ๐ก๐š๐ฃ๐ฃ๐ข๐ข ๐›๐š๐ซ๐š๐œ๐ก๐ฎ๐ฎ๐Ÿ ๐›๐ฎ๐ฎ๐ฌ๐ข๐ข ๐๐ฎ๐›๐›๐ข๐ฌ๐ข
โ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธ
๐Ÿ‘4
#Rabbiin_galateeffadhu......โ—

โœ Rabbii hanga guyyaa hardhaa si tursiiseef..., Rabbii guyyaa hardhaa tana akka jiraattu si godhe kana galateeffadhu meee...โ—
Bar Rabbiin kan hanga guyyaa hardhaa tan si kaaheef, ati nama addaa taatee osoo hin taane :

โž› Allaahaan gabricha isaatii Rahmata godhuu yaadeetii,
โž› Akka ati Iimaana kankee haarawoomsitu barbaadeeti,
โž› Akka ati badiiwwaan tantee toltuu dalaguudhaan dhiqattu barbaadeeti,
โž› Akka ati toltuu tantee dachaadhaan kuufattu barbaadeeti.
ูฑุญู…ุฏ ุงู„ู„ู‡ ูŠุง ุฃุฎูŠ.
๐Ÿ‘11
Guyyaan boruu #Arafaa dha. Guyyaa jabaa guyyoota hunda caalu. Hajjii jechuun Arafuma! Irra caalaa guyyaa Rabbiin uumee boru simanna. Guyyaa Rabbiin akkaan gabroottan isaatti dhihaatee kadhaafi Ibaadaa birootiis irraa Qeebalu, gabroottan isaatin dhaadata. Badii isaanii dhiiseefii, guyyaa Rabbiin gabroottan isaa ibidda Jahannam irraa akkaan baraaru. Guyyaa Sheyxaanni gaddee kasaaree lafa qabatu. Soomanaa fi Ibaadaan guyyaa kana goonu Qeebalamnaan Rabbiin Dilii waggaa kuteefi dhufuu nuuf dhiisa.

Waa Lama jabeessinee dhaamna..
1. Soomanaa. Soomanni boruu Sunnaa jabduudha, sababa Soomana kanaatin Rabbiin keenya badii waggaa Lamaa nuuf dhiisa.
2. Rabbi haa kadhannu. โ€œLaa ilaaha illaLlaah wahdahuu laa shariika lahuu, lahul mulku walahul hamdu, wa huwa alaa kulli sheyโ€™in qadiirโ€ jechuu heddummeessaa.
โค9๐Ÿ‘2
Baga nagaan geenye
Baga nagaan geessan
#Eid bara kanaa
Baga nagaan geessan

Warra bara kanaa
Warra bara hedduu
Nu haa godhu rabbiin
Inni naman gatuu ๐Ÿ‘

๐ŸŒน๐ŸŒนโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ๐ŸŒน๐ŸŒน
๐Ÿ‘1
#Eid_Mubarak

Kan biyya keessa jirtan
Gara maatii galtanii
Kan biyya alaa jirtanis~haadhaaf abbaa keessaniif
Ergitanii qaltanii!
,,,
Hireen isin fageessus
Maatii kan keessanirraa
Waan qabdan hiixattanii
Bakkuma teessanirraa
,,,
Warri keyriin yaadattan
Maatii keessaniif ollaa
Baga nagaan geessani
Nullee isiniin tollaa
,,,
Jireenya fooyyeffachuuf
Baarii gama ceetanii
Ayyaana maatii faana
Dabarsuu osoo feetanii
,,,
Hiree jiruutiin har'a
Kan fagaattan wolirraa
Milkiif argataan galaa
Abdii godhaa olirraa
,,,
Kan rakkoon gadditanii
Jirtan imimmaan cobsaa
Jiraachuun hunda caala
Kan du'e yaadaa obsaa
,,,
Maddi jireenya isaa
Akka tasaatti gu'ee
Meeqamee kan nubiraa
Waggaan asitti du'e?
,,,
Waggaa ga'uu jechuun
Xiqqoo miti firaa
Meeqatu nubiraa
Deeme ganda aakiraa
,,,
Fedha Rabbiin qofa
Baraa bara ceenaa
Tola Rahmaan kana
Maaliif xiqqoo seena?
,,,
Kan har'a jiraadhaaf
Ol galee gad-ba'u
Fedha rabbiin malee~sekondiif lubbuun turuu
Wollaahii hin danda'u
,,,
Hargansuun adda cita
Onneen rukuttaa dhaabdi
Lubbuutu qaama gattee
Galmee du'aarra yaabdi!
,,,
Waggaa ga'uu jennaan
Laayyoo seetaa tarii?
Fedha Rabbii qofaan
Bullee argina barii
,,,
Fedha Rabbii qofaan
Nagaan kaana hirribaa
Waggaa ga'uun beeki
Kennaa, isa dirriba
,,,
Tarii milkaa'uu dhabdee
Hagam rakkoon sidhaalu
Fayyaa qabduuf galati
Qabeenya mara caalu
,,,
Jireenya dirra lafaa
Kan zalaalamaa se'ee
Osoo jiraachuuf jooruu~meeqatu qoomaa du'e
Gororrumtisaa fe'ee
,,,
Tola Rahmaan dagatee
Duniyaaf dhabee sabrii
Du'a osoo hin yaadatin
Meeqatu bu'e qabrii?
,,,
Eeyyama isaatiin qofa
Lubbuun ardiirra teenya
Tola Rabbiitiin qofa
Ayyaana waggaa geenya
,,,
..... Kanaafuu .....

Namuu murtiisaan du'a
Tola isaatiin dhalataa
Kan nagaan waggaa geessan
Rabbii guddaa galataa!
,,,
Guyyaa hundarra caalu
Ibaadaan haa jabaannu
Rakkataa haa mil'annu
Arjummaa haa qabaannu
,,,
Haqa jaraa yoo eegne
Har'aafi boru tollaa
Haadha hiyyeessaaf yatiima
Hunduu yaadadhaa ollaa
,,,
Shiraaf daba jallataan
Hajjii deemuu kajeelee
Warra daanga'ee hafe~ egeree sin haa waamu
Karaan hunduu qajeelee
,,,
Kanneen hajjaatanillee
Sinirraa haa qeebalu
Qananiin biyya lafaa
Ammarraa haa eegalu
,,,
Ibiddi nu daangesse
Baranarraa haa dhaamu
Dachiin ardal-harafaa
Nuunillee nuhaa waamu
,,,
Ayyaanni bara kanaa
Kan milkii nuuf haa ta'u
Kan baranaan nu ga'e
Kan dhufuun nuhaa ga'u
,,,
Addunyaa guutuu irraa
Biyya adda addaa teessanii
Muslimootni martinuu
Baga nagaan geessani!

โœ๏ธ.... Riyaad Raayyaa
โค8๐Ÿ‘2
Du'aa'ii kana #Aamiin jedhaa Obboleewwan๐Ÿคฒ
โค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธ
Isa dhugaan si jaallatu
Galmeesaarra si kaawwatu
Isan beekne mufiif aarii
Siif haa kennu jaarsa/tii gaarii
โคโค
Balleessitu
kan sii obsu
Dogongortus
kan si gorsu
Isan quufne
foolii kan kee
Siif haa kennu
si yaadatee
~~
Miira kan kee
Kan siif beeku
Mirga kan kees
Kan sii eegu
Isan feene,
sirraan nama
Siif haa kennu,
jaarsa/tii cimaa
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน

#Hub.Dhiiras dubras ni hammata๐Ÿ‘๐Ÿ‘
Aamiin jedhaa ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ.
โœ๐Ÿ‘‡
@Library_Islaamaa
โค7๐Ÿ‘2
๐Ÿ˜„๐Ÿ˜„ seeqachiisa๐Ÿ˜„

โœ… Jaal tokko maal jedhe seete?๐Ÿค”"Namoota jiruu kee keessatti akka #Oxygen qulqulluu of godhanii si xureessuuf yaalan ati immoo #haydroojinii itti dabalii #bishaan godhii achi booda....



Miilaan dhiqadhu jedhe ๐Ÿ’ช๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚
๐Ÿ˜8โค6
Forwarded from Deleted Account
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
Assalaamu Alaykum
warahmatullaahi
wabarakaatuh
๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ
เผ†Kabajamtoota hordoftoota keenya Channel Barbaachisaa waa hedduu irraa bartan isiniif filadhee dhufeetin jira Maaloo kunoo
#JOIN godhaakaa!
โ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿ
๐Ÿ‘7
Du'aa'ii kana #Aamiin jedhaa Obboleewwan๐Ÿคฒ
โค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธ
Isa dhugaan si jaallatu
Galmeesaarra si kaawwatu
Isan beekne mufiif aarii
Siif haa kennu jaarsa/tii gaarii
โคโค
Balleessitu
kan sii obsu
Dogongortus
kan si gorsu
Isan quufne
foolii kan kee
Siif haa kennu
si yaadatee
~~
Miira kan kee
Kan siif beeku
Mirga kan kees
Kan sii eegu
Isan feene,
sirraan nama
Siif haa kennu,
jaarsa/tii cimaa
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน

#Hub.Dhiiras dubras ni hammata๐Ÿ‘๐Ÿ‘
Aamiin jedhaa ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ.
โœ๐Ÿ‘‡
@Library_Islaamaa
๐Ÿ‘5
Naamusa_nyaataa_fii_dhugaatii.pdf
278.3 KB
โœ…Kitaaba bareeda kana dubbisaa barnoota guddaa irraa argattan๐Ÿ‘
ู„ูŽุง ู†ูุฑููŠุฏู ู…ูู†ูƒูู…ู’ ุฌูŽุฒูŽุงู“ุกู‹ ูˆูŽู„ูŽุง ุดููƒููˆุฑู‹ุง
๐ŸŒ Channel kana irraa๐Ÿ‘‡
๐Ÿ“š Kitaabban
๐ŸŽต Nashiidaa haaraya
๐Ÿ˜ Kolfaaf
โœ๏ธKana Beektuu?..ni Argattu

๐Ÿ“ฒ Yaadaaf @Library_Islaamaabot
๐Ÿ“ฒ Join gochuuf https://t.me/joinchat/AAAAAExkjFc1rEMDqSpL4g
๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
๐Ÿ‘4๐Ÿฅฐ4
#Hijraa 1444
๐Ÿ‘‰Bara haaraa Hijraati 1444 Baga Nagaan Geessan .... Hijraa Bu'uura jijjiirama Islaamummaati ....
๐Ÿ‘‰Bara cunqursaa makkaa irraa gara madiinaatti itti Bahaniidha ...
Hojjatanii Hojjachiisanii Waggaa 8 Booda Deebi'anii Makkaan Cabsan .
๐Ÿ‘‰Bara Hijraa keessatti Seenaa Abii bakrii Kan Rasuula waliin Godatti iddame San yaadanna .
__
โœBara Hijraa keessatti Seenaa Aliyy ibni Abii Xaalib Kan Firaasha Rasuulaa irra Rafee Aarsaa Guddaa kafale itti Yaadanna .
โœBara ANI MUSLIMA JECHUUN qaanfii Fi sodaa irraa Bahe
โœBara itti Mataa ol Qabanne
โœBara san irraa laakkofnee guyyaa Har'aa 1444 eegalla
_
๐Ÿ‘†Baga Geettan Baga Qaanqeen sun facaatee nu hundi ibsanne
Ammas bara Kanas diiniin sun Harka Firqaatti Kufee ture Qajeelee Majlisa Seera Qabeessa Kan Ahlu sunnaatiin Hogganamu Turtii waggoota Dheeraa Boodaan Qabsoodhaan As Gahe .
_
๐Ÿ‘‡Hijraa Bara 1ffaa Fi 1444 Seenaa wal Fakkaatu Qaba .
๐ŸŒผBara Duraas Diiniin Harka Mushrika Makkaatti Kufee turetu Ol Bahee Jabaate !
๐ŸŒผBara Kanas Majlisa Harka Suufiyyaatti Kufee turetu Sirraa'ee Muslimaan Hoogganame !
__
๐ŸŒปBara Milkaa'inaa Akka ta'u Hawwina .
๐ŸŒปBara Muslimni Islaamummaa waliin Jabaate Mul'atu Akka ta'u Hawwina.
๐ŸŒ™Islaamummaa Jabduu Jalatti Gaaddiseeffannee Akka Mul'annu Hawwina .
๐ŸŒšHundaafuu Baga Jiraannee As Geenne .
๐ŸŒšWaan Namni Hin Ta'in Hedduu Taane ...
____
๐ŸŒŸKa Rakkates .. Ka Cabes .. Ka Kufes .. Ka Du'es hundaa Rabbiin Haqa Isaa Haa Galchu .
__
๐ŸŒŸBarri Haaraan Kun Kan Boqonnaa Haaraatti Baanuu Rabbi nuu Haa Godhu .
๐ŸŒŸBara Qananii Ka Dagaaginaa Ka Guddinaa Fi Mul'inaa Rabbi nuu Haa Godhu .
_
๐ŸŒผKaroora Haaraa Fi ilaalcha Haaraan Haa simannu .
๐ŸŒผJireenna Keenna Kan Dagaagee Cime Rabbi nuu Haa taasisu !
-----------------------------
๐Ÿ‘‰By: said Leader
๐Ÿ‘12โค2
Naamusa_salamtaa.pdf
284.7 KB
โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
Kitaaba bareedaa kana buusaa dubbisaa๐Ÿ‘๐Ÿ‘
๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
โœ…Kitaaba bareeda kana dubbisaa barnoota guddaa irraa argattan๐Ÿ‘
ู„ูŽุง ู†ูุฑููŠุฏู ู…ูู†ูƒูู…ู’ ุฌูŽุฒูŽุงู“ุกู‹ ูˆูŽู„ูŽุง ุดููƒููˆุฑู‹ุง
๐ŸŒ Channel kana irraa๐Ÿ‘‡
๐Ÿ“š Kitaabban
๐ŸŽต Nashiidaa haaraya
๐Ÿ˜ Kolfaaf
โœ๏ธKana Beektuu?..ni Argattu

๐Ÿ“ฒ Yaadaaf @Library_Islaamaabot
๐Ÿ“ฒ Join gochuuf https://t.me/joinchat/AAAAAExkjFc1rEMDqSpL4g
๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
๐Ÿ‘2