๐‹๐ข๐›๐ซ๐š๐ซ๐ฒ ๐ˆ๐ฌ๐ฅ๐š๐š๐ฆ๐š๐š๐Ÿ“š๐Ÿ“–๐Ÿ“˜๐Ÿ“•๐Ÿ“š๐ŸŒน๐ŸŒนแตแตƒโฟแตƒ สฐแต’แต’ แตˆแต˜แต‡แต‡โฑหขแต—แต‰แต‰??
11.6K subscribers
463 photos
46 videos
180 files
812 links
ู„ูŽุง ู†ูุฑููŠุฏู ู…ูู†ูƒูู…ู’ ุฌูŽุฒูŽุงู“ุกู‹ ูˆูŽู„ูŽุง ุดููƒููˆุฑู‹ุง
๐ŸŒ Channel kana irraa๐Ÿ‘‡
๐Ÿ“š Kitaabban
๐ŸŽต Nashiidaa haaraya
๐Ÿ˜ Kolfaaf
โœ๏ธKana Beektuu?..ni Argattu
๐Ÿ“ฒ Yaadaaf @Library_Islaamaabot
๐Ÿ“ฒ Buy Ad:https://telega.io/@Library_Islaamaa
๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
Download Telegram
#Dr,Sheik Mohammed Ali #Alamuddiin
โœโœโœโœโœ

Ulamaaf tumsite
Ol qabuudhaaf diinii
Ulfaadhu #galatoomi
Yaa #Alamuddiinii
๐Ÿ’
Osoon qusatini
Qabeenya kee baaftee
Yoomiyyuun dagannu
Gumaa ati nuuf baaftee
๐ŸŒฒ
Inni humna qabu
Saamus makiinaa jaraa
Waan goonu wallaallee
Nu gubatee garaa~n
๐ŸŒน
Gumaa baafna jechuuf
Kiisiin keenya duwwaa
Gara Rabbii malee
Erga dhabnee quwwaa
๐ŸŒน
Gammanne kaa kunoo
Galata ilaahii
Diinaa garaa gubdeem
Alhamdulillaahi
๐ŸŒน
Jechatu nan gahu
Miira koo ibsachuuf
Rabbi si haa milkeessu
Milkii biyya lachuu
๐ŸŒน
Qabeenya siif kenne
Siif haa godhu tikfamaa
Badii ati qabdu
Siif haa godhu dhiifamaa
๐ŸŒน
Guyyaa dhaabbii jabduu
Guyyaa garii namaaa
Dafqi kokkee qabduu๐Ÿ˜ฅ
~~
Qabeenya horate
Irraa gaafatamuu
Guyyaa gaafa sanaa
Si haa godhu Rabbiin~warra baraaramuu
๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€
Aaaamiiin Allaahumma Aamiin ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ

๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Library_Islaamaa
๐Ÿ‘9โค1
Saatalaayitii irraa maal beektu? Haga ammatti saatalaayitoonni 8,378 caalan gara hawaa ergamuu, Kanniin keessaa gariin deebiโ€™anii gariin ammoo caccabanii kufuun yeroo ammaa saatalaayitoonni 4,994 hawaa keessa jiraachuu, kana keessaa immoo hanga Bara 2019tti saatalayitoonni 1,800 qofti seeraan dalagaa jiraachuu quba qabduu? Saatalaayitiin walqabatee INSTANT VIEW tuquun barruu guutuu dubbisaa
https://link.medium.com/A9ap4YQ5Vqb
๐Ÿ‘1
"Masjida keenya da'oo godhanne. Garuu achis galanii namoota 46 nurraa ajjeesan. Kiyya qofa nama 12 najalaa ajjeesan. Amma anas osoo ajjeesanii jiraatan jedheen gaabbaa jira. Yaa Rabbi maalumaaf na hambifte? Kana booda maaltu naaf hafe?"
Nama du'a irraa hafetu Jerman Radiotti hime.
Yaa Rabbi ati dhiiga ummata kanaa hin dhiisin. Warra dhiiga ummataatiin siyaasa daldalus Rabbiin dhiiga isaanii dhangalaasee nu haa agarsiisu.๐Ÿ˜ข
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Library_Islaamaa
๐Ÿ‘3
๐๐ข๐ช๐ข๐ฅ๐ญ๐ฎ๐ฎ ๐๐ก๐š๐š๐›๐ฎ๐ฎ๐ง ๐๐ก๐ข๐ฆ๐ฆ๐š ๐ฌ๐ข๐ฒ๐š๐š๐ฌ๐š๐š ๐ฆ๐ข๐ญ๐ข ๐๐ก๐ข๐ฆ๐š๐š ๐ฅ๐ฎ๐›๐›๐ฎ๐ฎ๐ญ๐ข ๐ฆ๐š๐ฅ๐ž๐ž!!!

๐‚๐š๐š๐ฅ๐š๐š๐ง ๐ค๐š๐ฅ๐ช๐ข๐ข ๐ค๐š๐ง ๐๐š๐œ๐ก๐ข๐ข๐ง ๐ค๐ฎ๐ง ๐ž๐ซ๐ ๐š ๐ข๐ฌ๐š๐š๐ง๐ข๐ข๐ญ๐ข ๐ค๐š๐ง ๐ข๐ฌ๐š๐š๐ง ๐œ๐š๐š๐ฅ๐ฎ๐ฎ ๐ก๐ข๐ง ๐›๐š๐š๐ญ๐ข๐ง ๐š๐ฆ๐ฆ๐š๐ฅ๐ฅ๐ž ๐ฌ๐š๐ฆ๐ข๐ข๐ง ๐ž๐ซ๐ ๐š ๐ข๐ฌ๐š๐š๐ง๐ข๐ข๐ญ๐ข๐ข ๐ค๐š๐ง ๐ง๐š๐ฆ๐š ๐š๐ค๐ค๐š ๐ข๐ฌ๐š๐ง๐ข๐ข๐ญ๐ข๐ข ๐ก๐ข๐ง ๐ ๐š๐š๐๐๐ข๐ฌ๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐ข๐ง ,๐›๐š๐ซ๐ž๐ž๐๐š๐š๐ง ๐Ÿ๐ฎ๐ฎ๐ฅ๐š ๐ง๐ฎ๐ฎ๐ซ๐š๐š ,๐ฅ๐ž๐ž๐ง๐œ๐ข ๐ข๐ฃ๐š ๐ค๐ฎ๐ฎ๐ฅ๐š๐š ๐‘ค๐‘Ž๐‘Ž'๐‘’๐‘’ ๐‘๐‘–๐‘ž๐‘–๐‘™๐‘ก๐‘ข๐‘ข ๐‘‘โ„Ž๐‘Ž๐‘Ž๐‘๐‘ข๐‘ข ๐‘š๐‘Ž๐‘Ž๐‘™ ๐‘Ž๐‘˜๐‘˜๐‘Ž ๐‘—๐‘’๐‘‘โ„Ž๐‘Ž๐‘› ๐‘๐‘’๐‘’๐‘˜๐‘ก๐‘Ž๐‘Ž๐Ÿค”๐Ÿค”?๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

โœ…Ergamaan Rabbii jaalatamaan (Nageenyi isaan irra haa qubatuu) akkana nuun jedhu:-
๏บ‡ู๏ปฅู’ ๏ป—ูŽ๏บŽ๏ปฃูŽ๏บ–ู’ ๏ป‹ูŽ๏ป ูŽ๏ปฐ ๏บƒูŽ๏บฃูŽ๏บชู๏ป›ู๏ปขู’ ๏บ๏ปŸู’๏ป˜ู๏ปดูŽ๏บŽ๏ปฃูŽ๏บ”ู ๏ปญูŽ๏ป“ู๏ปฒ ๏ปณูŽ๏บชู๏ปฉู ๏ป“ูŽ๏บดู’๏ป ูŽ๏บ”ูŒ ๏ป“ูŽ๏ป ู’๏ปดูŽ๏ปู’๏บฎู๏บณู’๏ปฌูŽ๏บŽ
โ...Tokkoon keessan osoo biqiltuu harkaa qabee jiru qiyaamaan irratti dhaabbattus biqiltuu harkaa qabu haa dhaabu...โž๐ŸŒน๐ŸŒฒ
(โœ๏ธMusnad Ahฬฃmad 12491)

๐๐ฅ๐š๐ง๐ญ๐ข๐ง๐  ๐ญ๐ซ๐ž๐ž ๐ข๐ฌ ๐ง๐จ๐ญ ๐š ๐ฉ๐จ๐ฅ๐จ๐ญ๐ข๐œ๐š๐ฅ ๐ข๐ฌ๐ฌ๐ฎ๐ž ,๐ข๐ญ ๐ข๐ฌ ๐ฆ๐š๐ญ๐ญ๐ž๐ซ ๐จ๐Ÿ ๐ฅ๐ข๐Ÿ๐ž ๐Ÿ‘Œ
๐ŸŒฒBiqiltuu dhaabuun dhimma siyaasaa osoo hin taane dhimma lubbuutiโ€ผ๏ธ

๐—ฏ๐—ถ๐—พ๐—ถ๐—น๐˜๐˜‚๐˜‚ ๐—ฑ๐—ต๐—ฎ๐—ฎ๐—ฏ๐—ฎ๐—ฎ ๐—ฏ๐—ถ๐—พ๐—ถ๐—น๐˜๐˜‚๐˜‚ ๐—ฑ๐—ต๐—ฎ๐—ฎ๐—ฏ๐˜‚๐˜‚๐—ป ๐—ณ๐—ฎ๐—ฎ๐˜†๐—ถ๐—ฑ๐—ฎ๐—ฎ ๐—ต๐—ฎ๐—ฟ๐—ฑ๐—ต๐—ฎ ๐—ถ๐—ฟ๐—ฟ๐—ฎ๐—ฎ ๐—ฎ๐—ฟ๐—ด๐—ฎ๐—ป๐—ป๐˜‚ ๐—ฎ๐—น๐—ฎ๐˜๐˜๐—ถ
#๐˜€๐—ฎ๐˜„๐—ฎ๐—ฎ๐—ฏ๐—ฎ/๐—”๐—ท๐—ฟ๐—ถ๐—ถ ๐—พ๐—ฎ๐—ฏ๐—ฎ๐—ฎ ๐—ฎ๐—ธ๐—ธ๐—ฎ๐˜€๐˜‚๐—บ๐—ฎ ๐—ฎ๐˜๐—ถ ๐˜†๐—ฒ๐—ฟ๐—ผ๐—ผ ๐—ฏ๐—ถ๐—พ๐—ถ๐—น๐—ฎ๐—ฎ ๐—ฑ๐—ต๐—ฎ๐—ฎ๐—ฏ๐—ฑ๐˜‚ ๐—ป๐—ฎ๐—บ๐—ฎ ๐—ฎ๐—ท๐—ฎ๐—ท๐—ฎ #๐—บ๐—ผ๐—ผ๐˜๐˜‚๐—บ๐—บ๐—ฎ๐—ฎ๐—ณ ๐—ฑ๐—ต๐—ฎ๐—ฎ๐—ฏ๐˜‚ ๐—ผ๐˜€๐—ผ๐—ผ ๐—ต๐—ถ๐—ป๐˜๐—ฎ๐—ฎ๐—ป๐—ฒ ๐—ป๐—ฎ๐—บ๐—ฎ ๐—ต๐—ฎ๐—ฑ๐—ถ๐—ถ๐˜€๐—ฎ ๐—ต๐—ผ๐—ท๐—ถ๐—ถ๐—ฟ๐—ฟ๐—ฎ ๐—ผ๐—ผ๐—น๐—ฐ๐—ต๐—ฎ๐—ฎ ๐—ท๐—ถ๐—ฟ๐˜‚ ๐˜๐—ฎ๐—ต๐˜‚๐˜‚ ๐—ธ๐—ฒ๐—ฒ๐˜€ ๐—ต๐—ถ๐—ป ๐—ฑ๐—ฎ๐—ด๐—ฎ๐˜๐—ถ๐—ป ๐—ถ๐—ป๐˜€๐—ต๐—ฎ๐—น๐—น๐—ฎ๐—ต.. โœ…โœ…๐—บ๐—ฎ๐—ฎ๐—น๐—ถ๐—ถ๐—ณ ๐—ป๐˜‚๐˜๐—ถ ๐—บ๐˜‚๐˜€๐—น๐—ถ๐—บ๐—ผ๐—ผ๐—ป๐—ป๐—ถ ๐˜„๐—ฎ๐—ฎ๐—ป ๐—ป๐—ฎ๐—บ๐—ป๐—ถ ๐˜„๐—ฎ๐—ด๐—ด๐—ฎ๐—ฎ ๐—น๐—ฎ๐—บ๐—ฎ ๐—ฑ๐˜‚๐—ฟ๐—ฎ ๐—ณ๐—ถ๐—ฑ๐—ฒ๐—ฒ๐—ณ ๐—ต๐—ถ๐—ป ๐—ฑ๐—ต๐—ฎ๐—ฎ๐—ฏ๐—ป๐˜‚ ๐˜„๐—ฎ๐—ฎ๐—ป #๐—ก๐—ฎ๐—ฏ๐—ถ ๐—บ๐˜‚๐—ต๐—ฎ๐—บ๐—บ๐—ฎ๐—ฑ (๐—ฆ ๐—” ๐—ช ) ๐˜„๐—ฎ๐—ด๐—ด๐—ฎ๐—ฎ 1442 ๐—ฑ๐˜‚๐—ฟ๐—ฎ ๐—ป๐˜‚ ๐—ฎ๐—ท๐—ฎ๐—ท๐—ฎ๐—ป๐—ถ๐—ถ๐—ณ ๐—บ๐—ฎ๐—น๐—ฒโ™ฅ๏ธ
โœ… ๐—ฏ๐˜‚'๐—ฎ๐—ฎ ๐—ฎ๐—ธ๐—ธ๐—ฎ๐˜€๐—ถ๐—ถ ๐˜„๐—ฎ๐—ฎ๐—ป ๐—พ๐—ฎ๐—ฏ๐˜‚๐˜‚๐—ณ ๐—ฏ๐—ถ๐—พ๐—ถ๐—น๐—ฎ๐—ฎ ๐—ฑ๐—ต๐—ฎ๐—ฎ๐—ฏ๐—ฎ๐—ฎ ๐—ท๐—ฒ๐—ฐ๐—ต๐˜‚๐—บ๐—ฎ๐—ฎ๐—ณ๐—ถ ๐—ฏ๐—ฎ๐—ฎ๐—ฟ๐—ฎ๐—ธ๐—ฎ๐—น๐—น๐—ฎ๐—ต๐Ÿ˜๐Ÿ˜

๐ŸŒนโ˜˜๐ŸŒฒ๐ŸŒนโ˜˜๐ŸŒฒ๐ŸŒนโ˜˜๐ŸŒฒ๐ŸŒนโ˜˜๐ŸŒฒ๐ŸŒนโ˜˜๐ŸŒฒ๐ŸŒนโ˜˜
๐ŸŒฒโ˜˜๐ŸŒน
โœ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/Library_Islaamaa
โค2๐Ÿ‘1๐Ÿฅฐ1
"Nothing beats books for understanding the world" Rolf Dobelli
.
"Yeroo tokko yaalii wayiin geggeesse; oduu (News) dhaggeeffachuufi dubbisuun dhaabe. Raadiyoofi Teleevizhiinii koon cufe, barruulee oduu qofa qabatanii bahanin dubbisuu dhaabe! Torban jalqabaa ulfaataa ture. Waan tahe na jala darba jedheen sodaachaa ture. Waggoota sadii boddee garuu wantin argadhe yaadaa bilisaa, xiyyeeffannoo guddaa, sammuu murtee gaariifi yeroo bal'aadha. Wantin ani oduu irraa argadhu hanga nuusa kitaaba irraa argadhuu na hin fayyadne." jedhee Rolf Dobelli kitaaba isaa 'The art of thinking clearly' jedhu keessatti katabe. Yeroo oduu garagaraa dhagahaa oollu sammuun keenya odeeffannoo garagaraaf dub-deebii garagaraa kennuuf dhama'a. Oduulee dhaggeeffachaa ooluun sammuu keenya karaa sirrii hojjisiisuuf nu rakkisa. "As a result of news consumption, we walk around with a distorted mental map of the risks and threats we actually faces."

Dabalataan oduun baayyeen beekumsa hin ta'ani. Fakkeenyaaf, ji'oota darban oduulee baay'inaan 10,000 tahan dhaggeeffatteetta taha. Garuu isaan keessaa jireenya keetiif kan si gargaaran baay'ee muraasadha. "If news really helped people advance, journalists would be at the top of the income pyramid."

Dhumarratti yerookee oduufi odeeffannoo funaanutti hin dabarsin; read long articles and books! Kitaaba homtuu hin injifatu!
โ™ป๏ธ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡โ™ป๏ธhttps://t.me/Library_Islaamaa
๐Ÿ‘8
โžฌ Jiruun tee Ati tuffattu tuni: hawwii hedduu ilma namaati!

โžฌ Hojiin sitti baay'atee si jaataneesse (Busy) si godhe kuni: Hawwii nama hojii dhabeeti!

โžฌ Ijoolleen tee tan mana keessaa sitti baay'attee si iyyitee sitti waccu tuni: hawwii nama ilma dhabeeti!

โžฌ Yeroon Ati bakka itti fixxu dhabdee wajjiin rakkattu tuni: hawwii nama yeroon itti dhiphattee daqiiqaan tokko isaaf warqii caaleeti!

โžฌ Jiruun Ati har'a keessa teessee osoo du'ee maal qaba jettu tuni: Hawwii namoota osoo kaayyoo fi karoora meeqa qaban qabrii seenaniiti !

Gatii fayyaan qabdu: warra dhibame gaafadhu.
Gatii dargaggummaan qabdu: warra dulloome gaafadhu.
Gatii nageenyi qabu: warra balaa fi gidiraa gaafadhu.
Gatii jiruun qabdu: warra du'e gaafadhu
Silaafuu hin dubbataniiโ—

๐ŸŒบJoon Please ๐Ÿ˜๐Ÿ˜
@Library_Islaamaa
๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†
๐Ÿ‘7โค2
Audio
โ˜˜๐ŸŒนโ™ฅ๏ธโ˜˜๐ŸŒนโ™ฅ๏ธโ˜˜โ™ฅ๏ธโ˜˜
New
โœ…Ustaz yaasin nuuruโœ…
๐Ÿ‘†๐Ÿ‘‡
๐Ÿ”Ÿ๐ง ๐™๐ฎ๐ฅ๐ก๐ข๐ฃ๐ฃ๐š๐š ๐ƒ๐š'๐š๐ฐ๐š๐š ๐€๐ฃ๐š๐š๐ข๐›๐š๐š ๐€๐ค๐ค๐š๐š๐ง ๐ง๐š๐ฆ๐š๐ญ๐ญ๐ข ๐ญ๐จ๐ฅ๐ฎ๐ฎ๐Ÿ๐ข ๐€๐›๐๐ข๐ข ๐ง๐š๐ฆ๐š๐ญ๐ญ๐ข ๐ก๐จ๐ซ๐ฎ ๐š๐ฆ๐ฆ๐š๐ฅ๐ฅ๐ž๐ž ๐ก๐จ๐ฃ๐ข๐ข ๐ค๐š๐ฒ๐ซ๐ข๐ข๐ญ๐ญ๐ข ๐ค๐š๐ง ๐ง๐š๐ฆ๐š ๐ค๐š๐ค๐š๐š๐ฌ๐ฎ ๐ค๐š๐ง๐š ๐œ๐š๐ช๐š๐ฌ๐š๐š!!๐Ÿ™๐Ÿ™

โœ… Namni Amaarinyaan sinii nyaatamu caqasaa๐Ÿ˜๐Ÿ˜„๐Ÿ˜„๐Ÿ˜Š
๐Ÿ…™๏ธŽ๐Ÿ…ž๏ธŽ๐Ÿ…˜๏ธŽ๐Ÿ…๏ธŽ ๐Ÿ…ข๏ธŽ๐Ÿ…—๏ธŽ๐Ÿ…๏ธŽ๐Ÿ…ก๏ธŽ๐Ÿ…”๏ธŽ ๐Ÿ…–๏ธŽ๐Ÿ…ž๏ธŽ๐Ÿ…“๏ธŽ๐Ÿ…—๏ธŽ๐Ÿ…˜๏ธŽ
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa

๐ŸŽถโ™ฅ๏ธ๐ŸŽถ๐ŸŒน๐ŸŽถโ™ฅ๏ธ๐ŸŒน๐ŸŽถโ™ฅ๏ธ๐ŸŽถโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ
๐Ÿ‘2
Barnoota_hajjii_gabaabaa.pdf
1.2 MB
๐๐š๐ซ๐ง๐จ๐จ๐ญ๐š ๐ก๐š๐ฃ๐ฃ๐ข๐ข ๐ ๐š๐›๐š๐š๐›๐ข๐ง๐š๐š๐ง
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘†๐Ÿ‘‡

โœ… ๐‡๐š๐š๐ฅ๐š ๐ฌ๐š๐ฅ๐ฉ๐ก๐š๐š ๐ญ๐š๐ก๐ž๐ž๐ง ๐ฐ๐š๐š'๐ž๐ž ๐ก๐š๐ฃ๐ฃ๐ข๐ข ๐›๐š๐ซ๐š๐œ๐ก๐ฎ๐ฎ๐Ÿ ๐›๐ฎ๐ฎ๐ฌ๐ข๐ข ๐๐ฎ๐›๐›๐ข๐ฌ๐ข
โ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธ
๐Ÿ‘4
#Rabbiin_galateeffadhu......โ—

โœ Rabbii hanga guyyaa hardhaa si tursiiseef..., Rabbii guyyaa hardhaa tana akka jiraattu si godhe kana galateeffadhu meee...โ—
Bar Rabbiin kan hanga guyyaa hardhaa tan si kaaheef, ati nama addaa taatee osoo hin taane :

โž› Allaahaan gabricha isaatii Rahmata godhuu yaadeetii,
โž› Akka ati Iimaana kankee haarawoomsitu barbaadeeti,
โž› Akka ati badiiwwaan tantee toltuu dalaguudhaan dhiqattu barbaadeeti,
โž› Akka ati toltuu tantee dachaadhaan kuufattu barbaadeeti.
ูฑุญู…ุฏ ุงู„ู„ู‡ ูŠุง ุฃุฎูŠ.
๐Ÿ‘11
Guyyaan boruu #Arafaa dha. Guyyaa jabaa guyyoota hunda caalu. Hajjii jechuun Arafuma! Irra caalaa guyyaa Rabbiin uumee boru simanna. Guyyaa Rabbiin akkaan gabroottan isaatti dhihaatee kadhaafi Ibaadaa birootiis irraa Qeebalu, gabroottan isaatin dhaadata. Badii isaanii dhiiseefii, guyyaa Rabbiin gabroottan isaa ibidda Jahannam irraa akkaan baraaru. Guyyaa Sheyxaanni gaddee kasaaree lafa qabatu. Soomanaa fi Ibaadaan guyyaa kana goonu Qeebalamnaan Rabbiin Dilii waggaa kuteefi dhufuu nuuf dhiisa.

Waa Lama jabeessinee dhaamna..
1. Soomanaa. Soomanni boruu Sunnaa jabduudha, sababa Soomana kanaatin Rabbiin keenya badii waggaa Lamaa nuuf dhiisa.
2. Rabbi haa kadhannu. โ€œLaa ilaaha illaLlaah wahdahuu laa shariika lahuu, lahul mulku walahul hamdu, wa huwa alaa kulli sheyโ€™in qadiirโ€ jechuu heddummeessaa.
โค9๐Ÿ‘2
Baga nagaan geenye
Baga nagaan geessan
#Eid bara kanaa
Baga nagaan geessan

Warra bara kanaa
Warra bara hedduu
Nu haa godhu rabbiin
Inni naman gatuu ๐Ÿ‘

๐ŸŒน๐ŸŒนโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ๐ŸŒน๐ŸŒน
๐Ÿ‘1
#Eid_Mubarak

Kan biyya keessa jirtan
Gara maatii galtanii
Kan biyya alaa jirtanis~haadhaaf abbaa keessaniif
Ergitanii qaltanii!
,,,
Hireen isin fageessus
Maatii kan keessanirraa
Waan qabdan hiixattanii
Bakkuma teessanirraa
,,,
Warri keyriin yaadattan
Maatii keessaniif ollaa
Baga nagaan geessani
Nullee isiniin tollaa
,,,
Jireenya fooyyeffachuuf
Baarii gama ceetanii
Ayyaana maatii faana
Dabarsuu osoo feetanii
,,,
Hiree jiruutiin har'a
Kan fagaattan wolirraa
Milkiif argataan galaa
Abdii godhaa olirraa
,,,
Kan rakkoon gadditanii
Jirtan imimmaan cobsaa
Jiraachuun hunda caala
Kan du'e yaadaa obsaa
,,,
Maddi jireenya isaa
Akka tasaatti gu'ee
Meeqamee kan nubiraa
Waggaan asitti du'e?
,,,
Waggaa ga'uu jechuun
Xiqqoo miti firaa
Meeqatu nubiraa
Deeme ganda aakiraa
,,,
Fedha Rabbiin qofa
Baraa bara ceenaa
Tola Rahmaan kana
Maaliif xiqqoo seena?
,,,
Kan har'a jiraadhaaf
Ol galee gad-ba'u
Fedha rabbiin malee~sekondiif lubbuun turuu
Wollaahii hin danda'u
,,,
Hargansuun adda cita
Onneen rukuttaa dhaabdi
Lubbuutu qaama gattee
Galmee du'aarra yaabdi!
,,,
Waggaa ga'uu jennaan
Laayyoo seetaa tarii?
Fedha Rabbii qofaan
Bullee argina barii
,,,
Fedha Rabbii qofaan
Nagaan kaana hirribaa
Waggaa ga'uun beeki
Kennaa, isa dirriba
,,,
Tarii milkaa'uu dhabdee
Hagam rakkoon sidhaalu
Fayyaa qabduuf galati
Qabeenya mara caalu
,,,
Jireenya dirra lafaa
Kan zalaalamaa se'ee
Osoo jiraachuuf jooruu~meeqatu qoomaa du'e
Gororrumtisaa fe'ee
,,,
Tola Rahmaan dagatee
Duniyaaf dhabee sabrii
Du'a osoo hin yaadatin
Meeqatu bu'e qabrii?
,,,
Eeyyama isaatiin qofa
Lubbuun ardiirra teenya
Tola Rabbiitiin qofa
Ayyaana waggaa geenya
,,,
..... Kanaafuu .....

Namuu murtiisaan du'a
Tola isaatiin dhalataa
Kan nagaan waggaa geessan
Rabbii guddaa galataa!
,,,
Guyyaa hundarra caalu
Ibaadaan haa jabaannu
Rakkataa haa mil'annu
Arjummaa haa qabaannu
,,,
Haqa jaraa yoo eegne
Har'aafi boru tollaa
Haadha hiyyeessaaf yatiima
Hunduu yaadadhaa ollaa
,,,
Shiraaf daba jallataan
Hajjii deemuu kajeelee
Warra daanga'ee hafe~ egeree sin haa waamu
Karaan hunduu qajeelee
,,,
Kanneen hajjaatanillee
Sinirraa haa qeebalu
Qananiin biyya lafaa
Ammarraa haa eegalu
,,,
Ibiddi nu daangesse
Baranarraa haa dhaamu
Dachiin ardal-harafaa
Nuunillee nuhaa waamu
,,,
Ayyaanni bara kanaa
Kan milkii nuuf haa ta'u
Kan baranaan nu ga'e
Kan dhufuun nuhaa ga'u
,,,
Addunyaa guutuu irraa
Biyya adda addaa teessanii
Muslimootni martinuu
Baga nagaan geessani!

โœ๏ธ.... Riyaad Raayyaa
โค8๐Ÿ‘2
Du'aa'ii kana #Aamiin jedhaa Obboleewwan๐Ÿคฒ
โค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธ
Isa dhugaan si jaallatu
Galmeesaarra si kaawwatu
Isan beekne mufiif aarii
Siif haa kennu jaarsa/tii gaarii
โคโค
Balleessitu
kan sii obsu
Dogongortus
kan si gorsu
Isan quufne
foolii kan kee
Siif haa kennu
si yaadatee
~~
Miira kan kee
Kan siif beeku
Mirga kan kees
Kan sii eegu
Isan feene,
sirraan nama
Siif haa kennu,
jaarsa/tii cimaa
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน

#Hub.Dhiiras dubras ni hammata๐Ÿ‘๐Ÿ‘
Aamiin jedhaa ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ.
โœ๐Ÿ‘‡
@Library_Islaamaa
โค7๐Ÿ‘2
๐Ÿ˜„๐Ÿ˜„ seeqachiisa๐Ÿ˜„

โœ… Jaal tokko maal jedhe seete?๐Ÿค”"Namoota jiruu kee keessatti akka #Oxygen qulqulluu of godhanii si xureessuuf yaalan ati immoo #haydroojinii itti dabalii #bishaan godhii achi booda....



Miilaan dhiqadhu jedhe ๐Ÿ’ช๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚
๐Ÿ˜8โค6
Forwarded from Deleted Account
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
Assalaamu Alaykum
warahmatullaahi
wabarakaatuh
๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ
เผ†Kabajamtoota hordoftoota keenya Channel Barbaachisaa waa hedduu irraa bartan isiniif filadhee dhufeetin jira Maaloo kunoo
#JOIN godhaakaa!
โ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿ
๐Ÿ‘7
Du'aa'ii kana #Aamiin jedhaa Obboleewwan๐Ÿคฒ
โค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธ
Isa dhugaan si jaallatu
Galmeesaarra si kaawwatu
Isan beekne mufiif aarii
Siif haa kennu jaarsa/tii gaarii
โคโค
Balleessitu
kan sii obsu
Dogongortus
kan si gorsu
Isan quufne
foolii kan kee
Siif haa kennu
si yaadatee
~~
Miira kan kee
Kan siif beeku
Mirga kan kees
Kan sii eegu
Isan feene,
sirraan nama
Siif haa kennu,
jaarsa/tii cimaa
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน

#Hub.Dhiiras dubras ni hammata๐Ÿ‘๐Ÿ‘
Aamiin jedhaa ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ.
โœ๐Ÿ‘‡
@Library_Islaamaa
๐Ÿ‘5
Naamusa_nyaataa_fii_dhugaatii.pdf
278.3 KB
โœ…Kitaaba bareeda kana dubbisaa barnoota guddaa irraa argattan๐Ÿ‘
ู„ูŽุง ู†ูุฑููŠุฏู ู…ูู†ูƒูู…ู’ ุฌูŽุฒูŽุงู“ุกู‹ ูˆูŽู„ูŽุง ุดููƒููˆุฑู‹ุง
๐ŸŒ Channel kana irraa๐Ÿ‘‡
๐Ÿ“š Kitaabban
๐ŸŽต Nashiidaa haaraya
๐Ÿ˜ Kolfaaf
โœ๏ธKana Beektuu?..ni Argattu

๐Ÿ“ฒ Yaadaaf @Library_Islaamaabot
๐Ÿ“ฒ Join gochuuf https://t.me/joinchat/AAAAAExkjFc1rEMDqSpL4g
๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
๐Ÿ‘4๐Ÿฅฐ4
#Hijraa 1444
๐Ÿ‘‰Bara haaraa Hijraati 1444 Baga Nagaan Geessan .... Hijraa Bu'uura jijjiirama Islaamummaati ....
๐Ÿ‘‰Bara cunqursaa makkaa irraa gara madiinaatti itti Bahaniidha ...
Hojjatanii Hojjachiisanii Waggaa 8 Booda Deebi'anii Makkaan Cabsan .
๐Ÿ‘‰Bara Hijraa keessatti Seenaa Abii bakrii Kan Rasuula waliin Godatti iddame San yaadanna .
__
โœBara Hijraa keessatti Seenaa Aliyy ibni Abii Xaalib Kan Firaasha Rasuulaa irra Rafee Aarsaa Guddaa kafale itti Yaadanna .
โœBara ANI MUSLIMA JECHUUN qaanfii Fi sodaa irraa Bahe
โœBara itti Mataa ol Qabanne
โœBara san irraa laakkofnee guyyaa Har'aa 1444 eegalla
_
๐Ÿ‘†Baga Geettan Baga Qaanqeen sun facaatee nu hundi ibsanne
Ammas bara Kanas diiniin sun Harka Firqaatti Kufee ture Qajeelee Majlisa Seera Qabeessa Kan Ahlu sunnaatiin Hogganamu Turtii waggoota Dheeraa Boodaan Qabsoodhaan As Gahe .
_
๐Ÿ‘‡Hijraa Bara 1ffaa Fi 1444 Seenaa wal Fakkaatu Qaba .
๐ŸŒผBara Duraas Diiniin Harka Mushrika Makkaatti Kufee turetu Ol Bahee Jabaate !
๐ŸŒผBara Kanas Majlisa Harka Suufiyyaatti Kufee turetu Sirraa'ee Muslimaan Hoogganame !
__
๐ŸŒปBara Milkaa'inaa Akka ta'u Hawwina .
๐ŸŒปBara Muslimni Islaamummaa waliin Jabaate Mul'atu Akka ta'u Hawwina.
๐ŸŒ™Islaamummaa Jabduu Jalatti Gaaddiseeffannee Akka Mul'annu Hawwina .
๐ŸŒšHundaafuu Baga Jiraannee As Geenne .
๐ŸŒšWaan Namni Hin Ta'in Hedduu Taane ...
____
๐ŸŒŸKa Rakkates .. Ka Cabes .. Ka Kufes .. Ka Du'es hundaa Rabbiin Haqa Isaa Haa Galchu .
__
๐ŸŒŸBarri Haaraan Kun Kan Boqonnaa Haaraatti Baanuu Rabbi nuu Haa Godhu .
๐ŸŒŸBara Qananii Ka Dagaaginaa Ka Guddinaa Fi Mul'inaa Rabbi nuu Haa Godhu .
_
๐ŸŒผKaroora Haaraa Fi ilaalcha Haaraan Haa simannu .
๐ŸŒผJireenna Keenna Kan Dagaagee Cime Rabbi nuu Haa taasisu !
-----------------------------
๐Ÿ‘‰By: said Leader
๐Ÿ‘12โค2
Naamusa_salamtaa.pdf
284.7 KB
โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
Kitaaba bareedaa kana buusaa dubbisaa๐Ÿ‘๐Ÿ‘
๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
โœ…Kitaaba bareeda kana dubbisaa barnoota guddaa irraa argattan๐Ÿ‘
ู„ูŽุง ู†ูุฑููŠุฏู ู…ูู†ูƒูู…ู’ ุฌูŽุฒูŽุงู“ุกู‹ ูˆูŽู„ูŽุง ุดููƒููˆุฑู‹ุง
๐ŸŒ Channel kana irraa๐Ÿ‘‡
๐Ÿ“š Kitaabban
๐ŸŽต Nashiidaa haaraya
๐Ÿ˜ Kolfaaf
โœ๏ธKana Beektuu?..ni Argattu

๐Ÿ“ฒ Yaadaaf @Library_Islaamaabot
๐Ÿ“ฒ Join gochuuf https://t.me/joinchat/AAAAAExkjFc1rEMDqSpL4g
๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
๐Ÿ‘2