๐‹๐ข๐›๐ซ๐š๐ซ๐ฒ ๐ˆ๐ฌ๐ฅ๐š๐š๐ฆ๐š๐š๐Ÿ“š๐Ÿ“–๐Ÿ“˜๐Ÿ“•๐Ÿ“š๐ŸŒน๐ŸŒนแตแตƒโฟแตƒ สฐแต’แต’ แตˆแต˜แต‡แต‡โฑหขแต—แต‰แต‰??
11.5K subscribers
468 photos
46 videos
180 files
833 links
ู„ูŽุง ู†ูุฑููŠุฏู ู…ูู†ูƒูู…ู’ ุฌูŽุฒูŽุงู“ุกู‹ ูˆูŽู„ูŽุง ุดููƒููˆุฑู‹ุง
๐ŸŒ Channel kana irraa๐Ÿ‘‡
๐Ÿ“š Kitaabban
๐ŸŽต Nashiidaa haaraya
๐Ÿ˜ Kolfaaf
โœ๏ธKana Beektuu?..ni Argattu
๐Ÿ“ฒ Yaadaaf @Library_Islaamaabot
๐Ÿ“ฒ Buy Ad:https://telega.io/@Library_Islaamaa
๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
Download Telegram
#Seenaa_bashannansiistuu

#Nugusa_Qaroo_fi_Namticha_Qaroo_tokko.

โž›Namtichatu mooticha tokko bira deemee walaloo afaan Arabaa takka dhiheesseefii jennaan,mootichi akka malee dinqisiifatee akkana jedheen jedhan;

๐ŸŽ…#Nugusa;Yoo hajamte Waan barbaadde na gaafadhu.
๐Ÿ‘ค#Namticha;waan an barbaade ima naa kennitaa..?

๐ŸŽ…#Nugusa;Eeyyan siif kenna.
๐Ÿ‘ค#Namticha;Diinaara hanga ani laakkofsa isaa Qurโ€™aana keessatti maqaa dhahee akka naaf kennitu barbaada.

๐ŸŽ…#Nugusa;Hayyee jaaladhe.
๐Ÿ‘คNamticha(weellisaa);Rabbiin Qurโ€™aana isaa keessatti akkana jedha;
"ูˆุฅู„ู‡ูƒู… ุฅู„ู‡ ูˆุงุญุฏ"

๐ŸŽ…#Mooticha;Diinaara tokko kenneef.
๐Ÿ‘ค#Namicha;Ammas Rabbiin Qurโ€™aana keessatti akkana jedhe;
"ุซุงู†ูŠ ุฃุซู†ูŠู† ุฅุฐ ู‡ู…ุง ููŠ ุงู„ุบุงุฑ"

๐ŸŽ…#Mooticha(Nugusa);Diinaara lama baasee kenneef.
๐Ÿ‘ค#Namticha;Ammas aayata Qurโ€™aanaa tana qara'e;
"ู„ุง ุชู‚ูˆู„ูˆุง ุซู„ุงุซุฉ ุงู†ุชู‡ูˆุง ุฎูŠุฑุง ู„ูƒู…"

๐ŸŽ…#Nugusa;Diinaaara Sadi kenneef.
๐Ÿ‘ค#Namicha;Ammas Aayata Qurโ€™aanaa tana qara'e;
"ูˆู„ุง ุซู„ุงุซุฉ ุฅู„ุง ู‡ูˆ ุฑุงุจุนู‡ู…"

๐ŸŽ…#Nugusa;Diinaara Afur ajajeef.
๐Ÿ‘ค#Namicha;Aayata tana qara'e;
"ูˆู„ุง ุฎู…ุณุฉ ุฅู„ุง ู‡ูˆ ุณุงุฏุณู‡ู…"

๐ŸŽ…#Nugusa;Diinara Shanii fi jahas kenneef.
๐Ÿ‘ค#Namicha;Ammas Aayata akkana jettu qara'e;
"ุงู„ู„ู‡ ุงู„ุฐูŠ ุฎู„ู‚ ุณุจุน ุณู…ูˆุงุช"

๐ŸŽ…#Nugusa;Diinaarii torba kenneef.
๐Ÿ‘ค#Namicha;Aayata akkana jettu qara'e;
"ูˆูŠุญู…ู„ ุนุฑุด ุฑุจูƒ ููˆู‚ู‡ู… ูŠูˆู…ุฆุฐ ุซู…ุงู†ูŠุฉ"

๐ŸŽ…#Nugusa;Diinara saddeetii kenneef.
๐Ÿ‘ค#Namicha;Aayata tana qara'eef;
"ูˆูƒุงู† ููŠ ุงู„ู…ุฏูŠู†ุฉ ุชุณุนุฉ ุฑู‡ุท ูŠูุณุฏูˆู† ููŠ ุงู„ุฃุฑุถ"

๐ŸŽ…#Mooticha;Diinaarii Sagal kenneef.
๐Ÿ‘ค#Namicha;Aayata tana qara'eef;
:"ุชู„ูƒ ุนุดุฑุฉ ูƒุงู…ู„ุฉ"

๐ŸŽ…#Mooticha;Diinaara kudhan baasee kenneef.
๐Ÿ‘ค#Namicha;Ammas Aayata akkana jettu qara'e;
"ุฅู†ูŠ ุฑุฃูŠุช ุฃุญุฏ ุนุดุฑ ูƒูˆูƒุจุง"

๐ŸŽ…#Mooticha;Diinaara kudhatokko baasee kenneef.
๐Ÿ‘ค#Namicha;Ammas aayata tana itti qara'e;
"ุฅู† ุนุฏุฉ ุงู„ุดู‡ูˆุฑ ุนู†ุฏ ุงู„ู„ู‡ ุงุซู†ุง ุนุดุฑ ุดู‡ุฑุง ููŠ ูƒุชุงุจ ุงู„ู„ู‡"

๐ŸŽ…#Mooticha;Diinaarii kudhalamaa baasee kenneef.
๐ŸŽ…Mooticha;Dachaa waan amma qara'ee kana kennaafii as keessaa ari'aa jedheen.

๐Ÿ‘ค#Namicha;maalan balleesse mootii koo?akkanatti waliif gallee sila?
๐ŸŽ…#Booda Aayata tana natti qara'ittaaf si sodaadhe jedheen;
"ูˆุฃุฑุณู„ู†ุงู‡ ุฅู„ู‰ ู…ุงุฆุฉ ุฃู„ู ุฃูˆ ูŠุฒูŠุฏูˆู†"
(#Kuma_Dhibbaa_fi_achii ol)jetti aayaan Qurโ€™aanaa.
๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚
#Qarri_Qara_hin_muru
Share godhaa๐Ÿ‘‡

๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€
Yaadaaf ๐Ÿ‘‰ @Library_Islaamaabot

Channel keenyaatti makamuuf๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
๐Ÿ‘1
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š

Subhaanallah Obboleewwaan kiyya irraa haa fayyadamnu zikrii kana haa baayyisnu yoo baayy'ate second 1-2 nurraa fudhata miindaan isaa garuu guddaadha yaa Rabbi nuu laaffisi ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ,๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ

Yaadaaf ๐Ÿ‘‰ @Library_Islaamaabot

Channel keenyaatti makamuuf๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
๐Ÿ‘2
Kana Beektu Laata?

Bineensi maqaan isaa Kaangarro jedhamu/tu dhuufuu dhuufuu akka hin dandenne beektu?๐Ÿ™ˆ๐Ÿ™ˆ
๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚

Maal eegda man kolfite dhiiftaa join godhikaa ๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
Ajaa'ibsiisoo Addunyaa
Kana Beektuu???

๏ƒผMootichi azeetiksii beekkamaan moonteezuumaan haadha warraa 600 ol akka qabu
dubbatama!! ๐Ÿคญ๐Ÿคญ๐Ÿ™†๐Ÿ™†๐Ÿ˜‚

Wanti biraa immoo isaan gammachisuuf jecha,chokoleetii baayyee akka nyaatu
himama.Isinbakka isaa buโ€™aatii yaadaame ๐Ÿค”๐Ÿค”
An tokko hin qabuu innimmoo ๐Ÿ˜ฉ๐Ÿ˜ฉ๐Ÿ˜ฉ๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚
Kolfitee dhiiftaa Tuqika๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
๐Ÿ‘2
Seenaa Nabiyyii S A W.pdf
1.6 MB
ใ€ฐ๏ธใ€ฐ๏ธใ€ฐ๏ธใ€ฐ๏ธใ€ฐ๏ธใ€ฐ๏ธใ€ฐ๏ธใ€ฐ๏ธใ€ฐ๏ธใ€ฐ๏ธใ€ฐ๏ธใ€ฐ๏ธใ€ฐ๏ธใ€ฐ๏ธใ€ฐ๏ธใ€ฐ๏ธใ€ฐ๏ธใ€ฐ๏ธ
โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ

Seenaa Rasuula Rabbii Nabi Muhammad s.a.w Dhalootaa hanga du'aa kunoo Dubbisaa irraas fayyadamaa buusanii dhiisuun Admaleedha
!!

๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€
Yaadaaf ๐Ÿ‘‰ @Library_Islaamaabot

Channel keenyaatti makamuuf๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
๐Ÿฅฐ3๐Ÿ‘2
๏ƒ˜BEEKKUMSA

๏ƒผNamoonni tokko tokko beekkumsi wantuma haaraa baratan hunda jedhu.Achiirraa kaโ€™uun
social media irra ooluun beekkumsa seโ€™u.
๏ƒผBeekkumsi miโ€™a akka nyaataatti sammuu keetiif tajaajiludha.Akkuma garaan keessan
yommuu beelaโ€™u nyaata barbaadu isinis kennitaniif sammuun keenyas nibeelaโ€™a.nuti immoo
beekkumsa kennineefii gabbisuu qabna.Yoo hin taane taโ€™e immoo sammuun keenya doomaa
dhufa.
โœ…
Beekkumsa eessa irraa arganna?Gaaffii kanaaf deebiin jalqabaa fi inni ijoon kitaaba
dubbisuudha.
Biyya kana keessatti aadaan dubbisu baayโ€™ee duubatti hafaadha.Manneen
kitaabaa baayโ€™eenis hin jiranis.Yeroo baayโ€™ee kitaaba kan dubbisan namoota umriin
deemanidha.Yeroon kana jedhu dargaggeessi hin dubbisu jechu kootii miti.Sababniisaas
dargaggeessaafi daaโ€™imman yeroo dubbisan waan argeef.
๏ƒผdhaamsi guddaan barattootaaf dabarsuu barbaadu beekkumsi kan argamu kitaaba dareettii
barannu waan taโ€™eef waan biraa dubbisuun hinbarbaachisu warri jettan dareetti namni tokko
kitaaba daree qofa dubbisaa1ffaa bahun ykn averejjii olaanaa fiduun akka jagnummaatti of
ilaalta taโ€™a.garuu na amani ati kaayyoon kee digriif waan taโ€™eef gaafa digrii fixxes kitaaba
hin jaalatu.Ati kanuma daree hordofuu barbaadda.Garuu namoonni kitaabota adda addaa
dubbisan ofirra darbees biyyaa buโ€™aa,wantoota xixiqqoonis sobamuuhin dandaโ€™an.
Akkasumas fageessaniii yaaduu nidandaโ€™u.
๏ƒผmee maatiin keessan ykn hiriyoonni keessan baayโ€™een isaanii waan dareetti barattaniin ala
yommuu dubbiftu yoo si argan;maalgodhaarta?,kana yoom birageettee?,maalsiigodha
ammatti?Fikkf yeroo jedhani sin hinmudannee?Garuu ijoolle dubbiftaniif dhaamsi kiyya
wantoota akkanaaf gurra hinkenninaa
.
Galatooma Yoon Dogongore na ofkolchaa oolmaa gaariii!!!!!
๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜
Yaadaaf ๐Ÿ‘‰ @Library_Islaamaabot

Channel keenyaatti makamuuf๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…
๐Ÿ‘3
Asoosama Islaamaa
Hawaaja 2ffa
Asoosama islaamaa kutaa 2ffaa
Ittin bohaaraa irras baradhaa join share godhaa!
Kutaa1ffaa argachuuf๐Ÿ‘‰https://t.me/Library_Islaamaa/84

Yaadaaf๐Ÿ‘‰ @Library_Islaamaabot
Itti dabalami ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜๐ŸŒธ
๐ŸŒธ ๐ŸŒบ @Library_Islaamaa @Library_Islaamaa ๐ŸŒธ
โ˜˜ ๐ŸŒท
๐ŸŒธ๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜
๐ค๐จ๐ฅ๐Ÿ๐š๐š๐ง ๐๐ก๐ฎ๐ฆ๐ง๐ž๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚

HirribanDhabe

Namicha tokkotu hirriba dhabuun rakkate.Rakkoo
guddaaf yommuu saaxilamu gara ogeessa xiinsammuu
deemee mariisisuuf murteesse.Ogeessi xiinsammuus
rakkoo isaa haalaan erga dhaggeeffatee boodayaada
furmaataa kenneef."Galgalautuu hin rafiin dura qaama
kee dhiqadhu.Nyaata garaatti hin ulfaanne nyaadhu.Isa
booda ciisi.Ija kee walirra buufadhu.Ganama erga
hirribaa kaatee hamma galgalaatti wantota hojjette
hundumaa duraa duubaan yaadadhu.Utuma yaadachaa
jirtuu hirribni sifudhatee sokkaa!"jedhe.
Namichis gorsa hayyuu sanaa fudhatee eegale.Galgala
akkuma inni jedhe godhe.Ganamaa eegalee wantota
hojjechaa oole yaadachuutti ka'e."Ganama ka'een mana
fincaanii deeme.Fuula koon dhiqadhe.Cireen nyaadhe.Waajjira
koon deeme.
Abbootii dhimmaa
keessummeessaan oole.Sa'atiin laaqanaa yoo ga'u laaqana
nyaachuufan hoteela deeme.Kalaankala tokko ajajadheen
nyaadhe.Qarshiin kenneef..."erga jedhee booda sagalee ol
kaasee iyye."Uu..uu...uu!๐Ÿ™†๐Ÿ™†๐Ÿ™†๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚Edaa qarshii abbaa dhibbaa itti
kennee deebii hin fudhatiinan hafe.Nan irraanfadhe jedhe ๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚ irra argachuutti dhabe๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚
Kolfitee dhiiftaa tuqikaa man ๐Ÿ‘ ๐Ÿ‘
Kolfaan bohaaruuf๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
๐Ÿ‘5
Ulaagaalee,Arkaanaafi dirqamoota salaataa.pdf
675.4 KB
โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
Obboleewwaan kiyyaa yoo #salaanni tole hojiin namaa tola salaata keenya haa tikfannuu !!!
Dubbisa gaarii
๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€
Yaadaaf ๐Ÿ‘‰ @Library_Islaamaabot

Channel keenyaatti makamuuf๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
JaappaaniifiAfaanIngilizii

Pirezidaanti Baaraak Obaamaan Galma Mootummaa
Amerikaa(WhiteHouse)ttimuummicha Ministeeraa
biyya Jaappaan simatanii turan.Muummichi Ministeeraa
sun Afaan Ingilizii waan hin beekneef namoota afaan
hiikantu barbaachisu.Haata'u malee,yoo xiqqaate akka
inni ittiin nagaa gaafatuuf leenjii gabaabaan kennameef.
Afaan Ingiliziidhaan erga Obaamaa nagaa gaafatee booda
isa itti aanu immoo turjumaanaan waliif galu.
Leenjiin kennameef akkanature:
Jalqaba yommuu Obaamaa argitu:"Howareyou?(Akkam
jirta?)"jetta.Inniimmoo,"I amfine,howareyou?"siin
jedha.Isa booda,"Mee too!(Anisakkasuma!"jedhi
jedhanYeroon wal arguu ga'ee jarri lachuu waldubbisuu eegalan:
๐Ÿ‘‰MuummichaMinisteeraa:Who areYou?๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚(Atieenyu?"
(Harkaa badde๐Ÿ˜œ๐Ÿ™ˆ๐Ÿ™ˆ๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚)
๐Ÿ‘‰Obaamaa:(Xiqqoo bitaa itti galee) I am Mishel's husband!
(Ani abbaa manaa Miisheli!)

๐Ÿ‘‰Muummicha Ministeeraa:Me too!(Anis akkasuma!)๐Ÿ˜ณ๐Ÿ˜œ๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚ Uuu garaa koo ayi Engliffattii kanaa nama salphifti๐Ÿ˜‚๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘
๐Ÿ‘3๐Ÿ˜1
DUBBII DHUGAA.pdf
249.4 KB
๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜
Kitaaba bareeda dubbii dhugaa siyaasa Ethiopia kana buusaa dubbisaa1ffaabahunyknaverejjiiolaanaafid
โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐ŸŒน
๐Ÿ“ฒ Yaadaaf @Library_Islaamaabot
๐Ÿ“ฒ Join gochuuf https://t.me/joinchat/AAAAAExkjFc1rEMDqSpL4g
๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
๐Ÿ‘1
Walalo
Maammee Haaji
๐Ÿ•Œ๐Ÿ•Œ๐Ÿ•Œ๐Ÿ•Œ๐Ÿ•Œ๐Ÿ•Œ๐Ÿ•Œ๐Ÿ•Œ๐Ÿ•Œ

Walaloo bareedaa kanaan bohaaraa!!!.
โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜โ˜˜๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน

ู„ูŽุง ู†ูุฑููŠุฏู ู…ูู†ูƒูู…ู’ ุฌูŽุฒูŽุงู“ุกู‹ ูˆูŽู„ูŽุง ุดููƒููˆุฑู‹ุง
๐ŸŒ Channel kana irraa๐Ÿ‘‡
๐Ÿ“š Kitaabban
๐ŸŽต Nashiidaa haaraya
๐Ÿ˜ Kolfaaf
โœ๏ธKana Beektuu?..ni Argattu

๐Ÿ“ฒ Yaadaaf @Library_Islaamaabot
๐Ÿ“ฒ Join gochuuf https://t.me/joinchat/AAAAAExkjFc1rEMDqSpL4g
๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
Ajaa'iba kana beektuu???


โœ…111,111,111ร—111,1111,111
=12,345,678,9987,654,321!
โœ…1089ร—9=9801taโ€™a.
โœ…21978ร—4=87912taโ€™a.
โœ…Laakkofsi kophxii(prime) guddaan hanga ammaatti argame dijiitii miiliyoona 22 ol
qaba.
โœ…Laakkofsi kamuu 9n baayโ€™atee buโ€™aa isa dhufe sana yoo walitti edaanu 9 dhufa.๐Ÿ‘Œ๐Ÿ˜
Fkn.9ร—2=18--->1+8=9
9ร—4=36---->3+6=9

๐Ÿ‘ŒAkeekkachiisa la kkoofsi.Akka111ร—9=999---->9+9+9=27garuu ammas itti fufuun 2+7=9

Kan biraa immoo 1+1=2 ๐Ÿ˜๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚

Yoo itti gammaddan like ๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘
๐Ÿ‘1
๐ŸŽ๐ŸŽ๐ŸŽ๐ŸŽ๐ŸŽ๐ŸŽ๐ŸŽ๐ŸŽ๐ŸŽ๐ŸŽ๐Ÿ๐Ÿ๐Ÿ๐Ÿ๐Ÿ๐Ÿ๐Ÿ๐Ÿ๐Ÿ๐Ÿ

Hayyuun tokko akkas jedhe

"That is good book which opened with expectation and closed in profit" means that!

Kitaabbi gaariin kitaaba Abdiidhaan banamee ๐Ÿ“– bu'aadhaan cufamuudha! ๐Ÿ“š

๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ…โœ