๐๐๐Kinoo Dubbisaa #Suuraa 17:1 barumsa gudda irraa argattu๐๐๐๐๐๐
โค5๐5
๐๐ข๐๐ซ๐๐ซ๐ฒ ๐๐ฌ๐ฅ๐๐๐ฆ๐๐๐๐๐๐๐๐น๐นแตแตโฟแต สฐแตแต แตแตแตแตโฑหขแตแตแต?? via @like
๐๐๐๐
Poolisiif hattuu tokkotu karaa irratti walitti dhufan
#poolis:Essaa dhufta?๐ณ
#Hattuu: shaaworii fudheen dhufaa jira
๐ฉ๐ฉ
#Poolis: #Maaliif_fuute_dafii_deebisi๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Broo kolfitee maa dhiifta๐๐๐

๐9
Haafiza, Abbaa Geebaa, Dargaggeessa, Bareedaa! Ka barakaa ta'i leenca namaa โโ
โMaqaan isaa Muhammad bin nuuf Al Haashim biyya #Jordan irraa.๐๐
@Library_Islaamaa

๐5โค1
Dorgommiin Qur'aanaa idal Addunyaa yeroo jalqabaaf magaalaa guddoo Itoophiyaa Istaadiyoomii Finfinneetti gaggeefame milkaahinaan xumurame.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/f4WdLgy

BBC News Afaan Oromoo
Dorgommii Qur'aanaa idila-addunyaa yeroo jalqabaaf Itoophiyaatti adeemsifame
Dorgommiin Qur'aanaa idal Addunyaa yeroo jalqabaaf magaalaa guddoo Itoophiyaa Istaadiyoomii Finfinneetti gaggeefame milkaahinaan xumurame.
Aqiidaa sirraawaa fii faallaasaa.pdf
2.7 MB
ใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธใฐ๏ธ
โป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธ
Kitaaba bareedaa#Aqiidaa_sirraawaaf_faallasaa jedhu kana buusaa dubbisaa baarakallahโโ
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Yaadaaf ๐ @Library_Islaamaabot
Channel keenyaatti makamuuf๐๐

๐3๐1
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Maashaa allah har'a
Konkolaata V8 Nissan patrol 2022
Maallaqaan Qarshiin( birriin) 28,000,000 kan itti bahe #Sheikh_Mohammed_Ali_Alamuudin
Prezdaanti majlisa federaala #Sheikh_hajjii_Ibrahim_Tufaatti fi #Dr_Sheikh_Jeylaan_Kadirif
Gumaachee har'a Qulfii(bantuum) kennameefi jira.
Rabbin waan ofii jaalatuu hunda isaaniif haa kennu
#Via Gali Ababor
๐๐

#Dr,Sheik Mohammed Ali #Alamuddiin
โโโโโ
Ulamaaf tumsite
Ol qabuudhaaf diinii
Ulfaadhu #galatoomi
Yaa #Alamuddiinii
๐
Osoon qusatini
Qabeenya kee baaftee
Yoomiyyuun dagannu
Gumaa ati nuuf baaftee
๐ฒ
Inni humna qabu
Saamus makiinaa jaraa
Waan goonu wallaallee
Nu gubatee garaa~n
๐น
Gumaa baafna jechuuf
Kiisiin keenya duwwaa
Gara Rabbii malee
Erga dhabnee quwwaa
๐น
Gammanne kaa kunoo
Galata ilaahii
Diinaa garaa gubdeem
Alhamdulillaahi
๐น
Jechatu nan gahu
Miira koo ibsachuuf
Rabbi si haa milkeessu
Milkii biyya lachuu
๐น
Qabeenya siif kenne
Siif haa godhu tikfamaa
Badii ati qabdu
Siif haa godhu dhiifamaa
๐น
Guyyaa dhaabbii jabduu
Guyyaa garii namaaa
Dafqi kokkee qabduu๐ฅ
~~
Qabeenya horate
Irraa gaafatamuu
Guyyaa gaafa sanaa
Si haa godhu Rabbiin~warra baraaramuu
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Aaaamiiin Allaahumma Aamiin ๐คฒ๐คฒ๐คฒ๐คฒ
๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น๐น
๐๐๐๐๐

๐9โค1
Saatalaayitii irraa maal beektu? Haga ammatti saatalaayitoonni 8,378 caalan gara hawaa ergamuu, Kanniin keessaa gariin deebiโanii gariin ammoo caccabanii kufuun yeroo ammaa saatalaayitoonni 4,994 hawaa keessa jiraachuu, kana keessaa immoo hanga Bara 2019tti saatalayitoonni 1,800 qofti seeraan dalagaa jiraachuu quba qabduu? Saatalaayitiin walqabatee INSTANT VIEW tuquun barruu guutuu dubbisaa
https://link.medium.com/A9ap4YQ5Vqb
https://link.medium.com/A9ap4YQ5Vqb
Medium
Saatalaayitii
Biyyi teenya Itiyoophiyaan waggaa sadi dura, saatalaayitii takka gargaarsa mootummaa Chaaynaatiin gara hawaa erguun isii beekkameeraโฆ
๐1
"Masjida keenya da'oo godhanne. Garuu achis galanii namoota 46 nurraa ajjeesan. Kiyya qofa nama 12 najalaa ajjeesan. Amma anas osoo ajjeesanii jiraatan jedheen gaabbaa jira. Yaa Rabbi maalumaaf na hambifte? Kana booda maaltu naaf hafe?"
Nama du'a irraa hafetu Jerman Radiotti hime.
Yaa Rabbi ati dhiiga ummata kanaa hin dhiisin. Warra dhiiga ummataatiin siyaasa daldalus Rabbiin dhiiga isaanii dhangalaasee nu haa agarsiisu.๐ข

๐3
๐๐ข๐ช๐ข๐ฅ๐ญ๐ฎ๐ฎ ๐๐ก๐๐๐๐ฎ๐ฎ๐ง ๐๐ก๐ข๐ฆ๐ฆ๐ ๐ฌ๐ข๐ฒ๐๐๐ฌ๐๐ ๐ฆ๐ข๐ญ๐ข ๐๐ก๐ข๐ฆ๐๐ ๐ฅ๐ฎ๐๐๐ฎ๐ฎ๐ญ๐ข ๐ฆ๐๐ฅ๐๐!!!
๐๐๐๐ฅ๐๐๐ง ๐ค๐๐ฅ๐ช๐ข๐ข ๐ค๐๐ง ๐๐๐๐ก๐ข๐ข๐ง ๐ค๐ฎ๐ง ๐๐ซ๐ ๐ ๐ข๐ฌ๐๐๐ง๐ข๐ข๐ญ๐ข ๐ค๐๐ง ๐ข๐ฌ๐๐๐ง ๐๐๐๐ฅ๐ฎ๐ฎ ๐ก๐ข๐ง ๐๐๐๐ญ๐ข๐ง ๐๐ฆ๐ฆ๐๐ฅ๐ฅ๐ ๐ฌ๐๐ฆ๐ข๐ข๐ง ๐๐ซ๐ ๐ ๐ข๐ฌ๐๐๐ง๐ข๐ข๐ญ๐ข๐ข ๐ค๐๐ง ๐ง๐๐ฆ๐ ๐๐ค๐ค๐ ๐ข๐ฌ๐๐ง๐ข๐ข๐ญ๐ข๐ข ๐ก๐ข๐ง ๐ ๐๐๐๐๐ข๐ฌ๐๐๐ฌ๐ฌ๐ข๐ง ,๐๐๐ซ๐๐๐๐๐๐ง ๐๐ฎ๐ฎ๐ฅ๐ ๐ง๐ฎ๐ฎ๐ซ๐๐ ,๐ฅ๐๐๐ง๐๐ข ๐ข๐ฃ๐ ๐ค๐ฎ๐ฎ๐ฅ๐๐ ๐ค๐๐'๐๐ ๐๐๐๐๐๐ก๐ข๐ข ๐โ๐๐๐๐ข๐ข ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐โ๐๐ ๐๐๐๐๐ก๐๐๐ค๐ค?๐๐
โ Ergamaan Rabbii jaalatamaan (Nageenyi isaan irra haa qubatuu) akkana nuun jedhu:-
๏บู๏ปฅู ๏ปู๏บ๏ปฃู๏บู ๏ปู๏ป ู๏ปฐ ๏บู๏บฃู๏บชู๏ปู๏ปขู ๏บ๏ปู๏ปู๏ปดู๏บ๏ปฃู๏บู ๏ปญู๏ปู๏ปฒ ๏ปณู๏บชู๏ปฉู ๏ปู๏บดู๏ป ู๏บู ๏ปู๏ป ู๏ปดู๏ปู๏บฎู๏บณู๏ปฌู๏บ
โ...Tokkoon keessan osoo biqiltuu harkaa qabee jiru qiyaamaan irratti dhaabbattus biqiltuu harkaa qabu haa dhaabu...โ๐น๐ฒ
(โ๏ธMusnad Ahฬฃmad 12491)
๐๐ฅ๐๐ง๐ญ๐ข๐ง๐ ๐ญ๐ซ๐๐ ๐ข๐ฌ ๐ง๐จ๐ญ ๐ ๐ฉ๐จ๐ฅ๐จ๐ญ๐ข๐๐๐ฅ ๐ข๐ฌ๐ฌ๐ฎ๐ ,๐ข๐ญ ๐ข๐ฌ ๐ฆ๐๐ญ๐ญ๐๐ซ ๐จ๐ ๐ฅ๐ข๐๐ ๐
๐ฒBiqiltuu dhaabuun dhimma siyaasaa osoo hin taane dhimma lubbuutiโผ๏ธ
๐ฏ๐ถ๐พ๐ถ๐น๐๐๐ ๐ฑ๐ต๐ฎ๐ฎ๐ฏ๐ฎ๐ฎ ๐ฏ๐ถ๐พ๐ถ๐น๐๐๐ ๐ฑ๐ต๐ฎ๐ฎ๐ฏ๐๐๐ป ๐ณ๐ฎ๐ฎ๐๐ถ๐ฑ๐ฎ๐ฎ ๐ต๐ฎ๐ฟ๐ฑ๐ต๐ฎ ๐ถ๐ฟ๐ฟ๐ฎ๐ฎ ๐ฎ๐ฟ๐ด๐ฎ๐ป๐ป๐ ๐ฎ๐น๐ฎ๐๐๐ถ #๐๐ฎ๐๐ฎ๐ฎ๐ฏ๐ฎ/๐๐ท๐ฟ๐ถ๐ถ ๐พ๐ฎ๐ฏ๐ฎ๐ฎ ๐ฎ๐ธ๐ธ๐ฎ๐๐๐บ๐ฎ ๐ฎ๐๐ถ ๐๐ฒ๐ฟ๐ผ๐ผ ๐ฏ๐ถ๐พ๐ถ๐น๐ฎ๐ฎ ๐ฑ๐ต๐ฎ๐ฎ๐ฏ๐ฑ๐ ๐ป๐ฎ๐บ๐ฎ ๐ฎ๐ท๐ฎ๐ท๐ฎ #๐บ๐ผ๐ผ๐๐๐บ๐บ๐ฎ๐ฎ๐ณ ๐ฑ๐ต๐ฎ๐ฎ๐ฏ๐ ๐ผ๐๐ผ๐ผ ๐ต๐ถ๐ป๐๐ฎ๐ฎ๐ป๐ฒ ๐ป๐ฎ๐บ๐ฎ ๐ต๐ฎ๐ฑ๐ถ๐ถ๐๐ฎ ๐ต๐ผ๐ท๐ถ๐ถ๐ฟ๐ฟ๐ฎ ๐ผ๐ผ๐น๐ฐ๐ต๐ฎ๐ฎ ๐ท๐ถ๐ฟ๐ ๐๐ฎ๐ต๐๐ ๐ธ๐ฒ๐ฒ๐ ๐ต๐ถ๐ป ๐ฑ๐ฎ๐ด๐ฎ๐๐ถ๐ป ๐ถ๐ป๐๐ต๐ฎ๐น๐น๐ฎ๐ต.. โ โ ๐บ๐ฎ๐ฎ๐น๐ถ๐ถ๐ณ ๐ป๐๐๐ถ ๐บ๐๐๐น๐ถ๐บ๐ผ๐ผ๐ป๐ป๐ถ ๐๐ฎ๐ฎ๐ป ๐ป๐ฎ๐บ๐ป๐ถ ๐๐ฎ๐ด๐ด๐ฎ๐ฎ ๐น๐ฎ๐บ๐ฎ ๐ฑ๐๐ฟ๐ฎ ๐ณ๐ถ๐ฑ๐ฒ๐ฒ๐ณ ๐ต๐ถ๐ป ๐ฑ๐ต๐ฎ๐ฎ๐ฏ๐ป๐ ๐๐ฎ๐ฎ๐ป #๐ก๐ฎ๐ฏ๐ถ ๐บ๐๐ต๐ฎ๐บ๐บ๐ฎ๐ฑ (๐ฆ ๐ ๐ช ) ๐๐ฎ๐ด๐ด๐ฎ๐ฎ 1442 ๐ฑ๐๐ฟ๐ฎ ๐ป๐ ๐ฎ๐ท๐ฎ๐ท๐ฎ๐ป๐ถ๐ถ๐ณ ๐บ๐ฎ๐น๐ฒโฅ๏ธ
โ ๐ฏ๐'๐ฎ๐ฎ ๐ฎ๐ธ๐ธ๐ฎ๐๐ถ๐ถ ๐๐ฎ๐ฎ๐ป ๐พ๐ฎ๐ฏ๐๐๐ณ ๐ฏ๐ถ๐พ๐ถ๐น๐ฎ๐ฎ ๐ฑ๐ต๐ฎ๐ฎ๐ฏ๐ฎ๐ฎ ๐ท๐ฒ๐ฐ๐ต๐๐บ๐ฎ๐ฎ๐ณ๐ถ ๐ฏ๐ฎ๐ฎ๐ฟ๐ฎ๐ธ๐ฎ๐น๐น๐ฎ๐ต๐๐
๐นโ๐ฒ๐นโ๐ฒ๐นโ๐ฒ๐นโ๐ฒ๐นโ๐ฒ๐นโ๐ฒโ๐น
โ๐๐
https://t.me/Library_Islaamaa

โค2๐1๐ฅฐ1
"Nothing beats books for understanding the world" Rolf Dobelli
.
"Yeroo tokko yaalii wayiin geggeesse; oduu (News) dhaggeeffachuufi dubbisuun dhaabe. Raadiyoofi Teleevizhiinii koon cufe, barruulee oduu qofa qabatanii bahanin dubbisuu dhaabe! Torban jalqabaa ulfaataa ture. Waan tahe na jala darba jedheen sodaachaa ture. Waggoota sadii boddee garuu wantin argadhe yaadaa bilisaa, xiyyeeffannoo guddaa, sammuu murtee gaariifi yeroo bal'aadha. Wantin ani oduu irraa argadhu hanga nuusa kitaaba irraa argadhuu na hin fayyadne." jedhee Rolf Dobelli kitaaba isaa 'The art of thinking clearly' jedhu keessatti katabe. Yeroo oduu garagaraa dhagahaa oollu sammuun keenya odeeffannoo garagaraaf dub-deebii garagaraa kennuuf dhama'a. Oduulee dhaggeeffachaa ooluun sammuu keenya karaa sirrii hojjisiisuuf nu rakkisa. "As a result of news consumption, we walk around with a distorted mental map of the risks and threats we actually faces."
Dabalataan oduun baayyeen beekumsa hin ta'ani. Fakkeenyaaf, ji'oota darban oduulee baay'inaan 10,000 tahan dhaggeeffatteetta taha. Garuu isaan keessaa jireenya keetiif kan si gargaaran baay'ee muraasadha. "If news really helped people advance, journalists would be at the top of the income pyramid."
Dhumarratti yerookee oduufi odeeffannoo funaanutti hin dabarsin; read long articles and books! Kitaaba homtuu hin injifatu!
โป๏ธ๐๐๐โป๏ธhttps://t.me/Library_Islaamaa

Telegram
๐๐ข๐๐ซ๐๐ซ๐ฒ ๐๐ฌ๐ฅ๐๐๐ฆ๐๐๐๐๐๐๐๐น๐นแตแตโฟแต สฐแตแต แตแตแตแตโฑหขแตแตแต??
ููุง ููุฑููุฏู ู
ููููู
ู ุฌูุฒูุงูุกู ููููุง ุดููููุฑูุง
๐ Channel kana irraa๐
๐ Kitaabban
๐ต Nashiidaa haaraya
๐ Kolfaaf
โ๏ธKana Beektuu?..ni Argattu
๐ฒ Yaadaaf @Library_Islaamaabot
๐ฒ Buy Ad:https://telega.io/@Library_Islaamaa
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐

๐8
โฌ Jiruun tee Ati tuffattu tuni: hawwii hedduu ilma namaati!
โฌ Hojiin sitti baay'atee si jaataneesse (Busy) si godhe kuni: Hawwii nama hojii dhabeeti!
โฌ Ijoolleen tee tan mana keessaa sitti baay'attee si iyyitee sitti waccu tuni: hawwii nama ilma dhabeeti!
โฌ Yeroon Ati bakka itti fixxu dhabdee wajjiin rakkattu tuni: hawwii nama yeroon itti dhiphattee daqiiqaan tokko isaaf warqii caaleeti!
โฌ Jiruun Ati har'a keessa teessee osoo du'ee maal qaba jettu tuni: Hawwii namoota osoo kaayyoo fi karoora meeqa qaban qabrii seenaniiti !
Gatii fayyaan qabdu: warra dhibame gaafadhu.
Gatii dargaggummaan qabdu: warra dulloome gaafadhu.
Gatii nageenyi qabu: warra balaa fi gidiraa gaafadhu.
Gatii jiruun qabdu: warra du'e gaafadhu
Silaafuu hin dubbataniiโ
๐บJoon Please ๐๐
@Library_Islaamaa
๐๐๐๐๐๐๐

๐7โค2
Audio
โ๐นโฅ๏ธโ๐นโฅ๏ธโโฅ๏ธโ
New
โ Ustaz yaasin nuuruโ
๐๐
๐๐ง ๐๐ฎ๐ฅ๐ก๐ข๐ฃ๐ฃ๐๐ ๐๐'๐๐ฐ๐๐ ๐๐ฃ๐๐๐ข๐๐๐ ๐๐ค๐ค๐๐๐ง ๐ง๐๐ฆ๐๐ญ๐ญ๐ข ๐ญ๐จ๐ฅ๐ฎ๐ฎ๐๐ข ๐๐๐๐ข๐ข ๐ง๐๐ฆ๐๐ญ๐ญ๐ข ๐ก๐จ๐ซ๐ฎ ๐๐ฆ๐ฆ๐๐ฅ๐ฅ๐๐ ๐ก๐จ๐ฃ๐ข๐ข ๐ค๐๐ฒ๐ซ๐ข๐ข๐ญ๐ญ๐ข ๐ค๐๐ง ๐ง๐๐ฆ๐ ๐ค๐๐ค๐๐๐ฌ๐ฎ ๐ค๐๐ง๐ ๐๐๐ช๐๐ฌ๐๐!!๐๐
โ Namni Amaarinyaan sinii nyaatamu caqasaa๐๐๐๐
๐ ๏ธ๐ ๏ธ๐ ๏ธ๐ ๏ธ ๐ ข๏ธ๐ ๏ธ๐ ๏ธ๐ ก๏ธ๐ ๏ธ ๐ ๏ธ๐ ๏ธ๐ ๏ธ๐ ๏ธ๐ ๏ธ
๐๐๐๐๐๐๐
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
๐ถโฅ๏ธ๐ถ๐น๐ถโฅ๏ธ๐น๐ถโฅ๏ธ๐ถโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธ

๐2