๐‹๐ข๐›๐ซ๐š๐ซ๐ฒ ๐ˆ๐ฌ๐ฅ๐š๐š๐ฆ๐š๐š๐Ÿ“š๐Ÿ“–๐Ÿ“˜๐Ÿ“•๐Ÿ“š๐ŸŒน๐ŸŒนแตแตƒโฟแตƒ สฐแต’แต’ แตˆแต˜แต‡แต‡โฑหขแต—แต‰แต‰??
11.6K subscribers
463 photos
46 videos
180 files
812 links
ู„ูŽุง ู†ูุฑููŠุฏู ู…ูู†ูƒูู…ู’ ุฌูŽุฒูŽุงู“ุกู‹ ูˆูŽู„ูŽุง ุดููƒููˆุฑู‹ุง
๐ŸŒ Channel kana irraa๐Ÿ‘‡
๐Ÿ“š Kitaabban
๐ŸŽต Nashiidaa haaraya
๐Ÿ˜ Kolfaaf
โœ๏ธKana Beektuu?..ni Argattu
๐Ÿ“ฒ Yaadaaf @Library_Islaamaabot
๐Ÿ“ฒ Buy Ad:https://telega.io/@Library_Islaamaa
๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
Download Telegram
Qorattoonni hawaa dhiheenya kana Pluutoon plaaneetii miti jechuun plaanetoota duraan beeknu keessaa baasaniiran. Pluutoon pilaaneetii fakkaattus amaloota pilaaneetiiwwan kuuwwan qaban waan hin qabneef dwarf Planet jedhamuun moggaafamte. NASAโ€™nis qaama haalaan nurraa fagaattee fi Pilaaneetii keessaa haqamte tana qorachuudhaaf Maashina New Horizon jedhamu gara hawaa erge. New Horizonis saaโ€™aa tokko keessatti kilomeetira 58,600 imaluudhaan Pluutoorra naannayee qorachuutti jira. Barruu guutuu dubbisaa. https://blog.nuuralhudaa.com/meeshaawwan-ilma-namaatiin-hojjatamanii-kanneen-saffisa-guddaa-qaban-22c36071f7eb
๐Ÿ™1
Allahu akbar subhaanallahโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธโ˜๏ธ
โœ…Barreeffama olii kana dubbiseen waa 2 na Ajaa'ibe๐Ÿค”
1,Rabbiin ilma nama dadhabduu kana meshaa akkas secondi tokkotti KM 95 Kan fiigu kana akka kalaqu taasisuu.
2, Ammoo Rabbiin jechi isaa dhugaa utuu tahee jiruu #gochaan nutti agarsiisuuf ,kan ormi kuffaaraa #Israa'ii f #mi'iraajii kijibsiisaa turaan daran akka nuti iimaana dabalannu nuu godhuutu na Ajaa'ibe๐Ÿค”๐Ÿค”
โœMaaliif namni Aqlii qabu ilmi nama secondi tokkotti KM 95 waan fiiqu erga kalaqee #Rabbiin immoo nabiyyii isaa secondii tokkotti akka samii torban (7)dabarsuu akka dandahu yaaduun isan dhibu kaanaf

Asumaan #SUURAA 17:1
YAADADHE kinoo suura kan irraa #Qissaa isaa dubbisa #Tafsiira_Shee muhammad Rashaad irraa fudhatame๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘
Ammoo barreeffama olii #INSTANT VIEW tuqaa dubbisaa

KM 95 kan jedhe Meshaa saatii tokkotti 343,000 fiigu san gara secondiitti jijjiire
343,000/3600s =95.27KM/s๐Ÿค”๐Ÿค”๐Ÿค”
#JOIn share

@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
๐Ÿฅฐ1
๐Ÿ˜„๐Ÿ˜„๐Ÿ˜„๐Ÿ˜„

Poolisiif hattuu tokkotu karaa irratti walitti dhufan

#poolis:Essaa dhufta?๐Ÿ˜ณ
#Hattuu: shaaworii fudheen dhufaa jira
๐Ÿ˜ฉ๐Ÿ˜ฉ





#Poolis: #Maaliif_fuute_dafii_deebisi๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚

Broo kolfitee maa dhiifta๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘
๐Ÿ‘9
Aqiidaa sirraawaa fii faallaasaa.pdf
2.7 MB
ใ€ฐ๏ธใ€ฐ๏ธใ€ฐ๏ธใ€ฐ๏ธใ€ฐ๏ธใ€ฐ๏ธใ€ฐ๏ธใ€ฐ๏ธใ€ฐ๏ธใ€ฐ๏ธใ€ฐ๏ธใ€ฐ๏ธใ€ฐ๏ธใ€ฐ๏ธใ€ฐ๏ธใ€ฐ๏ธใ€ฐ๏ธใ€ฐ๏ธใ€ฐ๏ธใ€ฐ๏ธ
โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ

Kitaaba bareedaa#Aqiidaa_sirraawaaf_faallasaa jedhu kana buusaa dubbisaa baarakallahโœโœ

๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡๐Ÿ‡
๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€
Yaadaaf ๐Ÿ‘‰ @Library_Islaamaabot

Channel keenyaatti makamuuf๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
๐Ÿ‘3๐Ÿ˜1
#Dr,Sheik Mohammed Ali #Alamuddiin
โœโœโœโœโœ

Ulamaaf tumsite
Ol qabuudhaaf diinii
Ulfaadhu #galatoomi
Yaa #Alamuddiinii
๐Ÿ’
Osoon qusatini
Qabeenya kee baaftee
Yoomiyyuun dagannu
Gumaa ati nuuf baaftee
๐ŸŒฒ
Inni humna qabu
Saamus makiinaa jaraa
Waan goonu wallaallee
Nu gubatee garaa~n
๐ŸŒน
Gumaa baafna jechuuf
Kiisiin keenya duwwaa
Gara Rabbii malee
Erga dhabnee quwwaa
๐ŸŒน
Gammanne kaa kunoo
Galata ilaahii
Diinaa garaa gubdeem
Alhamdulillaahi
๐ŸŒน
Jechatu nan gahu
Miira koo ibsachuuf
Rabbi si haa milkeessu
Milkii biyya lachuu
๐ŸŒน
Qabeenya siif kenne
Siif haa godhu tikfamaa
Badii ati qabdu
Siif haa godhu dhiifamaa
๐ŸŒน
Guyyaa dhaabbii jabduu
Guyyaa garii namaaa
Dafqi kokkee qabduu๐Ÿ˜ฅ
~~
Qabeenya horate
Irraa gaafatamuu
Guyyaa gaafa sanaa
Si haa godhu Rabbiin~warra baraaramuu
๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€๐Ÿ€
Aaaamiiin Allaahumma Aamiin ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ

๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Library_Islaamaa
๐Ÿ‘9โค1
Saatalaayitii irraa maal beektu? Haga ammatti saatalaayitoonni 8,378 caalan gara hawaa ergamuu, Kanniin keessaa gariin deebiโ€™anii gariin ammoo caccabanii kufuun yeroo ammaa saatalaayitoonni 4,994 hawaa keessa jiraachuu, kana keessaa immoo hanga Bara 2019tti saatalayitoonni 1,800 qofti seeraan dalagaa jiraachuu quba qabduu? Saatalaayitiin walqabatee INSTANT VIEW tuquun barruu guutuu dubbisaa
https://link.medium.com/A9ap4YQ5Vqb
๐Ÿ‘1
"Masjida keenya da'oo godhanne. Garuu achis galanii namoota 46 nurraa ajjeesan. Kiyya qofa nama 12 najalaa ajjeesan. Amma anas osoo ajjeesanii jiraatan jedheen gaabbaa jira. Yaa Rabbi maalumaaf na hambifte? Kana booda maaltu naaf hafe?"
Nama du'a irraa hafetu Jerman Radiotti hime.
Yaa Rabbi ati dhiiga ummata kanaa hin dhiisin. Warra dhiiga ummataatiin siyaasa daldalus Rabbiin dhiiga isaanii dhangalaasee nu haa agarsiisu.๐Ÿ˜ข
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Library_Islaamaa
๐Ÿ‘3
๐๐ข๐ช๐ข๐ฅ๐ญ๐ฎ๐ฎ ๐๐ก๐š๐š๐›๐ฎ๐ฎ๐ง ๐๐ก๐ข๐ฆ๐ฆ๐š ๐ฌ๐ข๐ฒ๐š๐š๐ฌ๐š๐š ๐ฆ๐ข๐ญ๐ข ๐๐ก๐ข๐ฆ๐š๐š ๐ฅ๐ฎ๐›๐›๐ฎ๐ฎ๐ญ๐ข ๐ฆ๐š๐ฅ๐ž๐ž!!!

๐‚๐š๐š๐ฅ๐š๐š๐ง ๐ค๐š๐ฅ๐ช๐ข๐ข ๐ค๐š๐ง ๐๐š๐œ๐ก๐ข๐ข๐ง ๐ค๐ฎ๐ง ๐ž๐ซ๐ ๐š ๐ข๐ฌ๐š๐š๐ง๐ข๐ข๐ญ๐ข ๐ค๐š๐ง ๐ข๐ฌ๐š๐š๐ง ๐œ๐š๐š๐ฅ๐ฎ๐ฎ ๐ก๐ข๐ง ๐›๐š๐š๐ญ๐ข๐ง ๐š๐ฆ๐ฆ๐š๐ฅ๐ฅ๐ž ๐ฌ๐š๐ฆ๐ข๐ข๐ง ๐ž๐ซ๐ ๐š ๐ข๐ฌ๐š๐š๐ง๐ข๐ข๐ญ๐ข๐ข ๐ค๐š๐ง ๐ง๐š๐ฆ๐š ๐š๐ค๐ค๐š ๐ข๐ฌ๐š๐ง๐ข๐ข๐ญ๐ข๐ข ๐ก๐ข๐ง ๐ ๐š๐š๐๐๐ข๐ฌ๐ž๐ž๐ฌ๐ฌ๐ข๐ง ,๐›๐š๐ซ๐ž๐ž๐๐š๐š๐ง ๐Ÿ๐ฎ๐ฎ๐ฅ๐š ๐ง๐ฎ๐ฎ๐ซ๐š๐š ,๐ฅ๐ž๐ž๐ง๐œ๐ข ๐ข๐ฃ๐š ๐ค๐ฎ๐ฎ๐ฅ๐š๐š ๐‘ค๐‘Ž๐‘Ž'๐‘’๐‘’ ๐‘๐‘–๐‘ž๐‘–๐‘™๐‘ก๐‘ข๐‘ข ๐‘‘โ„Ž๐‘Ž๐‘Ž๐‘๐‘ข๐‘ข ๐‘š๐‘Ž๐‘Ž๐‘™ ๐‘Ž๐‘˜๐‘˜๐‘Ž ๐‘—๐‘’๐‘‘โ„Ž๐‘Ž๐‘› ๐‘๐‘’๐‘’๐‘˜๐‘ก๐‘Ž๐‘Ž๐Ÿค”๐Ÿค”?๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

โœ…Ergamaan Rabbii jaalatamaan (Nageenyi isaan irra haa qubatuu) akkana nuun jedhu:-
๏บ‡ู๏ปฅู’ ๏ป—ูŽ๏บŽ๏ปฃูŽ๏บ–ู’ ๏ป‹ูŽ๏ป ูŽ๏ปฐ ๏บƒูŽ๏บฃูŽ๏บชู๏ป›ู๏ปขู’ ๏บ๏ปŸู’๏ป˜ู๏ปดูŽ๏บŽ๏ปฃูŽ๏บ”ู ๏ปญูŽ๏ป“ู๏ปฒ ๏ปณูŽ๏บชู๏ปฉู ๏ป“ูŽ๏บดู’๏ป ูŽ๏บ”ูŒ ๏ป“ูŽ๏ป ู’๏ปดูŽ๏ปู’๏บฎู๏บณู’๏ปฌูŽ๏บŽ
โ...Tokkoon keessan osoo biqiltuu harkaa qabee jiru qiyaamaan irratti dhaabbattus biqiltuu harkaa qabu haa dhaabu...โž๐ŸŒน๐ŸŒฒ
(โœ๏ธMusnad Ahฬฃmad 12491)

๐๐ฅ๐š๐ง๐ญ๐ข๐ง๐  ๐ญ๐ซ๐ž๐ž ๐ข๐ฌ ๐ง๐จ๐ญ ๐š ๐ฉ๐จ๐ฅ๐จ๐ญ๐ข๐œ๐š๐ฅ ๐ข๐ฌ๐ฌ๐ฎ๐ž ,๐ข๐ญ ๐ข๐ฌ ๐ฆ๐š๐ญ๐ญ๐ž๐ซ ๐จ๐Ÿ ๐ฅ๐ข๐Ÿ๐ž ๐Ÿ‘Œ
๐ŸŒฒBiqiltuu dhaabuun dhimma siyaasaa osoo hin taane dhimma lubbuutiโ€ผ๏ธ

๐—ฏ๐—ถ๐—พ๐—ถ๐—น๐˜๐˜‚๐˜‚ ๐—ฑ๐—ต๐—ฎ๐—ฎ๐—ฏ๐—ฎ๐—ฎ ๐—ฏ๐—ถ๐—พ๐—ถ๐—น๐˜๐˜‚๐˜‚ ๐—ฑ๐—ต๐—ฎ๐—ฎ๐—ฏ๐˜‚๐˜‚๐—ป ๐—ณ๐—ฎ๐—ฎ๐˜†๐—ถ๐—ฑ๐—ฎ๐—ฎ ๐—ต๐—ฎ๐—ฟ๐—ฑ๐—ต๐—ฎ ๐—ถ๐—ฟ๐—ฟ๐—ฎ๐—ฎ ๐—ฎ๐—ฟ๐—ด๐—ฎ๐—ป๐—ป๐˜‚ ๐—ฎ๐—น๐—ฎ๐˜๐˜๐—ถ
#๐˜€๐—ฎ๐˜„๐—ฎ๐—ฎ๐—ฏ๐—ฎ/๐—”๐—ท๐—ฟ๐—ถ๐—ถ ๐—พ๐—ฎ๐—ฏ๐—ฎ๐—ฎ ๐—ฎ๐—ธ๐—ธ๐—ฎ๐˜€๐˜‚๐—บ๐—ฎ ๐—ฎ๐˜๐—ถ ๐˜†๐—ฒ๐—ฟ๐—ผ๐—ผ ๐—ฏ๐—ถ๐—พ๐—ถ๐—น๐—ฎ๐—ฎ ๐—ฑ๐—ต๐—ฎ๐—ฎ๐—ฏ๐—ฑ๐˜‚ ๐—ป๐—ฎ๐—บ๐—ฎ ๐—ฎ๐—ท๐—ฎ๐—ท๐—ฎ #๐—บ๐—ผ๐—ผ๐˜๐˜‚๐—บ๐—บ๐—ฎ๐—ฎ๐—ณ ๐—ฑ๐—ต๐—ฎ๐—ฎ๐—ฏ๐˜‚ ๐—ผ๐˜€๐—ผ๐—ผ ๐—ต๐—ถ๐—ป๐˜๐—ฎ๐—ฎ๐—ป๐—ฒ ๐—ป๐—ฎ๐—บ๐—ฎ ๐—ต๐—ฎ๐—ฑ๐—ถ๐—ถ๐˜€๐—ฎ ๐—ต๐—ผ๐—ท๐—ถ๐—ถ๐—ฟ๐—ฟ๐—ฎ ๐—ผ๐—ผ๐—น๐—ฐ๐—ต๐—ฎ๐—ฎ ๐—ท๐—ถ๐—ฟ๐˜‚ ๐˜๐—ฎ๐—ต๐˜‚๐˜‚ ๐—ธ๐—ฒ๐—ฒ๐˜€ ๐—ต๐—ถ๐—ป ๐—ฑ๐—ฎ๐—ด๐—ฎ๐˜๐—ถ๐—ป ๐—ถ๐—ป๐˜€๐—ต๐—ฎ๐—น๐—น๐—ฎ๐—ต.. โœ…โœ…๐—บ๐—ฎ๐—ฎ๐—น๐—ถ๐—ถ๐—ณ ๐—ป๐˜‚๐˜๐—ถ ๐—บ๐˜‚๐˜€๐—น๐—ถ๐—บ๐—ผ๐—ผ๐—ป๐—ป๐—ถ ๐˜„๐—ฎ๐—ฎ๐—ป ๐—ป๐—ฎ๐—บ๐—ป๐—ถ ๐˜„๐—ฎ๐—ด๐—ด๐—ฎ๐—ฎ ๐—น๐—ฎ๐—บ๐—ฎ ๐—ฑ๐˜‚๐—ฟ๐—ฎ ๐—ณ๐—ถ๐—ฑ๐—ฒ๐—ฒ๐—ณ ๐—ต๐—ถ๐—ป ๐—ฑ๐—ต๐—ฎ๐—ฎ๐—ฏ๐—ป๐˜‚ ๐˜„๐—ฎ๐—ฎ๐—ป #๐—ก๐—ฎ๐—ฏ๐—ถ ๐—บ๐˜‚๐—ต๐—ฎ๐—บ๐—บ๐—ฎ๐—ฑ (๐—ฆ ๐—” ๐—ช ) ๐˜„๐—ฎ๐—ด๐—ด๐—ฎ๐—ฎ 1442 ๐—ฑ๐˜‚๐—ฟ๐—ฎ ๐—ป๐˜‚ ๐—ฎ๐—ท๐—ฎ๐—ท๐—ฎ๐—ป๐—ถ๐—ถ๐—ณ ๐—บ๐—ฎ๐—น๐—ฒโ™ฅ๏ธ
โœ… ๐—ฏ๐˜‚'๐—ฎ๐—ฎ ๐—ฎ๐—ธ๐—ธ๐—ฎ๐˜€๐—ถ๐—ถ ๐˜„๐—ฎ๐—ฎ๐—ป ๐—พ๐—ฎ๐—ฏ๐˜‚๐˜‚๐—ณ ๐—ฏ๐—ถ๐—พ๐—ถ๐—น๐—ฎ๐—ฎ ๐—ฑ๐—ต๐—ฎ๐—ฎ๐—ฏ๐—ฎ๐—ฎ ๐—ท๐—ฒ๐—ฐ๐—ต๐˜‚๐—บ๐—ฎ๐—ฎ๐—ณ๐—ถ ๐—ฏ๐—ฎ๐—ฎ๐—ฟ๐—ฎ๐—ธ๐—ฎ๐—น๐—น๐—ฎ๐—ต๐Ÿ˜๐Ÿ˜

๐ŸŒนโ˜˜๐ŸŒฒ๐ŸŒนโ˜˜๐ŸŒฒ๐ŸŒนโ˜˜๐ŸŒฒ๐ŸŒนโ˜˜๐ŸŒฒ๐ŸŒนโ˜˜๐ŸŒฒ๐ŸŒนโ˜˜
๐ŸŒฒโ˜˜๐ŸŒน
โœ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://t.me/Library_Islaamaa
โค2๐Ÿ‘1๐Ÿฅฐ1