π‹π’π›π«πšπ«π² 𝐈𝐬π₯πšπšπ¦πšπšπŸ“šπŸ“–πŸ“˜πŸ“•πŸ“šπŸŒΉπŸŒΉα΅α΅ƒβΏα΅ƒ Κ°α΅’α΅’ α΅ˆα΅˜α΅‡α΅‡β±Λ’α΅—α΅‰α΅‰??
11.6K subscribers
463 photos
46 videos
180 files
812 links
Ω„ΩŽΨ§ Ω†ΩΨ±ΩΩŠΨ―Ω مِنكُمْ Ψ¬ΩŽΨ²ΩŽΨ§Ω“Ψ‘Ω‹ ΩˆΩŽΩ„ΩŽΨ§ Ψ΄ΩΩƒΩΩˆΨ±Ω‹Ψ§
🌐 Channel kana irraaπŸ‘‡
πŸ“š Kitaabban
🎡 Nashiidaa haaraya
😁 Kolfaaf
✍️Kana Beektuu?..ni Argattu
πŸ“² Yaadaaf @Library_Islaamaabot
πŸ“² Buy Ad:https://telega.io/@Library_Islaamaa
πŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“š
Download Telegram
Turtiin Jawaar Mohammed TV UBUNTU waliin taasise yeroo torbee tokko kessatti karaa Fula Youtube laalcha (view) miliyoona 1.1 argachuu danda'era.
πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘

Akkasi leenca 70😍😍😍
Join πŸ‘‡πŸ‘‡
@Library_Islaamaa
πŸ‘1
warri Hong Kong akkuma mana jireenyaa fooqiin ijaaran, lafa qonnaatis fooqitti deebisaa jiran. Lafa hektaara 0.25 tahurratti kuduraalee kilograama 150,000 caalu oomishuurratti argamu. Kana jechuun lafa kanarratti osoo qamadii oomishanii, ummanni kun lafa hektaaraa ruubii irratti kuntaalaa 150,000 oomishaa jiran jechuudha. INSTANT VIEW tuqaa Ajaa'iba chaayinaan itti jirtu dubbisaa. https://blog.nuuralhudaa.com/teknolojii-chaayinaa-a6f0810b0571
Kennaa RabbiiπŸ™πŸ“šπŸ“š

Alhamdulillahii jedheetan
Jalqaba,maqaa Rabbiitiinii
Dubbii koon jalqaba
Fedhuma isaatiinii

Qur'aana nuuf kenne
Kennaa keennaa caalu!
Namni isa qabate
Kan jennata dhaalu!

Nama qalbiin laale
Badhaasa Rabbiitii
Kan fidee nuun gahe
Bar caalaa kalqiitii

Funyoo citan qabne
Rabbiin nu badhaasee
Irra hedduu namaa
Rabbi isa dhamaasee😒

Jaalatee nuuf kenne
Ofii waan jaalatu
Daawwitii namni hundi keessatti of laallatu

Rabbiin nu haa godhu
Nama ittiin gorfamuu
Balaa diiniif duniyaa
Nama ittin oolfamuu🀲🀲
πŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“š

Obbolessa keessan RD tiin πŸ‘βœβœ
@Join godha πŸ‘‡πŸ‘‡
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
πŸ‘8❀1
Qorattoonni hawaa dhiheenya kana Pluutoon plaaneetii miti jechuun plaanetoota duraan beeknu keessaa baasaniiran. Pluutoon pilaaneetii fakkaattus amaloota pilaaneetiiwwan kuuwwan qaban waan hin qabneef dwarf Planet jedhamuun moggaafamte. NASA’nis qaama haalaan nurraa fagaattee fi Pilaaneetii keessaa haqamte tana qorachuudhaaf Maashina New Horizon jedhamu gara hawaa erge. New Horizonis saa’aa tokko keessatti kilomeetira 58,600 imaluudhaan Pluutoorra naannayee qorachuutti jira. Barruu guutuu dubbisaa. https://blog.nuuralhudaa.com/meeshaawwan-ilma-namaatiin-hojjatamanii-kanneen-saffisa-guddaa-qaban-22c36071f7eb
πŸ™1
Allahu akbar subhaanallah☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️
βœ…Barreeffama olii kana dubbiseen waa 2 na Ajaa'ibeπŸ€”
1,Rabbiin ilma nama dadhabduu kana meshaa akkas secondi tokkotti KM 95 Kan fiigu kana akka kalaqu taasisuu.
2, Ammoo Rabbiin jechi isaa dhugaa utuu tahee jiruu #gochaan nutti agarsiisuuf ,kan ormi kuffaaraa #Israa'ii f #mi'iraajii kijibsiisaa turaan daran akka nuti iimaana dabalannu nuu godhuutu na Ajaa'ibeπŸ€”πŸ€”
✍Maaliif namni Aqlii qabu ilmi nama secondi tokkotti KM 95 waan fiiqu erga kalaqee #Rabbiin immoo nabiyyii isaa secondii tokkotti akka samii torban (7)dabarsuu akka dandahu yaaduun isan dhibu kaanaf

Asumaan #SUURAA 17:1
YAADADHE kinoo suura kan irraa #Qissaa isaa dubbisa #Tafsiira_Shee muhammad Rashaad irraa fudhatameπŸ‘πŸ‘πŸ‘
Ammoo barreeffama olii #INSTANT VIEW tuqaa dubbisaa

KM 95 kan jedhe Meshaa saatii tokkotti 343,000 fiigu san gara secondiitti jijjiire
343,000/3600s =95.27KM/sπŸ€”πŸ€”πŸ€”
#JOIn share

@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
πŸ₯°1
πŸ˜„πŸ˜„πŸ˜„πŸ˜„

Poolisiif hattuu tokkotu karaa irratti walitti dhufan

#poolis:Essaa dhufta?😳
#Hattuu: shaaworii fudheen dhufaa jira
😩😩





#Poolis: #Maaliif_fuute_dafii_deebisiπŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚

Broo kolfitee maa dhiiftaπŸ‘πŸ‘πŸ‘
πŸ‘9
Aqiidaa sirraawaa fii faallaasaa.pdf
2.7 MB
〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️〰️
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️

Kitaaba bareedaa#Aqiidaa_sirraawaaf_faallasaa jedhu kana buusaa dubbisaa baarakallah✍✍

πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡πŸ‡
πŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“šπŸ“š
πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€
Yaadaaf πŸ‘‰ @Library_Islaamaabot

Channel keenyaatti makamuufπŸ‘‡πŸ‘‡
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
πŸ‘3😁1
Maashaa allah har'a
Konkolaata V8 Nissan patrol 2022
Maallaqaan Qarshiin( birriin) 28,000,000 kan itti bahe #Sheikh_Mohammed_Ali_Alamuudin
Prezdaanti majlisa federaala #Sheikh_hajjii_Ibrahim_Tufaatti fi #Dr_Sheikh_Jeylaan_Kadirif
Gumaachee har'a Qulfii(bantuum) kennameefi jira.

Rabbin waan ofii jaalatuu hunda isaaniif haa kennu


#Via Gali Ababor


πŸ‘‡πŸ‘‡
@Library_Islaamaa
#Dr,Sheik Mohammed Ali #Alamuddiin
✍✍✍✍✍

Ulamaaf tumsite
Ol qabuudhaaf diinii
Ulfaadhu #galatoomi
Yaa #Alamuddiinii
πŸ’
Osoon qusatini
Qabeenya kee baaftee
Yoomiyyuun dagannu
Gumaa ati nuuf baaftee
🌲
Inni humna qabu
Saamus makiinaa jaraa
Waan goonu wallaallee
Nu gubatee garaa~n
🌹
Gumaa baafna jechuuf
Kiisiin keenya duwwaa
Gara Rabbii malee
Erga dhabnee quwwaa
🌹
Gammanne kaa kunoo
Galata ilaahii
Diinaa garaa gubdeem
Alhamdulillaahi
🌹
Jechatu nan gahu
Miira koo ibsachuuf
Rabbi si haa milkeessu
Milkii biyya lachuu
🌹
Qabeenya siif kenne
Siif haa godhu tikfamaa
Badii ati qabdu
Siif haa godhu dhiifamaa
🌹
Guyyaa dhaabbii jabduu
Guyyaa garii namaaa
Dafqi kokkee qabduuπŸ˜₯
~~
Qabeenya horate
Irraa gaafatamuu
Guyyaa gaafa sanaa
Si haa godhu Rabbiin~warra baraaramuu
πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€πŸ€
Aaaamiiin Allaahumma Aamiin 🀲🀲🀲🀲

🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@Library_Islaamaa
πŸ‘9❀1