Forwarded from Love
πΊπΊπΊπΊπΊπΊπΊπΊπΊ
β»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈ
β As wr wb #Obbolewwaan_kiyya_Jaalatamtootafi_Qaqqaaliiwwaan_koo Channela Telegram babbareedaa gadii kana #JOIN godhaa irraa fayyadamaaππ
πΉπΉππππππΉπΉ
β»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈ
β As wr wb #Obbolewwaan_kiyya_Jaalatamtootafi_Qaqqaaliiwwaan_koo Channela Telegram babbareedaa gadii kana #JOIN godhaa irraa fayyadamaaππ
πΉπΉππππππΉπΉ
π1
Muslimni obbolessaa muslimaati.doc
2.5 MB
πππππππ
Eee dhugaadha muslimni obboleessa ππ
Kitaaba bareeddaa page xiqqoo kan ammoo ergaa guddaa qabu kana buusaa dubbisaaπππ
ππππππππ
Join share π
@Library_Islaamaa

β€2
Ajaaiba kana dhageessaniiπ³π³π³π³π³π³π³
β Hajjiin bara kanaa kan 183,500 taanaan dinqisiifataa turre amma immooπ
183,500+57,500=247,500
Taheπ€ π€¨π€¨π€¨π₯΄
β Subhaanallah kanarraa wanni hubannu warri duraan 183,500 kaffalaa jennaan kaffale amma yoo hin dabalin ni hafa jechuudhaπ
β»οΈ#Hubadhaaπkanaaf sababni #qaalainsa_jireenyaati
βMaddi fb namoota bebbeekamoo
β»οΈJoin maalumaafuππ

π€3π1π1
Turtiin Jawaar Mohammed TV UBUNTU waliin taasise yeroo torbee tokko kessatti karaa Fula Youtube laalcha (view) miliyoona 1.1 argachuu danda'era.
ππππ
Akkasi leenca 70πππ
Join ππ
@Library_Islaamaa
ππππ
Akkasi leenca 70πππ
Join ππ
@Library_Islaamaa
π1
warri Hong Kong akkuma mana jireenyaa fooqiin ijaaran, lafa qonnaatis fooqitti deebisaa jiran. Lafa hektaara 0.25 tahurratti kuduraalee kilograama 150,000 caalu oomishuurratti argamu. Kana jechuun lafa kanarratti osoo qamadii oomishanii, ummanni kun lafa hektaaraa ruubii irratti kuntaalaa 150,000 oomishaa jiran jechuudha. INSTANT VIEW tuqaa Ajaa'iba chaayinaan itti jirtu dubbisaa. https://blog.nuuralhudaa.com/teknolojii-chaayinaa-a6f0810b0571
Medium
Teknolojii Chaayinaa
Rabbiin ilma namaa waa heddu badhaasee, waa hedduun qananiise. Waan Rabbiin ilma namaa badhaase keessaa wanti sammuu gahaa hin jiru yooβ¦
Kennaa Rabbiiπππ
Alhamdulillahii jedheetan
Jalqaba,maqaa Rabbiitiinii
Dubbii koon jalqaba
Fedhuma isaatiinii
Qur'aana nuuf kenne
Kennaa keennaa caalu!
Namni isa qabate
Kan jennata dhaalu!
Nama qalbiin laale
Badhaasa Rabbiitii
Kan fidee nuun gahe
Bar caalaa kalqiitii
Funyoo citan qabne
Rabbiin nu badhaasee
Irra hedduu namaa
Rabbi isa dhamaaseeπ’
Jaalatee nuuf kenne
Ofii waan jaalatu
Daawwitii namni hundi keessatti of laallatu
Rabbiin nu haa godhu
Nama ittiin gorfamuu
Balaa diiniif duniyaa
Nama ittin oolfamuuπ€²π€²
ππππππ
Obbolessa keessan RD tiin πββ
@Join godha ππ

π8β€1
ππ’ππ«ππ«π² ππ¬π₯πππ¦ππππππππΉπΉα΅α΅βΏα΅ Κ°α΅α΅ α΅α΅α΅α΅β±Λ’α΅α΅α΅?? via @like
Ummanni Osoo Isaan jiranii Nabiin (saw) isaan keessatti xiqqeeffame, Rabbiin ol tehe Isaan xiqqeessu malee hin taane π
β #Sheekh_Abdul_Azii_Axxariifii
β Beekaaf hayyuu Addunyaa keenyaa π
β #Sheekh_Abdul_Azii_Axxariifii
β Beekaaf hayyuu Addunyaa keenyaa π
Qorattoonni hawaa dhiheenya kana Pluutoon plaaneetii miti jechuun plaanetoota duraan beeknu keessaa baasaniiran. Pluutoon pilaaneetii fakkaattus amaloota pilaaneetiiwwan kuuwwan qaban waan hin qabneef dwarf Planet jedhamuun moggaafamte. NASAβnis qaama haalaan nurraa fagaattee fi Pilaaneetii keessaa haqamte tana qorachuudhaaf Maashina New Horizon jedhamu gara hawaa erge. New Horizonis saaβaa tokko keessatti kilomeetira 58,600 imaluudhaan Pluutoorra naannayee qorachuutti jira. Barruu guutuu dubbisaa. https://blog.nuuralhudaa.com/meeshaawwan-ilma-namaatiin-hojjatamanii-kanneen-saffisa-guddaa-qaban-22c36071f7eb
Medium
Meeshaawwan Ilma namaatiin hojjatamanii kanneen saffisa guddaa qaban
Yeroo haalaan dhiphatte tana dhaqqabuuf jecha ilmi namaa teknolojii garagaraa hojjachutti jira. Inni kaleessa dhageenye arra jijjiirameeβ¦
π1
Allahu akbar subhaanallahβοΈβοΈβοΈβοΈβοΈβοΈβοΈ
β Barreeffama olii kana dubbiseen waa 2 na Ajaa'ibeπ€
1,Rabbiin ilma nama dadhabduu kana meshaa akkas secondi tokkotti KM 95 Kan fiigu kana akka kalaqu taasisuu.
2, Ammoo Rabbiin jechi isaa dhugaa utuu tahee jiruu #gochaan nutti agarsiisuuf ,kan ormi kuffaaraa #Israa'ii f #mi'iraajii kijibsiisaa turaan daran akka nuti iimaana dabalannu nuu godhuutu na Ajaa'ibeπ€π€
βMaaliif namni Aqlii qabu ilmi nama secondi tokkotti KM 95 waan fiiqu erga kalaqee #Rabbiin immoo nabiyyii isaa secondii tokkotti akka samii torban (7)dabarsuu akka dandahu yaaduun isan dhibu kaanaf
Asumaan #SUURAA 17:1
YAADADHE kinoo suura kan irraa #Qissaa isaa dubbisa #Tafsiira_Shee muhammad Rashaad irraa fudhatameπππ
Ammoo barreeffama olii #INSTANT VIEW tuqaa dubbisaa
KM 95 kan jedhe Meshaa saatii tokkotti 343,000 fiigu san gara secondiitti jijjiire
343,000/3600s =95.27KM/sπ€π€π€
#JOIn share

π₯°1
πππKinoo Dubbisaa #Suuraa 17:1 barumsa gudda irraa argattuππππππ
β€5π5
ππ’ππ«ππ«π² ππ¬π₯πππ¦ππππππππΉπΉα΅α΅βΏα΅ Κ°α΅α΅ α΅α΅α΅α΅β±Λ’α΅α΅α΅?? via @like
ππππ
Poolisiif hattuu tokkotu karaa irratti walitti dhufan
#poolis:Essaa dhufta?π³
#Hattuu: shaaworii fudheen dhufaa jira
π©π©
#Poolis: #Maaliif_fuute_dafii_deebisiππππππππππ
Broo kolfitee maa dhiiftaπππ
Poolisiif hattuu tokkotu karaa irratti walitti dhufan
#poolis:Essaa dhufta?π³
#Hattuu: shaaworii fudheen dhufaa jira
π©π©
#Poolis: #Maaliif_fuute_dafii_deebisiππππππππππ
Broo kolfitee maa dhiiftaπππ
π9
Haafiza, Abbaa Geebaa, Dargaggeessa, Bareedaa! Ka barakaa ta'i leenca namaa ββ
βMaqaan isaa Muhammad bin nuuf Al Haashim biyya #Jordan irraa.ππ
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
βMaqaan isaa Muhammad bin nuuf Al Haashim biyya #Jordan irraa.ππ
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
π5β€1
Dorgommiin Qur'aanaa idal Addunyaa yeroo jalqabaaf magaalaa guddoo Itoophiyaa Istaadiyoomii Finfinneetti gaggeefame milkaahinaan xumurame.
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/f4WdLgy
via BBC News Afaan Oromoo - Oduu https://ift.tt/f4WdLgy
BBC News Afaan Oromoo
Dorgommii Qur'aanaa idila-addunyaa yeroo jalqabaaf Itoophiyaatti adeemsifame
Dorgommiin Qur'aanaa idal Addunyaa yeroo jalqabaaf magaalaa guddoo Itoophiyaa Istaadiyoomii Finfinneetti gaggeefame milkaahinaan xumurame.
Aqiidaa sirraawaa fii faallaasaa.pdf
2.7 MB
γ°οΈγ°οΈγ°οΈγ°οΈγ°οΈγ°οΈγ°οΈγ°οΈγ°οΈγ°οΈγ°οΈγ°οΈγ°οΈγ°οΈγ°οΈγ°οΈγ°οΈγ°οΈγ°οΈγ°οΈ
β»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈ
Kitaaba bareedaa#Aqiidaa_sirraawaaf_faallasaa jedhu kana buusaa dubbisaa baarakallahββ
πππππππππ
πππππππππ
πππππππππ
Yaadaaf π @Library_Islaamaabot
Channel keenyaatti makamuufππ

π3π1