Oduu GAMMACHIISAAπππππ
β»οΈNamoota #Nashiidaa_haarawa_Ustaaz_Raayyaa_Abbaamaccaa eegaa turtan maraafβππππππ
β Maasha Allah kinoo Album 35 A gadi dhiifameeraππ daqiiqaa 26:30 kan dheeratu kinoo daqiiqa muraasaa bodaa qofa na eegaa share godhaa #buufachuuf
πππππππππ
#JOIN @Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa

π1
Audio
πΉπΉπΉπΉπΉπΉ
π€π€π€π€π€π€π€π€
Maasha Allah kinnoo caqasaa π€π€π€ #Nashiidaa_Ustaaz_Raayyaa vol 35ffaaππ
#Guutuu_buufachuufβ
πππ
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
π€π€π€π€π€π€π€π€
Maasha Allah kinnoo caqasaa π€π€π€ #Nashiidaa_Ustaaz_Raayyaa vol 35ffaaππ
#Guutuu_buufachuufβ
πππ
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
Maqaa kanniisaa yoo kaasnu, hundi keenya waahee dayma isaa yaadanna. Daymi fayyaa ilma namaatiif akkaan barbaachisaadha. Qananii Rabbiin guddaan nutti arjoome keessaa kanniisni isa tokko jechuu dandeenya. Kanniisni sanyiiwwan gurguddoo torba qaba. Gareen torban kunniin ammoo sanyii xixiqqaa 44tti qoodama. Walumaa galatti kanniisni garee uumee, qubsuma tolfatee keessa jiraata. Qubsumni kanniisaa gaagura ilmi namaa tolchuufi, qubsuma inni mataa isaatiin ijaarratu tahuu dandaha. Garee tokko keessa ammoo kanniisa gosa sadihitu jira. Isaanis:- Kanniisa mootii, kanniisa dalagduu fi kanniisa kormaati. INSTANT VIEW tuqaa waa'ee uumama kanaa baldhinaan dubbisaa. https://blog.nuuralhudaa.com/kanniisa-bee-da27246f2c44
Medium
Kanniisa (Bee)
Maqaa kanniisaa yoo kaasnu, hundi keenya waahee dayma isaa yaadanna. Daymi fayyaa ilma namaatiif akkaan barbaachisaadha. Qananii Rabbiinβ¦
π4
Irra hedduun namaa guyyaa ba'aa ulfaatu baataa oolla,garuu #salaata_subhiif fooxaa ofirraa fuunee salaatuun nutti cimaπ€
Yaa Rabbi nuuf laaffisiπ€²
Yaa Rabbi nuuf laaffisiπ€²
π1
ππ’ππ«ππ«π² ππ¬π₯πππ¦ππππππππΉπΉα΅α΅βΏα΅ Κ°α΅α΅ α΅α΅α΅α΅β±Λ’α΅α΅α΅?? via @like
πBashannansiisaaπ
Namicha tokkotu dhibee waa nama #dagachiisu qaba achiin mana yaalaa deemee
#Doctor:maal maal taate
#Isaa:doctor na dhukkuba waa dagachuu natti baayyisa
#Doctor :akkam akkam si godha
#Isaa: maaltuππππππππ
Namicha tokkotu dhibee waa nama #dagachiisu qaba achiin mana yaalaa deemee
#Doctor:maal maal taate
#Isaa:doctor na dhukkuba waa dagachuu natti baayyisa
#Doctor :akkam akkam si godha
#Isaa: maaltuππππππππ
π7π2π1
Etiyoo Telekoomiin waa'ee gochoota hannaa fi gowwoomsuu #9090 irratti na beeksisa jedheera.
Itiyoo Telekoomi tajaajila hannaa telekoomii gabaasuuf lakkofsa ergaa barreeffama gabaaba ifa godheera.
Lakkoofsa armaan gadii fayyadamuun ergaa keessan bilisaan #9090tti erguun tarkaanfii hatattamaa akka fudhatamuuf maamiltoonni tumsa akka gootan gaafataniiru.
Ethio Telecom waa'ee gowwoomsaa telecom # 9090 naaf beeksiseera.
Ityoo Telekoom hanna tajaajila telekoomii gabaasuuf ergaa barreeffamaa baase.
Lakkoofsa armaan gadii dabarsuudhaan ergaa keessan bilisaan 9090 # erguun tarkaanfii hatattamaa akka fudhatamuuf maamiltoonni tumsa akka gootan gaafataniiru.
N:
- Yeroo bilbilli biyya alaa isinitti bilbilame, lakk. 1 dursuun erga keessan kaa'u.
- Yeroo "Missed Call" hin beekne kan biyyaam alaa isinirra seene, lakk. 2 dursa kennuun,
- Maallaqa, kaardii ykn paakeejii moobaayilaa namni isin hin beekne na ergiif yoo isin amansiise lakk. 3 dursuun.
- Ergaan sobaa yoo isinitti dhufe lakk.4 dursa kennun,
- Lakkoofsa Bilbilaa fi jecha icciitii(password) nama hin beekneen yoo gaafatamtan lakk. 5 dursa kennuun,
- Ergaa barreeffamaa hannaa fi gowwomsaa biroo yoo gaafatamtan , lakk 6 dursa kennuun nuun gahuu dandeettu.
πππππ

Baatii Ramadaanaa dabre keessa muslimni guutuu addunyaa keessa jiraatu hedduun soomana furuudhaaf timiratti dhimma bahaa ture. Kunis dhaamsa Rasuulli ο·Ί yeroo soomana furru, timiraan akka lulluuqannu nuuf dhaamaniin walqabata. Rasuulli ο·Ί ogeessa fayyaatii miti. Akkanaanis ofirraa kaasanii waa hin haasayan. Waan Rabbiin isaan beeksise qofa nuuf dhaaman. Nutis kana waan beeknuuf dubbii isaanii amannee fudhanne. Osoo Saayinsiin ammayyaa qorannoodhaan bira hin gahin dura, waan isaan nuuf himan fudhannee itti fayyadamutti jirra. Saayinsiin ammayyaa ammoo reef tana qorannoo garagaraa godhuudhaan buβaa timira keessa jiru nuuf himaa jira. Nutis barruu tana keessatti waaβee muka timira irraa qabxiilee muraasa isiniif dhiheessina. INSTANT VIEW tuqaa dubbisaa https://blog.nuuralhudaa.com/muka-timiraa-de0a456448f8
Medium
Muka Timiraa
Baatii Ramadaanaa dabre keessa muslimni guutuu addunyaa keessa jiraatu hedduun soomana furuudhaaf timiratti dhimma bahaa ture. Kunisβ¦
π1
Ajab jiruu duniyaa
Wama ajaa'ibaa
Hunduu numa fiiga
Hunduu ni ta'aabaa
Kaanis haqqii dhaaba
Kaan haqqii dadhabaa
Yoo qalbiidhaan lallee
Woma nama dhibaaπ€
Waa lama bitatee
Gurgurata gabaan
Yookaanii jennataa
Yookaanii azaabaa
Meeshaan rabbii jabeenya
Hunduu gabaa gabaa
Azaabnis tolaa mitiπ³
Ta'aabachuu qabaaπ€
Waan rabbi dhowwe hunda
Hojjachuu qabaa
Kunoo ittuma jirraa
Yaa dheeraa gabaabaaπ₯Ί
Jiruu bal'ifachuuf
Cunqursee wal dhiiba
Yoo qalbiidhaan laallee
Woma nama dhibaaπ€
Jiruu gabaabduudhaaf
Argaa wal dadhabaa
Yaa namani arra geesse
Biyya duniyaa gubbaa
Ammalee banaa nuuf jira
Ulaan toobaa
Utuu hin dhufin qabaaan
Toobadhaa hardhumaa
Ittiin nu #milkeessii yaa Allah yaa rahmaanπ€²π€²π€²π€²π€²π€²π€²π€²π€²
#Joinπ πππ
@Library_Islaamaa β»οΈ
@Library_Islaamaa β»οΈ
πΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉπΉ

β€2π2
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Rasuula jaalala isaaf
Gufuun mukallee boosse
Sadarkaatu olfuudhama
Nagayaafi rahmata~nama iirratti buuseeβ
Sallallahu Alyhi wassalam
Sallallahu Alyhi wassalam
Sallallahu Alyhi wassalam
Sallallahu Alyhi wassalam
β₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈ
#joinπ
@Library_Islaamaa
Gufuun mukallee boosse
Sadarkaatu olfuudhama
Nagayaafi rahmata~nama iirratti buuseeβ
Sallallahu Alyhi wassalam
Sallallahu Alyhi wassalam
Sallallahu Alyhi wassalam
Sallallahu Alyhi wassalam
β₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈ
#joinπ
@Library_Islaamaa
π4
#JawarMohaammad
Jawar Mohammed (Itti aanaa Dura Taa'aa Kongirasii Federaalawa Oromoo) erga gadhiifamanii booda gaaffiifi deebii addaa Ubuntu TV'f yeroo jalqabaaf taasisan.
Gaaffii fi deebii kanarratti gaaffii Jawaar gaafatame keessaa tokko oduu waa'ee isaa naanna'aa turan qulqulleessuuf ture, Jawaar paartii biyya bulchaa jiru waliin hojjataa jira, kan hiikames saniifi, ammas hojii mootummaa hojjata jira kanneen jedhaman irratti ibsa godheera.
Jawaar Mohaammad:
"Oduu kana dhaga'eera. Nama tokko waliin walitti muffii dhuunfaa hin qabu." Kan hidhames garaagarummaa siyaasaatiin malee walitti bu'iinsa dhuunfaan miti.
Ministeera Muummee waliin wal hin argine; Garuu yoo na qunnamuu barbaade yeroo hundaa qophiidha. Muummee ministeera / Abiy waliin qofa osoo hin taane Marroo waliinis, Dabra tsiyoon waliin fi humnoota waldhabdee yeroo ammaa biyya keenya keessatti hirmaataa jiran hunda waliinis wal arginee biyya keenya gara nagaa fi misoomatti deebisuuf, eenyuuyyu waliin hojjachuuf, waliin tumsuuf, nama kamiinuu bakka kamittiyyuu waliin haasa'uuf qophiidha.
Ani kan hin barbaadne garuu, eenyuun waliiniyyu tumsee gara waraanatti seenuu hin barbaadu. Nama kamiinuu waliin.
Hayyoonnii waraana keessatti hirmaatanii fi kan hin hirmaannes hundi gara minjaala nagaa dhufuu qabu jedheen amana. Ani isaan tokkollee waliin waldhabdee dhuunfaa hin qabu.
Kanaaf paartiin biyya bulchaa jiru biyya bulchaa jira; Biyya geggeessaa jira, paartiin biyya bulchaa jirus rakkoo biyyattii keessatti gaheef itti gaafatama guddaa kan fudhatudha, akka hogganaattis Muummicha ministeeraati, Furmaata barbaaduuf yoo taβe hirmaannaan isaanii, fedhiin isaanii murteessaadha.
Kanaafuu, akka hogganaa dhaaba siyaasaa tokkoottis ta'e akka lammii biyya kanaatti dhimma nageenyaa irratti hiree biyya keenyaa jijjiiruuf paartii biyya bulchaa jiruu fi muummicha ministeeraa fi qaama kamiinu waliin hojjechuuf qophiidha. Hoggansi biyya keenyaas kanaaf qophaa'uu qaba.
Haalli biyya keenyaa maaf isa waliin haasofte, inni bar seexana ykn inni bar ergamaa dha jechuun akka nu hin baafne waggota 4, fi 2'n darban arginee jirra.
Kanaaf ammas irra deebi'uun kan dubbadhu, humna siyaasaa kamiinuu waliin, hooggansa siyaasaa kamiinuu waliin ummata keenya rakkoo kana keessaa baasuuf hojjachuu qabna jedha.
Asirratti wanti ani ifa gochuu barbaadu humna kamiinuu akka jaarmayaatti, akka dhuunfaatti, akka hogganaa tokkootti; Beekumsa koo fi sagalee kootti fayyadamee biyya keenyaa fi ummata keenya daandii nagaa fi misoomaatti deebisuu barbaada.
Garuu faayidaa dhaabbata ykn nama dhuunfaa kamiifuu akka taβu hin barbaadu; Ani eenyuufuu bobaβaa taβuu hin barbaadu, abbaa irree kamiiyyuu, Waraana kamiyyuu deeggaruu hin barbaadu.
Nama gara nagaa dhufuu barbaadu waliin hojjechuuf qophiidha, kunis balaaleffannaa miti, kun sirriidha jedheen amana. Kanaaf waraanni dhaabbachuu qaba. Waraana dhaabanii gara walii galtee dhufuu qabna jedha."
via::tikvahethafaanoromoo

π6β€3
Hubadhuπππ
Yeroo namoonni ati hin beekne si jibbuu eegalan.yoos yeroo ati gaarii tahuu kee beekuu qabduudha π
βDhaamsa Billionara #Addunyaa_Keenyaa_Elon_Mask
β»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈ
#JOINπ

#Rakkoo_Network
πππ
Rakkoo #Network kana
Rabbi sumattin hima
Ilmi namaa didee
Yoo hinqabnes dhimma
~
Furmaata barbaada
Rakkoon keenya heddu
Keessa haa dubbadhu
Kan #network gidduu~n
~
Godinni koo jimma
Aanaan saxxamaadha
Rakkinni networki
Akkaan xaxamaadhaa
~
Guyyaan guyyaa fuudhee
Walitti dabarsaa
Furmaata isaa eegna
Itti baasaa aarsaa
~
Rakkadheen dubbadhee
Naa beekaa yaa firaa
Akki #aanaa_saxxammaa
Addunyaarra jiraa?
~
Dhimmaa bilbilachuuf
Yoo bilbila fuutee
Badeka networkiin
Tasa achi buuteeπ©
~
Akka paarlaamaattii
Harka koo ol kaasee
Network barbaaduun
Akkanni na aarseπ
~
Ana kan na dhibee
Na dinqe akka malee
Bara dhufaa darbaa
Furmaata maaf dhabeeπ€
~
Koo rakkoo hin qabu
#Mukayyuu nan yaabaa
Fayyadameen bu'a
Akkuma alaabaaππ
~
Garuu akkamitti
Kophaan jiraadha moo
Ani fayyadamee
Kanimmoo dhaba moo
~
silaa naan dubadhaa
Callisee hin taahuu
#Qaamni_dhimmi_laalu
Akka nuuf dhagahuuπ
~
Taahee yaadaa ooleen
Lubbuu kootiin jedhee.
Abshir furmaanni ni dhufaa
Yoo Rabbichi jedhee
~
Ee dhugaadha dubbiin
Rabbiin nuuf gahaadhaa
Inni kadhaa namaa
Akkaan dhagahaadhaa
\\\ \\\ \\\ \\\
~~~~
ByπRD
β»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈ
#Joinπ
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
πππ
Rakkoo #Network kana
Rabbi sumattin hima
Ilmi namaa didee
Yoo hinqabnes dhimma
~
Furmaata barbaada
Rakkoon keenya heddu
Keessa haa dubbadhu
Kan #network gidduu~n
~
Godinni koo jimma
Aanaan saxxamaadha
Rakkinni networki
Akkaan xaxamaadhaa
~
Guyyaan guyyaa fuudhee
Walitti dabarsaa
Furmaata isaa eegna
Itti baasaa aarsaa
~
Rakkadheen dubbadhee
Naa beekaa yaa firaa
Akki #aanaa_saxxammaa
Addunyaarra jiraa?
~
Dhimmaa bilbilachuuf
Yoo bilbila fuutee
Badeka networkiin
Tasa achi buuteeπ©
~
Akka paarlaamaattii
Harka koo ol kaasee
Network barbaaduun
Akkanni na aarseπ
~
Ana kan na dhibee
Na dinqe akka malee
Bara dhufaa darbaa
Furmaata maaf dhabeeπ€
~
Koo rakkoo hin qabu
#Mukayyuu nan yaabaa
Fayyadameen bu'a
Akkuma alaabaaππ
~
Garuu akkamitti
Kophaan jiraadha moo
Ani fayyadamee
Kanimmoo dhaba moo
~
silaa naan dubadhaa
Callisee hin taahuu
#Qaamni_dhimmi_laalu
Akka nuuf dhagahuuπ
~
Taahee yaadaa ooleen
Lubbuu kootiin jedhee.
Abshir furmaanni ni dhufaa
Yoo Rabbichi jedhee
~
Ee dhugaadha dubbiin
Rabbiin nuuf gahaadhaa
Inni kadhaa namaa
Akkaan dhagahaadhaa
\\\ \\\ \\\ \\\
~~~~
ByπRD
β»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈ
#Joinπ
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
π6
Hubadhuπππ
Yeroo namoonni ati hin beekne si jibbuu eegalan.yoos yeroo ati gaarii tahuu kee beektuu qabduudha π
βDhaamsa Billionara #Addunyaa_Keenyaa_Elon_Mask
β»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈ
#JOINπ
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
Yeroo namoonni ati hin beekne si jibbuu eegalan.yoos yeroo ati gaarii tahuu kee beektuu qabduudha π
βDhaamsa Billionara #Addunyaa_Keenyaa_Elon_Mask
β»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈ
#JOINπ
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
#Kana_beektuuπ€π€π€
~ ~~~
β Giddu galeessaan, dhiironni guyyaatti sanyii kormaa (sperm cell) miliyoona 10 qopheessu.π₯΄ Kun ammoo saba
addunyaa guutuu irra jiru jiβoota 6 tti iddoo buusuu
dandeessisa! π bro ati #Aadamuma kaa π
β Seelota qaama namaa keessaa inni guddaan hanqaaquu dubartootaa (egg cell) yommuu taβu, inni hunda irra xiqqaan immoo sanyii kormaa (sperm cell) dha. π
Subhaanallah Guddinni kan Rabbii dhaabama irraa nu Uumee nu argamsiiseetiβ
#Joinπ@Library_Islaamaa

π2
Deeggaraa majiliisaa.
Deeggarsa majiliisaa
Ni deeggarra ni hiriirraa
Muslimni bahaa dhihaa
Hiriiraa ni hiriirraa!
Hayyoota keenya cinaa
Irree tokkoon dhaabbannaa
Diina burkuteessinee
Cabsinee irra aannaaπͺ
Deeggarsa majiliisaa
Hiriiruuf kottaan baanaa
Harka wal qabannee
Irree tokko taanaa
Hayyootaa keenya cinaa
Yoon hiriirre maaliree
Milkii jiru argachuun
Ulamaa yoon tumsinee
Owwaadhaa gamtaa dhuunfaan
Waamicha majilisaa
Dhiibbaa sirna darbee
Ofirraa kuffisaaπ
Aangoo abbaa irree
Mormaa ni morminaa
Ammanaa ifa arguun
Kun baraa ciminaaπ
Rabbiin nurraa ha kaasu
kan namaan qabne naasuu
Haqni bakka qabatee
Tokkummaan nu haa kaasuuβββ
β»οΈObbolessa keessan RD Irraaβ
β»οΈ#Join @Library_Islaamaa
Deeggarsa majiliisaa
Ni deeggarra ni hiriirraa
Muslimni bahaa dhihaa
Hiriiraa ni hiriirraa!
Hayyoota keenya cinaa
Irree tokkoon dhaabbannaa
Diina burkuteessinee
Cabsinee irra aannaaπͺ
Deeggarsa majiliisaa
Hiriiruuf kottaan baanaa
Harka wal qabannee
Irree tokko taanaa
Hayyootaa keenya cinaa
Yoon hiriirre maaliree
Milkii jiru argachuun
Ulamaa yoon tumsinee
Owwaadhaa gamtaa dhuunfaan
Waamicha majilisaa
Dhiibbaa sirna darbee
Ofirraa kuffisaaπ
Aangoo abbaa irree
Mormaa ni morminaa
Ammanaa ifa arguun
Kun baraa ciminaaπ
Rabbiin nurraa ha kaasu
kan namaan qabne naasuu
Haqni bakka qabatee
Tokkummaan nu haa kaasuuβββ
β»οΈObbolessa keessan RD Irraaβ
β»οΈ#Join @Library_Islaamaa
π3π₯1
Forwarded from Love
πΊπΊπΊπΊπΊπΊπΊπΊπΊ
β»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈ
β As wr wb #Obbolewwaan_kiyya_Jaalatamtootafi_Qaqqaaliiwwaan_koo Channela Telegram babbareedaa gadii kana #JOIN godhaa irraa fayyadamaaππ
πΉπΉππππππΉπΉ
β»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈ
β As wr wb #Obbolewwaan_kiyya_Jaalatamtootafi_Qaqqaaliiwwaan_koo Channela Telegram babbareedaa gadii kana #JOIN godhaa irraa fayyadamaaππ
πΉπΉππππππΉπΉ
π1
Muslimni obbolessaa muslimaati.doc
2.5 MB
πππππππ
Eee dhugaadha muslimni obboleessa ππ
Kitaaba bareeddaa page xiqqoo kan ammoo ergaa guddaa qabu kana buusaa dubbisaaπππ
ππππππππ
Join share π

β€2
Ajaaiba kana dhageessaniiπ³π³π³π³π³π³π³
β Hajjiin bara kanaa kan 183,500 taanaan dinqisiifataa turre amma immooπ
183,500+57,500=247,500
Taheπ€ π€¨π€¨π€¨π₯΄
β Subhaanallah kanarraa wanni hubannu warri duraan 183,500 kaffalaa jennaan kaffale amma yoo hin dabalin ni hafa jechuudhaπ
β»οΈ#Hubadhaaπkanaaf sababni #qaalainsa_jireenyaati
βMaddi fb namoota bebbeekamoo
β»οΈJoin maalumaafuππ

π€3π1π1