Hordofaa ni hordofnaa
@Library_Islaamaa
Kottaa! Ni hordofnaa
An siniifan dhaamaa🙏
👍👍👍👍
Argachuu barbaannaan
Galaana kitaabaa
Hanga feete argatta
Tuullaa hanga tabbaa📚
@Library_Islaamaa
Dhaloota barsiisaa
Sammuu jaraa qaree
Karaatti garsiisaa
Kottaa! #JOIN godhaa
@Library_Islaamaa
Miseensa tahaafi
Kinoo yeroon ammaa
Nashiidaas barbaannaan
Battalatti argattaa
Qoosaafaa😁 barbaannan
Channelichaaf gataa😁
Hunduu guutee jira
Dhufa keessan eegaa
Dhuftanii waan dhabdan
Yoo jiraate mee gaa😊
Join yeroo gootuu
Hin dagatin #sheerii
Jazaa itti argattaa
Obbolaa keef ergii👏
If you want to be
Success in your life
Follow day to day
Islamic message 👏
🌹🌹
🌹🌹🌹
🌹🌹🌹🌹
🌹🌹🌹🌹🌹
🌹🌹🌹🌹🌹🌹
🌹🌹🌹🌹🌹🌹
🌹🌹🌹🌹🌹🌹
🌹🌹🌹🌹🌹
♻️🌹🌹🌹♻️
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
Kottaa! Ni hordofnaa
An siniifan dhaamaa🙏
👍👍👍👍
Argachuu barbaannaan
Galaana kitaabaa
Hanga feete argatta
Tuullaa hanga tabbaa📚
@Library_Islaamaa
Dhaloota barsiisaa
Sammuu jaraa qaree
Karaatti garsiisaa
Kottaa! #JOIN godhaa
@Library_Islaamaa
Miseensa tahaafi
Kinoo yeroon ammaa
Nashiidaas barbaannaan
Battalatti argattaa
Qoosaafaa😁 barbaannan
Channelichaaf gataa😁
Hunduu guutee jira
Dhufa keessan eegaa
Dhuftanii waan dhabdan
Yoo jiraate mee gaa😊
Join yeroo gootuu
Hin dagatin #sheerii
Jazaa itti argattaa
Obbolaa keef ergii👏
If you want to be
Success in your life
Follow day to day
Islamic message 👏
🌹🌹
🌹🌹🌹
🌹🌹🌹🌹
🌹🌹🌹🌹🌹
🌹🌹🌹🌹🌹🌹
🌹🌹🌹🌹🌹🌹
🌹🌹🌹🌹🌹🌹
🌹🌹🌹🌹🌹
♻️🌹🌹🌹♻️
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
👏4❤2👍1
Qaroomina Islaa.pdf
1.3 MB
📚📚📚📚📚📚📚
Maasha Allah kitaaba
Hedduu bareedadha buusaa dubbbisaa ✍
Page xiqqodha
♻️🌹🌹🌹🌹♻️
👇👇👇👇
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
Maasha Allah kitaaba
Hedduu bareedadha buusaa dubbbisaa ✍
Page xiqqodha
♻️🌹🌹🌹🌹♻️
👇👇👇👇
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
👍2🥰1
✍ #Yaa_Lubbuu_kiyya_Rizqiin Erga soomanni bahee ati nyaattuuf dhugdu kun Halaali mo haraami? Irraa gaafatamuu deemtaa qubaqabdaa😢😢
✅ Yaa Obboleewwan kiyya qaali Erga soomanni bahee....
➡️ Akkamitti Oolaa jirra
➡️ Maaliin oolaa jirra
➡️ Maali dhugaa,nyaataa oolaa jirra
↪️walumaagala guyyaan keenya maaliin ifee, dhihaa jira of haa gaafannu obboleewwan kiyya qaalii.
Baarakallah.
✅ Namuu beekus wallaalus guyyaarraa gara #qabrii deema kanaafuu #Osoo_hin_qoratamin_of_haa_qorannu kun dhaamsa kootii barakallah .
🌹🌹🌹🌹🌹🌹
♻️📚📚📚📚📚♻️
⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
⤴️⤴️⤴️⤴️⤴️⤴️⤴️

🔵Warreen #University/College_seentaniif dhamsa kiyya.⤵️⤵️⤵️⤵️
↪️Dhamsa kana osoo gaafa University seennu nuuf himamee je'eetin amma taa'ee yaada‼ mee dubbisaa isin fayyaduu malaa‼
⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️
---------
1⃣ Dorgomaa sadarkaa gandaa(Local competition) irra gara dorgamaa sadarkaa biyyolessaa (National competition) waan dabartaniif ammumaan itti qophaayuu feesisa. Akkaata dur itti qu'achaa turtan foyyessuu fi san caalaa sa'aa tessan sirritti itti fayyadamtanii hojjachuu qabdan.
2⃣Yeroo barattan gosa barnoota isin filattan waa lama laalaa filadhaa. ⤵️
1, Gosa barnoota san ni feeta, 2, Gosa barnoota san dandeettii isaa nin qabaa wa jedhu laalaa filadha. Yoo kana gootan ufittis ni gammaddan jijjiiramas ni fiddan jedheetiin yaada. Field namni hoggaa filatte namni siif gammadu ykn kan namni akka filattu jaalatu oson tahin, kan ufii jaalattu baradhu hanga fedhellee gosti barnoota sun gad bu'aa jedhamee yaadamullee. Murtiin bakka kanatti ati murteffattu jireenya kee kan fuldura irrattis dhiibbaa qaba. Be careful‼ jecha Afaan English tokko si yaadachiisa #Make_your_passion_your_profession" waan jaalattu hojii godhadhu akka jechuuti.
✍ Ammoo yoo filannaa kee male field ati in #feene sitti kennan fudhadhu baradhu maaltu beeka field sanaan milkaahuu dandeessa.
♻️ Kan si dhibu🧐 #Hiriyaa_koo (WKU)waliin turre inni #biologi barbaade garuu kan jarri itti kennan #Mathematics 🥺😁 wallahi hiriyaa koo sana wojjin biiroo University san keessa deemnee jijjiiruufi jennee dadhabne👏 Achi booda maal jedhe seete ''Dhiisi natti haa hafu inuman baradha jedhe'' achi booda fedhuma isaatiin barate wallahii mucaan sun Akka #College_mathematics 1ffa bahee #badhaafame 😳😳 kanaaf atis.....
3⃣. University hoggaa seenuuf deemtu yoo #dandeesse ✍✍✍
1)Laptop (PC) Bareedaa bitadhu.
2) Isa yoo dadhabde mobile bareeda bitadhu.
3) Yoo mibile dadhabdes ofis dhiphistee, maatis hin rakkisin mobile #Nokia qabadhu. Ani ija kootiin nama Rakkinarraa osoo mobila duraa hatamnaan wagga 1 mobila male bahee wajjin Eebbifamne jira Wallaahii ,maarree atis waa'ee #mobila ofin dhiphisin. 👏
4⃣ Yuniversitiin nama itti fayyadameef dhugumaan iddoo barnootaati barnoota gosa hedduu barachuu dandessa. Online irrattis waa hedduu fayyadamuu dandessa.
5⃣ Yunivarsitiin Bakka biraa caalaa barnoota Diin #Islaama barachuufis mijjaawa dha. Baradhu hoggaa baate ni sheenoytaa.
6⃣. Choose your friends wisely. Waahila sirra jabaa kan isaa dorgamtutti saahibi. Gariin namaa sheyxaanuma gogaa ilma namaa uffatee deemuu irraa fagaadhu‼
Dhumarrattis
"Make your passion your profession" isiniin ja'a.
⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️⬇️
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
⤴️⤴️⤴️⤴️⤴️⤴️⤴️⤴️

👍4
Qabaa Jireenya Keetii Beeki!
Namicha Hiyyeessa Tokkotu Sangaa Tokko Qaba Ture Jireenyi Itti Ulfaannan Sangaa Isaa Gabaa Geessee Gurguratee Utuu Deebi'uu Mana Dhugaatiitti Goree Isa Booda Dhugee Machaa'ee Manatti Galuuf Karaa Irra Bu'e Utuu Deemuu Waan Mana Ga'e Itti Fakkaatee Karaa Irra Ciise. Achitti Saamtun Itti Dhufanii Qabeenya Isaa Hunda Harkaa Fudhatanii Rifeensa Isaa Irra Haadanii Sokkan.
Machiin Irraa Galee Gaafa Ka'u Qarshiin Isaa Harka Hin Jiru. Iyyuuf Gaafa Mataa Qabatu 🙆♂ Rifeensi Irra Hin Jiru.🧑🦲😂 Isa Booda Kun Ana Miti Jedhee Deebi'ee Rafe!!! 😩
😂😂😂😂😂😂😂😂
#Kanaaf Qabaa Jireenya Keetii Beeki! Akkamitti Akka Bobbaatee Galtuu Fi Daandiin Filannoo Keetii Gara Kamitti Akka Si Geessu Hubadhu! Kufaatitti Akka Si Hin Geessine Eeggadhu Jechuudhumaafi.🙏

❤4😁2👍1
#Gorsa_Qur'aanaa🌹
📚📚📚📚📚
✅. "Akka isii jibrii isii erga footee jabeessiteen booda diiginsa diigdee hin ta’inaa"
﴿وَلَا تَكُونُوا كَاَلَّتِي نَقَضَتْ غَزْلهَا مِنْ بَعْد قُوَّة أَنْكَاثًا﴾
🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲🌲
✅Dubbiin Dalagaa Dalaguu Qofaa miti.🥺
✍ Dubbiin Jabduun Dalagaa Dalagamte Akka Hin badne wanta Balleessuu fii Nama jalaa Diigu irraa Eeggachuudha.
ابن_القيم رحمه الله تعالى 🔖
✍ Ji'a Ramadaanaa keessa Hojiilee Kheeyrii Hojjetaa turre san Akka Of Duraa hin balleessine! Jechumaafi🙏🙏🙏
♻️♻️🌹🌹 🌹🌹♻️♻️
🌹🌹 🌹🌹
👇👇
#JOIN_SHARE

This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM

Baruumsi madda qaroominaati. Biyya jijjiiruu keessatti gumaatni inni qabu guddaadha. Nama barateetu waa adda baafatee beeka. Nama beekutu waa dalaguu dandaya. Kan biyyaaf faaydaa qabuus nama beekumsa goonfateedha. Arraan tana keessattuu jaarraa 21ffaa kana keessa baruumsi teeknolijiin deeggaramutti jira. Haa tahue malee babal’achuun teeknolojii gama birootiin miidhaa biraatis qabatee dhufe. Dhalootni lafaa dhufu hedduun meeshaalee teknolojiitiin booji’amee hidhaa jabduu keessatti argama. Haati daa’imni akka itti hin boonyeef, abbaanis akka dalagaa irraa isa hin shaagalleef jecha meeshaalee elektrooniksii itti kennee ofirraa qaba. joolleen meeshaa kana wajji guddatte, gaaf ol jabaattes meeshuma kanatti haajamti. Kanaafis xiyyeeffannaan joolleen baruumsaaf kennan laaffataa dhufeera. Kun ammoo bu’aa barbaachisu argamsiisaa waan hin jirreef, Chaayinaan tooftaa haaraya tokko hojiirra oolchutti jirti. INSTANT VIEW tuqaa tooftaa Ajaa'ibaa Chaayinaan hojii irra oolchaa jirtu kana dubbisaa https://blog.nuuralhudaa.com/yaalii-xiyyeeffannoo-barattootaa-dabaluudhaaf-chaayinaan-godhaa-jirtu-6c557e4e03c9
Medium
Yaalii xiyyeeffannoo barattootaa dabaluudhaaf Chaayinaan godhaa jirtu.
Baruumsi madda qaroominaati. Biyya jijjiiruu keessatti gumaatni inni qabu guddaadha. Nama barateetu waa adda baafatee beeka. Nama beekutu…
kotta_kolfaa.pdf
955.3 KB
𝐊𝐎𝐓𝐓𝐀𝐀 𝐊𝐎𝐋𝐅𝐀𝐀😂😂😂😂😂😂😂
𝐤𝐢𝐭𝐚𝐚𝐛𝐚𝐚 𝐛𝐚𝐚𝐲𝐲𝐞𝐞 𝐛𝐚𝐫𝐞𝐞𝐝𝐚𝐚 𝐤𝐚𝐧 𝐦𝐮𝐤𝐮𝐮 𝐬𝐢𝐧𝐢𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐝𝐞𝐞𝐦𝐬𝐢𝐬𝐮 𝐤𝐚𝐧𝐚 𝐢𝐭𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐛𝐨𝐡𝐚𝐚𝐫𝐚𝐚 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐚𝐬 𝐛𝐚𝐫𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚👍
🌹✅🌹✅🌹✅🌹✅
✅Yaada,qeeqaaf gaaffiif👉 @Library_Islaamaabot
✅ Kitaaba haaraawa of biraa qabdan nuu erguuf👉 @Raadaa16_bot
Miseensa channel kanaa tahuuf Kana Tuqaa👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
👉 @Library_Islaamaa
👉 @Library_Islaamaa
👆👆👆👆👆👆👆👆
♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️

👍3
Cuunfaa marii dambii majlisaa irratti guyyaa har'aa Caamsaa 09/2014 geggeeffame
@Gali Ababor
💦💦💦💦💦💦💦💦💦💦💦💦
Marii guyyaa har'aa irratti yaanni baay'een hirmaattotaan ka'ullee qabxiilee sadan armaan gadiitu yeroo dheeraa fudhatan:-
1ffaa:- Jechi dambicha keessatti "Ahlussunnaa waljamaa'aa" jedhu 'Ashaa'iraafi maaturiidiyyaa qofa' ta'uu isaatiif ibsi itti dabalamuu qaba yaada jedhuudha. Yaanni kun guyyaa kaleessaa caamsaa 08 kaafamaa oole ta'us har'as maricha dheeressuufi yeroo bitachuuf falmii amansiisaa hin taane armaan gadii dhiheessan.
✅ Majlisni ulamoota amantii Islaamaa turaa hordofaniin waan hundeeffameef dirqama itti dabalamuu qaba. (Affaar irraa Sheyk Alii Miraah)
✅ Aqiidaan Ashaa'iraa sirrii ta'uun kitaaba "Jawharat Attawhiid" keessatti ibsame waan ta'eef itti dabalamuu qaba. (Jigjigaa irraa Sheyk Aadam Ahmad)
☝Deebii yaadolee kana mormuuf kennaman :-
✅ Erga Rabbiin "هو سماكم المسلمين" "Isatu Muslimoota jedhee isin moggaase" jedhee maqaa dabalataa godhannu malee jechuun sirrii miti; yeroo qabsoo 'Dimtsaachin Yissemaas' gareen Ahbaashaa maqaa 'Ashaa'iraa, maaturiidiyyaa' jedhu haguuggatanii rakkoo guddaa uuman waan ta'eef dirmammuu hamaa qabna. (Sheyk Saalih Muh. Daf'ullaah Banii Shaangul)
✅ Sheykh Eliyaas Ahmad deebii bal'aa itti kennanii yaada armaan gadii ibsaniiru:-
* Dhaabbatichi Hammataa yoo hin taane warri Ashaa'iraa hin taane kan akka Dr Jeylaan akkamitti majlisa seenan?
* Aqiidaa Ashaa'iraatu sirriidha yoo jenne warri akka Imaam Ashaafi'iifi sahaabonni warri Ashaa'iraa dura turan baaxila irra turan jechuudhaa?
* Dirqama ijjannoo Al-Ash'arii hordofuu qabna yoo jedhames Abulhasan Al'ash'ariin ijjannoo isaanii jijjiiranii yaada Imaamu Ahmad akka fudhatan kitaaba isaanii 'Al'ibaanaa Fii USuul Addiyaanaa' keessatti sirriitti ibsaniiru. Yaada kana Ibn Asaakir kitaaba isaa "Tabyiin Kazib Almuftarii" keessatti sirriitti ibsaniiru. (Sheyk Eliyaas Kitaabicha dubbisaa ibsan.)
* Maddi aqiidaa keenyaa Qur'aanaafi hadiisa jechuun maal nu sodaachisa?
✅ Muslimni gara gadii jiru kan 99.9% ta'u waan kana irraa homaa hin beeku. Kanaafuu isa dhiisuu qabna. (Nabiyyuu Ayyaalew)
#2ffaa/Majlisichi eenyuun hogganamuu qaba ajandaan jedhu kaleessas har'as ka'ee jira.
👉Warri ulamaa qofaan hogganamuu qaba jedhan yaada armaan gadii kaasan :-
✅Ulamoonni dhaalaa nabiyyootaa waan ta'aniif isaan haa hogganan. (She Alii Miraah)
✅ Ulamaan hin hogganamu jechuun Islaamummaa qeequudha. (Obbo Abdurrahmaan)
✅ Ulamaan hin hogganamu jechuun ulamoonni ga'umsa hin qaban jechuudha.
✅ Ulamootaan haa hogganamu yeroo jennu dhimma ogummaa ilaallatu irratti ogeeyyii isaan jala ramaduu wajjin.
☝ Deebii yaada kanaaf kenname:-
✅ Ulamoonniifi hayyoonni biroo wal keessa filatamanii waan ulamoonni hin dandeenye kanneen akka karooraa, istraateejii baasuufi kkf hayyoonni haa hojjatan jenne malee ulamaan hin hogganin namni jedhe hin jiru. Achiin hadiisni " إذا وسد الأمر إلى غير أهله فانتظر الساعة" jedhu himame. Hoggansi dandeettii gaafata waan ta'eef.
#3ffaa/Wixinee dambii kana eenyu haa mirkaneessu?
👉Qabxiin kun ajandaa manichaa ta'uu baatus sa'aa bal'aa fudhatee kaafame.
✅ Ulamoonni 25 Sharaatanitti filataman majlisa qindeessuudha malee ga'ee dambii mirkaneessuu hin qaban. (Eliyaas Isheetuu)
✅Sanadicha mirkaneessuuf ariifachuu dura mana keenya cufannee mari'achuu qabna. Yoo akkas hin taane sanadichi mirkanaa'us rakkoolee bu'uuraa waan qabuuf hojiirra ooluu hin danda'u. (Muhabbaa)
✅ Ulamoonni kanneen warra 25 caalan baadiyyaa zaawiyaafi hariimaa keessa waan jiraniif osoo isaan hin mariisisin mirkaneessuun abbaa irrummaati jedhan.
✅ isin warra 25 ni kabajna; garuu ulamoota baadiyyaa jiran bakka ni buutuu hii? (I/A majlisa Finfinnee Alii Muhammad)
☝Deebii qabxiilee kanaaf kenname :-
✅ Mirkaneessuufi dhiisuun ajandaa keenyaa miti; warra 25 kan ilaallatuudha.

✅ Waggaa sadii guutuu dambii tokko malee teenye. Kanaafuu yoo ariitiin mirkanaa'ee waan ittiin walii gallu yoo hin kaa'anne khilaafatu dheerata. Yoo fooyyessuu barbaachises erga mirkanaa'ee fooyya'uu danda'a. Kan mirkaneessus warra 25 ti. Ibsa ijjannoo yeroo darbee kan ulamoonni 17 irratti mallateesse keessattis warra 25tu mirkaneessa jedha.
✅ Yoo kan Sharaatan bu'uura hin godhatin maal irraa kaana?
Kanarraa ka'anii ulamoonni warri 25 dambii kana fooyyessuufi mirkaneessuu irratti hojjatu. Rabbiin yaada keenya galmaan nuuf haa ga'u.
Waan adeemsa kana irraa taajjabe yoo Rabbiin jedhe gabaabseen kaasa.

👍5👏1
Oduu GAMMACHIISAA😁😁😁😁😁
♻️Namoota #Nashiidaa_haarawa_Ustaaz_Raayyaa_Abbaamaccaa eegaa turtan maraaf✋🙏🙏🙏🙏🙏🙏
✅Maasha Allah kinoo Album 35 A gadi dhiifameera🙏🙏 daqiiqaa 26:30 kan dheeratu kinoo daqiiqa muraasaa bodaa qofa na eegaa share godhaa #buufachuuf
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
#JOIN @Library_Islaamaa

👍1
Audio
🌹🌹🌹🌹🌹🌹
🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎤🎤
Maasha Allah kinnoo caqasaa 🎤🎤🎤 #Nashiidaa_Ustaaz_Raayyaa vol 35ffaa👏👏
#Guutuu_buufachuuf✍
👇👇👇

Maqaa kanniisaa yoo kaasnu, hundi keenya waahee dayma isaa yaadanna. Daymi fayyaa ilma namaatiif akkaan barbaachisaadha. Qananii Rabbiin guddaan nutti arjoome keessaa kanniisni isa tokko jechuu dandeenya. Kanniisni sanyiiwwan gurguddoo torba qaba. Gareen torban kunniin ammoo sanyii xixiqqaa 44tti qoodama. Walumaa galatti kanniisni garee uumee, qubsuma tolfatee keessa jiraata. Qubsumni kanniisaa gaagura ilmi namaa tolchuufi, qubsuma inni mataa isaatiin ijaarratu tahuu dandaha. Garee tokko keessa ammoo kanniisa gosa sadihitu jira. Isaanis:- Kanniisa mootii, kanniisa dalagduu fi kanniisa kormaati. INSTANT VIEW tuqaa waa'ee uumama kanaa baldhinaan dubbisaa. https://blog.nuuralhudaa.com/kanniisa-bee-da27246f2c44
Medium
Kanniisa (Bee)
Maqaa kanniisaa yoo kaasnu, hundi keenya waahee dayma isaa yaadanna. Daymi fayyaa ilma namaatiif akkaan barbaachisaadha. Qananii Rabbiin…
👍4
Irra hedduun namaa guyyaa ba'aa ulfaatu baataa oolla,garuu #salaata_subhiif fooxaa ofirraa fuunee salaatuun nutti cima🤔
Yaa Rabbi nuuf laaffisi🤲
Yaa Rabbi nuuf laaffisi🤲
👍1
😂Bashannansiisaa😂
Namicha tokkotu dhibee waa nama #dagachiisu qaba achiin mana yaalaa deemee
#Doctor:maal maal taate
#Isaa:doctor na dhukkuba waa dagachuu natti baayyisa
#Doctor :akkam akkam si godha
#Isaa: maaltu🙄😂😂😂😂😂😂😂

😁7👍2👏1
Etiyoo Telekoomiin waa'ee gochoota hannaa fi gowwoomsuu #9090 irratti na beeksisa jedheera.
Itiyoo Telekoomi tajaajila hannaa telekoomii gabaasuuf lakkofsa ergaa barreeffama gabaaba ifa godheera.
Lakkoofsa armaan gadii fayyadamuun ergaa keessan bilisaan #9090tti erguun tarkaanfii hatattamaa akka fudhatamuuf maamiltoonni tumsa akka gootan gaafataniiru.
Ethio Telecom waa'ee gowwoomsaa telecom # 9090 naaf beeksiseera.
Ityoo Telekoom hanna tajaajila telekoomii gabaasuuf ergaa barreeffamaa baase.
Lakkoofsa armaan gadii dabarsuudhaan ergaa keessan bilisaan 9090 # erguun tarkaanfii hatattamaa akka fudhatamuuf maamiltoonni tumsa akka gootan gaafataniiru.
N:
- Yeroo bilbilli biyya alaa isinitti bilbilame, lakk. 1 dursuun erga keessan kaa'u.
- Yeroo "Missed Call" hin beekne kan biyyaam alaa isinirra seene, lakk. 2 dursa kennuun,
- Maallaqa, kaardii ykn paakeejii moobaayilaa namni isin hin beekne na ergiif yoo isin amansiise lakk. 3 dursuun.
- Ergaan sobaa yoo isinitti dhufe lakk.4 dursa kennun,
- Lakkoofsa Bilbilaa fi jecha icciitii(password) nama hin beekneen yoo gaafatamtan lakk. 5 dursa kennuun,
- Ergaa barreeffamaa hannaa fi gowwomsaa biroo yoo gaafatamtan , lakk 6 dursa kennuun nuun gahuu dandeettu.
👍👍👍👍👍

Baatii Ramadaanaa dabre keessa muslimni guutuu addunyaa keessa jiraatu hedduun soomana furuudhaaf timiratti dhimma bahaa ture. Kunis dhaamsa Rasuulli ﷺ yeroo soomana furru, timiraan akka lulluuqannu nuuf dhaamaniin walqabata. Rasuulli ﷺ ogeessa fayyaatii miti. Akkanaanis ofirraa kaasanii waa hin haasayan. Waan Rabbiin isaan beeksise qofa nuuf dhaaman. Nutis kana waan beeknuuf dubbii isaanii amannee fudhanne. Osoo Saayinsiin ammayyaa qorannoodhaan bira hin gahin dura, waan isaan nuuf himan fudhannee itti fayyadamutti jirra. Saayinsiin ammayyaa ammoo reef tana qorannoo garagaraa godhuudhaan bu’aa timira keessa jiru nuuf himaa jira. Nutis barruu tana keessatti waa’ee muka timira irraa qabxiilee muraasa isiniif dhiheessina. INSTANT VIEW tuqaa dubbisaa https://blog.nuuralhudaa.com/muka-timiraa-de0a456448f8
Medium
Muka Timiraa
Baatii Ramadaanaa dabre keessa muslimni guutuu addunyaa keessa jiraatu hedduun soomana furuudhaaf timiratti dhimma bahaa ture. Kunis…
👍1
Ajab jiruu duniyaa
Wama ajaa'ibaa
Hunduu numa fiiga
Hunduu ni ta'aabaa
Kaanis haqqii dhaaba
Kaan haqqii dadhabaa
Yoo qalbiidhaan lallee
Woma nama dhibaa🤔
Waa lama bitatee
Gurgurata gabaan
Yookaanii jennataa
Yookaanii azaabaa
Meeshaan rabbii jabeenya
Hunduu gabaa gabaa
Azaabnis tolaa miti😳
Ta'aabachuu qabaa🤭
Waan rabbi dhowwe hunda
Hojjachuu qabaa
Kunoo ittuma jirraa
Yaa dheeraa gabaabaa🥺
Jiruu bal'ifachuuf
Cunqursee wal dhiiba
Yoo qalbiidhaan laallee
Woma nama dhibaa🤔
Jiruu gabaabduudhaaf
Argaa wal dadhabaa
Yaa namani arra geesse
Biyya duniyaa gubbaa
Ammalee banaa nuuf jira
Ulaan toobaa
Utuu hin dhufin qabaaan
Toobadhaa hardhumaa
Ittiin nu #milkeessii yaa Allah yaa rahmaan🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
#Join👍 👇👇👇
@Library_Islaamaa ♻️
@Library_Islaamaa ♻️
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹

❤2👍2