๐๐ข๐๐ซ๐๐ซ๐ฒ ๐๐ฌ๐ฅ๐๐๐ฆ๐๐๐๐๐๐๐๐น๐นแตแตโฟแต สฐแตแต แตแตแตแตโฑหขแตแตแต?? via @like
๐ Qoosaa๐๐
Jaal tokko maal jedhe seete?๐ค
Broo #Shawwal barana meeqaan baha jedhe ?
Maal jechuu yaadde naan gallen jedheen
Lakki jechi koo 5 moo 6 jechuu kooti jedhe ๐๐
Aboo maal taate #shawwal erga yoomii 5ykn 6 taha jedhee yoon xiqqoo yaadu ๐ค๐ค
.
.
.
.
Ahaaa #Qaammee dhaan wal natti fakkate hin jedhu seetee๐๐๐๐๐๐
Broo #kolfitee maa dhiifta #Share godhika๐๐๐

๐4โค1
แตแแน แขแต
Sadat
แตแแน แขแต?
EId xiqqoo๐คโโ
โ Please #caqasaa
Hin jiru wanni Eid shawwal jedhamu Islaamummaa keessa๐ซโ๏ธ
#JOIN
๐๐๐๐๐
@Library_Islaamaa

๐2
#kabaja_haadholii
๐จโ๐ผ๐จโ๐ผ๐จโ๐ผ๐จโ๐ผ๐จโ๐ผ๐จโ๐ผ
Yoomuu sin kabajna
Isin waan hundaa oli
Dhufa waggaa eegnee
Hin kabajnu haadholii
Kabaja haadholii
Warri waggaaan odeessu
Kabaja sin qabdaniif
Argineerra hamma geessu
Gadi fageenyaan nuuf ibse
Islaamummaan waa'ee jaraa
Hin hordofnu,hin dhageenyu
Oduu warra dharaa๐๐
#love ,respect ,for them all
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐จโ๐ผ๐จโ๐ผ๐จโ๐ผ๐จโ๐ผ๐จโ๐ผ๐จโ๐ผ
Yoomuu sin kabajna
Isin waan hundaa oli
Dhufa waggaa eegnee
Hin kabajnu haadholii
Kabaja haadholii
Warri waggaaan odeessu
Kabaja sin qabdaniif
Argineerra hamma geessu
Gadi fageenyaan nuuf ibse
Islaamummaan waa'ee jaraa
Hin hordofnu,hin dhageenyu
Oduu warra dharaa๐๐
#love ,respect ,for them all
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
โค2
#Eid_shawwalโโ
Nuun jedhe rabbiinii
Al_yawma akmaltu..
Baasaa haaraa baasuun
Diinii keenyaan maltu๐ซ
Diinii Rabbiin guutee
Akka waan hirdhatee
Guutuuf maaf dhamaanaa
Sammuu keenya teenyee
Xiinxalaanii mitii
Diiniin kan guutamu
Rabbiin nun taasisin
Bowwaa azaabaatti nama bor gatamuu๐ฅ
Rabbiin keenya tokkumaa
Lama,sadii mitii
#Eidiin keenya lamaa
Sadii,afur mitii๐ซ
Shawwaal #Eiidiin qabu
#Nabiyyin (s a w)nuun dhaamnee
Baasaa haaraa baafnee
Dhaloota akkan dhaalchifnee
Biyyaa duniyaarra
Waggaa kuman turruu
Faallaa #Quraanaaf Hadiisaa
Hin hordofin yaa tiruuโค
Hanga lubbuun jirru
Rabbiin dallansiisuu
Rahmatasaa jiruu ,qixaaxa isaa dhaaluu
Inni nu haa tiksuuu(*2)
Inni nu haa diduu(*2)
Aamiin galatoomaa๐๐
โป๏ธ #Copy_paste with out credit is impossible ๐ โโ
โป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธโป๏ธ

Hordofaa ni hordofnaa
@Library_Islaamaa
Kottaa! Ni hordofnaa
An siniifan dhaamaa๐
๐๐๐๐
Argachuu barbaannaan
Galaana kitaabaa
Hanga feete argatta
Tuullaa hanga tabbaa๐
@Library_Islaamaa
Dhaloota barsiisaa
Sammuu jaraa qaree
Karaatti garsiisaa
Kottaa! #JOIN godhaa
@Library_Islaamaa
Miseensa tahaafi
Kinoo yeroon ammaa
Nashiidaas barbaannaan
Battalatti argattaa
Qoosaafaa๐ barbaannan
Channelichaaf gataa๐
Hunduu guutee jira
Dhufa keessan eegaa
Dhuftanii waan dhabdan
Yoo jiraate mee gaa๐
Join yeroo gootuu
Hin dagatin #sheerii
Jazaa itti argattaa
Obbolaa keef ergii๐
If you want to be
Success in your life
Follow day to day
Islamic message ๐
๐น๐น
๐น๐น๐น
๐น๐น๐น๐น
๐น๐น๐น๐น๐น
๐น๐น๐น๐น๐น๐น
๐น๐น๐น๐น๐น๐น
๐น๐น๐น๐น๐น๐น
๐น๐น๐น๐น๐น
โป๏ธ๐น๐น๐นโป๏ธ
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
Kottaa! Ni hordofnaa
An siniifan dhaamaa๐
๐๐๐๐
Argachuu barbaannaan
Galaana kitaabaa
Hanga feete argatta
Tuullaa hanga tabbaa๐
@Library_Islaamaa
Dhaloota barsiisaa
Sammuu jaraa qaree
Karaatti garsiisaa
Kottaa! #JOIN godhaa
@Library_Islaamaa
Miseensa tahaafi
Kinoo yeroon ammaa
Nashiidaas barbaannaan
Battalatti argattaa
Qoosaafaa๐ barbaannan
Channelichaaf gataa๐
Hunduu guutee jira
Dhufa keessan eegaa
Dhuftanii waan dhabdan
Yoo jiraate mee gaa๐
Join yeroo gootuu
Hin dagatin #sheerii
Jazaa itti argattaa
Obbolaa keef ergii๐
If you want to be
Success in your life
Follow day to day
Islamic message ๐
๐น๐น
๐น๐น๐น
๐น๐น๐น๐น
๐น๐น๐น๐น๐น
๐น๐น๐น๐น๐น๐น
๐น๐น๐น๐น๐น๐น
๐น๐น๐น๐น๐น๐น
๐น๐น๐น๐น๐น
โป๏ธ๐น๐น๐นโป๏ธ
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
๐4โค2๐1
Qaroomina Islaa.pdf
1.3 MB
๐๐๐๐๐๐๐
Maasha Allah kitaaba
Hedduu bareedadha buusaa dubbbisaa โ
Page xiqqodha
โป๏ธ๐น๐น๐น๐นโป๏ธ
๐๐๐๐
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
Maasha Allah kitaaba
Hedduu bareedadha buusaa dubbbisaa โ
Page xiqqodha
โป๏ธ๐น๐น๐น๐นโป๏ธ
๐๐๐๐
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
๐2๐ฅฐ1
โ #Yaa_Lubbuu_kiyya_Rizqiin Erga soomanni bahee ati nyaattuuf dhugdu kun Halaali mo haraami? Irraa gaafatamuu deemtaa qubaqabdaa๐ข๐ข
โ Yaa Obboleewwan kiyya qaali Erga soomanni bahee....
โก๏ธ Akkamitti Oolaa jirra
โก๏ธ Maaliin oolaa jirra
โก๏ธ Maali dhugaa,nyaataa oolaa jirra
โช๏ธwalumaagala guyyaan keenya maaliin ifee, dhihaa jira of haa gaafannu obboleewwan kiyya qaalii.
Baarakallah.
โ Namuu beekus wallaalus guyyaarraa gara #qabrii deema kanaafuu #Osoo_hin_qoratamin_of_haa_qorannu kun dhaamsa kootii barakallah .
๐น๐น๐น๐น๐น๐น
โป๏ธ๐๐๐๐๐โป๏ธ
โคต๏ธโคต๏ธโคต๏ธโคต๏ธโคต๏ธโคต๏ธโคต๏ธ
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
โคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธ

๐ตWarreen #University/College_seentaniif dhamsa kiyya.โคต๏ธโคต๏ธโคต๏ธโคต๏ธ
โช๏ธDhamsa kana osoo gaafa University seennu nuuf himamee je'eetin amma taa'ee yaadaโผ mee dubbisaa isin fayyaduu malaaโผ
โคต๏ธโคต๏ธโคต๏ธโคต๏ธโคต๏ธโคต๏ธโคต๏ธ
---------
1โฃ Dorgomaa sadarkaa gandaa(Local competition) irra gara dorgamaa sadarkaa biyyolessaa (National competition) waan dabartaniif ammumaan itti qophaayuu feesisa. Akkaata dur itti qu'achaa turtan foyyessuu fi san caalaa sa'aa tessan sirritti itti fayyadamtanii hojjachuu qabdan.
2โฃYeroo barattan gosa barnoota isin filattan waa lama laalaa filadhaa. โคต๏ธ
1, Gosa barnoota san ni feeta, 2, Gosa barnoota san dandeettii isaa nin qabaa wa jedhu laalaa filadha. Yoo kana gootan ufittis ni gammaddan jijjiiramas ni fiddan jedheetiin yaada. Field namni hoggaa filatte namni siif gammadu ykn kan namni akka filattu jaalatu oson tahin, kan ufii jaalattu baradhu hanga fedhellee gosti barnoota sun gad bu'aa jedhamee yaadamullee. Murtiin bakka kanatti ati murteffattu jireenya kee kan fuldura irrattis dhiibbaa qaba. Be carefulโผ jecha Afaan English tokko si yaadachiisa #Make_your_passion_your_profession" waan jaalattu hojii godhadhu akka jechuuti.
โ Ammoo yoo filannaa kee male field ati in #feene sitti kennan fudhadhu baradhu maaltu beeka field sanaan milkaahuu dandeessa.
โป๏ธ Kan si dhibu๐ง #Hiriyaa_koo (WKU)waliin turre inni #biologi barbaade garuu kan jarri itti kennan #Mathematics ๐ฅบ๐ wallahi hiriyaa koo sana wojjin biiroo University san keessa deemnee jijjiiruufi jennee dadhabne๐ Achi booda maal jedhe seete ''Dhiisi natti haa hafu inuman baradha jedhe'' achi booda fedhuma isaatiin barate wallahii mucaan sun Akka #College_mathematics 1ffa bahee #badhaafame ๐ณ๐ณ kanaaf atis.....
3โฃ. University hoggaa seenuuf deemtu yoo #dandeesse โโโ
1)Laptop (PC) Bareedaa bitadhu.
2) Isa yoo dadhabde mobile bareeda bitadhu.
3) Yoo mibile dadhabdes ofis dhiphistee, maatis hin rakkisin mobile #Nokia qabadhu. Ani ija kootiin nama Rakkinarraa osoo mobila duraa hatamnaan wagga 1 mobila male bahee wajjin Eebbifamne jira Wallaahii ,maarree atis waa'ee #mobila ofin dhiphisin. ๐
4โฃ Yuniversitiin nama itti fayyadameef dhugumaan iddoo barnootaati barnoota gosa hedduu barachuu dandessa. Online irrattis waa hedduu fayyadamuu dandessa.
5โฃ Yunivarsitiin Bakka biraa caalaa barnoota Diin #Islaama barachuufis mijjaawa dha. Baradhu hoggaa baate ni sheenoytaa.
6โฃ. Choose your friends wisely. Waahila sirra jabaa kan isaa dorgamtutti saahibi. Gariin namaa sheyxaanuma gogaa ilma namaa uffatee deemuu irraa fagaadhuโผ
Dhumarrattis
"Make your passion your profession" isiniin ja'a.
โฌ๏ธโฌ๏ธโฌ๏ธโฌ๏ธโฌ๏ธโฌ๏ธโฌ๏ธโฌ๏ธ
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
โคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธ

๐4
๐๐ข๐๐ซ๐๐ซ๐ฒ ๐๐ฌ๐ฅ๐๐๐ฆ๐๐๐๐๐๐๐๐น๐นแตแตโฟแต สฐแตแต แตแตแตแตโฑหขแตแตแต?? via @like
Qabaa Jireenya Keetii Beeki!
Namicha Hiyyeessa Tokkotu Sangaa Tokko Qaba Ture Jireenyi Itti Ulfaannan Sangaa Isaa Gabaa Geessee Gurguratee Utuu Deebi'uu Mana Dhugaatiitti Goree Isa Booda Dhugee Machaa'ee Manatti Galuuf Karaa Irra Bu'e Utuu Deemuu Waan Mana Ga'e Itti Fakkaatee Karaa Irra Ciise. Achitti Saamtun Itti Dhufanii Qabeenya Isaa Hunda Harkaa Fudhatanii Rifeensa Isaa Irra Haadanii Sokkan.
Machiin Irraa Galee Gaafa Ka'u Qarshiin Isaa Harka Hin Jiru. Iyyuuf Gaafa Mataa Qabatu ๐โโ Rifeensi Irra Hin Jiru.๐งโ๐ฆฒ๐ Isa Booda Kun Ana Miti Jedhee Deebi'ee Rafe!!! ๐ฉ
๐๐๐๐๐๐๐๐
#Kanaaf Qabaa Jireenya Keetii Beeki! Akkamitti Akka Bobbaatee Galtuu Fi Daandiin Filannoo Keetii Gara Kamitti Akka Si Geessu Hubadhu! Kufaatitti Akka Si Hin Geessine Eeggadhu Jechuudhumaafi.๐

โค4๐2๐1
#Gorsa_Qur'aanaa๐น
๐๐๐๐๐
โ . "Akka isii jibrii isii erga footee jabeessiteen booda diiginsa diigdee hin taโinaa"
๏ดฟููููุง ุชูููููููุง ููุงููููุชูู ููููุถูุชู ุบูุฒููููุง ู ููู ุจูุนูุฏ ูููููุฉ ุฃูููููุงุซูุง๏ดพ
๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ๐ฒ
โ Dubbiin Dalagaa Dalaguu Qofaa miti.๐ฅบ
โ Dubbiin Jabduun Dalagaa Dalagamte Akka Hin badne wanta Balleessuu fii Nama jalaa Diigu irraa Eeggachuudha.
ุงุจู_ุงูููู ุฑุญู ู ุงููู ุชุนุงูู ๐
โ Ji'a Ramadaanaa keessa Hojiilee Kheeyrii Hojjetaa turre san Akka Of Duraa hin balleessine! Jechumaafi๐๐๐
โป๏ธโป๏ธ๐น๐น ๐น๐นโป๏ธโป๏ธ
๐น๐น ๐น๐น
๐๐
#JOIN_SHARE

This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM

Baruumsi madda qaroominaati. Biyya jijjiiruu keessatti gumaatni inni qabu guddaadha. Nama barateetu waa adda baafatee beeka. Nama beekutu waa dalaguu dandaya. Kan biyyaaf faaydaa qabuus nama beekumsa goonfateedha. Arraan tana keessattuu jaarraa 21ffaa kana keessa baruumsi teeknolijiin deeggaramutti jira. Haa tahue malee babalโachuun teeknolojii gama birootiin miidhaa biraatis qabatee dhufe. Dhalootni lafaa dhufu hedduun meeshaalee teknolojiitiin boojiโamee hidhaa jabduu keessatti argama. Haati daaโimni akka itti hin boonyeef, abbaanis akka dalagaa irraa isa hin shaagalleef jecha meeshaalee elektrooniksii itti kennee ofirraa qaba. joolleen meeshaa kana wajji guddatte, gaaf ol jabaattes meeshuma kanatti haajamti. Kanaafis xiyyeeffannaan joolleen baruumsaaf kennan laaffataa dhufeera. Kun ammoo buโaa barbaachisu argamsiisaa waan hin jirreef, Chaayinaan tooftaa haaraya tokko hojiirra oolchutti jirti. INSTANT VIEW tuqaa tooftaa Ajaa'ibaa Chaayinaan hojii irra oolchaa jirtu kana dubbisaa https://blog.nuuralhudaa.com/yaalii-xiyyeeffannoo-barattootaa-dabaluudhaaf-chaayinaan-godhaa-jirtu-6c557e4e03c9
Medium
Yaalii xiyyeeffannoo barattootaa dabaluudhaaf Chaayinaan godhaa jirtu.
Baruumsi madda qaroominaati. Biyya jijjiiruu keessatti gumaatni inni qabu guddaadha. Nama barateetu waa adda baafatee beeka. Nama beekutuโฆ
kotta_kolfaa.pdf
955.3 KB
๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐ค๐ข๐ญ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ฒ๐ฒ๐๐ ๐๐๐ซ๐๐๐๐๐ ๐ค๐๐ง ๐ฆ๐ฎ๐ค๐ฎ๐ฎ ๐ฌ๐ข๐ง๐ข๐ซ๐ซ๐๐ ๐๐๐๐ฆ๐ฌ๐ข๐ฌ๐ฎ ๐ค๐๐ง๐ ๐ข๐ญ๐ญ๐ข๐ข๐ง ๐๐จ๐ก๐๐๐ซ๐๐ ๐ข๐ซ๐ซ๐๐๐ฌ ๐๐๐ซ๐๐๐ก๐๐๐
๐นโ ๐นโ ๐นโ ๐นโ
โ Yaada,qeeqaaf gaaffiif๐ @Library_Islaamaabot
โ Kitaaba haaraawa of biraa qabdan nuu erguuf๐ @Raadaa16_bot
Miseensa channel kanaa tahuuf Kana Tuqaa๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐ @Library_Islaamaa
๐ @Library_Islaamaa
๐๐๐๐๐๐๐๐
โฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธโฅ๏ธ

๐3
Cuunfaa marii dambii majlisaa irratti guyyaa har'aa Caamsaa 09/2014 geggeeffame
@Gali Ababor
๐ฆ๐ฆ๐ฆ๐ฆ๐ฆ๐ฆ๐ฆ๐ฆ๐ฆ๐ฆ๐ฆ๐ฆ
Marii guyyaa har'aa irratti yaanni baay'een hirmaattotaan ka'ullee qabxiilee sadan armaan gadiitu yeroo dheeraa fudhatan:-
1ffaa:- Jechi dambicha keessatti "Ahlussunnaa waljamaa'aa" jedhu 'Ashaa'iraafi maaturiidiyyaa qofa' ta'uu isaatiif ibsi itti dabalamuu qaba yaada jedhuudha. Yaanni kun guyyaa kaleessaa caamsaa 08 kaafamaa oole ta'us har'as maricha dheeressuufi yeroo bitachuuf falmii amansiisaa hin taane armaan gadii dhiheessan.
โ Majlisni ulamoota amantii Islaamaa turaa hordofaniin waan hundeeffameef dirqama itti dabalamuu qaba. (Affaar irraa Sheyk Alii Miraah)
โ Aqiidaan Ashaa'iraa sirrii ta'uun kitaaba "Jawharat Attawhiid" keessatti ibsame waan ta'eef itti dabalamuu qaba. (Jigjigaa irraa Sheyk Aadam Ahmad)
โDeebii yaadolee kana mormuuf kennaman :-
โ Erga Rabbiin "ูู ุณู ุงูู ุงูู ุณูู ูู" "Isatu Muslimoota jedhee isin moggaase" jedhee maqaa dabalataa godhannu malee jechuun sirrii miti; yeroo qabsoo 'Dimtsaachin Yissemaas' gareen Ahbaashaa maqaa 'Ashaa'iraa, maaturiidiyyaa' jedhu haguuggatanii rakkoo guddaa uuman waan ta'eef dirmammuu hamaa qabna. (Sheyk Saalih Muh. Daf'ullaah Banii Shaangul)
โ Sheykh Eliyaas Ahmad deebii bal'aa itti kennanii yaada armaan gadii ibsaniiru:-
* Dhaabbatichi Hammataa yoo hin taane warri Ashaa'iraa hin taane kan akka Dr Jeylaan akkamitti majlisa seenan?
* Aqiidaa Ashaa'iraatu sirriidha yoo jenne warri akka Imaam Ashaafi'iifi sahaabonni warri Ashaa'iraa dura turan baaxila irra turan jechuudhaa?
* Dirqama ijjannoo Al-Ash'arii hordofuu qabna yoo jedhames Abulhasan Al'ash'ariin ijjannoo isaanii jijjiiranii yaada Imaamu Ahmad akka fudhatan kitaaba isaanii 'Al'ibaanaa Fii USuul Addiyaanaa' keessatti sirriitti ibsaniiru. Yaada kana Ibn Asaakir kitaaba isaa "Tabyiin Kazib Almuftarii" keessatti sirriitti ibsaniiru. (Sheyk Eliyaas Kitaabicha dubbisaa ibsan.)
* Maddi aqiidaa keenyaa Qur'aanaafi hadiisa jechuun maal nu sodaachisa?
โ Muslimni gara gadii jiru kan 99.9% ta'u waan kana irraa homaa hin beeku. Kanaafuu isa dhiisuu qabna. (Nabiyyuu Ayyaalew)
#2ffaa/Majlisichi eenyuun hogganamuu qaba ajandaan jedhu kaleessas har'as ka'ee jira.
๐Warri ulamaa qofaan hogganamuu qaba jedhan yaada armaan gadii kaasan :-
โ Ulamoonni dhaalaa nabiyyootaa waan ta'aniif isaan haa hogganan. (She Alii Miraah)
โ Ulamaan hin hogganamu jechuun Islaamummaa qeequudha. (Obbo Abdurrahmaan)
โ Ulamaan hin hogganamu jechuun ulamoonni ga'umsa hin qaban jechuudha.
โ Ulamootaan haa hogganamu yeroo jennu dhimma ogummaa ilaallatu irratti ogeeyyii isaan jala ramaduu wajjin.
โ Deebii yaada kanaaf kenname:-
โ Ulamoonniifi hayyoonni biroo wal keessa filatamanii waan ulamoonni hin dandeenye kanneen akka karooraa, istraateejii baasuufi kkf hayyoonni haa hojjatan jenne malee ulamaan hin hogganin namni jedhe hin jiru. Achiin hadiisni " ุฅุฐุง ูุณุฏ ุงูุฃู ุฑ ุฅูู ุบูุฑ ุฃููู ูุงูุชุธุฑ ุงูุณุงุนุฉ" jedhu himame. Hoggansi dandeettii gaafata waan ta'eef.
#3ffaa/Wixinee dambii kana eenyu haa mirkaneessu?
๐Qabxiin kun ajandaa manichaa ta'uu baatus sa'aa bal'aa fudhatee kaafame.
โ Ulamoonni 25 Sharaatanitti filataman majlisa qindeessuudha malee ga'ee dambii mirkaneessuu hin qaban. (Eliyaas Isheetuu)
โ Sanadicha mirkaneessuuf ariifachuu dura mana keenya cufannee mari'achuu qabna. Yoo akkas hin taane sanadichi mirkanaa'us rakkoolee bu'uuraa waan qabuuf hojiirra ooluu hin danda'u. (Muhabbaa)
โ Ulamoonni kanneen warra 25 caalan baadiyyaa zaawiyaafi hariimaa keessa waan jiraniif osoo isaan hin mariisisin mirkaneessuun abbaa irrummaati jedhan.
โ isin warra 25 ni kabajna; garuu ulamoota baadiyyaa jiran bakka ni buutuu hii? (I/A majlisa Finfinnee Alii Muhammad)
โDeebii qabxiilee kanaaf kenname :-
โ Mirkaneessuufi dhiisuun ajandaa keenyaa miti; warra 25 kan ilaallatuudha.

โ
Waggaa sadii guutuu dambii tokko malee teenye. Kanaafuu yoo ariitiin mirkanaa'ee waan ittiin walii gallu yoo hin kaa'anne khilaafatu dheerata. Yoo fooyyessuu barbaachises erga mirkanaa'ee fooyya'uu danda'a. Kan mirkaneessus warra 25 ti. Ibsa ijjannoo yeroo darbee kan ulamoonni 17 irratti mallateesse keessattis warra 25tu mirkaneessa jedha.
โ Yoo kan Sharaatan bu'uura hin godhatin maal irraa kaana?
Kanarraa ka'anii ulamoonni warri 25 dambii kana fooyyessuufi mirkaneessuu irratti hojjatu. Rabbiin yaada keenya galmaan nuuf haa ga'u.
Waan adeemsa kana irraa taajjabe yoo Rabbiin jedhe gabaabseen kaasa.

๐5๐1
Oduu GAMMACHIISAA๐๐๐๐๐
โป๏ธNamoota #Nashiidaa_haarawa_Ustaaz_Raayyaa_Abbaamaccaa eegaa turtan maraafโ๐๐๐๐๐๐
โ Maasha Allah kinoo Album 35 A gadi dhiifameera๐๐ daqiiqaa 26:30 kan dheeratu kinoo daqiiqa muraasaa bodaa qofa na eegaa share godhaa #buufachuuf
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
#JOIN @Library_Islaamaa

๐1
Audio
๐น๐น๐น๐น๐น๐น
๐ค๐ค๐ค๐ค๐ค๐ค๐ค๐ค
Maasha Allah kinnoo caqasaa ๐ค๐ค๐ค #Nashiidaa_Ustaaz_Raayyaa vol 35ffaa๐๐
#Guutuu_buufachuufโ
๐๐๐

Maqaa kanniisaa yoo kaasnu, hundi keenya waahee dayma isaa yaadanna. Daymi fayyaa ilma namaatiif akkaan barbaachisaadha. Qananii Rabbiin guddaan nutti arjoome keessaa kanniisni isa tokko jechuu dandeenya. Kanniisni sanyiiwwan gurguddoo torba qaba. Gareen torban kunniin ammoo sanyii xixiqqaa 44tti qoodama. Walumaa galatti kanniisni garee uumee, qubsuma tolfatee keessa jiraata. Qubsumni kanniisaa gaagura ilmi namaa tolchuufi, qubsuma inni mataa isaatiin ijaarratu tahuu dandaha. Garee tokko keessa ammoo kanniisa gosa sadihitu jira. Isaanis:- Kanniisa mootii, kanniisa dalagduu fi kanniisa kormaati. INSTANT VIEW tuqaa waa'ee uumama kanaa baldhinaan dubbisaa. https://blog.nuuralhudaa.com/kanniisa-bee-da27246f2c44
Medium
Kanniisa (Bee)
Maqaa kanniisaa yoo kaasnu, hundi keenya waahee dayma isaa yaadanna. Daymi fayyaa ilma namaatiif akkaan barbaachisaadha. Qananii Rabbiinโฆ
๐4
Irra hedduun namaa guyyaa ba'aa ulfaatu baataa oolla,garuu #salaata_subhiif fooxaa ofirraa fuunee salaatuun nutti cima๐ค
Yaa Rabbi nuuf laaffisi๐คฒ
Yaa Rabbi nuuf laaffisi๐คฒ
๐1