๐‹๐ข๐›๐ซ๐š๐ซ๐ฒ ๐ˆ๐ฌ๐ฅ๐š๐š๐ฆ๐š๐š๐Ÿ“š๐Ÿ“–๐Ÿ“˜๐Ÿ“•๐Ÿ“š๐ŸŒน๐ŸŒนแตแตƒโฟแตƒ สฐแต’แต’ แตˆแต˜แต‡แต‡โฑหขแต—แต‰แต‰??
11.6K subscribers
463 photos
46 videos
180 files
810 links
ู„ูŽุง ู†ูุฑููŠุฏู ู…ูู†ูƒูู…ู’ ุฌูŽุฒูŽุงู“ุกู‹ ูˆูŽู„ูŽุง ุดููƒููˆุฑู‹ุง
๐ŸŒ Channel kana irraa๐Ÿ‘‡
๐Ÿ“š Kitaabban
๐ŸŽต Nashiidaa haaraya
๐Ÿ˜ Kolfaaf
โœ๏ธKana Beektuu?..ni Argattu
๐Ÿ“ฒ Yaadaaf @Library_Islaamaabot
๐Ÿ“ฒ Buy Ad:https://telega.io/@Library_Islaamaa
๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
Download Telegram
#Qaalawiinsi_jiruu_isin_hin_yaachisin...!
ู‚ุงู„ ุชุนุงู„ู‰ : { ‏ูˆูŽูููŠ ุงู„ุณูŽู‘ู…ูŽุงุกู ุฑูุฒู’ู‚ููƒูู…ู’ ูˆูŽู…ูŽุง ุชููˆุนูŽุฏููˆู†ูŽ }

โžพRabbiin yeroo meeshaan rakasaa isin horataa ture...yeroo meeshaan qaalawe isin horachuu hin dadhabuu.
Rabbiin Rizqii gabroottan isaa ufirratti qabee jira waan ta'eef.
{ ูˆู…ูŽุง ู…ูู† ุฏูŽุงุจู‘ูŽุฉู ููŠ ุงู„ุฃุฑุถู ุฅู„ู‘ูŽุง ุนูŽู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ู ุฑูุฒู‚ูู‡ูŽุง }
{Waan dachee tanarra sosso'aa hunda..Rizqiin isaanii ana bira jedha..}Rabbiin.
" ูˆู„ู† ุชู…ูˆุชูŽ ู†ูุณูŒ ุญุชู‰ ุชุณุชูˆููŠ ูƒุงู…ู„ูŽ ุฑุฒู‚ู‡ุง ".
โžพLubbuun osoo qoodni ishee asirraa hin dhumatin duutu takkallee hin jirtu.

โžพMiliyoona meeqatu..kiisii duwwaa, mindaa malee, guyyaa hunda osoo maal nyaadha?! jedhee hin yaadin oolee bulaa jira...!
ูู„ู…ุงุฐุง ุชู‚ู„ู‚ูˆู† ุŸ!
#Maaliif_gadditan#Maaltu_isin_yaachisa ?
โžพOsoo ati garaa haadha keetii keessa jirtu qoodni jiruu teetii sii barreeffame jechuun salphaa sitti fakkaataa!..?
โžพRabbiin akka ati mataa olqabattee jiraattu sirraa barbaada.
โžพAkka ati onnee guutuun Rizqii halaalaa barbaadattu sirraa barbaada.
โžพmallaqa yartuu tanaaf jettee ufin xiqqeeysin.
โžพWaan Rabbiin ufirratti siif qabeef jettee mataan kee sin bowwaafatin.
โžพSodaa fi gadda jidduu Hawaasaatti hin facasin.
ูˆุฃุญุณู†ูˆุง ุงู„ุธู†ู‘ูŽ ุจุงู„ู„ู‡ ุนุฒู‘ูŽ ูˆุฌู„ู‘ูŽ ุŒ
โžพRabbii guddatee ol ta'etti sehaa tolaa.
โžพJiruu teessan tasgabiidhaan keessa jiraadhaa!.
โžพRabbii keessanitti akkana jedhaa warwaadhaa;

เผ„๐ŸคฒYaa Rabbi qoodni keenya sammii keessa yoo taate gadi nuuf buusi,
‏ุงู„ู„ู‘ูŽู‡ูู…ู‘ูŽ ุฅู† ูƒุงู† ุฑุฒู‚ู†ุง ููŠ ุงู„ุณู…ุงุก ูุฃู†ุฒู„ู‡ ุŒ
เผ„Dachee keessa yoo jiraate ol nuuf baasi,
ูˆุฅู† ูƒุงู† ููŠ ุงู„ุฃุฑุถ ูุฃุฎุฑุฌู‡ ุŒ
เผ„Yoo fagoo nurraa jiraates as nuuf kaleessi,
‏ูˆุฅู† ูƒุงู† ุจุนูŠุฏุงู‹ ูู‚ุฑู‘ูุจู‡ ุŒ
เผ„Yoo kaluu keenya jiraates, yaa Rabbi nuuf laaffisi,
‏ูˆุฅู† ูƒุงู† ู‚ุฑูŠุจุงู‹ ููŠุณุฑู‡ ุŒ
เผ„Yoo nu jalaa xiqqaattes isima nuuf guddisi,
‏ูˆุฅู† ูƒุงู† ู‚ู„ูŠู„ุงู‹ ููƒุซุฑู‡ ุŒ
เผ„Yoo guddoo taates barakaa keessa nuuf kaahi. Jedhaa Rabbitti warwaadhaa.
#Join๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
๐Ÿ‘4
#Yaa_Rabbi_Istiqaamaa
#nuuf_kenni๐Ÿคฒ๐Ÿฅบ๐Ÿฅบ

โ™ป๏ธWanti hunduu iddoo isaatitti deebi'ee jira.โœ
โžก๏ธShexaanni gadi dhiifameera.๐Ÿ‘บ
โ†ช๏ธwarri Ramadaanni seennaan Soomana eegale soomana xumureera.
โ€ขโฉMinxaafiin dachaafameera.
โžก๏ธQur'aanni cufameera.๐Ÿ“š
โžก๏ธJama'aan masjiida duraan gutee alatti wal yaase hafee masjiidni saffaa tokkoo lamatti deebi'eera.
โžก๏ธWarri Cubbuu mu'eeffate cubbuu isaa deebi'ee dhandhamuu eegaleera.
โžก๏ธYoo majiida seentu namootuma osoo Ramadaanni hin deebi'in gara masjiidaa deddeebi'an malee namoota haarawa hin argitu.....๐Ÿคทโ€โ™‚
โžก๏ธNamoonni Ramadaana keessaa waan jijjiiraman fakkaatan Ramadaanni baanaan jijjiirama waakkatan!!.
๐Ÿ”„Waggaa walitti deebina jedhanii salaata,Soomana, Quraanafi gara masjiidaa deddeebi'u nagaya itti dhaamatan.๐Ÿ‘Œ
โœWanti hunduu bakka dur turetti deebi'eera!๐Ÿ˜”
โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ
#JOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
๐Ÿ‘4
Caalaan jia hundaa
Gallaan ramadaanni
Istiqaamaa dhabnee
Laafnaan ibaadaanii

Akka waan gaheetti
Rabbiin ibaaduunii
Akka waan hafeetti
Dhukkubaafi duunii

Ibaadaa laaffifnee
Uf duuba deebinee
Masjida dur guunne
Amma maaliif guune!?

Ni gaha jedhamee
Rabbiif gabroomuuni
Ni gaha jedhamee
Masjiida deemuunii!

Azaaniin jedhamnaan
Dur hoo itti fiignaa
Amma maatu taanaan
Waadaa rabbii diignaa

Rabbiin gabbaruunii
Amma gaafa du'aa
Isa ibaaduunii
Yoomuun qabu gu'aa

Kana tahuu beeknee
Isatti haa deebinuu
Rabbiin haa kadhannu
Isarraan dheessinuu

Yaa rabbii yaa Allah
Nuuf kenni istiqaamaa
Qur'aanni osoo jiruu
Nun taasisin jaamaa

Ibaadaan nu cimsii
Nuuf kenni sabaataa
Akkaataa nu godhi
Hin qabnu akkaataa
๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ๐Ÿคฒ
๐‘”๐‘Ž๐‘™๐‘Ž๐‘ก๐‘œ๐‘œ๐‘š๐‘Ž๐‘Ž๐‘Ž
#JOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

@Library_Islaamaa
๐Ÿ‘8
Forwarded from Deleted Account
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
Assalaamu Alaykum
warahmatullaahi
wabarakaatuh
๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ
เผ†Kabajamtoota hordoftoota keenya Channel Barbaachisaa waa hedduu irraa bartan isiniif filadhee dhufeetin jira Maaloo kunoo
#JOIN godhaakaa!
โ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿโ˜Ÿ
๐Ÿ‘1
๐Ÿ˜‚ Qoosaa๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚

Jaal tokko maal jedhe seete?๐Ÿค”

Broo #Shawwal barana meeqaan baha jedhe ?

Maal jechuu yaadde naan gallen jedheen

Lakki jechi koo 5 moo 6 jechuu kooti jedhe ๐Ÿ˜๐Ÿ˜

Aboo maal taate #shawwal erga yoomii 5ykn 6 taha jedhee yoon xiqqoo yaadu ๐Ÿค”๐Ÿค”
.
.
.




.


Ahaaa #Qaammee dhaan wal natti fakkate hin jedhu seetee๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚

Broo #kolfitee maa dhiifta #Share godhika๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘
๐Ÿ˜4โค1
#kabaja_haadholii
๐Ÿ‘จโ€๐Ÿผ๐Ÿ‘จโ€๐Ÿผ๐Ÿ‘จโ€๐Ÿผ๐Ÿ‘จโ€๐Ÿผ๐Ÿ‘จโ€๐Ÿผ๐Ÿ‘จโ€๐Ÿผ
Yoomuu sin kabajna
Isin waan hundaa oli
Dhufa waggaa eegnee
Hin kabajnu haadholii

Kabaja haadholii
Warri waggaaan odeessu
Kabaja sin qabdaniif
Argineerra hamma geessu

Gadi fageenyaan nuuf ibse
Islaamummaan waa'ee jaraa
Hin hordofnu,hin dhageenyu
Oduu warra dharaa๐Ÿ‘๐Ÿ‘

#love ,respect ,for them all
๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™
โค2
#Eid_shawwalโŒโŒ

Nuun jedhe rabbiinii
Al_yawma akmaltu..
Baasaa haaraa baasuun
Diinii keenyaan maltu๐Ÿšซ

Diinii Rabbiin guutee
Akka waan hirdhatee
Guutuuf maaf dhamaanaa
Sammuu keenya teenyee

Xiinxalaanii mitii
Diiniin kan guutamu
Rabbiin nun taasisin
Bowwaa azaabaatti nama bor gatamuu๐Ÿ˜ฅ

Rabbiin keenya tokkumaa
Lama,sadii mitii
#Eidiin keenya lamaa
Sadii,afur mitii๐Ÿšซ

Shawwaal #Eiidiin qabu
#Nabiyyin (s a w)nuun dhaamnee
Baasaa haaraa baafnee
Dhaloota akkan dhaalchifnee

Biyyaa duniyaarra
Waggaa kuman turruu
Faallaa #Quraanaaf Hadiisaa
Hin hordofin yaa tiruuโค

Hanga lubbuun jirru
Rabbiin dallansiisuu
Rahmatasaa jiruu ,qixaaxa isaa dhaaluu
Inni nu haa tiksuuu(*2)
Inni nu haa diduu(*2)

Aamiin galatoomaa๐Ÿ‘๐Ÿ‘

โ™ป๏ธ #Copy_paste with out credit is impossible ๐Ÿ™…โ€โ™‚
โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

@Library_Islaamaa
Hordofaa ni hordofnaa
@Library_Islaamaa
Kottaa! Ni hordofnaa
An siniifan dhaamaa๐Ÿ™
๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘
Argachuu barbaannaan
Galaana kitaabaa
Hanga feete argatta
Tuullaa hanga tabbaa๐Ÿ“š

@Library_Islaamaa
Dhaloota barsiisaa
Sammuu jaraa qaree
Karaatti garsiisaa

Kottaa! #JOIN godhaa
@Library_Islaamaa
Miseensa tahaafi
Kinoo yeroon ammaa

Nashiidaas barbaannaan
Battalatti argattaa
Qoosaafaa๐Ÿ˜ barbaannan
Channelichaaf gataa๐Ÿ˜

Hunduu guutee jira
Dhufa keessan eegaa
Dhuftanii waan dhabdan
Yoo jiraate mee gaa๐Ÿ˜Š

Join yeroo gootuu
Hin dagatin #sheerii
Jazaa itti argattaa
Obbolaa keef ergii๐Ÿ‘

If you want to be
Success in your life
Follow day to day
Islamic message ๐Ÿ‘
๐ŸŒน๐ŸŒน
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
โ™ป๏ธ๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒนโ™ป๏ธ
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
๐Ÿ‘4โค2๐Ÿ‘1
Qaroomina Islaa.pdf
1.3 MB
๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š

Maasha Allah kitaaba
Hedduu bareedadha buusaa dubbbisaa โœ
Page xiqqodha
โ™ป๏ธ๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒนโ™ป๏ธ
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
๐Ÿ‘2๐Ÿฅฐ1
โœ #Yaa_Lubbuu_kiyya_Rizqiin Erga soomanni bahee ati nyaattuuf dhugdu kun Halaali mo haraami? Irraa gaafatamuu deemtaa qubaqabdaa๐Ÿ˜ข๐Ÿ˜ข

โœ… Yaa Obboleewwan kiyya qaali Erga soomanni bahee....
โžก๏ธ Akkamitti Oolaa jirra
โžก๏ธ Maaliin oolaa jirra
โžก๏ธ Maali dhugaa,nyaataa oolaa jirra
โ†ช๏ธwalumaagala guyyaan keenya maaliin ifee, dhihaa jira of haa gaafannu obboleewwan kiyya qaalii.
Baarakallah.

โœ… Namuu beekus wallaalus guyyaarraa gara #qabrii deema kanaafuu #Osoo_hin_qoratamin_of_haa_qorannu kun dhaamsa kootii barakallah .
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
โ™ป๏ธ๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“šโ™ป๏ธ
โคต๏ธโคต๏ธโคต๏ธโคต๏ธโคต๏ธโคต๏ธโคต๏ธ
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
โคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธ
๐Ÿ”ตWarreen #University/College_seentaniif dhamsa kiyya.โคต๏ธโคต๏ธโคต๏ธโคต๏ธ

โ†ช๏ธDhamsa kana osoo gaafa University seennu nuuf himamee je'eetin amma taa'ee yaadaโ€ผ mee dubbisaa isin fayyaduu malaaโ€ผ
โคต๏ธโคต๏ธโคต๏ธโคต๏ธโคต๏ธโคต๏ธโคต๏ธ
---------
1โƒฃ Dorgomaa sadarkaa gandaa(Local competition) irra gara dorgamaa sadarkaa biyyolessaa (National competition) waan dabartaniif ammumaan itti qophaayuu feesisa. Akkaata dur itti qu'achaa turtan foyyessuu fi san caalaa sa'aa tessan sirritti itti fayyadamtanii hojjachuu qabdan.

2โƒฃYeroo barattan gosa barnoota isin filattan waa lama laalaa filadhaa. โคต๏ธ
1, Gosa barnoota san ni feeta, 2, Gosa barnoota san dandeettii isaa nin qabaa wa jedhu laalaa filadha. Yoo kana gootan ufittis ni gammaddan jijjiiramas ni fiddan jedheetiin yaada. Field namni hoggaa filatte namni siif gammadu ykn kan namni akka filattu jaalatu oson tahin, kan ufii jaalattu baradhu hanga fedhellee gosti barnoota sun gad bu'aa jedhamee yaadamullee. Murtiin bakka kanatti ati murteffattu jireenya kee kan fuldura irrattis dhiibbaa qaba. Be carefulโ€ผ jecha Afaan English tokko si yaadachiisa #Make_your_passion_your_profession" waan jaalattu hojii godhadhu akka jechuuti.
โœ Ammoo yoo filannaa kee male field ati in #feene sitti kennan fudhadhu baradhu maaltu beeka field sanaan milkaahuu dandeessa.
โ™ป๏ธ Kan si dhibu๐Ÿง #Hiriyaa_koo (WKU)waliin turre inni #biologi barbaade garuu kan jarri itti kennan #Mathematics ๐Ÿฅบ๐Ÿ˜ wallahi hiriyaa koo sana wojjin biiroo University san keessa deemnee jijjiiruufi jennee dadhabne๐Ÿ‘ Achi booda maal jedhe seete ''Dhiisi natti haa hafu inuman baradha jedhe'' achi booda fedhuma isaatiin barate wallahii mucaan sun Akka #College_mathematics 1ffa bahee #badhaafame ๐Ÿ˜ณ๐Ÿ˜ณ kanaaf atis.....
3โƒฃ. University hoggaa seenuuf deemtu yoo #dandeesse โœโœโœ
1)Laptop (PC) Bareedaa bitadhu.
2) Isa yoo dadhabde mobile bareeda bitadhu.
3) Yoo mibile dadhabdes ofis dhiphistee, maatis hin rakkisin mobile #Nokia qabadhu. Ani ija kootiin nama Rakkinarraa osoo mobila duraa hatamnaan wagga 1 mobila male bahee wajjin Eebbifamne jira Wallaahii ,maarree atis waa'ee #mobila ofin dhiphisin. ๐Ÿ‘
4โƒฃ Yuniversitiin nama itti fayyadameef dhugumaan iddoo barnootaati barnoota gosa hedduu barachuu dandessa. Online irrattis waa hedduu fayyadamuu dandessa.

5โƒฃ Yunivarsitiin Bakka biraa caalaa barnoota Diin #Islaama barachuufis mijjaawa dha. Baradhu hoggaa baate ni sheenoytaa.

6โƒฃ. Choose your friends wisely. Waahila sirra jabaa kan isaa dorgamtutti saahibi. Gariin namaa sheyxaanuma gogaa ilma namaa uffatee deemuu irraa fagaadhuโ€ผ

Dhumarrattis
"Make your passion your profession" isiniin ja'a.

โฌ‡๏ธโฌ‡๏ธโฌ‡๏ธโฌ‡๏ธโฌ‡๏ธโฌ‡๏ธโฌ‡๏ธโฌ‡๏ธ
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
โคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธ
๐Ÿ‘4
Qabaa Jireenya Keetii Beeki!

Namicha Hiyyeessa Tokkotu Sangaa Tokko Qaba Ture Jireenyi Itti Ulfaannan Sangaa Isaa Gabaa Geessee Gurguratee Utuu Deebi'uu Mana Dhugaatiitti Goree Isa Booda Dhugee Machaa'ee Manatti Galuuf Karaa Irra Bu'e Utuu Deemuu Waan Mana Ga'e Itti Fakkaatee Karaa Irra Ciise. Achitti Saamtun Itti Dhufanii Qabeenya Isaa Hunda Harkaa Fudhatanii Rifeensa Isaa Irra Haadanii Sokkan.

Machiin Irraa Galee Gaafa Ka'u Qarshiin Isaa Harka Hin Jiru. Iyyuuf Gaafa Mataa Qabatu ๐Ÿ™†โ€โ™‚ Rifeensi Irra Hin Jiru.๐Ÿง‘โ€๐Ÿฆฒ๐Ÿ˜‚ Isa Booda Kun Ana Miti Jedhee Deebi'ee Rafe!!! ๐Ÿ˜ฉ
๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚

#Kanaaf Qabaa Jireenya Keetii Beeki! Akkamitti Akka Bobbaatee Galtuu Fi Daandiin Filannoo Keetii Gara Kamitti Akka Si Geessu Hubadhu! Kufaatitti Akka Si Hin Geessine Eeggadhu Jechuudhumaafi.๐Ÿ™
โค4๐Ÿ˜2๐Ÿ‘1
#Gorsa_Qur'aanaa๐ŸŒน
๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š๐Ÿ“š
โœ…. "Akka isii jibrii isii erga footee jabeessiteen booda diiginsa diigdee hin taโ€™inaa"

‏๏ดฟูˆูŽู„ูŽุง ุชูŽูƒููˆู†ููˆุง ูƒูŽุงูŽู„ูŽู‘ุชููŠ ู†ูŽู‚ูŽุถูŽุชู’ ุบูŽุฒู’ู„ู‡ูŽุง ู…ูู†ู’ ุจูŽุนู’ุฏ ู‚ููˆูŽู‘ุฉ ุฃูŽู†ู’ูƒูŽุงุซู‹ุง๏ดพ
๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ
โœ…Dubbiin Dalagaa Dalaguu Qofaa miti.๐Ÿฅบ
โœ Dubbiin Jabduun Dalagaa Dalagamte Akka Hin badne wanta Balleessuu fii Nama jalaa Diigu irraa Eeggachuudha.

‎ุงุจู†_ุงู„ู‚ูŠู… ุฑุญู…ู‡ ุงู„ู„ู‡ ุชุนุงู„ู‰ ๐Ÿ”–

โœ Ji'a Ramadaanaa keessa Hojiilee Kheeyrii Hojjetaa turre san Akka Of Duraa hin balleessine! Jechumaafi๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™
โ™ป๏ธโ™ป๏ธ๐ŸŒน๐ŸŒน ๐ŸŒน๐ŸŒนโ™ป๏ธโ™ป๏ธ
๐ŸŒน๐ŸŒน ๐ŸŒน๐ŸŒน
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
#JOIN_SHARE
@Library_Islaamaa
@Library_Islaamaa
Baruumsi madda qaroominaati. Biyya jijjiiruu keessatti gumaatni inni qabu guddaadha. Nama barateetu waa adda baafatee beeka. Nama beekutu waa dalaguu dandaya. Kan biyyaaf faaydaa qabuus nama beekumsa goonfateedha. Arraan tana keessattuu jaarraa 21ffaa kana keessa baruumsi teeknolijiin deeggaramutti jira. Haa tahue malee babalโ€™achuun teeknolojii gama birootiin miidhaa biraatis qabatee dhufe. Dhalootni lafaa dhufu hedduun meeshaalee teknolojiitiin boojiโ€™amee hidhaa jabduu keessatti argama. Haati daaโ€™imni akka itti hin boonyeef, abbaanis akka dalagaa irraa isa hin shaagalleef jecha meeshaalee elektrooniksii itti kennee ofirraa qaba. joolleen meeshaa kana wajji guddatte, gaaf ol jabaattes meeshuma kanatti haajamti. Kanaafis xiyyeeffannaan joolleen baruumsaaf kennan laaffataa dhufeera. Kun ammoo buโ€™aa barbaachisu argamsiisaa waan hin jirreef, Chaayinaan tooftaa haaraya tokko hojiirra oolchutti jirti. INSTANT VIEW tuqaa tooftaa Ajaa'ibaa Chaayinaan hojii irra oolchaa jirtu kana dubbisaa https://blog.nuuralhudaa.com/yaalii-xiyyeeffannoo-barattootaa-dabaluudhaaf-chaayinaan-godhaa-jirtu-6c557e4e03c9
kotta_kolfaa.pdf
955.3 KB
๐Š๐Ž๐“๐“๐€๐€ ๐Š๐Ž๐‹๐…๐€๐€๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚

๐ค๐ข๐ญ๐š๐š๐›๐š๐š ๐›๐š๐š๐ฒ๐ฒ๐ž๐ž ๐›๐š๐ซ๐ž๐ž๐๐š๐š ๐ค๐š๐ง ๐ฆ๐ฎ๐ค๐ฎ๐ฎ ๐ฌ๐ข๐ง๐ข๐ซ๐ซ๐š๐š ๐๐ž๐ž๐ฆ๐ฌ๐ข๐ฌ๐ฎ ๐ค๐š๐ง๐š ๐ข๐ญ๐ญ๐ข๐ข๐ง ๐›๐จ๐ก๐š๐š๐ซ๐š๐š ๐ข๐ซ๐ซ๐š๐š๐ฌ ๐›๐š๐ซ๐š๐๐ก๐š๐š๐Ÿ‘
๐ŸŒนโœ…๐ŸŒนโœ…๐ŸŒนโœ…๐ŸŒนโœ…

โœ…Yaada,qeeqaaf gaaffiif๐Ÿ‘‰ @Library_Islaamaabot
โœ… Kitaaba haaraawa of biraa qabdan nuu erguuf๐Ÿ‘‰ @Raadaa16_bot

Miseensa channel kanaa tahuuf Kana Tuqaa๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
๐Ÿ‘‰ @Library_Islaamaa
๐Ÿ‘‰ @Library_Islaamaa
๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†
โ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธ
๐Ÿ‘3