Forwarded from Save Oromia 💪
ትናንት እንደነገርኳችሁ ችግሩ ቀጥሏል የኦሮሞ ተማሪዎችን ለማጥቃት አሁን በዚህ ሰዓት ግርግር ፈጥረዋል የደረሰም ጉዳት አለ።
ኦሮሞን ለአንድ ሺ ዓመት መስበር በአብይ አህመድ /ብልፅግና ሀጫሉን በመግደል የተጀመረበት ቀን ነው።
"ከትግራይ ጋር ለመታርቅ የትኛውንም ቅድመ ሁኔታ እንቀበላለን, ግን ከሀይማኖት እና ብሔር ጋር ተጎዳኝተዉ የሚረብሹንን አንታገስም ሲል ነበር አብይ" ፕ/ር ህዝቄል ገቢሳ

https://www.intoneed.com/ytidpHAysuntHSI
ከአማራ ክልል ቄሮ እንደደረሰኝ መረጃ
ከፍተኛ ውጥረት ነግሷል ግቢ ውስጥ ከግቢ ውጪ ከወጡ ጥቃት እንደሚፈፅምባቸው ተዝቶባቸዋል,
እናም የትንሽ ቀን ጊዜ ስጡን ከዛ እንወጣለን የቀረን ጥቂት ነው።

ደብረብርሃን ዩኒቨርስቲ
ሃጫሉን ስንዘክር የሱን ገዳዬችን እና የገዳዮችን እድሜ እናረዝማለን እያለ መሀላችን ሚሮጠውንም ጭምር እስከመጨረሻው ለመፋለም ለራሳችን ቃል በመግባት ይሁን
Forwarded from Etana Habte (Etana Habte)
Lolli marsaa haaraa finxaaleyyii Amaaraa affeeruudhaan godinaalee Wallaggaa irratti xiyyeeffatee Oromiyaa irratti banamaa jiru kan salphaatti ilaalamu miti. Akkaataan itti lolli kun qidaa’aa jiru, gadi-fageenyi jibbaa inni ittiin gaggeeffamu, wanti lolichi akeekkatee ka’es lola kaampiin Nafxanyaa loltuu Isaayaasiin deggeramtee bara 2020 Tigraay irratti banteen kan walfakkaatudha. Badiin lolli Tigraay qaqqabsiise kan addunyaa guutuun arge waan ta’eef waan waliif ibsuun barbaachisu miti. Kanaaf lola marsaa haaraa kanaan walqabatee bilbilaa fi interneetii kutuun, uummata marsanii beelessuu fi tajaajila hawaasummaa dhorkuun sagantaa jaraa keessa hinjiru jennee yaaduun gowwummaadha. Haala akkasii keessatti lubbuudhaan jiraachuu, darbees diina weeraraaf dhufe akkaataa uummatni keenya ittiin of irraa qolatu yaaduun, gargaaruunis murteessaadha. Uummatni keenya godinaalee Wallaggaa afran keessa jiru haala kana beekuudhaan qophii taasisuu qaba.
Forwarded from Save Oromia 💪
ዛሬ በፊንፊኔ #ለሚ_ኩራ ሀጫሉ ሁንዴሳ አደባባይ
Forwarded from Save Oromia 💪
#SIMBIRTUU ..#share #share!!

Waraana gidduu kana Marshaal Biraanuu Juulaa "የመጨረሻ ዘመቻ" jedhee Humna Harcaatuu walitti guuree gara Lixa Oromiyaatti ergaa jiruun wal qabatee Odeessi murteessaa ta'e nu gaheera.
✍️Ergamni Waraanichaa kallattii afuriin(4) seenanii WBO gidduutti galchuun bahaaf galma dhowwatanii barbadeessuu kan jedhuudha.
Imala isaaniis "Targets"= (T1,T2,T3,T4) jechuun bifa dhoksaa ta'een wixinaniiru!

#T1:-Waraana Jeneraal Solomoon Ittafaan hoggaanamu yoo ta'u kallattiidhaan daandii Finfinnee-Wallaggaa qabatee WBO Lixa Shaggar jiru irraa jalqabee haxaawaa deema jedhame. Haxaawuumoo haxaawamuuf laata ka jedhu WBOf dhiisaa darbaa!

#T2 :-Koomaandoo(Special Force) Jeneraal Shuumaa Abdataan Hoggaanamu yoo ta'u qaxxaamuree karaa Asoosaa loo'ee WBO Wallaggaa Lixaa achii-as waraanuuf kan ergameedha. Gareen kun ammaan tana Asoosaa gaheera ka jedhu odeeffanneerra!

#T3:-Tuuta Humna waloo RIB fi Poolisii Federaalaa fi HAO yoo ta'u #Geedoo irraa gara #Fincaa'aatti maquun haga Hidha Nasheetti kan fulla'uudha. Horroo Guduruu irratti xiyyeeffatee kan socho'uudha!

#T4:-Tuuta Humna waloo RIB, Humna Addaa Amaaraa fi Milishaa Amaaraa yoo ta'u, daandii Buree-Wallaggaa qabatee socho'a jedhamee jira. WBO Wallaggaa Bahaa irratti xiyyeeffata!

Kanaaf Hoggaansi #WBO dubbicha sakatta'ee fala waaraa ni dhaha!
Asirratti Uummata dammaqsanii of duuba hiriirsuun dirqama!!

#W3On Haa Waaru. #Share godhaa❗️
Forwarded from Daniel daba🇱🇷
#Alert

ብልፅግና/OPDO ከጉጂ የሌሎች ብሄሮችን ለይቶ በማውጣት ወደ ከተማ አንድ ቦታ በመ ስብስብ ኦነግን ልንጨፈጭፍ ነው ለዚህ ነው እናንተን ለይተን ያወጣነው በሚል የኦሮሞን ህዝብ በጅምላ ለመፍጀት ዝግጅቱን ጨርሷል
Forwarded from Daniel daba🇱🇷
Forwarded from Daniel daba🇱🇷
የአማራ ሃይሎች በሁለት አቅጣጫ ወደ ኦሮሚያ እየገቡ መሆናቸው ተነገረ።

ዝርዝሩን ያንብቡ : https://omnglobal.com/am/12710/
Forwarded from Daniel daba🇱🇷
ወደ 90  የሚጠጉ የፊንፊኔ ከተማ ለሚ ኩራ ክፍለከተማ የኦሮሞ አርሶ አደሮች የባንክ ሂሳብ ቁጥራቸው መዘጋቱን እና አንዳዶችም መታሳረቻው ተሰማ።

 

አርሶ አደሮቹ ከአባት ቅድመ አያቶቻችን የወረስነውን መሬት የእናንተ አይደለም ተብለን እየተቀማን እና ለእስር እየተዳረግን ነው ሲሉ ተናግረዋል።

ከዚህ ድርጊት ጀርባ መንግሥታዊ መዋቅሩ ውስጥ የተሰገሰጉ የአማራ ፅንፈኛ መዋቅሮች እጅ እንዳለበት ስማቸው እንዳይጠቀስ የጠየቁን አንድ የመንግሥት ስራ ሃላፊ ነግረውናል።

ይህ ቡድን መንግሥታዊ መዋቅርን ተጠቅሞ በፊንፊኔ ከተማ የኦሮሞ ተወላጆችን ከስራ ቦታና መኖሪያ አካባቢ እያፈናቀለ ይገኛል ብለዋል።

በፊንፊኔ ዙሪያ ኦሮሚያ ልዩ ዞንና ፊንፊኔ መካከል በውል የተለያ የአስተዳደር ወሰን አሁን ድረስ መፍትሄ አልተበጀለትም።

ይህ መፍትሄ ሳያገኝ ነው የፊንፊኔ ከተማ አስተዳደር አወዛጋቢው ከሆኑት መሬቶች ውስጥ ኣንዱ የሆነውን 11ኛ ክፍለከተማ አድርጎ ለሚ ኩራ በሚል ስያሜ መስተዳድርን የተያያዘው።

አሁን ደግሞ በህገወጥ መንገድ ወደ ፊንፊኔ ከተከለለውና 11ኛ ክፍለከተማ ተደርጎ ከተደራጀው ለሚ ኩራ የኦሮሞ አርሶአደሮችን የመመንጠር ስራ መንግሥታዊ መዋቅርን በተቆጣጠሩ የአማራ ፅንፈኛ መዋቅሮች እየተሰራ እንደሆነ ተሰምቷል።

ኦ ኤም ኤን ያነጋገርናቸው አርሶአደሮች በመንግስት ውስጥ የመሸጉ የአማራ ፅንፈኛ መዋቅሮች የኦሮሞ  አርሶአደሮችን ከከተማዋ የማጥፋት ዘመቻ ላይ ናቸው ብለዋል።

ከዚም የተነሳ የከፋ ችግር ውስጥ መሆናቸውን የጠቆሙት የለሚ ኩራ የኦሮሞ አርሶ አደሮች፣ በሁለት አካላት መካከል ተሰቃየን ሲሉ ያሉበትን አብራርተዋል። 

አንደኛው አካል የመንግስትን መዋቅር ተገን በማድረግ ፊንፊኔ የኦሮሞ አይደለችም የሚል ነው ያሉት አርሶ አደሮቹ ሌላኛው አካል ደግሞ የአርሶአደሩን የመሬት ይዞታ ለመሸጥና ለመዝረፍ ወዲያ ወዲህ የሚለው የመሬት ደላላ ነው ሲሉ አስረድተዋል።

በያዝነው ሳምንት ከፌዴራል ፖሊስ የመጣ ትእዛዝ ነው በሚል በርካታ ቁጥር ያላቸው አርሶ አደሮች ከመኖሪያ ቤታቸው ተወስደው መታሰራቸውን የጠቆሙት አስተያየት ሰጭዎቹ፣ የአርሶአደሮቹ የባንክ ሂሳብ ቁጥርም መዘጋቱን አክለዋል።

ዘጠነ የሚሆኑ የኦሮሞ አርሶአደሮች የባንክ ሂሳብ ቁጥር እንደተዘጋም ተናግረዋል።

ፊንፊኔ የኦሮሞ መሬት አይደለችም የሚሉ አካላት በተለያዩ ጊዜያት ወደ አርሶአደሮቹ በመሄድ ስዝቱባቸው እንደነበር አስተያያት ሰጭዎቹ ተናግረው፣ ከሰኔ 10, 2022 ወዲህ ይባስ ብሎ አይናችን እያየ መሬታችን እየተነጠቅን ነው ብለዋል።

ከህግ አግባብ ውጭ መሬታቸውን ተዘርፈውና የባንክ ሂሳብ ደብተራቸው ተዘግቶ ለእስር ከተዳረጉት መካከል አንዳዶቹ ከፍተኛ ገንዘብ እንዲከፍሉ ተደርጎ ከእስር መለቀቃቸውን የገለጹት ምንጮቻችን፣ የአከባቢው የኦሮሞ ተወላጆች የከፈ በደል እየደረሰባቸው ያለ መሆኑን ጠቁመዋል።

አንድ ስማቸው እንዳይጠቀስ የጠየቁን ከፍተኛ የመንግሥት ባለስልጣን ለኦ ኤም ኤን በሰጡት አስተያየት የአማራ ፅንፈኛ መዋቅሮች ከፊንፊኔ ኦሮሞን ለማጥፋት በያዙት መንግሥታዊ መዋቅር የተቀናጀ ስራ እየሰሩ ነው ብለዋል።

በአርሶአደሮች ላይ አስከፊ ነገሮችን እየፈፀመ ያለው ይህ ቡድን ነው የሚሉት ባለስልጣኑ፣ በሁሉም ዘርፍ ከከተማዋ ኦሮሞን ለማጥፋት መጠነሰፊ ስራ እየሰሩ እንደሆነም ተናግረዋል።

የፅንፈኛ ቡድኑ ትኩረት ሁሉም ክፍለከተሞች መሆናቸውን የተናገሩት ባለስልጣኑ፣ የኦሮሞ ተወላጆች በሚበዙበት ክፍለከተሞች ላይ ግን ይበረታል ብለዋል።

ከመንግሥታዊ መዋቅርም እንዲሁ የኦሮሞ ተወላጆችን እየተገፉ መሆኑን ተናግረው፣ በዚህ ከቀጠለ ከባድ ችግር ሊፈጠር እንደሚችል ተናግረዋል።

የአማራ ፅንፈኛ መዋቅሮች ድርጊታቸው እንዳይታወቅባቸው ለኦሮሞ ተረኛ የሚል ስም ሰጥተው በሚዲያ እያስነገሩ በጀርበ ሌላ ስራ እንደሚሰሩ ከፍተኛ ባለስልጣኑ ገልፀዋል።
Ibsa deeggarsaa, qabsoo hidhannoo,diddaa gabrummaa ummata Oromotiif waajjiira himma aalaa Tigray irraa kenname:-
KMN:- July 1/2022
===================
Ummatni fi mootummaan Tigraay, Mirga hiiree ofii ofiin murteefachuu fi Ofiin ofbulchuu,heera Motummaatiin mirkanaa’ee kabachiifachuuf jecha qabsoo hidhannoo diddaa gabrummaa ,Ummanni Oromoo gaggeessa jiru wajjiin kan dhaabbannu ta’uu ibsina.

Aggaammii badiinsaa ,sirna Abiyiitiin dursee irratti karoorfame qolachuudhaa fi mirga akka sabaatti jirachuu isaa kabachiifachuuf jecha qabsoo Ummatichi gochaa jiru nidinqisiifanna.

Erga Abiyi Ahmeed aangoo irra bahe kaasee ,Itoophiyaan booqonnaa malee,badii tokko irraa garaa badii biraatti gitinitiraa jirti.
Abiyi,sirna waalta’aa ijaaruu fi aangoo isaa cimsachuuf jecha humnoota sirna Federaalzimii Sab-daneessatti amanan hundaa irraatti waraan dangaa hinqabnne banee jira.

Kana irraa kan ka’ee,Itoophiiyaan maraamartoo jeequmsaa keessa galuu irraa dabarttee qarqara diigaminsaa irra geessee jirti.
Sirni Abiyi,jeequmsaa fi walitti bu’iinsaa babal’dhisuu malee furmaata fiduuf ga’uumsaa waan hinqabneef Jireenyii sukkanneessan fi gadadoon mallattoo biyyatti ta’eera.

Ummanni Oromoo, ummata Tigraay fi humnoota “Federalist “. Itoophiiyaa hundaa wajjiin ta’uun aagaamii sirna Federaala diiguu irratti xiyyeefate qolachuuf falmachaa jira.
Ummaan Oromoo,Sirna Federalawaa Sab-daneessa ijaaree itti fufsiisuuf akeekaa waan qabuuf jechaa ,diddaa fi moormii isaa qabsoo hidhannoo waraan bilisummaa Oromootiin hogganamu gochaa jira.

Bara 2019 kaassee,sirni Abiyi weerera humna waraanaatiin gaggeefamuu Oromiyaa irratti bobbaasee jira.


Sirnichi maqaa kijibaa adda addaa mogaasuun duulaa weerara humna waraanaa Wallagga,Gujii,Booranaa fi shawatti boobasuun badii daangaa hinqabnne raawwachaa jira.
Gocha hammeenyaa fi sukkaneesaa ta’ee ummata nagaa irraatti raawwachuuf akka isaaf toluuf jecha,labsii yeroo muddamaa labsuun ,biyya bulchiinsa waraan jala galchee turee.

Waraanni Bilisummaa Oromoo,mirga Ummanni Oromoo qabsoo isaatiin argatee tikfachuufi roorroo itti agaamame qolachuuf qabsoo hadhawaa gaggeessaa jira.

Sirni Abiy Ahmed,duulaa Tigraayiin barbadeesuuf godheen yakka sukkaneessaa; kanneen akka ajjechaa seeraan aalaa,duguuggaa sanyii,dirqiin gudeeduu, fi kkf akka meeshaa waranatti itti gargaaramaniiru. Karaa cufuudhaan Ummata Tigraay beeleessuu fi duguggaa sanyii gaggeessuuf waan hunda gohaniiru.

Waraana yakkamaa Eritrea afeeruudhaan yakka shororkeessa ummata Tigraay irratti raawwatan
Sirni Abiyi Ahmeed,biyyatti diree bashanana, humna tika fi qaruuxee Eritrea godhee jira. Humni Eritrea kun hojii seeraan alaa irratti bobba’uu irra dabree qabeenya biyyatti qaanii tokko malee saamaa jira.

Humni tikaa fi basaasa ykn qaruuxee Eritrea,qabsoo ummata Oromoo gufachiisuuf,Oromiyaa guutuu keessatti bobba’ee duulaa gaggeessa jira.
Yeroo dhiyoo as ,duulaa waraanaa marsaa biraa ,Ummata Oromoo cabsuufi jilbeefachiisuuf jecha,Oromiyaa guutuutti labsaanii jiru.

Abiyi Ahmeed,meeshaa waraana harka isaa jiru hundaan (drooni,helicoptera fi xiyaara),Maqaa duulaa waraan bilisummaa Oromo barbadeessuu jedhuun,lubbuu sirna isaa dheerefachuuf jecha, weerara dangaa hinqabne ummata Oromo irratti bobbaasee jira.

Sirni Abiyi Ahmeed karaa badiinsaa fi diigaminsaa kan ta’ee rakkoo siyaasaa fi Ideology humna waraanaan hiikuuf ijibaata gochaa jiru akka dhiisuu waamichaa dabarsiina. Qamootaa fi Ummattoota akkasumas lammiilee ilaalchaa adda qabaniif kabaja fi ulfiina isaaniif maaluu kennun keessummeesuun barbachiisaa ta’uu isaa yaadachiisna.

Akka waligalatti,Ummanni fi mootummaan Tigraay ,rakkoo Itoophiyaa mudateef furmaataa waaraa fiduuf ,mariin biyyooleessaa kan qaamni dhimmi ilaalatu hundi itti hirmaatuu barbachiisaa fi murteessaa ta’uu isaa cimsinee itti amanna.