...Ergichi Haala Akkamiin Isaaniif Dhufee Fudhachaa Akka Turan Yommu
Dubbatan:-
Itti fufee Aishan raajichi Muhaamed mul’anni dhufeefi akkamitti akka isaan fudhachaa turan ……..gaaffii gaafatamaniif deebii yommuu isaan
deebisan kanan dhagaahee fi kan isaan dubbatan isiiniinan
dubbisiisa. Haddisiichi kitaaba haddisaa gara garaa kessatti ballinaan
ibsamee ni argina .inniis akkas jedha.
Saahii Al-Buheerii 54;438 keeyyata 4irraatti
Al-Hasir Bin Hisham raajichaan akkas jechuun gaafateen; Muldhanni
sun yommuu bu’etti haala akkamiin isiniif dhufaa? Isaanis yommuu deebisaanitti al tokko tokko sagaalee qacaalan dubbaachaa dhufa. Muldhanni akkaasii kun anaaf muldhataa guddaa of to’achuu
kan hin dandenyedha. Ergaman sun na dhiisee erga deemee boodaa
isa inni natti hime sana nan yaadadha. Al tokko tokko immoo ergamiichi nama fakkaachuun gara koo dhufee naa waliin dudubbata anis maal akka jedhe naan hubadha, naan yaadadhas.
Aisha Akiilam walii walii isaanii irra yommu bu’uutti akka namni qorri isa qabee kirkissutti ni kirkiru. Yommu isaan dhisee deemutti immoo addii isaanii dafqa duwwaa ta’a. A’isha Hadisa isaan gabaasaniidha.
Raajichi Mahaammad Waa’ee Mataa Isaanii Fi Waa’ee Duukaa Buutotaa
Isaanii Yommuu Dubbatan:- Amma yeroon isaa Suratul Al-Falqinaa, Suratul Al-Nas yeroo inni itti bu’edha. Hojiilee laman kana dura Makkaa irratti Suurroonnii 19 erganii bu’anii booda sadarkaa 20ffaa fi 21ffaa irratti Suurota bu’aniidha. Ruqiyaa ykn Suurota hojii moortuu jedhamanii maqaa kan biraattiin ni waamamu.Maaiif moggaasa akkasii argatan gaaffii jedhu kaasuu danda’u ta’a. Dubbichi akkasidha:- Yeroo sanatti lammii Yihuudii kan ta’e Labid Bin
Asam kan jedhamuu raajichii Mahaammad rifeensa mataa isaanii fi filtuu
rifeensaa isaanii irratti tolcha hojjechiisaanii Waggaa tokkoof baay’ee
dhukkubaa turan dhukkuba yoo jedhamee jechuu koodha.Yeroos sababiin hojiin tolchaa kun waan irratti hojjetameef haadha warraa isaanii waliin waan wal biraa ga’an itti fakkatee, garuu inni qaama hin beekne waliin yommuu wal qunnamsiisuu argama ture. Kana caljedhee waanan dubbaadhu isinitti hin fakkatin Saahii Al-Buheerii 71:660 keeyata 7ffaa irraatti itti dabalata Asbaabuu Al-Nuzul Sura 113 fi 114 irratti ilaaluu dandeessu.... Itti fuftanii dubbisuuf kitaaba guutuusaa isiniif maxxansina https://t.me/Jesuscrucified_oromo

Telegram
Dhugaa Namoota Hundaaf ewnetlehulu.org
kaayyoon keenya gaaffilee kiristaanummaarratti ka'an hundaaf deebii ga'aa kennuu fi Muusiliimota duukkana keessaa gara Ifa kiristoositti fiduu dha.

ISLAAMUMMAA FI SEENAA DHALOOTA MOHAAMMAD
Hiddi dhaloota Mohaammad sanyii Ismaa’el keessaa tokko kan ta’e sanyii Qureeyish keessaati.Abrahaamii kaasee hanga dhaloota Mohaammadiitti dhaloota soddomaa akka jiru ni dubbatama.Mohaammad abbaa isaanii Abdallaa Abuumuxaalimii fi haadha isaanii Amiinaa Biintuu Wasibaaniim irraa bara 570 A.L.A tti dhalatan. Akaakayyuun isaanii Abumuuxaalim bishaan Zamzam jedhamu yommuu qotanitti Qureeyish irraa mormiin waan itti ka’eef mormii isaanitti ka’eefis waan gaddaniif ijoollee dhiiraa 10 utuun qabaadhee lola diinaa yoo narraa faccisan kudhan keessaa tokkoon isaanii fuudhee kaabaatti Allaaf aarsaa godhee nan dhiheessa jechuun ni qoomma’u turan. Erga ijoollee 10 argatanii boodas wareega kanaan dura galanii turan sana ijoollee isaaniitti yommuu himan ijoolleen abboomamuuf murteesan.Kana an booda waaqa Hubaal jedhamu fuulduratti kaabaa gidduutti carraa waliif gaafa buusan mucaa dhumaa ykn quxisuu isa ta’e Abdallaa irratti ixaa/carraan / bahe.Ergasii immoo sanyiin Qureeyishootaa du’a mucicha oolchuuf moortuu Hiyaas jedhamtu ishee hafuura hamaa of keessaa qabdu bira deemanii mala gaafatan. Yeroo sana gatiin dhiigaa gaala 10 waan tureeef akkaataa gorsa isheetiin gaalotaa fi mucichaa fi carraan yommuu buufamu carrichis 10ffaa irratti gaalota irratti bahee Abdallaan du’a irraa oole.(Suurtuun Raasul fuula 113-114).Ergasii Mohaammad erga dhaqna qabamanii ji’a 6ffaa isaaniitti Abdallaa dhukkubsatee du’e.(Seenaa Mohaam fi Islaamaa fuula 24).Abbaan isaa Abballan erga du’e ji’a sadii (3)booda Mohaamadis ni dhalatan mohaammad waaga 6ffaa isaanitti haati isaan amiina Biintuus ni boqotan /du’an .Ergasii gara akaakayuu isaani kani ta’e Abbumuxaaliim bira jirachuf dhaqan.Akaakayuun isanii kunis kaabaa keessatti waaqeffannaa waaqa tolfaamoo birati barcuma ulfina namni tokko ille irra hin teeny kan qabu ture.Iddoo isaa kanirrasi mohaammadin teesisudhan Raajii dubbaataf ture.
Barcumichii kan jiru waaqoli tolfaamoo gidduu
Raajiinis kan dubbatamu achuma kaabaa keessatti iddoo waaqoolii tolfamoon 360 jiraatanittidha.Asitti waanti hubatamuu qabu raajiin kun hafuura maaliitiin dubbatamaa ture?Waggaa lamaaf erga wajjin jiraatanii mohaammad waggaa 8 guutuu akaakayyuun isaaniis ni du’e.Ergasiimmoo adeeraa[Abbeeraa] i
saanii Abuxuwaaliib ykn obboleessa abbaasaanii bira dhaqanii jiraachuu jalqaban.
-Waggaa 8-12tti namaaf qacaramanii Gaalotaaf Re’oota tiksuudhaan qarshii argatan sanaan obboleessa abbaasaanii gargaaru turan.Waggaa 12 booda abbeeraa[Adeeraa]isaanii kanaa wajjin daldalaaf gara Sooriyaa dhaquun daldaluu jalqaban.Achiin booda namoota garaagaraa waliin walbaran.Akkasumas daldalaaf biyya garaagaraa keessa waan naanna’aniif namoota amantaa adda addaa hordofan waliin walitti dhufu turan.Barsiisa garaa garaas gurrasaaniin quufanii turan.
-Waggaa 21ffaa isaaniitti immoo daldaltuun Kadijjaa jedhamtuu wajjin walbaranii,adeeraasaanii hayyamsiisuun daldala irraa walii wajjin Kadijjaa biratti qacaramanii galan.
-Qomoo Qureeyiish kan taateabbaan manaa irraa du’ee kan ture Kadijjaan daldala walii wajjin waggaa 4 Mohaammad waliin erga hojjatanii booda amanamummaasaanii waan jaallatteef gaaffii gaa’ilaa Mohaammadiif dhiheessite.
Carraa isheen kenniteefitti fayyadamuun waggaa 25ffaa isaaniitti isheen immoo waggaa 40ffaatti gaa’ila hundeessaan.
Hundeeffamuu Islaamummaa
Mohaammad soorettii kadijjaa jedhamtu fuudhu irraa kani ka’e hojiidhaf biyya tokko gara biyyaa birootti jooruu irraa waan boqotaanif waa’e hafuuraa yadduuf xiinxaaluuf yeroo argatani turan .sababaa kanan magaala makkaa irraa 5km fagaatee kan argamu holqa hiiraa jedhamu keessatti umuriin isaanii waggaa 40 yemmuu guutu (bara 610)baatii Raamadaan jedhamutti qofa isaanii taa’u jalqaaban shakaala kanaasi ji’a 6’fitt fuufan shaakala baatii 6 bodde guyyaa tokko mohaammad holqa keessa utu jiru mul’ata argee jedhan .mul’atichii ergamaa guddaa tokko yemmuu ta’u ergamichas Jiibriil jedhan ii waaman.(seenaa mohammaadii fi islaamaa fuula 37-41)

“Ergamichis dhufee barreeffama marata magariisa ta’een maramee qabatee Mohaammadiin dubbisi jedhee n. Mohaammadi immoo dubbisuu hin danda’u jedheen. Jibriil garuu hamma inni dafqutti lafatti gadi qabee akka inni dubbisuuf yeroo 3ffaaf ajaja laateef---“ jedhe.(Seenaa moh fi Islaam 38_39)
Kana qofaa utuu hin ta’in, Mohaammad mul’ata holqicha keessatti argan baay’ee waan sodaataniif wanti isaanitti mul’ate seexana akka ta’e shakkuudhaan haadha manaa isaanitti galanii yommuu himan isheenimmoo” jabaadhu hi sodaatin, Allaan sirratti raawwatee waan gaarii malee waan hamaa sirratti hin fedhu, sitti ergamaa waaqayyoo malee ergamaan seexanaa hin dhihaatu”jettee jabeessuudhaaf yaalte (seenaa Mohaammadii fi Islaamaa fuula 39)
Gaaffii:- Kan isatti mul’ate ergamaa waaqayyoo ta’uu isaa ragaa maalii qabdi?
- Ergaa waaqayyo isaaf fide ta’uu akkamitti hubatte?? Sababiin isaas isheen warra waaqolii tolfamoo 360 Makkaatti waaqeffatan keesaa tokkoo dha.
-Ergamichiyyuu eenyummaa ofii isaa of hin ibsine, maqaan isaa akkamitti Jibriil jedhamee waamamuu danda’e?? Ergamaa w/yyoo biraa ergame ta’uun isaas akkamitti beekama??
__Kadijjaan ergaa mula’tichaa abbaan manaa ishee akka hin shakkinee fi akka fudhatuu taasisuuf yaaltee turte.
Macaafa qulqulluu keessatti garuu ergamoonni baay’ee n gara namootaa ergamanii, namoonni ergaa isaanii hin fudhannu yommuu jedhanitti
1, Namoota biroo utuu hin ta’in ofiidhuma isaaniitii dubbatanii amansiisan.
Fkn:- Abo 6:1—Gediyoon iin Luq 1:26-36—maariyaamiin
2, Namas hamma dafqisiisanitti lafatti gadi hin qabne(wal’aansoo hin uumne)
Maqaa Islaamaa fi Hiika isaa
Akka beektonni isilaamaa tokko tokko jedhanitti isilaama jechuun allaaf bitamanii nagaa argachuu fi nagaa argame sanaa warra kaan waliin nagaan jiraachuu jechuudha.garuu dhugaa isaa hubachuunf barreeffamaa fi seenaa galmaa’ee nyemmuu garagalchinuu quraana,Hadiisaa fi Sunnaawarra jedhaman kitaabilee isilaamaa gaafa qorannuu dhaloota isaatii kaasee waraanaan kan guutamee faallaa adeemsa nagaa ta’uu isaa arganna.
Sababa kanaaf maqaa isaa fi hojiin isaa wal hin fakkaatu(hin argu)
Nagaan maqaa waraana qulqulluutiin amantoota koo hordofuu qabdan jedhan billaadhaan nama ajjeesisuun hin jiru.
“Iji hojii hafuuraa immoo jaalala,gammachuu ,nagaa, Obsa………”(Gal.5:22-23)
Macaafni qulqulluun “Warri billaa isaanii luqqifatan hundinuu billaadhaan ni badu” jedha(Mat.26:52)
Nagaa fi Jaalalli dhugaan diina akka mataa ofiitti jaallachuudhaan malee amantaakoo hordoftu malee jedhu kan nama ajjeesisu miti.Rom 12:12-14,Luq 6:26-36
Hiikkaan isilaama jedhu inni 2ffaan waaqa Allaa qofaaf bitramuu fi waaqolii tolfamoo guutummaatti mormuudha.amala uumaa(waaqa dhugaa)keessaa inni tokkko iddoo hundumaaatti argamuu isaati. Yoos immmoo guyyaatti si’a shan kallattii tokko(Kaabatti)fuula naannessanii qoomma’uun maaliif?
Akkasumas ,Irkaana Musiliimaa Hajiin Ahimad inni karaa Ahimadiin qophaa’e “gara makkaa dhaqaa dhagaa gurraachatti dhiyaatanii qoomma’uun ,itti bubu’uunii fi dhaabbatanii cubbuu ofii himachuun sirriitti kan ta’e seera isilaamaa dha.”jedha
(Marattota Amantii Isilaamaa Hajii Ahimad ,Ahimaddiin fuula 39-40)
•Allaan waaqa dhugaa ,Hafuuraa fi Jiraataa erga ta’ee cubbuu ofii himatanii dhiifama cubbuu argachuuf dhagaa gurraacha makkaa keessa jirutti qoomma’uun sagaduun maaliif barbaachise? https://t.me/Jesuscrucified_oromo

Gaaffilee Lubbuu koo.pdf
2.1 MB
Gaaffilee ciccimoo Islaamummaarratti ka'an of keessaa qaba.
✍Barreessaan Sahih Imaan(Amaariffaan)
(Afaan Oromootti kan hiikame)
https://t.me/Jesuscrucified_oromo
✍Barreessaan Sahih Imaan(Amaariffaan)
(Afaan Oromootti kan hiikame)
https://t.me/Jesuscrucified_oromo
kitaaba #Qajeelcha_Qo'anna #Islaamummaa_Kiristiyaanotaaf jedhu.
Website kanaa gadiirratti cuqaasaa, Dubbisaa
http://www.ewnetlehulu.org/or/kristiyaanotaaf/ifa/

Ustaaz Abu Hayder Erga Halaabaatti konfiraansii geggeessee booda waldootii kiristiyaanaa gubuu fi namootarratti miidhaa adda addaa geggeessuun Eegalameera!
Quraanni suuraa 9:30 irratti kiristaanota irratti lola banuun barbaachisaa akka ta'e ni dubbata.
Kutaa kanarratti Tafsiira Ibin Kasiir barreessanirratti akkas jedha:
"..Allah'n kiristiyaanotaa fi Yihuudota irratti musliimonni lola banuu akka qaban ni jajjabeessa; sababni isaas waaqa tolfamaa waan waaqeffataniif....Yihuudotni, Izraan ilma waaqaati jedhan, Kiristiyaanonni immoo Masihichi ilma waaqaati jedhan.."
Egaa Musliimonni sababii nuyi kiristiyaana taane qofaaf nu ajjeesuuf abboomaman jechuu dha. Kanaa egaa amantiin Nagaa???
phootoo isiniifan maxxansa.
@Jesuscrucified_oromo

Waldootii kiristiyaanaa Halaabaa irratti miidhaa ga'aa jiru. Kan nama dhibu ammoo erga Ustaz Abu Hayder barsiisee deebi'ee ti kan raawwatame.
Jaalatamoo Abdellaa irraa Xalayaa Eergame2.pdf
583.6 KB
Kitaaba kana hundumti keessan aka dubbiftan isin affeerree jirra
#Hirmaannaa: Deebilee Kiristiyaanaa, Islaamummaadhaf
Barreeffamni kun mata-duree “Engage: Christian Responses to Islam” jedhuun dhaabbata barnabasfund jedhamuun kitaaba qophaa’e irraa kan hiikameedha. Dubbifadhaa, akkasumas namoota biroof qoodaa www.ewnetlehulu.org/or/hirmaannaa/

Forwarded from እውነት ለሁሉ ewnetlehulu.net
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
የአሕመዲን ጀበል ምልምሎች ጂሃድ እያወጁ ነው። ይህንን ማስረጃ ለሕግ አካላት አድርሱ።
Ergamtoonni Ahmaddiin Jabal jihaada labsaa jiru. Ragaa kana qaamota seeraa biraan gahaa.