#Update
Gareen Urjii Diimaa Iraan bakka balaan mudate qaqqabee jira! Turkiin balaa kana keessaa Pirezidaantii Ibraahim Ra'iisii fi waahillan isaa baraaruuf Iraan faana tumsa taasisaa jirti! Raashiyaan hojjettoota balaa tasaa ishee garasitti erguuf qophii dha jettee jirti.
Bakki balaan kun mudate duumessaan kan haguugame ta'uu isaatiin haaluma kamiinuu hojjettoonni balaa tasaa bakkicha qaqqabanii jiru jedhamee jira.
Odeessaalee keenya hordofaa, Share gochuun hiriyoota keessaniif qoodaa.
Telegram:- https://t.me/JechotaGaggaarii

Pirezidaantiin Turkii hojjettoota balaa tasaa haalaan ammayyawoo gara Iraanitti ergan..!!
Pirezidaantiin Turkii Rajab Xayyib Erdogan hojjettoota balaa tasaa Turkii haalaan ammayyawoo fi Diroonii halkan dukkana keessaan sakatta'anii argan gara Iraanitti erganii jiru.
Xiyyaarri balaaf saaxilamee kun bakki inni itti argamu iddoo barbaaduuf nama rakkisu ta'uu isaatiin Iraan deeggarsa Turkiin kan gaafatte yoo ta'u Turkiinis hojjettoota balaa tasaa ishee fi Diroonii ishee achitti erguun bakkicha buufattee jirti! Sochiin barbaacha Xiyyaara kana jabaatee geggeeffamaa kan jiru yoo ta'u dukkanni, duumessi fi dhoqqeen ammoo sochii kanaaf qormaata ta'ee jira.
Odeessaalee keenya hordofaa, Share gochuun hiriyoota keessaniif qoodaa.
Telegram:- https://t.me/JechotaGaggaarii
Pirezidaantiin Turkii Rajab Xayyib Erdogan hojjettoota balaa tasaa Turkii haalaan ammayyawoo fi Diroonii halkan dukkana keessaan sakatta'anii argan gara Iraanitti erganii jiru.
Xiyyaarri balaaf saaxilamee kun bakki inni itti argamu iddoo barbaaduuf nama rakkisu ta'uu isaatiin Iraan deeggarsa Turkiin kan gaafatte yoo ta'u Turkiinis hojjettoota balaa tasaa ishee fi Diroonii ishee achitti erguun bakkicha buufattee jirti! Sochiin barbaacha Xiyyaara kana jabaatee geggeeffamaa kan jiru yoo ta'u dukkanni, duumessi fi dhoqqeen ammoo sochii kanaaf qormaata ta'ee jira.
Odeessaalee keenya hordofaa, Share gochuun hiriyoota keessaniif qoodaa.
Telegram:- https://t.me/JechotaGaggaarii
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Sochiin Xiyyaaricha barbaaduu haala kanaan geggeeffamaa jira, Rooba ulfaataa, duumeessaa fi dukkanni halkanii qormaata guddaa ta'ee jira, Dukkana kanaan hojjettoonni balaa tasaa lafa sana tokko tokkoon sakatta'anii soqaa jiru.
Hoogganaan waraana Warraaqsa Iraan bakkichatti argamuun sochii kana deeggaraa jira.
Odeessaalee keenya hordofaa, Share gochuun hiriyoota keessaniif qoodaa.
Telegram:- https://t.me/JechotaGaggaarii
Hoogganaan waraana Warraaqsa Iraan bakkichatti argamuun sochii kana deeggaraa jira.
Odeessaalee keenya hordofaa, Share gochuun hiriyoota keessaniif qoodaa.
Telegram:- https://t.me/JechotaGaggaarii
"Yaa Rabbi diinota keenya nutti hin gammachiisiin..." Iraanota.
Lammiileen Iraan hanga ammaatti Miiliyoonaan hiriiranii Masjiida seenuun Rabbiitti bo'aa jiru! Haalli isaan keessa jiran haalaan nama gaddisiisa. Addunyaan diina isaan godhattee isaan dhabamsiisuuf duula bantee osoo jirtu...
Iraanonni har'a dhiphinaa fi gaddaan fuula isaanii gara Allah tti deebisuun daa'ima, dubartii fi jaarrolii osoo hin jedhiin Masjiidatti seenuun Rabbii isaanii kadhachaa jiru, "Yaa Rabbi diinota keenya nutti hin gammachiisiin!" jedhanii Rabbitti wawwaataa jiru.

Pirezidaantiin Raashiyaa Vilaadimir Puutiin deeggarsa Iraaniif Jeettilee ammayyawoo 2 fi hojjettoonni balaa tasaa 50 akka bakkicha deeman ajajuu itti-aanaan Pirezidaantichaa beeksise jira.
Telegram:- https://t.me/JechotaGaggaarii
Telegram:- https://t.me/JechotaGaggaarii
Hojjettoonni balaa tasaa Raashiyaa 50 fi Jeettileen ishee bakkicha qubatanii jiru, Turkiin hojjettoota ishee sa'aatiiwwan muraasa dura ergitee hojiitti seentee jirti.
Iddoo balaa sana bira gahuuf Iskuwer Kiilomeetira 2 qofa kan hafe yoo ta'u Oduun gammachuus ta'e oduun gaddaa dhaga'amuuf yeroon isaa dhihaachaa jira.
Odeessaalee keenya hordofaa, Share gochuun hiriyoota keessaniif qoodaa.
Telegram:- https://t.me/JechotaGaggaarii
Iddoo balaa sana bira gahuuf Iskuwer Kiilomeetira 2 qofa kan hafe yoo ta'u Oduun gammachuus ta'e oduun gaddaa dhaga'amuuf yeroon isaa dhihaachaa jira.
Odeessaalee keenya hordofaa, Share gochuun hiriyoota keessaniif qoodaa.
Telegram:- https://t.me/JechotaGaggaarii
Innaa lillaahi wa innaa ileyhi raaji'un...!
Oduu Gaddaa.
Xiyyaara tokkoon imalaa kan turan Pirezidaantii Iraan Ibraahim Ra'iisii dabalatee Ministeerri Haajaa alaa Iraan Amiir Abdullahi, Bulchaa Baha Azarbaajaan Maliik Rahamati, Imaama Baha Azarbaajaan Imaam Muhammad Alii Al-Haashimi fi namoonni Xiyyaara sana keessa turan hundi isaanii lubbuun isaanii darbuu mirkanaa'ee jira.
Iraan seenaa ishee keessatti gadda ulfaataa akka kanaa keessummeessitee kan hin beekne yoo ta'u taateen kun guddittii Iraan gadda ulfaataaf kaadhimee jira.

Hoogganaan garee Ji'a Diimaa Iraan reenfa namoota Xiyyaara sana keessatti du'anii hunda isaanii arginee jirra, amma gara Magaalaa Tabriizi tti ni geessina jedhee jira.

Paakistaan gadda biyyaalessaa labsite..!!
Du'a hooggantoota Iraan mudate hordofuun gadda guddaa isheetti dhaga'ame kan ibsite biyyi Paakistaan gadda biyyaalessaa guyyaa tokkoof labsitee jirti! Haaluma kanaan Alaabaan Paakistaan golee biyyattii keessatti dabalatee Imbaasii ishee biyyoota Addunyaa keessatti argaman maratti gadi buufamee hidhamee jira.

Iraan Pirezidaantii ishee waan dhabdeef akka waan isheen cabdeetti diinonni ishee gammachuu isaanii dhageessifataa jiru! Abadan Iraan hin cabne.
Peershiyaanonni warri jaarraa oliif qofaa isaanii addunyaa ijibbaachisaa turan tasuma du'uu Pirezidaantii isaaniin hin kufan! Isaan qofaa isaanii rakkoo guddaa mara dandamatanii addunyaa biratti kabajamanii of kabachiisanii jiraachaa jiran salphumatti waan badan miti, Kan badu Mootolii Arabaa warra yahuudaaf bitamanii ergamtuu nyaaphaa ta'ani dha.
Odeessaalee keenya hordofaa, Share gochuun hiriyoota keessaniif qoodaa.
Telegram:- https://t.me/JechotaGaggaarii
Peershiyaanonni warri jaarraa oliif qofaa isaanii addunyaa ijibbaachisaa turan tasuma du'uu Pirezidaantii isaaniin hin kufan! Isaan qofaa isaanii rakkoo guddaa mara dandamatanii addunyaa biratti kabajamanii of kabachiisanii jiraachaa jiran salphumatti waan badan miti, Kan badu Mootolii Arabaa warra yahuudaaf bitamanii ergamtuu nyaaphaa ta'ani dha.
Odeessaalee keenya hordofaa, Share gochuun hiriyoota keessaniif qoodaa.
Telegram:- https://t.me/JechotaGaggaarii
Biyyoota dhihaa keessatti yeroo kabajaan Qur'aanaa salphatu Pirezidaantiin Iraan Ibraahim Ra'iisii n Yaa'ii walii-galaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii irratti dhihaachuun Qur'aana olkaasanii dhungatanii akkas jechuun mootummoota biyyoota dhihaatti dhaadatan:-
"Kuni (Qur'aanni) waan hundaa keenya waan ta'eef salphisuuf hin yaalinaa! Kuni sarara diimaa keenya dha!!" jechuun dubbatan.
Odeessaalee keenya hordofaa, Share gochuun hiriyoota keessaniif qoodaa.
Telegram:- https://t.me/JechotaGaggaarii
"Kuni (Qur'aanni) waan hundaa keenya waan ta'eef salphisuuf hin yaalinaa! Kuni sarara diimaa keenya dha!!" jechuun dubbatan.
Odeessaalee keenya hordofaa, Share gochuun hiriyoota keessaniif qoodaa.
Telegram:- https://t.me/JechotaGaggaarii
Hoogganaan Warraaqsa Iraan Imaam Ayaatullah Kamiinii n du'a Pirezidaantii biyyattii hordofuun akka biyyaalessaatti gadda guyyaa 5 labsanii jiru.
Odeessaalee keenya hordofaa, Share gochuun hiriyoota keessaniif qoodaa.
Telegram:- https://t.me/JechotaGaggaarii
Odeessaalee keenya hordofaa, Share gochuun hiriyoota keessaniif qoodaa.
Telegram:- https://t.me/JechotaGaggaarii
"Israa'iil n kan tuqe xumurri isaa baduu dha, Israa'iil tuquun nama balleessa, Waaqni Israa'iil tiksu hin rafu..!!"
Waca garboonni Israa'iil miidiyaa Hawaasummaa kana irraa hafarsaa jirani dha! Ummati weerartoota Israa'iil n akka gooftaa isaaniitti ilaalan kunneen Waaqaa f yeroo tokko tokko lamummaa Xoophiyaa kennuuf, yeroo kaan ammoo lamummaa Israa'iil kennuuf.
Israa'iil fi Xoophiyaa n waaqa qofaa isaaniitti eessaa argatan? Waaqni kan Israa'iil qofa dha moo?? Achumattiyyuu ammoo waaqa Israa'iil fi Xoophiyaa kana tokko taasisuuf yaalu.

Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Isaan araaraman Gowwoonni garee ijaarratanii duula walitti banan salphatan.
Baga araaramtan.
Baga araaramtan.
Jechoota Gaggaarii️️
Turkiin gadda biyyaalessaa labsite..!! 👇👇👇
Turkiin gadda guyyaa tokkoo labsitee jirti...!!
Du'a balaa tasaan biyyi Iraan Pirezidaantii ishee fi Ministeera haajaa alaa ishee yeroo tokkotti dhabuu isheetiif gadda isheetti dhaga'ame kan qooddatan Pirezidaantiin Turkii Rajab Xayyib Erdogan Lammiilee Iraaniif jajjabina hawwanii jiru.
Haaluma kanaan Turkiin yeroo gaddaa kanatti Iraan cinaa akka dhaabbattu kan dubbatan Pirezidaanti Erdogan michuu isaanii jabaa dhabuu isaaniis ibsanii jiru. Pirezidaantiin Turkii Rajab Xayyib Erdogan guyyaa gadda biyyaalessaa kan labsan yoo ta'u Alaabaan Turkii guutuu biyyattii keessattii fi Imbaasii ishee biyyoota Addunyaa keessatti argaman maratti gadi buufamee akka mirmirfamu beekamee jira.
Turkiin gamanumaan michuu gaafa rakkinaa Iraan ta'uu ishee kan mirkaneessite yoo ta'u Haalakooptarii Pirezidaantii Iraan fi Ministeera Haajaa alaa ishee baattee caccabde kana Diroonii ishee ammayyawoo bobbaasuun ifaajii dheeraa booda arguu kan dandeesse Turkii dha.
Biyyoota Addunyaa mara dursuun dhiphina Iraan qooddachuuf deeggarsa ishee daqiiqaawwan keessatti kan taasiste Turkii ta'uun isaa michummaan biyyoota lameenii sadarkaa jabaa irra jiraachuu isaaf agarsiistuu dha.

Pirezidaantiin Majliisa Xoophiyaa Imbaasii Iraan magaalaa Finfinnee jiru deemuun gadda isaanii ibsachuun warra du'aniif kadhannaa taasisanii jiru..!!
Jiilli Pirezidaantii Mana maree Dhimmoota Islaamummaa Xoophiyaa Dooktara kabajaa Sheeyik Hajji Ibraahim Tufaa 'n durfamu guyyaa har'aa Imbaasii Iraan tti imaluun du'a tasaa Pirezidaantii Iraan Ibraahim Ra'iisii fi Ministeera haajaa alaa Iraan Amiir Abdullahi mudateen gadda guddaa itti dhaga'ame ibsatanii jiru.
Jiilli Pirezidaantii Mana maree Dhimmoota Islaamummaa Xoophiyaa n durfamu kun Imbaasii biyya Rippaablika Islaamaa Iraan Magaalaa Finfinnee tti argamu deemuun gadda isaanii erga qooddatan booda Pirezidaantiin Majliisa Xoophiyaa du'aa'ii taasisuun dhaamsa dabarfataniin Imaama Iraan hoogganaa warraaqsa Iraan Ayaatullah Kamiinii fi Lammiilee Iraan dabalatee Dippilomaatota Iraan magaalaa Finfinnee jiraniif obsaa fi jajjabina dhaamanii jiru.
Odeessaalee keenya hordofaa, Share gochuun hiriyoota keessaniif qoodaa.
Telegram:- https://t.me/JechotaGaggaarii
Jiilli Pirezidaantii Mana maree Dhimmoota Islaamummaa Xoophiyaa Dooktara kabajaa Sheeyik Hajji Ibraahim Tufaa 'n durfamu guyyaa har'aa Imbaasii Iraan tti imaluun du'a tasaa Pirezidaantii Iraan Ibraahim Ra'iisii fi Ministeera haajaa alaa Iraan Amiir Abdullahi mudateen gadda guddaa itti dhaga'ame ibsatanii jiru.
Jiilli Pirezidaantii Mana maree Dhimmoota Islaamummaa Xoophiyaa n durfamu kun Imbaasii biyya Rippaablika Islaamaa Iraan Magaalaa Finfinnee tti argamu deemuun gadda isaanii erga qooddatan booda Pirezidaantiin Majliisa Xoophiyaa du'aa'ii taasisuun dhaamsa dabarfataniin Imaama Iraan hoogganaa warraaqsa Iraan Ayaatullah Kamiinii fi Lammiilee Iraan dabalatee Dippilomaatota Iraan magaalaa Finfinnee jiraniif obsaa fi jajjabina dhaamanii jiru.
Odeessaalee keenya hordofaa, Share gochuun hiriyoota keessaniif qoodaa.
Telegram:- https://t.me/JechotaGaggaarii
AMMEE: #Noorweey biyyummaa #Falasxiiniif beekamtii kennuuf murteessite...!!
Mootummaan Noorweey Falasxiiniif beekamtii biyyummaa kennuuf murteessuu beeksise. Ministirri Muummee Noorweey Jonaas Gaahr Istoor, biyyi isaanii Noorweey biyyummaa Falasxiiniif beekamtii ni kenniti jechu isaanii miidiyaaleen biyyattii gabaasaniiru.
“Waraana lubbuu lammiilee kuma kudhaniin lakkaawwaman galaafate kana keessatti filannoo tokkicha #Israa’elii fi Falasxiiniif walqixa furmaata siyaasaa dhiyeessu hojiirra oolchuu qabna: Innis Israa’elii fi Falasxiin biyyoota of danda’an lama ta’uu isaaniif beekamtii kennuudha,” jedhan.
#Ispeenii fi #Ayarlaandiis tarkaanfii walfakkaataa fudhachuuf adeemsarra jiraachuu isaanii hordofee Ministirri Dhimma Alaa Israa’el Kaatz, “Israa’el kanneen birmadummaa ishee gadi buusanii fi nageenya ishee balaadhaaf saaxilan irraa duubatti hin deebitu,” jechuun akeekkachiisaniiru.