Forwarded from Labata Magazine (Toly)
🥀 ɢᴜʏʏᴀᴀ ➀
Namoonni Si (waa'ee kee) beekan waan ta'e amanuu dadhabu. Maatiin, hiriyootni keef namoota ati jiraachuu keen qofa wal barte sagantaa ho'aa tokko irratti wal argu.
Maatii keessaa namni tokko, hiriyoota kee warra akka mataa keetti jaallatu bakka bu'ee namni tokko..namoota addunyaa hojiin si beekan dabalatee, warreen utuu imalli dheeraan hin eegalamiin dura hafuura keef ciminni, lubbuu keetiif boqonnaan as jira jechuun; Isa si uume waliin hariiroo akka qabaattuuf si gorsan keessaas inni tokko ol ka'ee jecha Si ibsu dubbachuuf namoota walitti qabaman fuuldura ni dhaabbata. Jireenyi Isaa/Ishee nuuf kana ture jedhu !
Amalaafi sabriin, sirnaafi fakkiin eenyummaa ke laphee cabsee isaan boossisa ta'a. Guyyichi guyyaa jireenyaaf kenname isa dhumaati.
➭Waan ta'uun si ibsuuf
➭Carraa siif kennameef
➭Jaalachuufis ta'e dhiifama gochuuf
➭Hojii sitti kennameef 𝙜𝙪𝙮𝙮𝙖𝙖𝙣 ➀ har'a !
🔖ʜᴀʀ'ᴀ ǫᴀʟʙɪɪɴ ᴊɪʀᴀᴀᴄʜᴀᴀ; ʙᴏʀɪɪғ ʏᴀᴀᴅᴀᴀɴ ǫᴏᴘʜᴏᴏғɴᴀ.
@labatamagazine

"Atii hangumaa ittin of gahuf yaaddee yoo geessuu, namoonni immoo hangaa ati ittin of geesse irratti sii beekuu"
@jechoota_gamnaa
@jechoota_gamnaa
@jechoota_gamnaa
@jechoota_gamnaa
Forwarded from Deleted Account
#chanaalonni gadii kunniin kan beeksisa waliin hojjennuudha, kan Waa'ee xinsammuu / psychology Afaan oromoo argachuu barbaaddan #JOIN
"Dargaggummaatti, wanti hundi dhugaadha hin jedhin! Hundumaa yoon arge malee hin amanus hin jedhin!"
@jechoota_gamnaa
@jechoota_gamnaa
@jechoota_gamnaa
@jechoota_gamnaa
Abdii hin kutatiin Yeroo fudhata malee galmi hin gahamnee hin jiru!
@Jechoota_gamnaa
@jechoota_gamnaa
@Jechoota_gamnaa
@jechoota_gamnaa
Guyyaa tokko jaarsi beela'e tokko daabboo gogaa harkaa qabu waan ittiin laaffisee nyaatu kadhachuuf naannoo mana nyaataa tokko taa'e. Xinnoo akkuma achi taa'een fooliin nyaataa baayyee nama haawwatu afaan isaa hancufaan guute. Jaarsi kunis daabboo gogaa harkaa qabu ija isaa dunuunfatee akka ittoo fooliin isaa funyaan isaa seenen nyaatutti of amansiisuun daabboo isaa nyaate.
Haala nama kanaa ilaalaa kan ture abbaan mana nyaataa sanaa, Jaarsa kana bira dhaquun silliqsee qabatee kan funfatteef kanfali jedhee ija itti babaase. Jaarsi hiyyeessi sunis "Anoo qarshii hin qabu. Yoo barbaadde abbaa murtii bira na geessi" jedheen. Namichis abbaa murtii bira geessun wanta uumame marayyuu tokko lamaan itti hime. Xumura irrattis abbaan murtii jaarsi hiyyeessi sun kan funfateef akka kanfalu itti murteesse.
Xumura irratti abbaan murtii kun qarshii akka jaarsichi kanfaluuf itti murtaa'e "Ani ofii koon kanfalaaf" jechuun Abbaa mana nyaaticha ofitti waamun, Saantimoota kiisa isaanii keessa jiru baasun harka isaanii laman gidduu naquun gurra isaatti qabanii 'shak shak shak' gochuun sagalee isaa dhageessisan. Itti fufuun abbaan murtii "Deemi egaa ani kanfaltii jaarsa kana irra jiru siif kanfaleera" jedhaniin abba mana nyaatichaan. Namichis waan wallaalee "Maal jechuudha kun abbaa murtii? sagalee isaan dhaga'e malee yoomin fudhadhe" jennaan. "Jaarsi kunis foolii isaa fuunfate malee yoom nyaate?" jechuun deebisaniif.
Dukkana doofummaaf ifni beekaa qoricha.
Maddi:- Gola Fuul-barruu

"Kaayyoo kee irratti xiyyeeffachuu gaafa jalqabdu namoota hedduu dhabuu jalqabda.Namoota jaallattuuf kabajju, namoota kaleessa "siif jirra" jechaa turan, namoota adeemsa si jalqabsiisan, namoota fakkeenya siif ta'an, keessumaa immoo, namoota guddiftee isaan eegduuf, jireenya kee keessatti bakka guddaaf kabaja guddaa kennituuf dhabuu eegalta."
@jechoota_gamnaa
@jechoota_gamnaa
@jechoota_gamnaa
@jechoota_gamnaa
@jechoota_gamnaa
@jechoota_gamnaa
Dubbisun hubannoo ofii gabbisuudha!
Hubanno ofii gabbisuun immoo of ijaarudha. Of ijaarun immo dhaabbataa ofii tolfachuudha.!
@jechoota_gamnaa
@jechoota_gamnaa
Hubanno ofii gabbisuun immoo of ijaarudha. Of ijaarun immo dhaabbataa ofii tolfachuudha.!
@jechoota_gamnaa
@jechoota_gamnaa
Kaayyoon, ejjannoon keefi dhugaan ati qabdee itti deemtu sagaleewwaniif waca nannoo kee jiruun adda si baasu. Dhugaanis, kaayyoo ofiif jiraachuunis jaallatamaa sin taasisan. Haqa kana simattee kaayyoo keef dhugaa qabdee jirtuun imala kee itti fufi.
@jechoota_gamnaa
@jechoota_gamnaa
@jechoota_gamnaa
@jechoota_gamnaa
Forwarded from Motivation Cafe (Nesru Jr)
Baga gammaddan!
Baga gammanne!
Gammachuu guutuu rabbi nuuf haa godhu.
Baga gammanne!
Gammachuu guutuu rabbi nuuf haa godhu.
Nama goota jechuun nama Yeroo hunda an hin dogogoru, an beekaa dha ifin jedhu San osoo hin ta'in,
👉 Nama Yeroo dogogore dogogora ofii beeke fi amanee irraa baratu sani !!
Kun ofitti amanamummaa qabaachu agarsiisa!

Gaarii Yaadi
Guyyaa guyyaan waa'ee namoota akkuma yaadnu, hasoofnu akkasuma namni waa'ee keenyaa akkuma yaadufi haasa'u hundaa namni immoo jireenyaa isaa keessatti maal akka isaa qoru fi jiruu mo'uuf waan inni qabsaa'uuf hin beeknu.
Namni immoo guyyaa hanga guyyaatti rakkina isaa dhokfachuudhaan jireenyaa isaa dhibaa jira. Waan goonu, waan dubbannuu hundaaf of eeggannoo haa tasiifnu, gocha keenyaaf sababa haa qabannuu sababni isaas garummaan xiqqaan ykn hammeenyi xiqqaan nuti namatti agarsiifnu jireenyaa nama sana guutumaatti jijjiiruu danda'a.
Nuti dhala namaf furmaata ta'u qabna malee karaa badii ta'un hin barbaachisuu. Umriin keenyaa akkuma dabalaa deemun kana yaadacha, guyyaa guyyaan gaarummaa keenyaa cimsa haa deemnu.