Bohaartii Media
1.36K subscribers
294 photos
3 videos
5 files
189 links
- Oduu haaraa. - Jecha namoota beekamoo
- Makmaaksa . - Qoosaa kofalchiisoo
- Seenaa gaggabaaboo fi barsiisoo ta'an argachuuf nu hordofaa!

Isinis @jechabot irratti nuuf ergaa.

Garee @oromiyaaharmee Join godhaa
Download Telegram
Kabajamoo Hordoftoonni chanela keenyaahundi baga Ayyaana Masqalaa nagaan geessan!
@jechama1
Ergaa baga Geessanii karaa @jechabot nuuf erguu dandeessu!
Baga Irreecha Baranaa nagaan geessan!
Jala bultii Irreechaa sababeeeffachuun ergaa baga geessanii warreen dabarfachuu barbaaddan Maqaa keessan waliin @jechabot irratti nuuf ergaa siniif maxxansina
Forwarded from WAAREE WALALOO
Maarree

Maarree yoon si jaalle
Hundumaa calchisee
Siif kufee yoon ka'e
Orma Maaltu Aarse?

Maarree Yoon Si Faarse
Akkuman Fedhettuu
Taa'ee ennaan ka'u
Bakkuma hundattuu

Maarree yoon si jalle
Orma maaltu galche
Nama kaanii miti
Abbumti na dhalche

Dhugaan sitti hima
Dhaga'i jaallee koo
Waa'ee kee yaadurraa
Nan dhaabu waan tokko

Jaalallin siif qabu
Dachaan daddabale
Maarree mal rakkoonsaa
Caalaa yoon si jaalle

@Kaachaalluu
@waamarakoo join
Channel photo updated
Forwarded from WAAREE WALALOO
"Shaggee yaa miidhagduu,
Akkam haadha firaa....
Anis qal'aan kan kee,
Kunoo dhufeen jiraa....

Kuullee ija laaftu,
Haadha bareedinaa...
Hoodhu, narraa fudhu...
Jiidha birraa kanaa!" 🥰😍

🖤❤️🤍#IRREECHA 🖤❤️🤍
@Cerbee1
@waamarakoo join godhaa!!!
👆👆👆
Forwarded from WAAREE WALALOO
HARMEE HIN BOYIN💔💔😢

Hin Booyin yaa harmee koo
Imimmaan kee gatii qaba
Kan hardha si boosisse
Bor- dabareen ni qaqqabaa

Barriif namni nutti hammaatee
Daandi hunda nutti cufus
Ilmi boruuf abdatamuu
Karaatti kufee cabee hafus

Maatiin hundii faffacaa'ee
Akka ilmoo bofaa ta'us
Dhalli namaa badii malee
Daandii gubaatti ba'ee du'us

Hunduu darbee seenaa ta'aa
Dhalootaaf olkaawwi guddaa
Harmee hin booyin nuuf darba
Obsaan tarra rakkoo hundaa...

Obsee Daanyee tiin..
@waamarakoo join godhaa!!!
Forwarded from WAAREE WALALOO
Ofuma barbaacha
Gaaraaf goda bu'i
Mul'ataaf jiraadhu
Kaayyoof jecha du'i
~
Dhaabaan dheeraas ta'i
Ykn haga dhundhumaa
Nan danda'a yoo jette
Ni dandeessa hundumaa
~
Gaara jira taanaan
Hin sodaatin yaabi
Dhaloota egereef..
Biqiltuu kee dhaabi!
~
Tasa maraqqantee...
Osoo laaltuu mugdee
Seenaan sin gaafatin
qadaadamaa dhugdee
~
Haalli sin daangessin
Osoo qabduu lubbuu
Haqa namaa eegi....
Hin dalagin cubbuu!..
~
Allaattiin hin fudhattu
Soora taa'e qocaafi
Hireekee barbaaddadhu
Bakka-n laatin wocaafi!

✍️.... @Riyaad_Raayyaa
@waamarakoo join godhaa
👆👆👆👆👆
Garee kana join gochuun odeeffannoof qophii bashannansiisoo waliif qoodnuun bashannanaa!
👉 NAMA 20 INVITE Yoo goote #ADMIN taata!
https://t.me/oromiyaaharmee
Kan akka waliin, loon walitti yaafatti!
@jechama1
📥 @jechabot
Forwarded from WAAREE WALALOO
Hin beeknu
Afaan sossobaan seequu
Dubbii gamaaf gamanaa
Dhugaa eeguurra tarree
Hin beeknu yaa namanaa

Kaleessi keenya tokkoof
Har'i keenyas tokkumaa
Hamaa waliif hin soqnuu
Waakkii ceenee gonkumaa

Bubbee bubbisee darbuun
Tasa adaan hin baanuu
Ilmaanni abbaa tokkoo
Hirmii waliif hin taanuu

Inni tokko obboleessa
Ishee biraanis koodee
Eenyutu argee beekaa
Nuyii takkaa wal oodee

Jibbi nutti qaari'us
Qarriffaan yoo dhaalamnee
Jalqabuma uumamaa
Maqaa tokkoon waamamnee


Kanaaf wal hin mufannuu
Daagii walitti hin taanuu
Garaa kutadhu diinaa
Yoomuu addaan hin baanuu

#Share
@Belinawakjira
@waamarakoo share godhaa!!
👆👆👆
Mana Barnootaa bultii addaa!
Biiroon Barattoota Oromiyaa baase!
Kutaa 8ffaa fixaniif
Guyyaa galmee fulb 26-onk 2
#share waliif godhaa!
@jechama1
Forwarded from WAAREE WALALOO
Of ta'ummaa kee, addummaa kee
Yemmuun ibsuu, yemmuun tarreesu
Womaa sababayyuu na hin feesisu

Amanamummaaf dhageettiin kee
Onnee kee qulqulluu qofa
Hin dhaggeeffattu jecha namaa
Sin dhiphisu callisi bofaa

Kan kumaatamni hirriiba malee rafee
Milyoononni dharra'ee hafee

Kan hundi hin qabne
Jaalala qulqulluu qabda
Waa'ee keef humna qabda

©Amiin
@waamarakoo join&share
👆👆👆👆👆
Forwarded from WAAREE WALALOO
Of ta'ummaa kee, addummaa kee
Yemmuun ibsuu, yemmuun tarreesu
Womaa sababayyuu na hin feesisu

Amanamummaaf dhageettiin kee
Onnee kee qulqulluu qofa
Hin dhaggeeffattu jecha namaa
Sin dhiphisu callisi bofaa

Kan kumaatamni hirriiba malee rafee
Milyoononni dharra'ee hafee

Kan hundi hin qabne
Jaalala qulqulluu qabda
Waa'ee keef humna qabda

©Amiin
@waamarakoo join&share
👆👆👆👆👆
Dhukkubni kee na Dhukkuba
Caba keetiifis nan okkola
In nurraa caba gidiraan
Diinnis kana beekee maaggala

Gadda Guddaatu nutti dhagahame!
@jechama1 👍
@jechabot 📩
Forwarded from WAAREE WALALOO
Nutoo guyyaan geenyaan
Qax!..jenneema duunaa
maaliif wol sakaaluuf...
Gaaraa goda buunaa....?
~
Hireen qooda rabbiiti
Akkasittan amana
Maafan si gufachiisa
Sin sakaalu namana!
~
Bullukkoo kee qulqulluu
Hin dibu cilee jibbaa
Sakaalee sin kuffisu
Dhiitee ciqileef jilba!
~
Har'a tolfachuuf jecha
Dagannaan guyyaa borii
Gaafan awwaalcha bu'e
Qabadheen deemaa horii?
~
Qabeenyaan hunda caalee
Addunyaa qabus kokkee
Akkuma qullaa dhufe
Hundumtuu qullaa sokke!
~
Kanaafuu!......

Adeemsa gatantaree
Yaabbadhee booqaaf burree
Kaabbaa sittin uffisu
Baasee wandaboo surree
~
Harargeettis dhaladhu
Feetu walloo kombolchaa
Gaddikee gadda kooti
Cabnikee na okkolcha
~
Elaamee akka taanu
Na dhageessuu yaa sabaa
Hireen qooda rabbiiti
Isatu ofirkaa qaba!
~
Akka qullaa dhalanne
Borus qullaa sokkinaa
Addunyaan gabaabduudha
Deemsa wol hin dhorkinaa!🙏🏼

✍️.. @Riyaad_Raayyaa
@waamarakoo
👆👆👆👆
Forwarded from WAAREE WALALOO
Al-dhibba al-kuma
Yeroo koo hunduma

Kanan yaalu, kanan yaadu,
Kanan barbaadu, na fayyadu,

Sammuu sirrii calalu~ baachuu
Onnee qulqulluu ~qabaachuu

©Amiin Waaree tiin
@waamarakoo share godhaa!!
👆👆👆Join