Hordoftoonni amantaa Musiliimaa Baga ji'a Ramadaana geessan.....
β€οΈπβ€οΈ
@jechama1 @jechama1
π© @jechabot1
β€οΈπβ€οΈ
@jechama1 @jechama1
π© @jechabot1
Falmiin bilisummaa dhugaa
Goota biqilcheen dagaaga
Yoom rafee muga
Moo'ee dhageesisa aaga
Sabaaf duultanii
Sabaaf duutan kakattanii kaleessa
Onneen Waaqoof Taaddee
yoom mixii dheessa
Araada ba'aa hin qabu Gootni
Gabrummaatu ba'aadha
Birmadumaa lammiisaaf malee
Viillaa keessa jiraachun salphaadha
Gootni rasaasa takkaan
Xiyyaarayyuu harcaasu
Lugni lubbuu takkaaf
Kumaatama dhukaasu
Amiin Waaree tiin
Ebla 15/2021
Guyyaa Gootota Oromoo (GGO)
Baga geessan!!
@jechama1 join godhaa!!
@jechabot irratti ergaa nuuf ergaa
Goota biqilcheen dagaaga
Yoom rafee muga
Moo'ee dhageesisa aaga
Sabaaf duultanii
Sabaaf duutan kakattanii kaleessa
Onneen Waaqoof Taaddee
yoom mixii dheessa
Araada ba'aa hin qabu Gootni
Gabrummaatu ba'aadha
Birmadumaa lammiisaaf malee
Viillaa keessa jiraachun salphaadha
Gootni rasaasa takkaan
Xiyyaarayyuu harcaasu
Lugni lubbuu takkaaf
Kumaatama dhukaasu
Amiin Waaree tiin
Ebla 15/2021
Guyyaa Gootota Oromoo (GGO)
Baga geessan!!
@jechama1 join godhaa!!
@jechabot irratti ergaa nuuf ergaa
Jireenyi biyya lafaa
Gaariis hamaas baata
Gaafa lubbuun jiru
Bofni gondaa nyaata
Goondaanis yeroosaa eeggatee
Du'aa bofaa
Dabreen wal soorratu
Eenyullee jiraateen hafu qofaa
Diriiraan ni micciirama
Yeroo eeggatee jijjirama
Kan bara darbe kolfu
Ni boo'a barana
Kolfaaf boo'aashees dhiisnee
Haa taajjabnuu jarana
@ Amee
Caamsaa 3, 2021
@jechama1 join godhaa
Gaariis hamaas baata
Gaafa lubbuun jiru
Bofni gondaa nyaata
Goondaanis yeroosaa eeggatee
Du'aa bofaa
Dabreen wal soorratu
Eenyullee jiraateen hafu qofaa
Diriiraan ni micciirama
Yeroo eeggatee jijjirama
Kan bara darbe kolfu
Ni boo'a barana
Kolfaaf boo'aashees dhiisnee
Haa taajjabnuu jarana
@ Amee
Caamsaa 3, 2021
@jechama1 join godhaa
Forwarded from Faith Hope Love__--__--
Ati na jibbitus
ani sin jaaladhaa
Bu'aa isaas ammoo
Rabbiirraan argadhaa
~
Na jibbite jedhee
deebisee sin jibbuu
Kuni haqa koodha
takkaa sin kijibu
~
Na jibbi hanga feete
Inni mirga keetii
An garuu sin jibbuu
Yoomuu gaaf tokkottii
~
Jibbaan hin xureessu
keessa koo'n busheessu
Ati xiqqaattedhaaf
An' ofi'n xiqqeessu
~
By YW Kaachuu
ani sin jaaladhaa
Bu'aa isaas ammoo
Rabbiirraan argadhaa
~
Na jibbite jedhee
deebisee sin jibbuu
Kuni haqa koodha
takkaa sin kijibu
~
Na jibbi hanga feete
Inni mirga keetii
An garuu sin jibbuu
Yoomuu gaaf tokkottii
~
Jibbaan hin xureessu
keessa koo'n busheessu
Ati xiqqaattedhaaf
An' ofi'n xiqqeessu
~
By YW Kaachuu