Audio
Dargaggoo Geetuu Yaasin jedhama. Godinaa Shawaa Lixaa magaalaa magaalaa Ijaajjii jiraata. Waggoota muraasa dura kophee qulquleessaa turuu dubbata.
Yeroo ammaa garuu “Dhaabbata Oomisha Kophee Kookee” jedhamuu banuun dargaggoota 20 miindeessuun hojjachiisaa jira.Guutummaa isaa caqasaa. #VOA @oroquote @oroquote

Mormii Finfinne bakkeewwan garaagaraa, Amboo, Adaamaa, Awwadaay fi magalaalee biraatti adeemsifamaa jiru irratti kutaalee hawaasa Oromoo dhaadannoo garaagaraa dhageesisaa kan jiraniifi daandiileen gurguddoonis cufamanii jiru. Magaaloota akka Amboo, Adaamaa Awwadaay, Haraar fikkf keessattimmoo namoonni rasaasaan rukutamuufi kanneen wareegan jiraachuutu ibdama jira! @oroquote Jawar-ija-sabaati!
Koomiishinar Janaraalli Koomiishinii Poolisii Federaalaa Indaashaaw Xaasaw hojii olaantummaa seeraa kabachiisuu itti fufna jedhan.
Poolisiidhan tarkaanfiin narratti fudhatamuuf tureen aktiiviistii fi xiinxalaan siyaasaa obbo Jawaar Mahaammad yaadni miidiyaan dabarsan sirrii miti, tarkaanfiin fudhatame hin jiru jedhan koomiishinar Janaraalichi.
Poolisiidhanis ta'e mootummaadhan tarkaanfiin obbo Jawaarirratti fudhatame hin jiru. Humni nageenyaa eegumsa ramade sa'aa barbaadetti adeemsasaa eegee kaasuu ni danda'a; kaasaas ture; kun fuldurattis taanan itti fufa jedhaniiru.
Koomiishinarichi ibsa har'a laataniin obbo Jawaar Mahaammad hojii idilee isaaniirra jiru jedhaniiru.
Hiriirri magaalota naannoo Oromiyaa addaddaatti gaggeeffamaa kan jiru yammuu ta'u, koomiishinar janaraalichi dargaggoonni, ummanni, caasaan nageenyaa daandii akka bantanin yaadachiisa jedhaniiru.
Invastimantii fi sochiin idilee akka itti fufu, jijjiirramni eegalame akka hin gufanne ni yaadachiisna jedhaniiru.
#Fbc @oroquote

Magaala sabbataatti namni lammii chayinaa ta'ee koronaan irratti argamee jira. Kanaaf, jiraattonni magaalichaa sodaa dhiisuun eeggannoo barbaachisu godhaa#