Jireenya! Carraa jalqabaa fi isa dhumaa!
''Jireenyi dhiyeessii yeroo tokkooti. Akka gaariitti jiraadhuโ (Thoughts Wonder).
Wantoota har'a hojjechuu dadhabne, yeroo fi carraan isaa gaafa sirrii ta'e ni raawwanna. Jireenyi garuu akkas miti. Jireenyi carraa jireenya keessatti al tokko argamtudha. Erga itti fayyadamne booda yoomiyyuu hin deebi'u.
Carraa yeroo tokkoo kana sababa adda addaatiin osoo hin mudatin akka hin dabarre qaroo ta'i.
Jireenya kana itti gammaduudhaaf sooressa ta'uu hin qabdu, qaroo ta'uu hin qabdu, beekamaa ta'uu hin qabdu, nama si dhiisee deeme deebifachuu hin qabdu, hin barbaachisu waan barbaadde hunda argachuu qabda, nama hunda biratti fudhatama argachuu hin qabdu, biyya kamuu deemtee jiraachuu hin qabdu. . . .
Har'a jireenya guutummaatti jiraachuuf murteessuu dandeessa.
โข Waan har'a qabdutti gammadi, garuu waan hin qabne argachuuf cimtee hojjedhu.
โข Hojii harka jiru gammachuu fi ciminaan hojjedhu, garuu kaayyoodhaan jiraadhu, boru fooyyaโaa taโeef karoorfadhu.
โข Eenyu akka taate fudhadhuu ofitti gammadi, garuu amala dhuunfaa kee kan jijjiiramuu fi fooyyaโuu qabu irratti yeroo hunda hojjedhu.
โข Hanga galma kee bira geessutti imala keetti gammadi, garuu hanga galma kee bira geessutti sochii kee itti fufi.
@Jechootahayyoota

โฃ "Nama tokko umurii isaa guutuu qurxummii nyaachisuu irra; gaaftokko laga geessanii akka itti qurxummii qaban barsiisuu wayya"
โ Jechaa chaayinotaa
Join Us
โsสแดสแดโ
@Jechootahayyoota
โ Jechaa chaayinotaa
Join Us
โsสแดสแดโ
@Jechootahayyoota
Forwarded from MADDA BEEKKUMSAA๐ณ
Karaalee ittiin yaada sammuu keenyaa cimsannu.
1. Sammuun kee waanuma tokkottiyyuu akka hin dhiphanneef of eeggadhu!
Kan sitti himan caalaatti yaada keessa kee jiru itti yaaddee, maddisiiftee, barreessitee, karoorsitee utuu ittiin hojjattee yaada kee gabbifatta.
Namoonni tokko tokko yaada bareedduu utuma ofharkaa qabanii yaada nama kan biraatiin liqimfamanii hafu. Yookiin immoo ani dandeettii hin qabu, namni kan biraa kan ana irra caalu jira jedhanii yaada isaanii ukkaamsu!
2. Namoota yaada keetti si jajjabeessanii fi yaada kee miidhan adda baafadhu!
Beekumsaa fi dandeettii uumamaa kan addaa qabda. Beekumsi nama hundumaa immoo walitti dhufee hojii gurguddaa hojjata.
3. Yaada gaarii maddisiisuu! Yeroo hundumaa yaada gaarii maddisiisuuf of kakaasi!
Yaada gaarii yaaduun sammuu namaa boqochiisa.
Yaada gaarii maddisiisuun jireenya dhuunfaa irra darbee biyya ijaara!
Yaadni namootaa garaagara. Yaada nama kan biraatiin liqimfamuu irra ati hoo maal yaadda? Namni kamiyyuu yaada dhuunfaa mataa isaa qaba.
Yaada namoota hundumaa walitti fiduun yaada moo'ataa fi hojiif nama kakaasu ijaaruun ni danda'ama.

Gochi xiqqoon ati ganama kana raawwattu, oolmaa guyyaakeetii murteessa. Guyyaakee miidhaksuuf ganamakee waan gaariin eegali.
Oolmaa Gaarii!
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
Oolmaa Gaarii!
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
Yeroo jireenyi akka qaawa lilmoo sitti dhiphatu, atimmoo kirrii( fo'aa) ta'i hulluuqii keessa darbi.
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota
Hojii manee guyyoota 21 tokkof hojjechuu qabdu:
1. Ganama sa'atii 1 dura hirribaa ka'i
2. Galgala gara hirribaa yeroo deemtuu fi ganama hirribaa yeroo kaatu uumaa kee galateeffadhu
3. Fiilmii miira nama kakaasuu ilaaluu dhaabi
4. Guyyaatti kitaaba fuula 20 dubbisi
5. Torbanitti yeroo 3 yookaan 4 sochii jabeenya qaamaa hojjedhu
Hojii manee kana hojjennaan, jireenya kee keessatti jijjiirama ajaayibaa argita.

Kufaatiidhaan eegala
Jalqabni milkaa'inaa
"Gufadheera" jettanii
Bakka sana-n taa'inaa!
Hurufa heddummaatti
Jireenyi biyya lafaa
Jabaan kufus ni ka'a
Dadhabaan achitti hafa!
Kaayyoo kamuu qabaadhu
Nama hojjatu yoo taate
Aarsaa male hin geessu
Galma qabattee kaate!
Kanaaf seenaan hayyootaa
Waan baayyee nu barsiisa
Kufanii ka'uu beekuuf
Albert Enistaayintu
Daandii nutti agarsiisa!
Abdii kutachuu dhiisee
Al torba kufee ka'ee
Xurree qaroominaarra
Kutannoo cimaan ga'e!
Fakkeenyati fudhattee
Ittiin galaana ceetu
Thomas Edson laali
Obsaaf kutannoo feetu
Ji'a sadii barate
Mana barumsaa galee
Waan gadadoos rakkinni
Lakkuu isarratti dhale,
Gidiraa biyya lafaa
Obsee garaatti baatee
Balbii har'a ibsannu
Tiriikaa aaddunyaaf laate!
Galmasaa hin hanqifne
Rakkinni isa hudhanii...
Irra deddeebiin yaalee
Yeroo kuma kudhanii,
Obsaan yaadee kalaqee
Dukkana ibsuuf maloota
Gumaacha guddaa kana
Kaa'ee darbe dhalootaa!
Abdii akkan kutanne
Gaafa kutatte abdii
Rakkoon si kuffisuutti
Ofumaaf kuftee cabdi!
Miti gaafa maramtee
Carqiin awwaala buutu
Gaafa hamileen kee du'e
Dhugaan kan ati duutu!
Kanaafuu.....
Karri tokko cufamu
Lamatu siif banama
Hireen abaarin ciiftee
Galgalaafi ganama
Jiruu biyya lafaatu
Qorumsadha obbolee
Hedduunis obsa dhabee
Abdii kutuun okkole!
Bakka kuftee ka'i
Laali bitaaf mirga
Daandiin biraa jira
Siif baadhatee silga,
Ati abdii akkan kunne
Dursii abdii kutadhu
Bakka har'a jirturraa
Fuulduratti butadhu
Kuftee achitti hin hafin
Ol ka'i ni dandeessaa
Hin dhaabbatin tiradhu
Gaaf-tokko galma geessa!
@Jechootahayyoota
Jalqabni milkaa'inaa
"Gufadheera" jettanii
Bakka sana-n taa'inaa!
Hurufa heddummaatti
Jireenyi biyya lafaa
Jabaan kufus ni ka'a
Dadhabaan achitti hafa!
Kaayyoo kamuu qabaadhu
Nama hojjatu yoo taate
Aarsaa male hin geessu
Galma qabattee kaate!
Kanaaf seenaan hayyootaa
Waan baayyee nu barsiisa
Kufanii ka'uu beekuuf
Albert Enistaayintu
Daandii nutti agarsiisa!
Abdii kutachuu dhiisee
Al torba kufee ka'ee
Xurree qaroominaarra
Kutannoo cimaan ga'e!
Fakkeenyati fudhattee
Ittiin galaana ceetu
Thomas Edson laali
Obsaaf kutannoo feetu
Ji'a sadii barate
Mana barumsaa galee
Waan gadadoos rakkinni
Lakkuu isarratti dhale,
Gidiraa biyya lafaa
Obsee garaatti baatee
Balbii har'a ibsannu
Tiriikaa aaddunyaaf laate!
Galmasaa hin hanqifne
Rakkinni isa hudhanii...
Irra deddeebiin yaalee
Yeroo kuma kudhanii,
Obsaan yaadee kalaqee
Dukkana ibsuuf maloota
Gumaacha guddaa kana
Kaa'ee darbe dhalootaa!
Abdii akkan kutanne
Gaafa kutatte abdii
Rakkoon si kuffisuutti
Ofumaaf kuftee cabdi!
Miti gaafa maramtee
Carqiin awwaala buutu
Gaafa hamileen kee du'e
Dhugaan kan ati duutu!
Kanaafuu.....
Karri tokko cufamu
Lamatu siif banama
Hireen abaarin ciiftee
Galgalaafi ganama
Jiruu biyya lafaatu
Qorumsadha obbolee
Hedduunis obsa dhabee
Abdii kutuun okkole!
Bakka kuftee ka'i
Laali bitaaf mirga
Daandiin biraa jira
Siif baadhatee silga,
Ati abdii akkan kunne
Dursii abdii kutadhu
Bakka har'a jirturraa
Fuulduratti butadhu
Kuftee achitti hin hafin
Ol ka'i ni dandeessaa
Hin dhaabbatin tiradhu
Gaaf-tokko galma geessa!
@Jechootahayyoota
Addunyaa kana irraa namoonni bu'aa gurguddaa buusan gosa lamatu jira.
Isaanisโข๏ธ
โ. Namoota yaada (qalbii) tasgabba'aa ta'e qabanii fi
โ. Kanneen galata galchuu beekanidha.
โถ Namoonni yaada tasgabbaa'aa qaban waan yaadan qajeeltotti hubatu.
โถ Karoora isaanii ni beeku.
โถ Ogummaadhaan socho'u.
โฌ Namoonni waan isaaniif ta'e hundumaaf galateeffatan balbala milkaa'insaa isa itti aanutti darbuuf akeeku. Isaan warra gammadaniidha. Gammachuun isaanii kaka'uumsa hojiif bu'uura.
โฌ Wanti itti gammadaa hojjetan yoo dadhabanillee nama hin nuffisiisu.
โฌ Namni fedha yoo dhabe malee waan tokko fiixan baasuu hin dadhabu.
๐งฉ @Jechootahayyoota

๐ถ๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ช๐ฝ
๐ฒ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐, โ๐ข๐๐๐๐๐, ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐ก๐๐๐โ๐๐ ๐๐๐๐ข๐๐ฆ๐๐๐๐๐๐ ๐ก๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ก๐'๐ ๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐, ๐๐๐ ๐๐๐๐ (๐๐๐๐) ๐๐ก๐ก๐ โ๐๐๐ก๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐ โ๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐ก๐๐, ๐๐๐๐ฆ'๐๐ ๐ค๐๐๐ก๐ ๐๐๐๐๐ก๐ข ๐ ๐๐ก๐ก๐ ๐๐๐๐๐๐๐ก๐๐? ๐๐๐ ๐ ๐๐๐ฆ๐ฆ๐ข๐ข ๐๐โ๐ข๐ข โ๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ ๐ข. ๐๐๐๐๐๐โ๐๐ ๐ ๐๐๐ ๐ ๐๐โ๐'๐ข๐ข ๐๐๐๐๐'๐, ๐ฆ๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐ ๐ฅ๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐ข๐ข ๐๐๐๐๐'๐.
๐ป๐๐ ๐ก๐'๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐/๐๐๐ ๐๐ก๐ก๐ ๐๐๐๐โ๐๐ก๐๐ ๐ฆ๐๐ ๐๐๐๐ ๐ก๐ โ๐๐? ๐๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ข๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐โ๐ ๐๐๐ก๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐ ๐. ๐ณ๐๐๐๐๐ ๐๐๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐ก๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ก๐, ๐๐๐๐๐๐๐/๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐โ๐ ๐๐๐๐ก๐, ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐โ๐ ๐๐๐๐๐๐ก๐๐ก๐. ๐ณ๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐ด๐๐๐๐๐ ๐๐๐
๐ถ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐.
@jechootahayyoota

Dhugaa kee nama hin hubanne hubachiisuf hin dhama'in.
Namoonni baay'en kan dhagahan, dhugaawwan ati dubbattu osoo hin taane, wanta dhagahuu barbaadan qofa dhagahan. Ati calliste jechuun ati soba, isaan dhugaa dubbatan jechuu miti. Akkas osoo hin taane dhugaa kee uuman keetif yeroon akka siif dubbatan taasisaa jirta jechuudha. Kan dubbatu hundi dhugaa hin dubbatu. Yeroo tokko tokko dhugaawwan uuman keetif yeroon siif dubbatan baay'etu jira. Kanaaf dhugaa koo namoonni naaf hubachuu didan jettee hin dhiphatin!

๐๐จ๐ซ๐ฎ ๐๐จ๐ซ๐ฎ ๐ก๐ข๐ง ๐ฃ๐๐๐ก๐ข๐ง
๐ป๐๐'๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐, ๐๐๐ โ๐๐'๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ก๐๐๐ ๐๐ ๐, โ๐๐๐๐ฆ๐๐๐ก๐ ๐๐๐ ๐ค๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ โ๐๐๐๐๐๐. ๐ต๐๐๐ข๐ ๐ฆ๐๐๐ โ๐๐๐๐๐โ๐ ๐๐๐ ๐โ๐๐๐๐๐๐, ๐๐๐๐๐ข๐๐๐ก๐ ๐๐ ๐๐ข๐๐๐/๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐โ๐๐ ๐๐๐๐ก๐ ๐ฆ๐๐ ๐ก๐'๐ ๐๐ข๐ฆ๐ฆ๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐/๐๐๐๐ ๐ (๐๐๐๐๐๐) ๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐ ๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐ ๐'๐๐. ๐บ๐ข๐ฆ๐ฆ๐๐๐ ๐๐๐๐ข๐ข ๐โ๐ข๐๐ข๐ข ๐๐ ๐โ๐๐๐ ๐ข๐ข ๐๐ โ๐๐, ๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐ ๐๐ก๐ก๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐โ๐ข๐๐ก๐ข ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ก๐?
๐บ๐ข๐ฆ๐ฆ๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐. ๐บ๐ข๐ฆ๐ฆ๐๐๐ ๐๐ข๐ก๐ ๐๐๐๐๐ข ๐๐๐'๐. โ๐๐๐๐๐โ๐ข๐ข๐ ๐ก๐'๐, ๐โ๐๐๐๐๐๐ ๐ค๐๐-๐๐๐๐๐๐โ๐ข๐ข ๐๐ ๐ค๐๐-๐๐๐๐๐๐๐๐ข๐ข ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ฆ๐ข โ๐๐'๐ ๐๐๐๐. ๐ทโ๐ข๐๐ข๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ข๐ข ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ก๐๐๐๐๐ ๐๐ข๐ฆ๐ฆ๐๐๐ ๐๐๐๐ข๐ข ๐๐๐๐ โ๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ก๐ก๐ ๐ฆ๐๐๐๐๐, โ๐๐'๐ ๐๐๐๐๐ โ๐๐๐๐๐โ๐ข. ๐บ๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐. ๐ธ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐

Yeroo tokko tokko wanni nuti barbaannu bakka nuti yaanne saniin ala waan jiru nutti hin fakkaatu.
garuu bakka baayyee bakka ati hin yaanneen milkaayinni hedduutu jira.
Waan tokkoon hin milkoofne jechuun; wanni hundi achirratti dhaabbate jechuu miti.
Yeroo asiin cufamte achiin banaa tahuu hubachuu qabna.

Forwarded from JECHOOTA HAYYOOTA
Hordaftoota channali keenya kabajamoo,, Channali Youtube kana SUBSCRIBE godhudhaan Hordoofa Isinin jennaa.Dabalataanis yeroo dhihoo kessatti Baacoo,walaloo,Oduu durii,seenaa Hayyoota,Seenaa Gootota Oromoo hundaa Qabatee Isiniif dhufuuf qophii isaa Xumuraa waan jiruuf SUBSCRIBE godhuudhan Barnoota gara garaa Irraa Argachuu Nin dandessaan jedheen Abdii guddaa irraa Qaba waan taheef Ammuma SUBSCRIBE bakka jettu tuqudhaan maatii Ta'a!!!
โคISININ JAALADHA OROMOO TIYYAโค
โโโโโโโโโโโ
Watch "Hacaaluu Consertii America irratti" on YouTube
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
https://youtu.be/TCT8FQ2nlmU

YouTube
Hacaaluu Consertii America irratti
oromoo tiyya Like share subscribe godhudhan nuu cina dhaabadha!!โค Isinin jaaladhaโคโค
Yeroo callistu yaaduu dandeessa.
Yeroo callistu dhaggeeffachuu dandeessa.
Yeroo callistu yaadachuu dandeessa.
Yeroo callistu miiraa kee mo'achuu dandeessa.
Yeroo callistu of argachuu dandeessa.
Argitee jireenya keenya keessatti wantoonni hedduu barbaachisoon callisuu keessa jiru.

Kitaaba "The Power of Regret" (Humna Gaabbii) jedhu kan Daniel H. Pink, Gisela Chipe, et al.:
1. Gaabbiin kan hundaati.
Namuu gaabbii qaba. Isaanis kutaa muuxannoo dhala namaa isa idilee ti.
2. Gaabbiin yakka ykn salphina tokko miti.
Gaabbiin waaโee waan darbee yoo taโu, yakki fi salphinni garuu waaโee yeroo ammaa ti. Gaabbii jechuun miira gadda ykn gaabbii waan taโeef yoo taโu, yakka jechuun miira waan taโeef itti gaafatamummaa fudhachuu yoo taโu, salphinni immoo miira salphinaa ykn salphina.
3. Gaabbiin kakaโumsa cimaa taโuu dandaโa.
Gaabbiin jireenya keenya irratti jijjiirama akka goonu nu kakaasuu dandaสผa. Fakkeenyaaf, daandii hojii murtaaสผe tokko hordofuu dhiisuu keenyatti yoo gaabbinu, abjuu sana dhugoomsuuf tarkaanfii fudhachuuf carraan keenya guddaa taสผuu dandaสผa.
4. Gaabbiinis madda ogummaa taโuu dandaโa.
Gaabbiin dogoggora keenya irraa barannee gara fuulduraatti murtoo fooyyaโaa akka goonu nu gargaaruu dandaโa.
5. Namoonni baayโeen gaabbii ijoo afur qabu.
Gaabbiiwwan kunniin:
โข The "Boldness Regret"โBalaa fudhachuu fi jireenya guutummaatti jiraachuu dhiisuu keenyatti ni gaabbina.
โข "Gaabbii Walitti Hidhamiinsaa"โHariiroo namoota biroo wajjin qabnu irratti yeroo fi humna gahaa invast gochuu dhabuu keenyatti ni gaabbina.
โข The "Integrity Regret"โMurtoo faallaa gatii keenyaa ta'e murteessuu keenyatti ni gaabbina.
โข The "Provision Regret"โFayyaa qaamaa fi maallaqaa keenya kunuunsuu dhabuu keenyatti ni gaabbina.
6. Gaabbii keenya gara humna gaariitti jijjiiruu dandeenya.
Kana gochuu kan dandeenyu:
โข Gaabbii keenya adda baasuu.
โข Hundee gaabbii keenyaa hubachuu.
โข Gaabbii keenyaaf dhiifama ofiif gochuu.
โข Gaabbii keenya irraa barachuu.
โข Jireenya keenya irratti jijjiirama gochuun gaabbii keenya irra deebiโuu irraa of qusachuu.
7. Jireenya keenya keessaa gaabbii dhabamsiisuuf yaaluu hin qabnu.
Gaabbiin madda odeeffannoo fi kakaโumsa gatii guddaa qabu taโuu dandaโa.
8. Kanaa mannaa gaabbii keenya toโachuu irratti xiyyeeffachuu qabna.
Kana gochuu kan dandeenyu ofitti mararfachuu, dhiifama gochuu fi galateeffachuu shaakaluudhaani.
9. Gara fuulduraattis murtoo fooyyaโaa gochuuf gaabbiitti fayyadamuu dandeenya.
Gaabbii keenya hubachuudhaan, gatiiwwan keenyaa fi wanta dursa kenninu adda baasuu dandeenya.
10. Gaabbiin mallattoo dadhabbii miti.
Mallattoo ciminaa fi of beekuu ti.
11. Gaabbii nutti dhagaสผamuu sodaachuu hin qabnu.
Miira fayya qabeessaa fi idilee ta'eedha.
12. Gaabbiin jireenya keenya akka toโatu gochuu hin qabnu.
Inumaayyuu akka meeshaa guddinaa fi jijjiiramaatti itti fayyadamuu qabna.
13. Gaabbiin jireenya caalaatti hiika qabu jiraachuuf nu gargaaruu dandaสผa.
Gaabbii keenya hubachuudhaan, filannoowwan gatii keenyaa wajjin walsimu gochuu dandeenya.
14. Gaabbii keenyaaf galateeffachuu qabna.
Isaan barachuu fi guddachuuf nu gargaaruu dandaสผu.
15. Gaabbiin humna gaarummaaf humna guddaa qabuudha.
Jireenya keenya irratti jijjiirama akka fiduufi addunyaa irratti dhiibbaa gaarii akka geessisnu nu kakaasuu dandaโa.
Barumsawwan kana hordofuudhaan gaabbii keenya toโachuu barachuu fi jireenya caalaatti hiika qabuu fi gammachuu qabu jiraachuuf itti fayyadamuu dandeenya.

#Amma_Jalqabi!
Akka gaariitti hojjechuuf hin yaadda'in. Callisiituma hojjechuu eegali.
Kitaaba gatii guddaa baaasu barreessuudhaaf hin yaadda'in, barreessuu qofa eegali. Mo'ataa Grammy Award ta'uuf hin yaadda'in, muuziqaa qofa hojjedhu. Kufaatii hin yaadda'in, mul'achuu fi yaaluu qofa itti fufi. Tokkoffaa, wanti barbaachisaa taสผe, wanta gochuu barbaadde raawwachuu kee ti. Sana booda dogoggora kee irraa barachuudhaan yeroo darbaa deemuun bakka barbaadde gahuu dandeessa.
Dhugaan jiru garuu wanti ati hojjettu ajaa'ibaa fi addunyaa jijjiiru ta'uu fi dhiisuu isaa yoo yaaddofte milkaa'ina guddaa hin argattu. Wantoota kana kan argattu yeroo salphaatti waan hiika qabuu fi hiika qabu ofii keetii uumuuf of hayyamtudha.
Kanaaf mudaa kan hin qabne taสผuu mannaa guddina irratti xiyyeeffadhu. Waan tokko haala gaariin hojjechuu mannaa, hojii sana hojjechuu irratti xiyyeeffadhu. Sana booda hojii sana akka barbaaddetti gulaaluu, ijaaruu, fooyyessuu fi guddisuu dandeessa.
Gaara yaaddoo kee ofirraa baasuu qofa irraa jalqabi. Hiriyaa koo mee ammuma jalqabi!

Jiruu tee keessatti Qormaata jajjabaa taheen Qormaatamuu dandeessa. Barattee ka itti qormatu osoo tahin Qormaatamtee ka itti barattu tanaafu qormaanni akkanaa kun Jabeenya siif arjooman dandeeyti waa ba'achuu dandahuu siif oomisha. Yeroo hunda garuu Qormaanni yeroo sitti baayyatu Fuulduratti tarkaanfatuu malee of duuba deebi'uu hin filatin!.๐ค๐ฅ
@Jechootahayyoota
@Jechootahayyoota