As wr wb obboleeyyan kiyya.
Soomana guyyaa 9ffaa xumurree 10ffaa eegaluuf jirra alhamdulillaah.
Rabbiin nurraa haa qeebaluu jabaadhaa.

๐2๐ฅ1
Wantota sooma keessa eeyyamaman
**
1/ Bishaan keessa seenuu fi ofirra naquun, dhangalaasuun ni taa.
Hadiisa keessatti akka dhufetti Rasulli (SAW) haala soomaa jiranuun dheebuu ykn gubaarraa kan kaโe bishaan ofirra dhanglaasu turanโ. Ahmad, Maalikii Fi Abuu Daawudtu sanada sahihaan gabaasan.
Fedhii namtichaatiin male yoo bishaan garaa isaa seene soomni isaa hin cabu.
2/ Janaabaan osoo jiranii fajriin namatti ba'uun sooma hin miidhu.
ููู ุงูุตุญูุญูู ุนู ุนุงุฆุดุฉ ุฑุถู ุงููู ุนููุงุ ุฃู ุงููุจู ุตูู ุงููู ุนููู ูุณูู " ูุงู ูุตุจุญ ุฌูุจุงุ ููู ุตุงุฆู ุ ุซู ูุบุชุณู ".
Bukhaarii fi Muslim keessa akka jirutti Rasuulli (SAW) soomaatuma janaabaan bulanii ganama erga ifee dhiqatu ture.
3/ Kuulii ijaa kuullachuu, ijatti waa cobsachuu fi kkfn ituma dhandhamni isaa itti dhaga'ameellee sooma hin cabsu.
ูุนู ุฃูุณ: " ุฃูู ูุงู ููุชุญู ููู ุตุงุฆู ".
Anasirraa akka dhufetti odoma soomaa jiruu kan kuullatu ture.
4/ Nama of eeggachuu dandaโuuf haadha manaa isaa dhungachuun ni eeyyamama:
ููุฏ ุซุจุช ุนู ุนุงุฆุดุฉ ุฑุถู ุงููู ุนููุง ูุงูุช: " ูุงู ุงููุจู ุตูู ุงููู ุนููู ูุณูู ููุจู ููู ุตุงุฆู ุ ููุจุงุดุฑ ููู ุตุงุฆู
Aa'ishaa irraa akka odeeffametti Rasuulli (SAW) โosoo soomanii kan dhungatan turanโ. Hadiisni umar irraa odeeffames akka inni eeyyamamu agarsisa. Kana keessatti jaarsaa fi dargaggoo osoo adda hin basin yoo kan shahwaa /fedhii/ kaasu taโe dhorgamaa dha. yoo homaa fedhii hin kakaafne taโe rakkoo hin qabu.
5/ Koobbannaa:
ููุฏ ุงุญุชุฌู ุงููุจู ุตูู ุงููู ุนููู ูุณูู ููู ุตุงุฆู ุฑูุงู ุงูุจุฎุงุฑู
Bukhaarii keessatti akka dhufetti ergamaan Rabbii (SAW) soomaa koobbataniiru. Khilaafni jidduu ulamaa ni jira. Garuu yoo kan dhiigni baโu qaama namichaa dadhabsiisee sooma irraa isa laaffisu taโe dhisuutu filatamaa dha.
6/ Lulluuqqachuu fi bishaan funyaan seensisuu:
Lulluuqachuu fi bishaan funyaan seensisuun rakkoo hin qabu. Garuu fuuyaan seensisuu kassatti daangaan gaโuun barbaachisaa miti.
ูุนู ูููุท ุงุจู ุตุจุฑุฉ ุฃู ุงููุจู ุตูู ุงููู ุนููู ูุณูู ูุงู: " ูุฅุฐุง ุงุณุชูุดูุช ูุฃุจูุบุ ุฅูุง ุฃู ุชููู ุตุงุฆู ุง ".ุฑูุงู ุฃุตุญุงุจ ุงูุณูู. ููุงู ุงูุชุฑู ุฐู: ุญุณู ุตุญูุญ.
Laqiix Ibnu Saburaa irraa akka odeeffametti Rasuulli (SAW) akkana jedhan: โYeroo funyaan seensifattu yoo kan hin soomne taate daangan gaโiโ. warra sunanaa arfantu gabaasan.
Namni soomu qoricha funyaan keessa kaa'achuu beektoleen dhowwaniiru. Nama lulluuqqatuu fi bishaan funyaan seensifatu kassatti yoo osoo inni hin barin bishaan garaa seene soomni hin badu jecha jedhutu filatamaa dha.
7/ Beektoleeen akka jedhanitti marfee waraannachuunis sooma hin cabsu.
8/ Akkasumas wantootni eeggachuf hin mijoofne kanneen akka gororaa, dhukkee /quttoo karaa irraa, daakuu mana baaburaatii namatti quttaa'uu fi kkf sooma hin cabsan.
ูุงู ุงุจู ุนุจุงุณ: ูุง ุจุฃุณ ุฃู ูุฐูู ุงูุทุนุงู ุงูุฎูุ ูุงูุดุฆ ูุฑูุฏ ุดุฑุงุกู.
Ibnu Abbaas akka jedhetti namni nyaataa fi wanta bituu fedhu dhandhamuun sooma isaa hin cabsu. Foolii gaari urgeeffachuun, shittoo garaa garaa dibachuun, kuuliinii fi kkfโโn sooma hin cabsan.
9/ Nama soomuuf hanga fajriin bahutti nyaachuu, dhuguu fi wal-qunnamuun ni eyyamama.
ุฑูู ุงูุจุฎุงุฑูุ ูู ุณูู ุ ุนู ุนุงุฆุดุฉ ุฑุถู ุงููู ุนููุง: ุฃู ุงููุจู ุตูู ุงููู ุนููู ูุณูู ูุงู: " ุฅู ุจูุงูุง ูุคุฐู ุจูููุ ููููุงุ ูุงุดุฑุจูุงุ ุญุชู ูุคุฐู ุงุจู ุฃู ู ูุชูู ".
Aaโishaa irraa akka odeffametti Rasuulli (SAW) akkana jedhan "Bilaal halkaniin azaanaa hanga Ibnu ummi maktuum azaanutti nyadhaa dhugaa." Bukhaari fi Muslimtu gabaasan.
Ibnu ummi Maktuum kan azaanu yeroo salaanni ga'e eeggateeti.
10/ Dubartiin aadaa ji'aa /haydii qabdu ykn dhiiga dahaa qabdu yoo fajrii dura irraa cite eega fajriitii dhiqattee soomu ni dandessi.
ยฉ๏ธ Gaalii Abbaa Boor

๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐!
Waraana ummata Walloo irratti baname waan salphatti laaluu qabnuu miti. Hawaasni hundi bakka hundaa dammaqee waan kana mormachuu qaba. Imaamonni masjiidaa, majliisni naannoleetiifi hoggantoonni majliisa federaalaa, dhimma kanarratti waan dandaโan hunda godhuu qaban. Osoo hawaasni Walloo dhumu, osoo miidhaan jechaan ibsuun hin dandaโamne isaan irra gahu calโisuun hin taatu. Hundi dammaqee mootummaa irratti dhiibbaa godhee, hawaasa kanaaf dirmannaan akka taasifamu godhuu qaba. ummanni Walloo qaama keenya. Miidhamni isaanii miidhama keenya. Roorroo walirratti laaluun hin taatu. Bakka jirruu waliif dirmachuu qabna.
Ummata Walloo irraa waraanni dhaabbatee hin beeku. Taโus yeroo Ramadaanaa eeguudhaan obboloota keenya irratti gocha gara jabeenyaa hedduu raawwachuu irratti argaman. Kun ammoo waan akka tasaa mudate osoo hin taane waan itti yaadamee hojjatamaa jiruudha. Kanaafuu bara baraan rakkoo deemaa jirtu tana dhaabsisuudhaaf namuu bakka jiruu dammaqinaan hirmaachuu barbaachisa.
Waraana hamaa yeroo ammaa godina Walloo keessatti gaggeeffamaa jiruun, namoonni madaawan walโaansa gahaa argachutti hin jiran. Gara Magaalaa Adaamaa deemanii akka hin walโaanames karaa cufaadha. Imala dheeraa baasii guddaa gaafatuun namoonni muraasni gara magaalaa Adaamaa deemuun tajaajila walโaansaa muraasa argachaa jiran. Warri carraa argatee gara magaalaa Adaamaa imale kunis gargaarsa nurraa barbaada. Nuti hundi bakka jirrurraa wal gurmeessinee, namoota walโaansaaf gara Adaamaa deeman kana bira dhaabbachuu qabna. Waan qabnu walitti buusnee obboleewwan keenyaaf tumsuun dirqama Islaamummaati.
Rabbiin ummata Wallootiif haa dirmatu. Tumsa isaatiin isaan bira dhaabbatee nasriin isaan haa gammachiisu

๐1๐ฅ1
Hooggantoonni Mana Maree Dhimmoota Islaamummaa Oromiyaa namoota lola humnoonni finxaaleyyii faannoo uummata Oromoo Walloo irratti bananiin miidhamanii Hospitaala Adaamaatti wal'aanamaa jiran daawwatuun deeggarsa taasisaniif.
Jilli hooggantoota Mana Maree Dhimmoota Islaamummaa Oromiyaa kanneen akka Pirizidaantii Mana maree dhimmoota Islaamummaa Oromiyaa
Sheek Jamaal Muussaa, Itti gaafatamaa Hajjii fi Umraa Sheek Jamaal Aliyyii fi Barreessaa Majliisa Oromiyaa Doktar Mohaammad Hakiim dabalatee abbootii amantaa muslimaa biroo of keessaa qabu har'a waaree booda miidhamtoota Hospitaala Adaamaa jiran bira dhaquun jajjabeessanii jiru.

๐2
Salaatni Tarawiihaa Sunnaalee Ramadaanaa Jajjabduu Kheeysaa Tokko..
Inniis Araarama Rabbii namaaf arkamsiisa.. akkuma Ergamaa Allaaha irraa dhufetti.. " Namni halkan Ramadaanaa Dhaabbate dhugoomsaa haala tahee fi Ajrii Rabbirratti hisaabbataa haala taheen.. Diliin isaa tan dabarte hundi isaaf araaramamti..
Akkasuma dhaabata halkanii kan Ramadaana booda irratti nama leenjifti.. sha3aa'ira Amantii islaamaa mullisu kheeysaa tokko..
Lakkofsi Murtaawaan 'hangana salaataa' ja'u Ergamaa Allaahaa irraa nutti hin dhufne... ammoo Irra hedduun salaata Rasuulaa SAW kan halkanii 11-13 ture.. yeroo tokko tokkoos sanii ol salaata..
Waa'ee lakkoofsa salaata halkanii kheeysatti Salafoota kheenya gaggaarii irraa oduu garagaraatu nutti gahe.. kan 11 ja'uu fi kaan 23, kaan 39.. kana malees ni jira.. akka walii galaatti, sunnaan halkanii lakkooysaan murtooytuu miti.. namuu hanga dandahu salaatuu ni dandaha.. kan 11 filattee fi kan 23 or 39 filatees karaarraa hin baanee..
Qabxiin biraa Ergamaan Rabbii SAW akkana ja'an.. " Namni Imaama wajjiin salaate hanga Imaamni fixatutti.. sawaaba dhaabbata halkan guutuutu isaaf katabama".. kanaaf imaama duubaan salaanne hanga inni fixatuu isaa wajjiin turuun keenya ajrii guddaa qabaachuu isaa hin dagatinaa..
Hubachiisa: Akka fatwaa Ulamaa'ii rraa kennametti.. Imaamni masjidaa yoo nam lama tahan.. kan dhaabbata walii gargaaran, kana jechuun:( tokko hanga duraa namaan salaatee, kaaniis hanga boodaa namaan salaatu).. isaan lamaanuu akkuma imaama tokkootti laalaman.. saniifuu ajrii dhaabbata halkan guutuu arkachuuf, imaamni jijjiiramuus hanga salaatni dhumuu turuun keenya barbaachisaa dha jachu..
Salaatni taraawiiha jamaa'aan salatamuun isaa beekkamaa dha.. kuniis dhalaaniis dheeyxee salaatuu ni dandeeysi jachuu.. yoo fitnaan amanamte.. bikka fitnaan sodaachisutti ammoo manumatti salaatuu tu barbaachisa jachu..
Ergaa tana wanniin boodaan fideef.. naannoo hedduutti shamarranii fi dargaggoon tokko tokko maqaa salaata Taraawiihaatiin manaa bahanii haalli badaan Rabiin hin jaalanne isaanirraa mullata..
Diliin Ramadaana kheeysaa, akkuma Ibaadaan dachaa taatutti..
Qixaaxni dilii tiis dachaa tahuun isaa beekkamaa dha..
Rabbi haa sodaannuu obbaleeyyan..
Jia kana keeysaas ibaadatti haa jajjabaannu..
Rabbi nuuf haa laffisu.

๐ Laylatul qadri warra salaatuufi warra masjiida keessa jiru qofaafii miti
Warra xurii laguu irra jiruu fi warra dhiiga dahuumsaa irra jiran, imaltoota... faayidaan halkan kanaa isin hindarbin. Zikrii fi ibaadaawwan garagaraatin jajjabaachuu qabdan. Halkan san keessatti du'aa'ii baayyisuu hindagatinaa laylatal qadri warra salaatuu fi warra masjiida keessa jiran qofaafii miti.
Namni baayyeen masjiida yoo hindeemin faayidaa(kheyrii) kana waan argatu itti hinfakkaatu. Kun dogongora! Wanni guddaan nurraa eegamu ibaadaarra jiraachuu keenya. Nama dandeettii qabuuf garuu suunnaa Nabiiyyii keenya jaalatamaa(saw) hordofuuf masjiida osoo jiraannee nijaalatama. Yoo hindandeenne bakkuma jirrutti kan hojiirra jiru bakka hojiitti kan mana jiruu manuma keessatti ibaadaarratti jajjabaachuu qaba.
Rabbi laylatul qadriin nu haa qunnamsiisu!

#Eenyutu Leylatul Qadriin argata?!
๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ
#Guyyaa sana beekuuf beekuu dhabuu miti dubbiin, Kurnan xumuuraa keeyritti cimuudha malee.
#Namni halkan san niyyaa tolfatee tattaafate kamuu badhaasa kana ni goonfata!
#Dhukkubsataan hospitaala siree gubbaa jirus.
#Imalaan imala irra jirus Namuu bakka jirutti halkan kana zikrii fii waan shari'aan hojjachuu isaaf hayyamte yoo hojjate ni argata!
#Halkan kana maaltu hojjatama?!
๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ๏ฌฉ
#Salaata (Magribarraa qabee hanga subhiitti,salaata sunnaalees)
#Qur'aaana qara'uu
#Zikrii heddummeessuu.
#Sadaqaa kennachuu.
#wanta keyri jedhame, hundaa hanga danda'ameen godhuu dha!
โDu'aa'ii halkan leeylatal qadrii jedhamtuโ
เคพเคพเคพเคพเคพเคพเคพเคพเคพเคพเคพเคพเคพเคพเคพเคพเคพเคพเคพเคพเคพเคพเคพเคพเคพเคพเคพเคพเคพเคพเคพเคพเคพเคพเคพเคพ
ุณุฃููุชููู ุตูู ุงูููู ุนูููู ูุณูููู ู ุนุงุฆุดุฉู ุฑุถู ุงููู ุนููุง : ุฅูู ูุงููุชููุง ูุจูู ู ุฃุฏุนูุ ูุงู ูููู : ุงูููู ูู ุฅูู ุนููู ุชุญุจูู ุงูุนููู ูุงุนูู ุนูู.
๐ทAllaahumma innaka afuwwun, tu hibbu al-afwa fa'afu annii.
Yaa rabbii kiyya ati irra namaaf dabraadha, irra namaaf dabruus jaallatta, irra naaf darbi.

As wr wb
Jabeenya argachuuf jabaatanii hojjachuun gahaadha

Knowing more is occur with Reading more.
Reading more need your time management.
TO manage your time be ready your self.
Then you can achieve to your goal in aim of allah!!!

Jiraachuun Keenya nu qofaaf osoon hin taane uumama biroo hin fayyadu taanaan jiraachuu dhabuutu caala!
Mul'ataaf malee mul'achuuf hin hojjatin
Mul'anni kee bakka ati gahuu barbaaddu sitti mul'isa. Namni mul'ata qabu mul'ata isaa galmaan gahuuf jiraata. Namni mul'ata isaa galmaan gahuuf hojjatu galma ni ga'a. Namni mul'achuuf hojjatu galmi isaa mul'achuuf males mul'ata waan hin taanef galma gahu hin qabu.
Namni mul'ata qabuu fi mul'ataaf hojjatu akka Ifaa bara baraan hin dhaamnetti mul'anni isaa ol baasee isa mul'isa. Namni mul'achuuf hojjatu immoo yeroo ta'eef akka Ifaa billic jedhee takka ifee deebi'ee dhaamuu mul'atee bada. Yoomiyyuu yoo ta'e mul'achuuf osoo hin taane, mul'ata kee galmaan gahuuf hojjadhu.
Uffata feete uffadhu, konkolaataa feete qabadhu, barbaaddu xiyyaara feete qabaadhu, qabeenyi kee ittiin mul'achuuf osoo hin taane mul'ata kee galmaan ga'uuf hojjadhu. Waan mul'ata ittiin galmaan geessu malee waan ittiin mul"attu barbaadutti yeroo kee hin gubin. Addunyaa kan jijjiiran namoota mul'achuuf dhama'an osoo hin taane, namoota mul'ata galmaan ga'uuf dhama'aniidha.

The owner of this channel has been inactive for the last 17 months. If they remain inactive for the next 10 days, they may lose their account and admin rights in this channel. The contents of the channel will remain accessible for all users.
Channel name was changed to ยซEast Hararghe Zone Muslim Youth Council (EHZ-MYC)ยป
๐ข ODUU GAMMACHIISAA โ BEEKSISA ADDAA
๐ KAAWUNSILII DARGAGGOOTA MUSLIMAA GODINA HARARGEE BAHAA (EHZMYC)
Kabajamtoota fi Jaalatamtoota Hawwaasa keenyaa,
Marii keessanii akkam nagayaan jirtu?
Alhamdulillah, Kaawunsiliin Dargaggoota Muslimaa Godina Harargee Bahaa hojii hawaasummaa, hojii dargaggootaa fi hojii keessatti tokkummaa obbolummaa cimsuuf hojii adda addaa hojjechaa jira.
Kanaafis odeeffannoo, barnoota, hojii dargaggootaa fi beeksisoota adda addaa isin biraan gahuuf chaanaalii Telegram keenya qopheessineerra.
โจ Chaanaalii Telegram keenya irratti nu hordofaa, wal biraan gahaa!
๐ https://t.me/IAK31
Chaanaalii keenya irratti:
โ Barnoota Diinii fi hawaasummaa
โ Odeeffannoo hojii dargaggootaa
โ Ergaalee tokkummaa fi obbolummaa
โ Sagantaalee fi hojii Kaawunsilichaa
โ Hubannoo fi gorsa dargagoottaa muslimaa, hawaasummaa
ni argattu.
๐ Isinis:
โข Join godhaa
โข Share godhaa
โข Obboloota keessan affeeraa
โข Odeeffannoo gaarii wal biraan gahaa
Dargaggoonni harโaa ummaata boruu ijaaru. Kanaaf: ๐ฅ Kaโi!
๐ฅ Hirmaadhu!
๐ฅ Miseensa taโi!
๐ LINK GALMEE MISEENSAA: ๐ https://membership.emyc.et
๐ฒ Odeeffannoo guyyaa guyyaa argachuuf: ๐ https://www.facebook.com/share
๐ค Tokkummaan humna!
๐ Dargaggoon Muslimaa jechuun naamusaa, hojii fi obbolummaa!
๐ฑ Hawaasa keenya beekumsaa fi hojii gaariin haa ijaarru!
๐ฅ โHumni Dargaggootaa Hawaasa Ijaara!โ
KAAWUNSILII DARGAGGOOTA MUSLIMAA GODINA HARARGEE BAHAA
(East Hararghe Zone Muslim Youth Council โ EHZMYC)

Telegram
East Hararghe Zone Muslim Youth Council (EHZ-MYC)
Be improve your ability by reading!
๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐โจ
๐ KAAWUNSILII DARGAGGOOTA MUSLIMAA GODINA HARARGEE BAHAA
East Hararghe Zone Muslim Youth Council (EHZโMYC)
๐ข Kabajamtootaa fi Jaalatamtoota Hawaasa keenyaa hundaaf,
As-salaamu Alaykum Warahmatullaahi Wabarakaatuh.
KAAWUNSILII DARGAGGOOTA MUSLIMAA GODINA HARARGEE BAHAA (EHZโMYC) gammachuu guddaadhaan hojii Kaawunsilii fi tajaajila hawaasummaa keessatti hojii balโaa fi buโa qabeessa taโe hojjechaa jiraachuun isaa ifatti beeksisa.
๐ฏ Kaayyoon Kaawunsilii keenyaa guddaan:
โ Dargaggoota cimaa fi dammaqoo ijaaruu
โ Tokkummaa fi obbolummaa hawaasaa cimsuu
โ Naamusa, beekumsa fi hojii kheeyrii babalโisuu
โ Tajaajila hawaasummaa keessatti hirmaannaa dargaggootaa guddisuu
โ Hawaasa nageenya, jaalala fi qindoomina qabu ijaaruu dha.
๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐+
Galmee Miseensota Mil 3+
๐ Guyyaa 21/08/2018 irraa eegalee sagantaan galmee miseensotaa ifatti hojii jalqabee jira.
โก๏ธ Sagantaa Kawunsillii dargaggootaa addunyaa balโaa keessatti hirmaannaa guddaa fidu jalqabamee jira!
Sagantaan kun:
๐ Tokkummaa hawaasaa cimsuuf
๐ค Jaalalaa fi obbolummaa babalโisuuf
๐ Dammaqiinsa dargaggootaa guddisuuf
๐ Tajaajila amantaa fi hawaasummaa keessatti hirmaannaa cimsuuf
๐ Dargaggoota hojii kheeyrii keessatti hirmaachisuuf qophaaโe dha.
๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐
Itti gaafatamtoonni aanaalee Godina Harargee Bahaa hundi marii balโaa keessatti hirmaachuun:
โ๏ธ Tokkummaa irratti
โ๏ธ Gurmaaโinsa irratti
โ๏ธ Qindoomina hojii irratti
โ๏ธ Tajaajila hawaasummaa irratti
waliigaltee cimaa irra gaโanii jiru.
Haaluma kanaan booda itti gaafatamtoonni gara aanaa isaanii deebiโuun caasaa isaanii sadarkaa aradaatti gadi buusuun hojii isaanii saffisaan hojjechaa jiru.
๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Tokkummaan humna.
Dargaggoonni immoo abdii hawaasa isaanii.
Dargaggoota cimaa ijaaruun ummata cimaa ijaaruudha.
๐ข ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Kabajamtoota hawaasa keenyaa, hojii Kaawunsilii fi tajaajila hawaasummaa keessatti hirmaachuun dirqama dhalootaa fi hojii kheeyrii keessaa isa guddaadha.
๐ Harโa miseensa taโaa
๐ Obboleessa keessan affeeraa
๐ Tokkummaa hawaasaa keessatti qooda fudhadhaa
๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐:
๐ https://membership.emyc.et
๐ฒ Odeeffannoo hojii fi sagantaa guyyaa guyyaa argachuuf page keenya hordofaa:
๐ https://www.facebook.com/share/1D77V1ejzE/
๐ Follow | Like | Share

โจ โDargaggoota Cimaa Ijaaruun, Ummata Cimaa Ijaaruudha!โ โจ

๐1