📢 GALMEE MISEENSUMMAA EMYC (Ethiopia Muslim Youth Council)
As-Salaamu Alaykum Warahmatullaahi Wabarakaatuh 🤲💚
Galmeen miseensummaa Kaawunsilii Dargaggoota Muslimaa Itoophiyaa (EMYC) akkuma itti fufeetti jirti. Dargaggoonni Muslimaa hundi carraa kana irraa fayyadamuun tokkummaa, obbolummaa fi tajaajila hawaasaa keessatti qooda isaanii haa bahatan. EMYC jechuun dargaggoota Muslimaa walitti fiduun hirmaannaa isaanii cimsuuf hundeeffame dha.
Jabaadhaa! Itti fufaa!
Warri hanga ammaatti hin galmaahin, linkii armaan gadii fayyadamuun ammauma galmaa'aa!
🔗 Linkii Galmee: https://membership.emyc.et
Miseensa Kaawunsilii Dargaggoota Muslimaa Itoophiyaa (EMYC) ta'aa! 💚🤝

📢 Beeksisa Offiisaa
Kabajamtoota miseensotaa fi dargaggoota Muslimaa hundaaf,
Add gochuun garee Telegram akka itti fufetti jira. Kanaafuu namoonni hanga ammaatti hin dabalamin jiran saffisaan akka dabalaman fi namoota biroos akka affeeran kabajaan ni gaafanna.
📲 Hirmaannaa keessan cimsaa. 🤝 Tokkummaa fi hojii waloo keenya keessatti qooda keessan bahadhaa. 📢 Odeeffannoo fi hojiiwwan Kaawunsilii yeroo yeroon argachuuf garee Telegram keessatti argamuun barbaachisaadha.
"Add godhuun Telegram akka itti fufetti jira; itti fufaa."
🤲 Rabbiin hojii gaarii keenya hunda irraa nu haa fayyadamsiisu.
Kaawunsilii Dargaggoota Muslimaa
Beeksisa Offiisaa

KAAWUNSILII DARGAGGOOTA MUSLIMAA AANAA DADAR
Araddaa Biyyoo Nagayaa
Guyyaa har'aa Kaawunsiliin Dargaggoota Muslimaa Aanaa Dadar Araddaa Biyyoo Nagayaa keessatti marii bal'aa gaggeesseera.
Mariin kun bakka Duraa Bu'oonni Kaawunsilii fi bakka bu'oonni Mana Maree Dhimma Islaamaa Aanaa Dadar irratti argamanitti gaggeeffameera.
Mariin kun hojii kaawunsilii, gahee dargaggootaa, tajaajila hawaasaa fi kallattii hojii fuulduraa irratti xiyyeeffachuun adeemsifameera. Hirmaattonni mariichaa yaadaa fi gorsa isaanii dhiyeessuun hojii waloo irratti waliigaltee gaarii irra ga'aniiru.
Rabbiin hojii keenya keessatti milkaa'inaa fi bu'aa gaarii nuuf haa kennu.
Ustaaz Furqaan Sheekh Mohammad
Kominikeeshinii
Kaawunsilii Dargaggoota Muslimaa Aanaa Dadar

❤1