East Hararghe Zone Muslim Youth Council (EHZ-MYC)
327 subscribers
359 photos
14 videos
1 file
64 links
Be improve your ability by reading!
Download Telegram
As wr wb akkami ngy qabdanii jaallawwan kiyya qaalii fi hoggantoonni Kaawunsilii dargaggoota aanaalee.

Akkuma as dura dubbachaa turreetti Kaawunsiliin dargaggoota muslimaa aana baddannoo sadarkaa magaalaattii Masjiida huddareatti jama'aan dargaggootaan akka jiraatu gochuufi jama'aa jiru ammoo utubuuf sochii Jalqabaa
Magaalaa baddannoo gandda faafaatee jama'aa #Gurmuu islaama ziyaaree dhaamsa dargaggootaafi barattoota baadiyyaadha magaalatti baran akka isaan yaroo baadiyyatti galan hojii misoomaa, barnootaa, hawaasummaa, akkasuma kidmaa haadhaafi abbaa akka jabeessan itti dhaameeti jira
1
📢 Beeksisa Miseensummaa
👉 Channel keenya keessatti hirmaadhaa:
https://t.me/IAK31
📝 Miseensa ta'uu fi galmaa'uuf:
https://membership.emyc.et
Alhamdulillaah, galmeen miseensummaa akka gaariitti itti fufee jira. Hundi keenya hojii kana keessatti qooda keenya haa baannu. Namni hanga ammaatti hin galmoofne yeroo ammaa kana carraa kana fayyadamee akka galmaa'u jechuun waamicha keenya. Galmeen miseensummaa bu'uura cimaa waan ta'eef, cimsinee itti haa fufnu.
📌 Miseensummaa keessan guutuu qofa osoo hin taane, hiriyyoota, maatii fi namoota naannoo keessanii akka galmaa'an irratti hojii haa hojjenru.
"Tokkummaan keenya humna keenya; miseensummaan keenya bu'uura cimina keenyaati."
Jabaadhaa, itti fufaa! 💪🕌
"Soomni guyyaa Aashuuraa yakka waggaa tokkoo namarraa harcaafti." Rasuul (saw). Kanaafuu jabaannee Roobii boriifi khamisa haa soomnu.
1