East Hararghe Zone Muslim Youth Council (EHZ-MYC)
327 subscribers
359 photos
14 videos
1 file
64 links
Be improve your ability by reading!
Download Telegram
📢 Beeksiisa

Kabajamtoota dargaggoota Muslimaa,

Channel keenya keessatti hirmaadhaa; akkasumas hiriyyoota, obboleeyyan fi namoota biroof linkii kana qooduun akka join godhan affeeraa.

👉 Channel Join Godhaa: https://t.me/IAK31

📝 Miseensa ta'uu fi galmaa'uuf: As tuqaa, galmaa'iitii miseensa ta'aa.https://membership.emyc.et

🤝 Hirmaannaa fi tumsa keessaniin hojii dargaggoota Muslimaa ni cimsina. Nu waliin ta'aa, odeeffannoo fi hojiiwwan gara fuulduraa keessatti qooda fudhadhaa.
🌹 Assalaamu Aleykum Warahmatullaahi Wabarakaatuhuu 🌹
🤝 Warri Groupii jaalattiin miseensota haaraa itti dabalaa fi hojii da'awaa keessatti hirmaachaa jirtan hundi keessan, Rabbiin hojii gaarii keessan irraa haa qeebalu.
📿 Rabbiin Subhaanahu Wa Ta'aalaa milkii addunyaa fi aakhiraa isin haa kennee, hojii kheeyrii keessatti isin haa jabeessu, ajrii fi barakaa guddaa isin haa badhaasu.
🌺 Tokkummaan keenya haa cimu, obbolummaan keenya haa dagaagu, hojii kheeyrii keessatti akka jabaannu Rabbiin nu haa gargaaru.
🤲 Rabbiin milkii addunyaa fi aakhiraa walitti isin haa qabuu.
🌹 Galatoomaa! Jabaadhaa! 🌹🤲 Jabaadhaa, itti fufaa! Rabbiin milkii addunyaa fi aakhiraa isin haa kennu. Aamiin. 🌺
Aamiin Yaa Rabbal Aalamiin.
🌹
1
As wr wb akkami ngy qabdanii jaallawwan kiyya qaalii fi hoggantoonni Kaawunsilii dargaggoota aanaalee.

Akkuma as dura dubbachaa turreetti Kaawunsiliin dargaggoota muslimaa aana baddannoo sadarkaa magaalaattii Masjiida huddareatti jama'aan dargaggootaan akka jiraatu gochuufi jama'aa jiru ammoo utubuuf sochii Jalqabaa
Magaalaa baddannoo gandda faafaatee jama'aa #Gurmuu islaama ziyaaree dhaamsa dargaggootaafi barattoota baadiyyaadha magaalatti baran akka isaan yaroo baadiyyatti galan hojii misoomaa, barnootaa, hawaasummaa, akkasuma kidmaa haadhaafi abbaa akka jabeessan itti dhaameeti jira
1
📢 Beeksisa Miseensummaa
👉 Channel keenya keessatti hirmaadhaa:
https://t.me/IAK31
📝 Miseensa ta'uu fi galmaa'uuf:
https://membership.emyc.et
Alhamdulillaah, galmeen miseensummaa akka gaariitti itti fufee jira. Hundi keenya hojii kana keessatti qooda keenya haa baannu. Namni hanga ammaatti hin galmoofne yeroo ammaa kana carraa kana fayyadamee akka galmaa'u jechuun waamicha keenya. Galmeen miseensummaa bu'uura cimaa waan ta'eef, cimsinee itti haa fufnu.
📌 Miseensummaa keessan guutuu qofa osoo hin taane, hiriyyoota, maatii fi namoota naannoo keessanii akka galmaa'an irratti hojii haa hojjenru.
"Tokkummaan keenya humna keenya; miseensummaan keenya bu'uura cimina keenyaati."
Jabaadhaa, itti fufaa! 💪🕌
"Soomni guyyaa Aashuuraa yakka waggaa tokkoo namarraa harcaafti." Rasuul (saw). Kanaafuu jabaannee Roobii boriifi khamisa haa soomnu.
1