Dhugaa kee nama hin hubanne hubachiisuf hin dhama'in.
Namoonni baay'en kan dhagahan, dhugaawwan ati dubbattu osoo hin taane, wanta dhagahuu barbaadan qofa dhagahan. Ati calliste jechuun ati soba, isaan dhugaa dubbatan jechuu miti. Akkas osoo hin taane dhugaa kee uuman keetif yeroon akka siif dubbatan taasisaa jirta jechuudha. Kan dubbatu hundi dhugaa hin dubbatu. Yeroo tokko tokko dhugaawwan uuman keetif yeroon siif dubbatan baay'etu jira. Kanaaf dhugaa koo namoonni naaf hubachuu didan jettee hin dhiphatin!
Halkan addaa isiniif hawweera๐๐ฝ.

๐3
"Karaan ati irra adeemtu sammuun kee sirriidha jedhee itti amannaan fageenya isaa hin sodaatin!"
Silas karicha ati itti amante sanatti milkaa'uuf rakkoo fi gadadoo , dadhabbii , bu'aa ba'ii hedduu ba'uu si gaafata MILKII fi injifannoon ati barbaaddu karaa kana malee hin dhufu.
kana ammoo amani !๐ฏ๐๐

๐ฅ2
Dhaamsa guyyaa!!!!
Guyyaan Har'aa keeti waan taheef fayyadami. Boru jettee hin beellamin.

East Hararghe Zone Muslim Youth Council (EHZ-MYC) pinned ยซDhaamsa guyyaa!!!! Guyyaan Har'aa keeti waan taheef fayyadami. Boru jettee hin beellamin.ยป
Dhaamsa guyyaa!!!!!!
Yeroo waa hojjattu ofii keen mari'achuu hin dagatin. Waan godhuuf murteessite gochuun duratti irra deddeebiin of gaafadhu. Siitu ofiif beeka waan taateef.
CARRAA GAARII!!!!!!!
JOIN and SHARE gochuun nu deeggaraa.
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
https://t.me/IAK31

Telegram
East Hararghe Zone Muslim Youth Council (EHZ-MYC)
Be improve your ability by reading!
๐ S.Ramakrishna Rao Hayyuun kun Pirofesara dame filoosfii(Philosophy) kan Universititii Mysore,kan biyya Hindi keessatti argamuuti.kitaaba isaa โMuhammad the prophet of Islamโ jedhu keessatti akkana jedhe:
โWaaโee dhugaa Muhammad guutuutti argachuun baayโee ulfaataadha.
Xiqqoodhuman irra isiniif baha:-
โ Muhammad nabiyyiidha (prophet)
โ Muhammad hogganaa waraanaati
โ Muhammad mootiidha
โ Muhammad loltuudha
โ Muhammad nama hojiiti/Businessman
โ Muhammad barsiisadha
โ Muhammad filoosoofiidha
โ Muhammad hogganaa biyyati
โ Muhammad gorsaa/dubbataadha
โ Muhammad haaromsaadha
โ Muhammad dahoo yatiimaati ykn mana abba hin-qabneeti(orphan)
โ Muhammad tiksaa/rakkoo irraa eegaa gabrootaati
โ Muhammad bilisoomsaa dubartootaati
โ Muhammad abbaa murtiiti
โ Muhammad qulqulluudha
Hojii guddaa fi gosoota taajila namaa Kana hunda keessatti inni dhugaan nama jabaadha/goota." Jedhe.
๐ Saayintistoonni, filoosoofaroonni, qabsaa'onni fi namoonni addunyaa kanarratti seenaawwan gurguddoo hojjatanii darban hedduun isaanii,nabi Muhammad ๏ทบ nama jabaa waan hundaan milkaahe jedhanii akka nabiif ๏ทบ kabaja qabanii fi isaan dinqisiifatan dubbatu.
โ Nama jallatee hoongaheefi shayxaana yoo ta'e male uumamni nabi Muhammad ๏ทบ hin jaalanne hin jiru.
โ๏ธโ๏ธ Nagaafi rahmanni Rabbii irratti haa bu'u โ๏ธโ๏ธ
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
JOIN AND SHARE

AKKA DUUTU YAADDEE BEEKTAA?
โJiraachuuf jettee sobda.
โNyaachuuf jettee hatta.
โ๏ธGammachuudhaaf jettee ejjita.
โ๏ธSooreessa ta'uuf dhagaan ati gara hin galchine hin jiru.
โ๏ธKeessaan jiraadha jettee mana ijaarratta.
โ๏ธBeekumsan argadha jettee ni baratta.
โ๏ธMucaan godhadha jettee fuuta naaf hin taane jettee hiikta
โ๏ธMiilaan hin deemu jettee konkolaataa bitatta.
โ๏ธHaadha manaa osoo qabduu kan biraa hawwita.
โ๏ธMucaa tokko yoo qabaatte isa lammaffaa yaadda.
โ๏ธDiploomaa yoo qabaatte digriidhaaf dhippata.
โ๏ธMaastarsii yoo qabaatte PhD
Yaadda.
โ๏ธMana tokko yoo qabaatte lammaffaaf dhippata.
โ๏ธKonkolaataa tokko osoo qabduu kan biraa yaadda.
โ๏ธBaadiyyaa yoo jiraatte magaalaa naannoo kee galuu hawwita.
โ๏ธMagaalaa naannoo kee yoo galtu Finfinne galuu hawwita.
โ๏ธFinfinnee yoo galte immoo Awurooppaa,Ameerikaa hawwita.
โ๏ธAmeerikaa yoo galte immoo pilaaneeti biraa arguuf wareegamta.
โ๏ธAangoon xiqqoo yoo qabaatte guddatti darbuuf dhiphatta.
โ๏ธBulchaa anaa yoo taate kan godinaa ta'uuf dhippata.
โ๏ธ Bulchaa godinaa yoo taate Pirezdaantii ta'uuf yaadda.
โ๏ธPirezdaantii yoo taate ministeera muummee ta'uuf yaadda.
Obboleessa koo obboleettii koo
Guyyaa duutu yaaddee beektaa?
Yooman du'a jettee of gaafattee beektaa?
Of yaadadhu waan gaarii dalagi rabbii kee hin mufachiisinโ
Hiriyyaa keetiif Shareโช๏ธ godhi

๐1
East Hararghe Zone Muslim Youth Council (EHZ-MYC) pinned ยซAKKA DUUTU YAADDEE BEEKTAA? โJiraachuuf jettee sobda. โNyaachuuf jettee hatta. โ๏ธGammachuudhaaf jettee ejjita. โ๏ธSooreessa ta'uuf dhagaan ati gara hin galchine hin jiru. โ๏ธKeessaan jiraadha jettee mana ijaarratta. โ๏ธBeekumsan argadha jettee ni baratta. โ๏ธMucaanโฆยป
โ๏ธNamoonni milkaa'oon adunyaa kanaa utuu hin Milkaa'in duraa milkaa'oo dha.
โ๏ธQajeelummaan kennuu qofa utuu hin taane fudhachuu dha.
โ๏ธQajeelummaan humna dhikkisaa namuummaa ittiin hubannu dha.
โ๏ธQajeelummaan sirriin dhikkisa dhiiga onnee keenyaa waliin hidhata kallattii qaba.
โ๏ธKufuun barbaachisaa dha. Kufaatii irraa ka'uun filannoo dha.
โ๏ธMi'eessituun ittoo akkuma mi'eessu rakkinni, kufaatiinis jireenyatti dhama godha.
โ๏ธSeek to know, know what you seek!
โ๏ธ Wanti yeroo hundaa qulqulleessuun nu barbaachisu yoo jiraate yaada sammuu keenya ti.
โ๏ธ Jireenyi dhala namaa akka kitaabaa ti. Jalqaba, jidduu fi xumura qaba
โ๏ธJireenyi namaa tokkoon tokkoo ida'ama boqonnaawwan tarkaanfii jiraannu keessatti taasisnee dha.
โ Dhabamuu, cituun fuula tokkoo boqonnaa tokko keessatti ta'uu fuulli kitaabichaa hundi ciccite; jireenya sana jireenya miti, hin jechisiisu. Akkasuma, haallu dhabeessummaan boqonnaa tokkoo kitaabichi boqonnaa maleessa hin jechisiisu.
โ๏ธ Wanti madaaloon hin madaalle, humni dachee fi samii sochoosu, kan yaada dhala namaa yaaddessu, kan nama jabeessu, kan yaalee fayyisu, kan mogolee qallisu, kan humna haphisu, kan sanyii haphisu/yabbisu Jecha dha.
โ๏ธUtuu wanta akka biqiltuutti dhaabamee biqilu ta'ee kan yeroodhaa yerootti dhalli namaa dhaabee kunuunsuu qabu yoo jiraatee Nagaa dha.
โ๏ธ Wanti gaafannee deebii hin dhabne, barbaadnee argachuu hin dadhabne ofii keenya dha.
โ๏ธMilkaa'inni dachee kanaa wanta nuti hammaarannetu nuuf hammaarama, wanta ittiin hammaarranneen, kallattii itti hammaarranneen nuuf hammaarama. Milkiin hammaarrannaa dha.

))Yuuniversiti Al-Qaraawiyyiin.((
Yuuniversiti Hangafa fi Jalqaba Aduunyaa tana.
Yuuniversiitiin al qarawiyyin yuniversiitoota adunyaa khana irraa jiran kheeysa isa jalqaba hundeeyfamedha. Bara 859 ALA tti(ji'a ramadaana bara 245 akka lakkoofa hijraati) shamaree Faaxuma al Fihiriyi jedhamtuun biyya Morookoo magaala Fiizitti hundeeyfame.
Jaarmaynii yuniversiiticha jalqaba masgiida ture. Tahuus booda jaarmaya manneen isaa dabaluun gara mana barnoota (madarasaa)tti ol guddisun barnoota amantaa barsiisuu jalqabe.
Itti aansudhanis gosoota barnoota adda adda khaneen akka Fayyaa(medicine), seerluuga afaani, loojikii, herregaa, astroonomi fi kkf barsiisuun gara yuniversiititti ol guddate.
Haala khanniinsa barnoota isaatin yuniversiitichi hawwatamummaa gudda haawasa islaama khutaale adunyaa iddoo garagara jiraatan biratti argate. Sababa khanan baratooni baay'een biyyoota Africa, Eeshiyaa, Awroopaa faa irra barnoota barbaacha gara isaa dhufuu itti fufan.
Baratooni iddoowwan adda adda irra gara yuniiversiiticha dhufaan heddumachu irra khan kha'een ulaaga ittin yuniiversiiticha galan bahuun baratoota yuniiversiiticha galan nama qur'aana qomatti hafazee, afaan arabaa dubbachu dandahu fi dandeeyti beekumsaa waligalan madaalamee dabrutti dangeeyfame.
Yuniiversiiticha irra namooni babeekamoon muslimaa fi muslimaa hin tahin heddun barataani eeybifamaa turan kheeysa ibnu Khaldun, ibnu Rushdi, ibnu Arabi, qeensicha gudda warra lixaa khan lakkofsa 1,2,3... warra awroopa barsiisee Gerbert of Aurillac (Pope Sylvester II),Dutchman Golius faan isaan hangafa.
Yuniiversiiticha faakaltii gargara 425 jalatti sirna halaqaa(baratooni bifa geengootin barsiisatti marsanii ta'un barachu)tiin barsiisaa ture. Akkasumaas hanga yeroo ammatti akkaata baruu barsiisuu isaa khan ganama halaqaa saniin barsiisaa jira.
Yuniiversiitichi UNESCO dhan yuniiversiiti iddoowwan seena qabeeyii adunyaa tanaati fi Guinness World Records dhan yuniversiiti jalqaba hundaa'e jedhamuun galmee seenaa adunyaa tana irrati barraahe jira.

๐2
NAMNI NAMA SADDEETII WAJJI TAAโE WAA 8 BARATA !!!
1: Namni Dureeyyii ykn Abboottii Qabeenyaa Wajjiin Taaโe Bolola Duniyaa Irraa Barata
2: Namni Hiyyeessa Wajjiin Taaโe Rabbiif Galata Galchuu Irraa Barata
3: Namni Nama aangoo Qabu wajjiin Taaโe Boonaa fii Gogiinsa Qalbii Dabalata.
4:Namni Nama Rabbi Hin Sodaannee waliin Taaโe Jallinaa fii wallaalummaa isaanirraa Barata.
5: Namni Ijoollee Wajjiin Taaโe Taphaa fii Qoosaa Barata
6: Namni nama badaa wajji Taaโe Badii hojjachuu irratti goota taโee, ibaadaarraa laaffattee, Toowbaa godhuurraa booda aanuu Barata.
7: Namni Nama Gaarii Wajjiin Taaโe Ibaadaa irratti bololuu fii Badii irraa of eeguu Barata.
8: Namni Beekaa Wajjiin Taaโe Beekkumsa Dabalatee if Gad Qabuus isaanirraa Barata.
โข Namni Namuma wajjiin oolu fakkaata, Tanaaf nama wajjiin oollu sirritti ifirraa haa laalluu, Nama badaa irraa fagaannee Warra Gaggaarii Hiriyaa haa godhannuu.
Barreeffama kana dubbisaatii share waliif Godhaa.

๐Wantoota 12 kan yeroo hunda yaadachuu qabnu!.
1) wanti darbe kamiiyyuu jijjiiramuu hin danda'amu.
2)yaadni namootaa eenyummaa kee isa dhugaa ibsuu hin danda'u!.
3)amalli nama hundaa daandii adda addaati.
4)wanti hundi yeroo wajjiin tolaa adeema!.
5)murtiin ati murteessitu ibsituu amala keetiiti!.
6)Humnaa ol yaaduun gara dallanuutti(aaruutti) nama geessa!.
7)Gammachuun kee suma keessa jira!.
8)Yaadni gaariin waan gaarii uuma!.
9)seequun furtuu namoota ittiin banani!.
10)nama gaarii ta'uun kaffaltii si hin barbaachisuu!.
11)ati kan kuftu yoo dhiiste qofa!.
12)akkuma itti of yaadde taata!.

Yeroo dubbistee booda Bagan dubbise jetta, Daqiiqaa muraasa fudhuutii dubbisii!
#Namummaa: Seenaa garaa nama nyaatu!
#Dargaggeessi Samiir jedhamu magaalaa sochiin uummataa keessatti baay'atu tokko keessa ariifannaa, Jeequmsa, wacaafi iyya jireenyaa kan guyyaa guyyaan tahu danda'ee jiraata ture!
#Dargaggeessi kun akka dhuunfaa isaatti nama cimaa, jireenya isaa sirnaan gaggeeffachuuf carraaqudha. Jiruufi qormaata jireenya isaa keessatti isa mudatu kamiyyuu danda'ee abjuufi mul'ata isaa wajjin nama imalaa jirudha!
#Dargaggeessa qaxalee kana guyyaa tokko taate keessa namummaa isaa akka lilmootti waraanutu isa mudate. Yeroon sun yeroo magaalli inni keessa jiraatu baay'ee humnaa ol qorru ture. Galgala tokko Saamiir daandii namaan guutamee sagaleefi baay'inni namaa daandii namaaf hinlaanne keessa utuu fiigaa jiruu, maanguddoo tokko kan qorra hadhaaสผaa sanaan akka muka qilleensaan raafamutti hoollachaa, daandii irratti kottoonfatee jiru arge. Yeroo kana onneen dargaggeessa kanaa baay'ee dha'annaa isaa dabale! Hafuura dheeraas baafate! Garaan isaas baay'ee gadde! Namichattis goree erga ilaalee booddee, Uffataafi nyaata isa barbaachisu deemee hatattamaan fideef. Ijji maanguddoo kanaa kan duraan du'a eeggataa ture amma gammachuufi galataan guutamee jira. Lubbuun jiraachuuf baay'ee rakkachaa akka tureefi gaarummaa tokkollee namoota irraa barbaadee akka dhabe dubbate!
#Gochi garaa laafina dargaggeessa xiqqaa Saamiir jedhamu kun raawwate immoo abdii isa keessatti laafee du'uuf jedhu deebisee kan haaresseefi kaase ture. Wal arguun jara lamaan kanaa isaan gidduutti walitti dhufeenya waaraa uume. michootas taสผani. Erga guyyaa sanaatii Saamiir yeroo hunda namicha bira deemee daawwachaa ture. Deeggarsa qabeenyaa qofa utuu hintaสผin, kennaawwan garaa garaa qabatee akka hiriyyummaatti isa dubbisa ture.
#Secoondii, daqiiqaan, guyyootni, Ji'oonnis akkuma darbaa deemaniin, kunuunsaafi xiyyeeffannaa Saamiir itti fufiinsaan isaaf taasiseen fayyaan namichaa suuta suutaan fooyya'aa dhufe. Lubbuun yeroo tokko abdii homaatuu dhabdee du'a eeggataa turte, har'ammoo gargaarsa nama tokkootiin jajjabina argattee, miira gammachuu kan kaayyoon isaa haaromfame argattee jirti.
#Seenaan garaa nama nyaatu kun yeroo baayyee gochoota gaarummaa salphaa fakkaatan garuu jireenya namaa karaa irraa goree boolla gadi fagoo keessa bu'uuf daandii qabate qabee tuquun kan gara daandii jireenyaatti fidudha!
#Jeequmsaafi muddama jireenyaa keessatti gochaan gara laafinaafi gaarummaa dhala namaa inni guddaan guyyoota dukkanaaโoo taโan gara ifatti fiduuf humna guddaa qaba. Sanyii abdii dhabeefi hidhata du'aa uumetti abdii horee akka lalisu godha.
Seenaa kanarraas kan hubannu tokkoon tokkoon keenya dandeettii ajaa'ibaa jireenya namoota biroo keessatti jijjiirama fidu, garaa madaa'e fayyisuufi abdii kufe kaasuu akka qabnu nu yaadachiisa.
#Yoo dhuguma miirakee xiqqoollee taatu tuqeera tahe namoota biraaf dabarsi!
#Moonaadha[Furtuun balbala yaadakoo ittiin banadhu anumarra jira(FB-YIBAJ)]

๐ YAA ILMA NAMAA ๐ญ
โ ๏ธ Yaa ilma namaa gaafa garaa Haadha keetii keessaa gadi baatu nama gadi si baase hin beektu !
โ ๏ธ Gaafa duutuus nama qabrii keessa si kaa'u hin beektu !
โ ๏ธ Gaafa dhalattu qaama sirraa dhiqanii si bareechan!
โ ๏ธ Gaafa Duutuus si dhiqani si bareechan!
โ ๏ธ Gaafa dhalattu dhalachuu keetiif Eenyutu akka siif gammade hin beektu!
โ ๏ธ Gaafa duutuus Eenyu Du'a keetiif rifatee akka bo'u hin beektu !
โ ๏ธ Garaa Haadha keetii keessatti bakka Dukkanaa, Rakkoo (Dhiphoo) keessa turte!
โ ๏ธ Gaafa duutuus bakka Rakkoo (Dhiphoo) fii dukkana keessa taata!
โ ๏ธ Ati har'a Addunyaa gubbaa jiraachaa jirta, Gaafa duutuuf hoo maal qopheesite?
๐ธ๏ธ Yaa Rabbi Rahmata nuuf godhi, Dilii keenya nuuf Araarami, Dachii gubbaatti Rahmata nuuf godhi, Dachii jala gaafa buunes Rahmata nuuf godhi, Gaafa dachii jalaa kaafamnus Rahmata nuuf godhi !!
SHARE WALIIF GODHAA .... JZK
By: Ibsing

10 Important Lessons from "Finish What You Start" by Peter Hollins:
1. Know Your Enemy: Unmask your "inhibiting tactics" - perfectionism, fear of failure, distractions - that sabotage your progress. Understanding them is the first step to overcoming them.
2. SMART Goals, Big Wins: Set Specific, Measurable, Achievable, Relevant, and Time-bound goals. Celebrate even small victories to stay motivated and track your progress towards the bigger picture.
3. Break Down Barriers: Feeling overwhelmed? Divide large tasks into bite-sized, manageable steps. This makes them less daunting and easier to conquer one by one.
4. Discipline is Your Ally: Develop self-discipline through routines, positive affirmations, and visualizing success. Remember, discipline is a muscle that gets stronger with use.
5. Rewards Sweeten the Deal: Motivate yourself with a reward system for completing tasks or hitting milestones. It's a positive reinforcement that fuels your journey.
6. Accountability Matters: Find an accountability partner - a friend, family member, or coach - who supports and encourages you on your path. Sharing your goals fosters commitment.
7. Failure is a Fertilizer: Mistakes are inevitable, but they offer valuable lessons. Learn, adapt, and keep moving forward. See failure as a stepping stone, not a roadblock.
8. Find Your Why: Connect your goals to your deeper values and purpose. When you understand the "why" behind your actions, you'll find renewed motivation and resilience.
9. Embrace Progress: Perfectionism paralyzes. Embrace progress, not perfection. Acknowledge that some imperfections are part of the process.
10. Continuous Learning: Stay curious, keep learning, and refine your strategies as you go. Remember, "Finish What You Start" is not just about completing tasks, but about becoming the best version of yourself.
BOOK: https://amzn.to/3wg88Fe
You can get the Audiobook for FREE after you register for Membership Trial through the link above

โค1๐1๐1
โ
8 Habits for Success
1.Read every day
2. Focus on high-level tasks.
3. Make your health a priority.
4. Learn from people you admire.
5. Plan your day the night before.
6. Keep your goals in front of you.
7. Take action, even when it's scary.
8. Have a powerful & inspiring "why."
1.Read every day
2. Focus on high-level tasks.
3. Make your health a priority.
4. Learn from people you admire.
5. Plan your day the night before.
6. Keep your goals in front of you.
7. Take action, even when it's scary.
8. Have a powerful & inspiring "why."
๐ WAANTOOTA NAMA SOOMANU TOKKO IRRAA BARBAACHISAN ๐ฟ
โขโโโโโขโฟ๐๐๐โฟโขโโโโโข
๐ท ููุจุบู ููุตุงุฆู ุงู ููุซุฑ ู ู ุงูุทุงุนุงุชุ ููุฌุชูุจ ุฌู ูุน ุงูู ุญุฑู ุงุช ุููุตูู ุงูุตููุงุช ุงูุฎู ุณ ูู ุฃููุงุชูุง ู ุน ุงูุฌู ุงุนุฉุ ููุชุฑู ุงููุฐุจ ูุงูุบูุจุฉ ูุงูุบุดุูุงูู ุนุงู ูุงุช ุงูุฑุจููุฉุููู ููู ุงู ูุนู ู ุญุฑู .
โ ๏ธ Namni soomana soomu :-
โ๏ธ Ibaadaa Rabbii heddummeessuu
โ๏ธ Haraama hundarraa fagaachuu
โ๏ธ Salaata shanan yeroo isiitti
Jamaa'aadhaan salaatuu
โ๏ธ Kijiba dhiisuu
โ๏ธ Nama hamachuu
โ๏ธ Nama gowwoomsuu
โ๏ธ Dhala (Ribaa) nyaachuu fi
โ๏ธ Jechootaa fii hojiilee dhoowwa tahe hundarraa fagaachuu qaba.
๐ท ูุงู ุงููุจู ๏ทบ " ู ู ูู ูุฏุน ููู ุงูุฒูุฑ ุูุงูุนู ู ุจู ุูุงูุฌููุูููุณ ููู ุญุงุฌุฉ ูู ุงู ูุฏุน ุทุนุงู ู ูุดุฑุงุจู."
[ุฑูุงู ุงูุจุฎุงุฑู]
๐ชด Nabiin keenya ๏ทบ akkana jedhan :
''Namni jecha cubbuu haasawuufii itti hojjachuu hindhiisin, kan Wallaalummaa(badii) hindhiisin rabbiin nyaataafii dhugaatii
dhiisuu isaarraa dantaa hinqabu''
๐ Bukhaariitu Gabaase ๐
๐ญ Anaafi isinillee warra soomane irraa milkaawu nu haa godhu

As wr wb obboleeyyan kiyya.
Soomana guyyaa 9ffaa xumurree 10ffaa eegaluuf jirra alhamdulillaah.
Rabbiin nurraa haa qeebaluu jabaadhaa.

๐2๐ฅ1
Wantota sooma keessa eeyyamaman
**
1/ Bishaan keessa seenuu fi ofirra naquun, dhangalaasuun ni taa.
Hadiisa keessatti akka dhufetti Rasulli (SAW) haala soomaa jiranuun dheebuu ykn gubaarraa kan kaโe bishaan ofirra dhanglaasu turanโ. Ahmad, Maalikii Fi Abuu Daawudtu sanada sahihaan gabaasan.
Fedhii namtichaatiin male yoo bishaan garaa isaa seene soomni isaa hin cabu.
2/ Janaabaan osoo jiranii fajriin namatti ba'uun sooma hin miidhu.
ููู ุงูุตุญูุญูู ุนู ุนุงุฆุดุฉ ุฑุถู ุงููู ุนููุงุ ุฃู ุงููุจู ุตูู ุงููู ุนููู ูุณูู " ูุงู ูุตุจุญ ุฌูุจุงุ ููู ุตุงุฆู ุ ุซู ูุบุชุณู ".
Bukhaarii fi Muslim keessa akka jirutti Rasuulli (SAW) soomaatuma janaabaan bulanii ganama erga ifee dhiqatu ture.
3/ Kuulii ijaa kuullachuu, ijatti waa cobsachuu fi kkfn ituma dhandhamni isaa itti dhaga'ameellee sooma hin cabsu.
ูุนู ุฃูุณ: " ุฃูู ูุงู ููุชุญู ููู ุตุงุฆู ".
Anasirraa akka dhufetti odoma soomaa jiruu kan kuullatu ture.
4/ Nama of eeggachuu dandaโuuf haadha manaa isaa dhungachuun ni eeyyamama:
ููุฏ ุซุจุช ุนู ุนุงุฆุดุฉ ุฑุถู ุงููู ุนููุง ูุงูุช: " ูุงู ุงููุจู ุตูู ุงููู ุนููู ูุณูู ููุจู ููู ุตุงุฆู ุ ููุจุงุดุฑ ููู ุตุงุฆู
Aa'ishaa irraa akka odeeffametti Rasuulli (SAW) โosoo soomanii kan dhungatan turanโ. Hadiisni umar irraa odeeffames akka inni eeyyamamu agarsisa. Kana keessatti jaarsaa fi dargaggoo osoo adda hin basin yoo kan shahwaa /fedhii/ kaasu taโe dhorgamaa dha. yoo homaa fedhii hin kakaafne taโe rakkoo hin qabu.
5/ Koobbannaa:
ููุฏ ุงุญุชุฌู ุงููุจู ุตูู ุงููู ุนููู ูุณูู ููู ุตุงุฆู ุฑูุงู ุงูุจุฎุงุฑู
Bukhaarii keessatti akka dhufetti ergamaan Rabbii (SAW) soomaa koobbataniiru. Khilaafni jidduu ulamaa ni jira. Garuu yoo kan dhiigni baโu qaama namichaa dadhabsiisee sooma irraa isa laaffisu taโe dhisuutu filatamaa dha.
6/ Lulluuqqachuu fi bishaan funyaan seensisuu:
Lulluuqachuu fi bishaan funyaan seensisuun rakkoo hin qabu. Garuu fuuyaan seensisuu kassatti daangaan gaโuun barbaachisaa miti.
ูุนู ูููุท ุงุจู ุตุจุฑุฉ ุฃู ุงููุจู ุตูู ุงููู ุนููู ูุณูู ูุงู: " ูุฅุฐุง ุงุณุชูุดูุช ูุฃุจูุบุ ุฅูุง ุฃู ุชููู ุตุงุฆู ุง ".ุฑูุงู ุฃุตุญุงุจ ุงูุณูู. ููุงู ุงูุชุฑู ุฐู: ุญุณู ุตุญูุญ.
Laqiix Ibnu Saburaa irraa akka odeeffametti Rasuulli (SAW) akkana jedhan: โYeroo funyaan seensifattu yoo kan hin soomne taate daangan gaโiโ. warra sunanaa arfantu gabaasan.
Namni soomu qoricha funyaan keessa kaa'achuu beektoleen dhowwaniiru. Nama lulluuqqatuu fi bishaan funyaan seensifatu kassatti yoo osoo inni hin barin bishaan garaa seene soomni hin badu jecha jedhutu filatamaa dha.
7/ Beektoleeen akka jedhanitti marfee waraannachuunis sooma hin cabsu.
8/ Akkasumas wantootni eeggachuf hin mijoofne kanneen akka gororaa, dhukkee /quttoo karaa irraa, daakuu mana baaburaatii namatti quttaa'uu fi kkf sooma hin cabsan.
ูุงู ุงุจู ุนุจุงุณ: ูุง ุจุฃุณ ุฃู ูุฐูู ุงูุทุนุงู ุงูุฎูุ ูุงูุดุฆ ูุฑูุฏ ุดุฑุงุกู.
Ibnu Abbaas akka jedhetti namni nyaataa fi wanta bituu fedhu dhandhamuun sooma isaa hin cabsu. Foolii gaari urgeeffachuun, shittoo garaa garaa dibachuun, kuuliinii fi kkfโโn sooma hin cabsan.
9/ Nama soomuuf hanga fajriin bahutti nyaachuu, dhuguu fi wal-qunnamuun ni eyyamama.
ุฑูู ุงูุจุฎุงุฑูุ ูู ุณูู ุ ุนู ุนุงุฆุดุฉ ุฑุถู ุงููู ุนููุง: ุฃู ุงููุจู ุตูู ุงููู ุนููู ูุณูู ูุงู: " ุฅู ุจูุงูุง ูุคุฐู ุจูููุ ููููุงุ ูุงุดุฑุจูุงุ ุญุชู ูุคุฐู ุงุจู ุฃู ู ูุชูู ".
Aaโishaa irraa akka odeffametti Rasuulli (SAW) akkana jedhan "Bilaal halkaniin azaanaa hanga Ibnu ummi maktuum azaanutti nyadhaa dhugaa." Bukhaari fi Muslimtu gabaasan.
Ibnu ummi Maktuum kan azaanu yeroo salaanni ga'e eeggateeti.
10/ Dubartiin aadaa ji'aa /haydii qabdu ykn dhiiga dahaa qabdu yoo fajrii dura irraa cite eega fajriitii dhiqattee soomu ni dandessi.
ยฉ๏ธ Gaalii Abbaa Boor

๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐!
Waraana ummata Walloo irratti baname waan salphatti laaluu qabnuu miti. Hawaasni hundi bakka hundaa dammaqee waan kana mormachuu qaba. Imaamonni masjiidaa, majliisni naannoleetiifi hoggantoonni majliisa federaalaa, dhimma kanarratti waan dandaโan hunda godhuu qaban. Osoo hawaasni Walloo dhumu, osoo miidhaan jechaan ibsuun hin dandaโamne isaan irra gahu calโisuun hin taatu. Hundi dammaqee mootummaa irratti dhiibbaa godhee, hawaasa kanaaf dirmannaan akka taasifamu godhuu qaba. ummanni Walloo qaama keenya. Miidhamni isaanii miidhama keenya. Roorroo walirratti laaluun hin taatu. Bakka jirruu waliif dirmachuu qabna.
Ummata Walloo irraa waraanni dhaabbatee hin beeku. Taโus yeroo Ramadaanaa eeguudhaan obboloota keenya irratti gocha gara jabeenyaa hedduu raawwachuu irratti argaman. Kun ammoo waan akka tasaa mudate osoo hin taane waan itti yaadamee hojjatamaa jiruudha. Kanaafuu bara baraan rakkoo deemaa jirtu tana dhaabsisuudhaaf namuu bakka jiruu dammaqinaan hirmaachuu barbaachisa.
Waraana hamaa yeroo ammaa godina Walloo keessatti gaggeeffamaa jiruun, namoonni madaawan walโaansa gahaa argachutti hin jiran. Gara Magaalaa Adaamaa deemanii akka hin walโaanames karaa cufaadha. Imala dheeraa baasii guddaa gaafatuun namoonni muraasni gara magaalaa Adaamaa deemuun tajaajila walโaansaa muraasa argachaa jiran. Warri carraa argatee gara magaalaa Adaamaa imale kunis gargaarsa nurraa barbaada. Nuti hundi bakka jirrurraa wal gurmeessinee, namoota walโaansaaf gara Adaamaa deeman kana bira dhaabbachuu qabna. Waan qabnu walitti buusnee obboleewwan keenyaaf tumsuun dirqama Islaamummaati.
Rabbiin ummata Wallootiif haa dirmatu. Tumsa isaatiin isaan bira dhaabbatee nasriin isaan haa gammachiisu

๐1๐ฅ1