📢 Ergaa Duraa Bu’oota Aanaalee Hundaa
Assalaamu Alaykum Warahmatullaahi Wabarakaatuh
Kabajamtoota fi jaalatamtoota Duraa Bu’oota Aanaalee hundaa, akkamiin jirtu? Bagaa nagaan bara haarawaa 1448 keessa geessan.
Akkuma beekamu, guyyaa 21/08/2018 irraa eegalee hojii diriirsuu fi cimsuu caasaa aanaalee keessanii irratti hojii gaarii hojjechaa jirtu. Maashaa Allaah, hojii keessan keessatti jabaadhaa; Rabbiin isin haa milkeessu.
Akkasumas, hojii fi sochiiwwan garaagaraa raawwattan hunda karaa Groupii, Miidiyaa Hawaasaa fi Page keessanii akkasumas Groupii Godinaatti yeroo yeroon akka gabaastan kabajaan isin yaadachiisna.
Kana malees, Telegram Groupii Godinaa keessatti miseensota haaraa fi dargaggoota hojii keessatti hirmaachuu danda’an irratti hojii add godhaa deemuun baay’ee barbaachisaa dha. Duraa Bu’oonni Aanaalee hundi miseensota isaanii Groupii Godinaatti dabaluu fi hirmaannaa isaanii cimsuu irratti akka hojjetan ni gaafanna.
Tokkummaan keenya haa jabaatu, qunnamtiin keenya haa cimu, hojii keenya keessatti milkaa’inni haa baay’atu.
Jazaakumullaahu Khayran.
KAAWUNSILII DARGAGGOOTA MUSLIMAA GODINAA HARARGEE BAHAA (EHMYC)
🕌 Tokkummaan Cimina. 🤝
https://t.me/IAK31

Telegram
East Hararghe Zone Muslim Youth Council (EHZ-MYC)
Be improve your ability by reading!
بسم الله الرحمن الرحيم
السلام عليكم ورحمة الله وبركاته
Yaa jaallatamtoota keenya, akkam jirtu? Rabbiin olta’aan hunda keessan nagayaa, milkaa’inaa fi rahmata Isaa jalatti haa eegu.
Oolmeen Guyyaa Arraa – Ji'a Muharram 4, Hijraa 1448
Kaawunsiliin Dargaggoota Muslimaa Aanaa Goorroo Guuttuu marii fi qophii eegaluu Maaddaa Haraashii Masjidoota afur (4) irratti hawaasa waliin mari’achuun, guyyaa fi yeroo itti hojii kun eegalamu irratti waliigalteerra ga’ee, murtii isaa milkiin xumuree jira. Alhamdulillaah.
Sagantaan kun Ulamaa’ota, hoggantoota garaagaraa fi dargaggoota Muslimaa hedduu hirmaachiseera; keessaa dargaggoonni Muslimaa Magaalaa Baroodaas argamaniiru.
Rabbiin hojii kheeyrii kana nuuf haa milkeessu, masjidoota keenya ijaaruu fi tajaajila isaanii cimsuu keessatti hirmaannaa ummataa haa eebbisu.
Nagayatti.
✍️ By Bukhaarii Khaalid Gizaaw
Kaawunsilii Dargaggoota Muslimaa Aanaa Goorroo Guuttuu

📢 KAAWUNSILII DARGAGGOOTA MUSLIMAA GODINAA HARARGEE BAHAA (EHZ–MYC)
Maa shaa Allaah, Maa shaa Allaah! 🤲💚
Duraa Bu'oonni Aanaalee EHZ–MYC hundi hojii isaanii keessatti ciminaan, tokkummaa fi kutannoon socho'aa jirtan. Carraaqqiin keessan kan nama boonsuufi abdii guddaa kan horachiisu dha.
Jazaakumullaahu Khayran Duraa Bu'ootaa Aanaalee EHZ–MYC!
Rabbiin hojii kheeyrii keessan haa eebbisu, tokkummaa keessan haa jabeessu, hojii dargaggootaafi ummata tajaajilu keessatti milkii fi bu'aa gaarii isin haa gonfachiisu.
Aamiin Yaa Rabbal 'Aalamiin. 🤲🌹💚
Akkasumaas, warri Garee Telegrama Kaawunsilii Godinaa Jaalati add godhaa jirtaan, hojii gaarii hojjechaa fi miseensota haaraa itti dabalaa jirtan hundi Jazaakumullaahu Khayran. Rabbiin milkii addunyaa fi aakhiraa hundaan isin haa milkeessu, ajrii guddaas isin haa kennu.
📲 Dargaggoonni hundi Garee Telegrama Kaawunsilii Godinaa Jaalati walii dabaluu, akkasumas hiriyoota isaanii add gochuudhaan hojii kheeyrii kana haa jabeessinu.
Tokkummaan Cimina! Wal Gargaaruun Milkaa'ina! 💚🤝

❤1
🟢 ODUU GAMMACHIISAA
MUUDAMA HOGGANTOOTAA KAAWUNSILII DARGAGGOOTA MUSLIMAA AANAA GOORROO MUXII
بسم الله الرحمن الرحيم
Kaawunsiliin Dargaggoota Muslimaa Aanaa Goorroo Muxii, dandeettii fi amanamummaa isaanii irratti hundaa'uun, hoggantoota haaraa hojii tajaajila ummataa, dagaagina dargaggootaa fi cimina hojii Islaamaa keessatti qooda isaanii bahatan muuduu isaa gammachuudhaan beeksisa.
Muudamni kun hojii kheeyrii cimsuu, tokkummaa dargaggootaa dagaagsuu fi tajaajila hawaasaaf kennamu sadarkaa olaanaatti ceesisuuf kan kaayyeffatedha.
Rabbiin (SWT) hojii isaanii keessatti milkii, ikhlaasa fi obsaan akka milkaa'an haa laaffisu.
"Rabbiin hojii gaarii fi toltuu irratti wal gargaaruu nu haa milkeessu."
📌 Kaawunsilii Dargaggoota Muslimaa Aanaa Goorroo Muxii
📅 Waxabajjii, 2018 A.L.I.
https://www.facebook.com/share/195dgCvUHG/

Facebook
Log in or sign up to view
See posts, photos and more on Facebook.
📢 ODUU GAMMACHIISAA 🕌
Muudama Kaawunsilii Dargaggoota Muslimaa Aanaa Malkaa Balloo
As-Salaamu Alaykum Warahmatullaahi Wabarakaatuh
Kaawunsiliin Dargaggoota Muslimaa Aanaa Malkaa Balloo, hojii isaanii caalaatti cimsuu, dargaggoota tajaajiluu fi hojii khayrii babal’isuuf hoggansa haaraa muuduu isaa gammachuu guddaadhaan beeksisa.
Muudamni kun hojii dargaggootaa keessatti hirmaannaa isaanii guddisuu, hojii Islaamaa dagaagsuu, walta’iinsa fi obbolummaa cimsuu akkasumas tajaajila hawaasaa keessatti gahee isaanii olkaasuuf kan kaayyeffatedha.
Kaawunsilichi hoggansi haaraan muudame amanamummaa, haqaqabeessummaa, ogummaa fi hojii irratti ciminaan akka hojjetan hawwii gaarii isaanii ibsa.
🤲 Rabbiin hojii isaanii keessatti milkaa’ina, barakaa fi qajeelummaa haa kennu.
Baga gammaddan!
https://www.facebook.com/share/18vnPh6aCG/
🕌 Kaawunsilii Dargaggoota Muslimaa Aanaa Malkaa Balloo
📅 1448 H / 2018 A.L.I

❤2