KAAWUNSILII DARGAGGOOTA MUSLIMAA GODINA HARARGEE BAHAA East Hararghe Zone Muslim Youth Council (EHZ–MYC) 📢 DHAMSA EID AL-ADHAA KABAJAA
• Ustaaz Najjaash Mohammed — Itti Gaafatamaa Kaawunsilii Dargaggoota Muslimaa Godinaa Harargee Bahaa, akkasumas Itti Gaafatamaa Da’awaa fi Tarbiiyaa Kaawunsilii Dargaggoota Muslimaa Oromiyaa.
• Ustaaz Umar Ismaa’il — Itti Aanaa Itti Gaafatamaa Kaawunsilii Dargaggoota Muslimaa Godinaa Harargee Bahaa, akkasumas Itti Gaafatamaa Hajjii fi Umraa Mana Marii Dhimma Islaamaa Godinaa Harargee Bahaa, dabalaatanis Itti Gaafatamaa Dhaabbata Gaaddisa Islaamaa keessaa fi alaa. Maqaa Kaawunsilii Dargaggoota Muslimaa Godinaa Harargee Bahaatin:
🌙 Bagaa Ayyaana Eiid Al-Adhaa Geessan! Akkuma yeroo ayyaana Eida keessatti hojii kheeyrii babal’isaa turtan, yeroo ayyaanni darbes hojii gaggaarii san akka itti fufnu jechuun dhaamsa keenya kabajaa dabarsina. Ayyaanni Eid Al-Adhaa jechuun ayyaana guddicha hojii kheeyrii, wali jaallachuu, wali gargaaruu, tokkummaa fi obbolummaa itti cimsinu keessaa isa tokko dha. Akkasumas seenaa Nabi Ibraahiim (A.S) irraa ajaja Rabbii kabajuu, obsaan dhaabbachuu fi amanamummaa irraa barnoota guddaa nu barsiisa.
✨ Hojilee yeroo Eida booda itti fufuu qabnu:
• Harka qalleeyyii yaadachuu fi gargaaruu
• Hariiroo obbolummaa fi jaalalaa cimsuu
• Nagaa, wali kabajuu fi wali danda’uu babal’isuu
• Dargaggoota gara hojii gaarii fi naamusa bareedaatti kakaasuu
• Masjiidota keessatti hojii da’awaa fi barnoota cimsuu
• Qulqullina naannoo fi tajaajila hawaasaa irratti hirmaachuu
• Tokkummaa hawaasaa fi Jaalalaa, tokkummaa fi hojii kheeyrii keessatti haa jabaannu
• 🌿 Hojii kheeyrii yeroo ayyaanaa qofa osoo hin taane yeroo hunda haa itti fufnu
• Qammoolee mootummaa, maatii, ollaa fi hawaasa waliin hariroo garii ummaachuu,walliin hojjaachuu.
• Yatimoota, hiyyeeyyii fi namoota gargaarsa barbaadan bira dhaabbachuu,
• Dargaggoota yeroo isaanii hojii kheeyrii, barnoota fi ibaadaatti fayyadamuu irratti dammaqsu Kaawunsilliin keenya yeroo mara dargaggootni Muslimaa amantii isaanii, aadaa isaanii fi hawaasa isaanii keessatti gahee isaanii bahachuun hojii kheeyrii irratti akka jabaatan waamicha isaa kabajaan dabarsa.
🤲 Rabbiin ol ta’aan ibaadaa keenya, qalma keenya, du’aa fi kadhannaa keenya nu irraa haa qeebalu.
🤍 Jaalalli, nagaan, obbolummaan fi tokkummaan ummata keenya keessatti haa babal’atu.
🤍 Jaalalli 🤍 Nagaan
🤍 Obbolummaan
🤍 Tokkummaan Hawaasa keenya keessatti yeroo hundaa haa babal’atu.
🌙 Eiid Mubaarak
Linkii Armaan Gadii Kanaan Galmaawaa
https://membership.emyc.et
========================================
📲 Odeeffannoo fi hojiiwwan keenya guyyaa guyyaan hordofuuf:
NU HORDOFAA
📘 Facebook:
👉 Fuula Facebook EHZ-MYC
👉 https://www.facebook.com/share/1EgNuyfBzu/
📢 Telegram:
👉 Telegram EHZ-MYC
📢 Telegram keenya irratti nu waliin ta’aa:
👍 Like | 🔁 Share | 📢 Hawaasa biraan ga’i
👉 Telegram EHZ-MYC
https://t.me/IAK31
📌 Isinis:
• Join godhaa
• Share godhaa
• Obboloota keessan affeeraa
• Odeeffannoo gaarii wal biraan gahaa
Dargaggoonni har’aa ummaata boruu ijaaru. Kanaaf: 🔥 Ka’i!
🔥 Hirmaadhu!
🔥 Miseensa ta’i!
KAAWUNSILII DARGAGGOOTA MUSLIMAA GODINA HARARGEE BAHAA East Hararghe Zone Muslim Youth Council (EHZ–MYC)

👉 https://www.facebook.com/share/1D77V1ejzE/

As wr WB
oduu Gammachiisaa
Akkaataa muudama Kaawunsiilii Dargaggoota muslimoota Aanaa Gurawaa

📄📑 GALMEE MISEENSUMMAA EHZ–MYC
🖊️ Miseensa ta’uuf linkii armaan gadii fayyadamuun galmaa'aa:
👉
════════════════════
📲 Odeeffannoo fi hojiiwwan keenya guyyaa guyyaan hordofuuf nu hordofaa
📘 Facebook 👉
📢 Telegram 👉
🤝 Telegram keenya irratti nu waliin ta’aa!
👍 Like godhaa
🔁 Share godhaa
📢 Odeeffannoo kana hawaasa biraan gaasisaa
📌 Isinis: • Join godhaa
• Share godhaa
• Obboloota keessan affeeraa
• Hirmaannaa keessaniin hojii dargaggootaa jabeessaa
KAAWUNSILII DARGAGGOOTA MUSLIMAA GODINA HARARGEE BAHAA (EHZ–MYC)
"Tokkummaan ni cimna, hojii gaariidhaan ni milkoofna." 🕌✨

Akkaataa muudama Kawaansiilii Dargaggoota muslimoota Aanaa Jaarsoo