🕌 KAAWUNSILII DARGAGGOOTA MUSLIMAA AANAA MIDHAAGAA TOLAA 🕌
📌 Bobba’aa Caasaa Diriirsuu Sadarkaa Araadaa irraa hanga Gandaatti
Kaawunsilli Dargaggoota Muslimaa Aanaa Midhaagaa Tolaa hojii ijaarsa caasaa isaanii sadarkaa Araadaa irraa eegalee hanga Gandaatti bal’inaan gaggeessaa jira. Bobba’aan kun hojii gurmeessuu, walitti hidhamiinsa dargaggootaa cimsuu fi hojii hawaasummaa keessatti hirmaannaa isaanii guddisuuf keessatti qooda olaanaa qaba.
Dura-bu’oonni Araadaa hojii isaanii naamusaa, itti gaafatamummaa fi obbolummaan gaggeessaa jiru. Akkasumas hojii isaanii keessatti tokkummaa, wal kabajuu, wal tumsuu fi hojii islaamummaa keessatti dammaqinaan hirmaachaa jiru.
🤝 Caasaan diriirfamaa jiru kun: • Tokkummaa dargaggootaa cimsuuf
• Hirmaannaa hojii hawaasummaa guddisuuf
• Dargaggoota keessatti hojii gurmaa’insaa dagaagsuuf
• Qindoomina hojii Araadaa fi Ganda cimsuuf
• Dargaggoota keessatti hojii obbolummaa fi wal tumsuu dagaagsuuf
hojii guddaa hojjechaa jira.
📖 Akkasumaas marii bal’aan ergaa irratti taasifameen booda dura-bu’oonni Araadaa hundi waadaa isaanii haaromsanii jiru. Caasaan isaanii akka jabbaatu, hojii isaanii akka cimu fi sadarkaa Ganda hundaatti caasaan isaanii akka diriiru irratti walii galanii hojii irratti Kaawunsilii isaanii itti fufuun irratti argamu.
✨ “Tokkummaan humna, gurmaa’inni milkaa’ina.” ✨

Aanaa Komboolchaa Guyyaa Kaalleessaa Sagantaa Eid Irraattii Bifaa Hawwaata fi Midhagaa taheen ,Sagantaa Kaawunsilii ifoomsaan kanaa fakkaataa Kunnoo
❤1