East Hararghe Zone Muslim Youth Council (EHZ-MYC)
327 subscribers
359 photos
14 videos
1 file
64 links
Be improve your ability by reading!
Download Telegram
Mashallaah Mashallaah Galmeen Online akkumaa ittii fufeeti jiraa Jabbaadha, Galmaawa Karaa link asi gadii kaanan
πŸ”— LINK GALMEE MISEENSAA:
πŸ‘‰ membership.emyc.et

πŸͺͺ Akkasumaas miseensonni galmaa’an
Warqaa Eenyummaa (ID Card) dijitaalaa isaanii argachuu ni danda’u.

πŸ“² Odeeffannoo fi hojiiwwan keenya guyyaa guyyaan hordofuuf:

NU HORDOFAA
πŸ“˜ Facebook:
πŸ‘‰ Fuula Facebook EHZ-MYC
πŸ‘‰ https://www.facebook.com/share/1D77V1ejzE/
πŸ“’ Telegram:
πŸ‘‰ Telegram EHZ-MYC
πŸ“’ Telegram keenya irratti nu waliin ta’aa:
πŸ‘ Like | πŸ” Share | πŸ“’ Hawaasa biraan ga’i
πŸ‘‰ Telegram EHZ-MYC
https://t.me/IAK31
πŸ“Œ Galmeen miseensummaa karaa dijitaalaa irratti banamee jira.
Namni kamiyyuu Kaawunsilii dargaggoota Muslimaa Ithiopiyaa kana keessatti qooda fudhachuu, Kaawunsilii  dargaggootaa cimsuu fi hojii khayrii keessatti hirmaachuu ni danda’a.

πŸ”— LINK GALMEE MISEENSAA:
πŸ‘‰ membership.emyc.et

πŸͺͺ Akkasumaas miseensonni galmaa’an
Warqaa Eenyummaa (ID Card) dijitaalaa isaanii argachuu ni danda’u.

πŸ“² Odeeffannoo fi hojiiwwan keenya guyyaa guyyaan hordofuuf:

NU HORDOFAA
πŸ“˜ Facebook:
πŸ‘‰ Fuula Facebook EHZ-MYC
πŸ‘‰ https://www.facebook.com/share/1D77V1ejzE/
πŸ“’ Telegram:
πŸ‘‰ Telegram EHZ-MYC
πŸ“’ Telegram keenya irratti nu waliin ta’aa:
πŸ‘ Like | πŸ” Share | πŸ“’ Hawaasa biraan ga’i

πŸ‘‰ Telegram EHZ-MYC Join Godhaa Rabbiin Hojii kheeryii Keessaatti Maqaa Keessaan Haa Galmeessuu
https://t.me/IAK31
πŸ”— LINK GALMEE MISEENSAA:
πŸ‘‰ membership.emyc.et
βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…β“Galmooytaniiβ“βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…
πŸ“‘πŸ“‘πŸ“„πŸ“„πŸ“„πŸ“„πŸ“œπŸ“œπŸ“œπŸ“œπŸ“œπŸ“œπŸ“œπŸ“œπŸ“‘πŸ“‘πŸ“‘πŸ“‘πŸ“‘
              Linkii Armaan Gadii Kanaan Galmaawaa
https://membership.emyc.et
========================================

β€œTokkummaan, Amanamummaan fi Tajaajilli Hawaasaa Bu’uura Milkaa’ina Ummata Keenyaati.”
πŸ“² Odeeffannoo fi hojiiwwan keenya guyyaa guyyaan hordofuuf:

NU HORDOFAA
πŸ“˜ Facebook:
πŸ‘‰ Fuula Facebook EHZ-MYC
πŸ‘‰ https://www.facebook.com/share/1D77V1ejzE/
πŸ“’ Telegram:
πŸ‘‰ Telegram EHZ-MYC
πŸ“’ Telegram keenya irratti nu waliin ta’aa:
πŸ‘ Like | πŸ” Share | πŸ“’ Hawaasa biraan ga’i
πŸ‘‰ Telegram EHZ-MYC
https://t.me/IAK31

πŸ“Œ Isinis:
β€’ Join godhaa
β€’ Share godhaa
β€’ Obboloota keessan affeeraa
β€’ Odeeffannoo gaarii wal biraan gahaa
Dargaggoonni har’aa ummaata boruu ijaaru. Kanaaf: πŸ”₯ Ka’i!
πŸ”₯ Hirmaadhu!
πŸ”₯ Miseensa ta’i!

πŸ•Œ KAAWUNSILII DARGAGGOOTA MUSLIMAA GODINA HARARGEE BAHAA
East Hararghe Zone Muslim Youth Council (EHZ–MYC)

✨ β€œDargaggoota Cimaa Ijaaruun, Ummata Cimaa Ijaaruudha!” ✨
Kaawunsillii Dargagoota Muslimaa Aanaa Dadar bobbaaa Caasaa diriirsuu Araadaa irraati
πŸ•Œ KAAWUNSILII DARGAGGOOTA MUSLIMAA AANAA MAYYUU MULUQEE

Sagantaa Ifoomsaa Galmee fi Caasaa Diriirsuu Sadarkaa Araadaa irraa hanga Gandaatti

Guyyaa kaleessaa Kaawunsilliin Dargaggoota Muslimaa Aanaa Mayyuu Muluqee sagantaa ifoomsaa galmee miseensotaa fi caasaa diriirsuu sadarkaa Araadaa irraa hanga Gandaatti irratti marii bal’aa gaggeesseera.

Sagantaan kun keessatti dura-bu’oonni Araadaa fi dargaggoonni hedduun hirmaachuun hojii kaawunsilii irratti hubannoo waliigalaa isaanii cimsaniiru.

Marii bal’aa gaggeeffameen:

Galmee miseensotaa sirnaan gaggeessuu

Caasaa kaawunsilii cimsuu

Tokkummaa dargaggootaa guddisuu

Hojii da’awaa fi tajaajila hawaasaa babal’isu

Hirmaannaa dargaggootaa keessatti gahee isaanii guddisuu

irratti kallattii fi hubannoo waliigalaa irratti waliigalameera.

Dhuma irratti hoggantoonni kaawunsilii hojii kana milkeessuuf tumsa waliinii fi hirmaannaa dargaggootaa cimsuun hojii isaanii itti fufuuf waadaa isaanii ibsaniiru.

β€œTokkummaan Humna, Dargaggoonni Immoo Egeree Ummataati.” πŸ€πŸ•Œ