๐๐ข BEEKSISA
ODUU GAMMACHIISAA โจ
๐ Kabajamtoota Hayyoota, Abbootii Amantii, Dargaggootaa fi Hawaasa Muslimaa balโaa hundaaf!
Assalaamu Aleykum Warahmatullaahi Wabarakaatuh.
Yeroon keenya yeroo hojii, yeroo tokkummaa fi yeroo Tajillaa hawwaasa keessatti Tookummaa iimaanaa fi obbolummaa jabeeffannuudha. Kanaafuu, ๐ KAAWUNSILII DARGAGGOOTA MUSLIMAA GODINA HARARGEE BAHAA (EHZโMYC) waamicha kabajaa fi obbolummaa isinif dhiyeessa.
๐ ODUU GAMMACHIISAA
๐ Galmeen miseensummaa karaa dijitaalaa irratti banamee jira.
Namni kamiyyuu mootummaa kana keessatti qooda fudhachuu, mootummaa dargaggootaa cimsuu fi hojii khayrii keessatti hirmaachuu ni dandaโa.
๐ LINK GALMEE MISEENSAA:
๐ membership.emyc.et
๐ชช Akkasumaas miseensonni galmaaโan
Warqaa Eenyummaa (ID Card) dijitaalaa isaanii argachuu ni dandaโu.
๐ฒ Odeeffannoo fi hojiiwwan keenya guyyaa guyyaan hordofuuf:
NU HORDOFAA
๐ Facebook:
๐ Fuula Facebook EHZ-MYC
๐ https://www.facebook.com/share/1D77V1ejzE/
๐ข Telegram:
๐ Telegram EHZ-MYC
๐ข Telegram keenya irratti nu waliin taโaa:
๐ Like | ๐ Share | ๐ข Hawaasa biraan gaโi
๐ Telegram EHZ-MYC
https://t.me/IAK31

Telegram
East Hararghe Zone Muslim Youth Council (EHZ-MYC)
Be improve your ability by reading!
Barattooni Yuniveerisity hundumaan keesaaanu Galatoomaa
Biroo Kaawunsilii Dargaggoota Muslimaa Godina Harargee Bahaa, Guyyaa Lamaan Waliiti Anuuf biroo dhufaani Miseensaa tahuu isaanif jechaa
Maqaa Haawaasa Ballaatin
Guddaa takkaa Galatoomaa Isiin jeena
Barattoonni kunneen akka jedhanitti:
Akkasumas hoggantoonni Aanaalee 23 Godina Harargee Bahaa keessatti hojii Kaawunsilii fi tajaajila hawaasummaa irratti cimanii akka hojjetan dhaamanii jiru. Caasaan Kaawunsilii sadarkaa hundatti akka jabaatuu fi gara fuulduraatti hojii dargaggootaa akka cimsan jechuun yaada isaanii ibsaniiru.
Dhumarrattis:
โNutis yeroo kamiyyuu isin cinaa jirra. Waan dandeenyu hundaan Kaawunsilii keenya fi hojii hawaasummaa deeggaruuf qophiidha.โ
jechuun obboloota isaanii aanaalee adda addaa irraa filataman jajjabeessanii jiru.