East Hararghe Zone Muslim Youth Council (EHZ-MYC)
327 subscribers
359 photos
14 videos
1 file
64 links
Be improve your ability by reading!
Download Telegram
๐ŸŸข ๐Ž๐ƒ๐ƒ๐”๐” ๐†๐€๐Œ๐Œ๐€๐‚๐‡๐ˆ๐ˆ๐’๐€๐€ | ๐†๐€๐‹๐Œ๐„๐„ ๐Œ๐ˆ๐’๐„๐„๐๐’๐”๐Œ๐Œ๐€๐€ ๐Ž๐๐‹๐ˆ๐๐„ ๐ŸŸข
Galmeen miseensummaa online akkuma itti fufeetti jira.
Dargaggoonni keenya hundi hojii kana keessatti qooda isaanii akka bahatan jechuun:
โœ… Link walifi share godhaa
โœ… Hiriyoota keessan affeeraa
โœ… Hawaasa biraan gaโ€™aa
โœ… Tokkummaa keenya cimsaa
๐Ÿ”— ๐‹๐ˆ๐๐Š ๐†๐€๐‹๐Œ๐„๐„ ๐Œ๐ˆ๐’๐„๐„๐๐’๐€๐€
๐Ÿ‘‰ membership.emyc.et
๐Ÿ“ฒ ๐๐” ๐‡๐Ž๐‘๐ƒ๐Ž๐…๐€๐€
๐Ÿ“˜ Facebook
๐Ÿ‘‰ Fuula Facebook EHZ-MYC
๐Ÿ‘‰ https://www.facebook.com/share/1D77V1ejzE/
๐Ÿ“ข Telegram
๐Ÿ‘‰ Telegram EHZ-MYC
๐Ÿ‘‰ https://t.me/IAK31
๐Ÿ‘ ๐‹๐ข๐ค๐ž โ€ข ๐Ÿ” ๐’๐ก๐š๐ซ๐ž โ€ข ๐Ÿ“ข ๐‡๐š๐ฐ๐š๐š๐ฌ๐š ๐›๐ข๐ซ๐š๐š๐ง ๐ ๐šโ€™๐ข
๐Ÿ•Œ ๐Š๐€๐€๐–๐”๐๐’๐ˆ๐‹๐ˆ๐ˆ ๐ƒ๐€๐‘๐†๐€๐†๐†๐Ž๐Ž๐“๐€ ๐Œ๐”๐’๐‹๐ˆ๐Œ๐€๐€ ๐†๐Ž๐ƒ๐ˆ๐๐€ ๐‡๐€๐‘๐€๐‘๐†๐„๐„ ๐๐€๐‡๐€๐€
East Hararghe Zone Muslim Youth Council (EHZโ€“MYC)
โœจ โ€œ๐ƒ๐š๐ซ๐ ๐š๐ ๐ ๐จ๐จ๐ญ๐š ๐‚๐ข๐ฆ๐š๐š ๐ˆ๐ฃ๐š๐š๐ซ๐ฎ๐ฎ๐ง, ๐”๐ฆ๐ฆ๐š๐ญ๐š ๐‚๐ข๐ฆ๐š๐š ๐ˆ๐ฃ๐š๐š๐ซ๐ฎ๐ฎ๐๐ก๐š!โ€ โœจ
โœจ โ€œ๐“๐จ๐ค๐ค๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐š๐š๐ง ๐ก๐ฎ๐ฆ๐ง๐š; ๐จ๐›๐›๐จ๐ฅ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐š๐š๐ง ๐ข๐ฆ๐ฆ๐จ๐จ ๐ฆ๐ข๐ข๐๐ก๐š๐ ๐ข๐ง๐š ๐ค๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐š.โ€ โœจ
๐ŸŒŸ ๐„๐‘๐†๐€๐€ ๐†๐€๐‹๐€๐“๐€๐€
Warri hojii kheeyrii kana keessatti gahee isaanii bahachaa jirtan hundi keessanuu:
๐ŸŸข Itti Gaafatamtoota Aanaalee
๐ŸŸข Hoggantoota Aradaalee fi Gandootaa
๐ŸŸข Hayyoota keenya
๐ŸŸข Dargaggoota keenya
๐ŸŸข Hawaasa hojii kheeyrii deeggaru hunda
Kabajaa fi galata guddaadhaan isin dinqisiifanna.
๐Ÿคฒ Rabbiin hojii kheeyrii keessan keessatti barakaa haa godhu.
๐Ÿคฒ Dadhabbiin keessan buโ€™aa hawaasa keenyaaf haa taโ€™u.
๐Ÿคฒ Tokkummaan fi jaalalli keessan hawaasa keenyaaf ifa haa taโ€™u.
๐Ÿ’ช ๐ƒ๐€๐‘๐†๐€๐†๐†๐Ž๐Ž๐๐๐ˆ ๐‹๐€๐…๐„๐„ ๐ƒ๐”๐†๐ƒ๐€๐€ ๐”๐Œ๐Œ๐€๐“๐€๐€๐“๐ˆ! ๐Ÿ’ช
GABAASA OOLMAA
KAAWUNSILII DARGAGGOOTA MUSLIMAA AANAA MAYYUU MULUQQEE
Guyyaa: Caamsaa 10, 2018
Bakki: Magaalaa Huusee โ€“ Waajjira Dhimma Islaamaa Aanaa Mayyuu Muluqqee
ASSALAAMU ALEYKUM WARAHMATULLAAHI WABARAKAATUH
Kabajamtoota hooggantoota Godinaa, Aanotaafi Magaalota Godina Harargee Bahaa hundaaf akkaamii nagaayaa jirtuu ?
Alhamdulillaah, hojii Kaawunsilii Dargaggoota Muslimaa keessatti sochiin hojii keenya akka Aanaa Mayyuu Muluqqeetti haala gaariin itti fufee jiraachuun gammachuu guddaa nuuf taโ€™eera.
Haaluma kanaan, guyyaa harโ€™aa kana Magaalaa Huuseetti bakka Dhimma Islaamaa Aanaa Mayyuu Muluqqee keessatti Amiirrota Araddaa fi hojii keessatti qooda fudhattoota muraasa waliin taaโ€™uun marii hojii balโ€™aa gaggeessineerra.
Mariin keenya keessatti dhimmoonni irratti xiyyeeffataman keessaa:
Caasaa Kaawunsilii sadarkaa Araddaa irraa hanga Gandaatti cimsuu,
Hirmaannaa dargaggootaa hojii keessatti dabalu,
Tokkummaa, obbolummaa fi waliin hojjechuu keessatti jajjabeessuu,
Hojii daโ€™waa fi tajaajila hawaasummaa keessatti gahee dargaggootaa guddisuu,
Akkasumas hojii keenya itti fufiinsaan fi qindoominaan gaggeessu irratti marii balโ€™aan taasifameera.
Alhamdulillaah, mariin keenya hubannoo gaarii fi waliigaltee cimaa keessatti xumuramee jira. Hirmaattotniis hojii Kaawunsilii kana keessatti gahee isaanii akka bahatan kutannoo cimaa ibsaniiru.
Inshaaโ€™allaah, Rabbiin hojii keenya keessatti nu haa jabeessu, nu haa milkeessu. Kaayyoon keenya hojii qabatamaa hojjechuun dargaggoota keenya gurmeessuu, hojii isaanii cimsuu fi hawaasa keenya keessatti jijjiirama gaarii fiduudha.
Sochiin keenya itti fufee jira; hojii jalqabnes cimsinee itti deemaa jirra.
Dhuma irratti, hooggantoota keenya hundaaf salaamtaa keenya jechuun barbaanna. Rabbiin isin haa eegu, hojii keessanis haa milkeessu.
WASSALAAMU ALEYKUM WARAHMATULLAAHI WABARAKAATUH
KAAWUNSILII DARGAGGOOTA MUSLIMAA
AANAA MAYYUU MULUQQEE
๐Ÿ•Œ๐Ÿ“ข BEEKSISA
ODUU GAMMACHIISAA โœจ

๐ŸŒ™ Kabajamtoota Hayyoota, Abbootii Amantii, Dargaggootaa fi Hawaasa Muslimaa balโ€™aa hundaaf!

Assalaamu Aleykum Warahmatullaahi Wabarakaatuh.

Yeroon keenya yeroo hojii, yeroo tokkummaa fi yeroo Tajillaa hawwaasa keessatti Tookummaa iimaanaa fi obbolummaa jabeeffannuudha. Kanaafuu, ๐Ÿ•Œ KAAWUNSILII DARGAGGOOTA MUSLIMAA GODINA HARARGEE BAHAA (EHZโ€“MYC) waamicha kabajaa fi obbolummaa isinif dhiyeessa.

๐ŸŒŸ ODUU GAMMACHIISAA

๐Ÿ“Œ Galmeen miseensummaa karaa dijitaalaa irratti banamee jira.
Namni kamiyyuu mootummaa kana keessatti qooda fudhachuu, mootummaa dargaggootaa cimsuu fi hojii khayrii keessatti hirmaachuu ni dandaโ€™a.

๐Ÿ”— LINK GALMEE MISEENSAA:
๐Ÿ‘‰ membership.emyc.et

๐Ÿชช Akkasumaas miseensonni galmaaโ€™an
Warqaa Eenyummaa (ID Card) dijitaalaa isaanii argachuu ni dandaโ€™u.

๐Ÿ“ฒ Odeeffannoo fi hojiiwwan keenya guyyaa guyyaan hordofuuf:

NU HORDOFAA
๐Ÿ“˜ Facebook:
๐Ÿ‘‰ Fuula Facebook EHZ-MYC
๐Ÿ‘‰ https://www.facebook.com/share/1D77V1ejzE/
๐Ÿ“ข Telegram:
๐Ÿ‘‰ Telegram EHZ-MYC
๐Ÿ“ข Telegram keenya irratti nu waliin taโ€™aa:
๐Ÿ‘ Like | ๐Ÿ” Share | ๐Ÿ“ข Hawaasa biraan gaโ€™i
๐Ÿ‘‰ Telegram EHZ-MYC
https://t.me/IAK31
Barattooni Yuniveerisity hundumaan keesaaanu Galatoomaa
Biroo Kaawunsilii Dargaggoota Muslimaa Godina Harargee Bahaa, Guyyaa Lamaan Waliiti Anuuf biroo dhufaani Miseensaa tahuu isaanif jechaa  
Maqaa Haawaasa Ballaatin
Guddaa takkaa Galatoomaa Isiin jeena
Barattoonni kunneen akka jedhanitti:
Akkasumas hoggantoonni Aanaalee 23 Godina Harargee Bahaa keessatti hojii Kaawunsilii fi tajaajila hawaasummaa irratti cimanii akka hojjetan dhaamanii jiru. Caasaan Kaawunsilii sadarkaa hundatti akka jabaatuu fi gara fuulduraatti hojii dargaggootaa akka cimsan jechuun yaada isaanii ibsaniiru.

Dhumarrattis:
โ€œNutis yeroo kamiyyuu isin cinaa jirra. Waan dandeenyu hundaan Kaawunsilii keenya fi hojii hawaasummaa deeggaruuf qophiidha.โ€

jechuun obboloota isaanii aanaalee adda addaa irraa filataman jajjabeessanii jiru.

https://t.me/IAK31