Mirgi Barattootaa Muslimaa Shamarranii haa kabajamuu jedhan barattoonni Muslimaa mooraa Yunivarsiitii Finfinnee.
Barattoonni Muslimaa Yunivarsiitii Finfinneetti barachaa jiran gaafiin "hijaabni keenya nuuf haa kabajamu" jechuun dhiheessanii turan karaa nagaatiin deebisaa akka argatuuf guyyaa har'aa Biiroo Pirizdaantii Yunivarsiitichaa duratti bahuun gaafatanii jiru.
Barattoonni kunneen sababa uffannaa isaaniitiif qormaata dhoorkamaniiru.
https://t.me/IAK31

๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ | ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐
๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐โจ
๐ KAAWUNSILII DARGAGGOOTA MUSLIMAA GODINA HARARGEE BAHAA
East Hararghe Zone Muslim Youth Council (EHZโMYC)
๐ข Kabajamtootaa fi Jaalatamtoota Hawaasa keenyaa hundaaf,
Rabbiif galanni haa taโu.
Guyyaa 21 irraa eegalee hojii Kaawunsilii fi tajaajila hawaasummaa cimnee itti fufneeti jirraachuun isaa beekamaadha harโa Aanaalee 23 Godina Harargee Bahaa hunda keessatti caasaan Kaawunsilii keenya sadarkaa olaanaadhaan babalโachaa jiraachuun isaa gammachuu guddaa ummaata keenyaaf taโeera.
๐ Sadarkaa Aanaa irraa eegalee: โก๏ธ Gara Aradaatti
โก๏ธ Aradaa irraa gara Gandaatti
ijaarsi caasaa fi hojii qindoominaan geggeeffamaa jiru saffisaa cimaadha fi Tokkummaa cimaadhaan adeema jiraa.
๐ค Sochiin hojii hawaasummaa fi hojii dargaggootaa kun:
โ Tokkummaa hawaasaa cimsaa jira
โ Dargaggoota dammaqsu keessatti hojii guddaa hojjechaa jira
โ Tajaajila hawaasummaa keessatti hirmaannaa guddisaa jira
โ Abdii dhalootaaf buโuura kaaโaa jira
๐ข ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Abbooti Amantaa, fi Hayyoonni keenya, akkaasumaas Qamanii Motummaa, dargaggoonni keenya fi hawaasni keenya bakka jirtan hundatti:
๐ Cinaa dhaabbadhaa
๐ Tokkummaa cimsaa
๐ Hojii Kaawunsilii deeggarraa
๐ Tajaajila hawaasummaa keessatti hirmaadhaa
Hojii keenya qindoominaa fi jaalalaan itti fufsiisuuf kabajaan waamicha isiniif dhiyeessina.
๐ LINK GALMEE MISEENSAA:
๐ membership.emyc.et
๐ฒ NU HORDOFAA
๐ Facebook:
๐ Fuula Facebook EHZ-MYC
๐ https://www.facebook.com/share/1D77V1ejzE/
๐ข Telegram:
๐ Telegram EHZ-MYC
๐ Like | ๐ Share | ๐ข Hawaasa biraan gaโi
https://t.me/GBRVUHCEt
๐ Like โข ๐ Share โข ๐ข Hawaasa biraan gaโi

โจ โDargaggoota Cimaa Ijaaruun, Ummata Cimaa Ijaaruudha!โ โจ
โจ โTokkummaan humna, obbolummaan immoo miidhagina keenya.โ โจ
๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐
Warri hojii kana keessatti gahee isaanii bahachaa jirtan hundi keessanuu:
๐ข Itti gaafatamtoota Aanaalee
๐ข Hoggantoota Aradaalee fi Gandootaa
๐ข Hayyoota keenya
๐ข Dargaggoota keenya
๐ข Hawaasa hojii kheeyrii deeggaru hunda
kabajaa fi galata guddaadhaan isin dinqisiifanna.
๐คฒ Rabbiin hojii kheeyrii keessan keessatti barakaa haa godhu.
๐คฒ Dadhabbiin keessan buโaa hawaasa keessanii haa taโu.
๐คฒ Tokkummaan fi jaalalli keessan hawaasa keenyaaf ifa haa taโu.
๐ช ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐

Telegram
East Hararghe Zone Muslim Youth Council (EHZ-MYC)
MEDIA KEENYA MUL'ATA GALMA KEENYATII
๐ข ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ | ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐ข
Galmeen miseensummaa online akkuma itti fufeetti jira.
Dargaggoonni keenya hundi hojii kana keessatti qooda isaanii akka bahatan jechuun:
โ Link walifi share godhaa
โ Hiriyoota keessan affeeraa
โ Hawaasa biraan gaโaa
โ Tokkummaa keenya cimsaa
๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐ membership.emyc.et
๐ฒ ๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐
๐ Facebook
๐ Fuula Facebook EHZ-MYC
๐ https://www.facebook.com/share/1D77V1ejzE/
๐ข Telegram
๐ Telegram EHZ-MYC
๐ https://t.me/IAK31
๐ ๐๐ข๐ค๐ โข ๐ ๐๐ก๐๐ซ๐ โข ๐ข ๐๐๐ฐ๐๐๐ฌ๐ ๐๐ข๐ซ๐๐๐ง ๐ ๐โ๐ข
๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐
East Hararghe Zone Muslim Youth Council (EHZโMYC)
โจ โ๐๐๐ซ๐ ๐๐ ๐ ๐จ๐จ๐ญ๐ ๐๐ข๐ฆ๐๐ ๐๐ฃ๐๐๐ซ๐ฎ๐ฎ๐ง, ๐๐ฆ๐ฆ๐๐ญ๐ ๐๐ข๐ฆ๐๐ ๐๐ฃ๐๐๐ซ๐ฎ๐ฎ๐๐ก๐!โ โจ
โจ โ๐๐จ๐ค๐ค๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐๐ง ๐ก๐ฎ๐ฆ๐ง๐; ๐จ๐๐๐จ๐ฅ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐๐ง ๐ข๐ฆ๐ฆ๐จ๐จ ๐ฆ๐ข๐ข๐๐ก๐๐ ๐ข๐ง๐ ๐ค๐๐๐ง๐ฒ๐.โ โจ
๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐
Warri hojii kheeyrii kana keessatti gahee isaanii bahachaa jirtan hundi keessanuu:
๐ข Itti Gaafatamtoota Aanaalee
๐ข Hoggantoota Aradaalee fi Gandootaa
๐ข Hayyoota keenya
๐ข Dargaggoota keenya
๐ข Hawaasa hojii kheeyrii deeggaru hunda
Kabajaa fi galata guddaadhaan isin dinqisiifanna.
๐คฒ Rabbiin hojii kheeyrii keessan keessatti barakaa haa godhu.
๐คฒ Dadhabbiin keessan buโaa hawaasa keenyaaf haa taโu.
๐คฒ Tokkummaan fi jaalalli keessan hawaasa keenyaaf ifa haa taโu.
๐ช ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐! ๐ช

Be improve your ability by reading!
GABAASA OOLMAA
KAAWUNSILII DARGAGGOOTA MUSLIMAA AANAA MAYYUU MULUQQEE
Guyyaa: Caamsaa 10, 2018
Bakki: Magaalaa Huusee โ Waajjira Dhimma Islaamaa Aanaa Mayyuu Muluqqee
ASSALAAMU ALEYKUM WARAHMATULLAAHI WABARAKAATUH
Kabajamtoota hooggantoota Godinaa, Aanotaafi Magaalota Godina Harargee Bahaa hundaaf akkaamii nagaayaa jirtuu ?
Alhamdulillaah, hojii Kaawunsilii Dargaggoota Muslimaa keessatti sochiin hojii keenya akka Aanaa Mayyuu Muluqqeetti haala gaariin itti fufee jiraachuun gammachuu guddaa nuuf taโeera.
Haaluma kanaan, guyyaa harโaa kana Magaalaa Huuseetti bakka Dhimma Islaamaa Aanaa Mayyuu Muluqqee keessatti Amiirrota Araddaa fi hojii keessatti qooda fudhattoota muraasa waliin taaโuun marii hojii balโaa gaggeessineerra.
Mariin keenya keessatti dhimmoonni irratti xiyyeeffataman keessaa:
Caasaa Kaawunsilii sadarkaa Araddaa irraa hanga Gandaatti cimsuu,
Hirmaannaa dargaggootaa hojii keessatti dabalu,
Tokkummaa, obbolummaa fi waliin hojjechuu keessatti jajjabeessuu,
Hojii daโwaa fi tajaajila hawaasummaa keessatti gahee dargaggootaa guddisuu,
Akkasumas hojii keenya itti fufiinsaan fi qindoominaan gaggeessu irratti marii balโaan taasifameera.
Alhamdulillaah, mariin keenya hubannoo gaarii fi waliigaltee cimaa keessatti xumuramee jira. Hirmaattotniis hojii Kaawunsilii kana keessatti gahee isaanii akka bahatan kutannoo cimaa ibsaniiru.
Inshaaโallaah, Rabbiin hojii keenya keessatti nu haa jabeessu, nu haa milkeessu. Kaayyoon keenya hojii qabatamaa hojjechuun dargaggoota keenya gurmeessuu, hojii isaanii cimsuu fi hawaasa keenya keessatti jijjiirama gaarii fiduudha.
Sochiin keenya itti fufee jira; hojii jalqabnes cimsinee itti deemaa jirra.
Dhuma irratti, hooggantoota keenya hundaaf salaamtaa keenya jechuun barbaanna. Rabbiin isin haa eegu, hojii keessanis haa milkeessu.
WASSALAAMU ALEYKUM WARAHMATULLAAHI WABARAKAATUH
KAAWUNSILII DARGAGGOOTA MUSLIMAA
AANAA MAYYUU MULUQQEE

๐๐ข BEEKSISA
ODUU GAMMACHIISAA โจ
๐ Kabajamtoota Hayyoota, Abbootii Amantii, Dargaggootaa fi Hawaasa Muslimaa balโaa hundaaf!
Assalaamu Aleykum Warahmatullaahi Wabarakaatuh.
Yeroon keenya yeroo hojii, yeroo tokkummaa fi yeroo Tajillaa hawwaasa keessatti Tookummaa iimaanaa fi obbolummaa jabeeffannuudha. Kanaafuu, ๐ KAAWUNSILII DARGAGGOOTA MUSLIMAA GODINA HARARGEE BAHAA (EHZโMYC) waamicha kabajaa fi obbolummaa isinif dhiyeessa.
๐ ODUU GAMMACHIISAA
๐ Galmeen miseensummaa karaa dijitaalaa irratti banamee jira.
Namni kamiyyuu mootummaa kana keessatti qooda fudhachuu, mootummaa dargaggootaa cimsuu fi hojii khayrii keessatti hirmaachuu ni dandaโa.
๐ LINK GALMEE MISEENSAA:
๐ membership.emyc.et
๐ชช Akkasumaas miseensonni galmaaโan
Warqaa Eenyummaa (ID Card) dijitaalaa isaanii argachuu ni dandaโu.
๐ฒ Odeeffannoo fi hojiiwwan keenya guyyaa guyyaan hordofuuf:
NU HORDOFAA
๐ Facebook:
๐ Fuula Facebook EHZ-MYC
๐ https://www.facebook.com/share/1D77V1ejzE/
๐ข Telegram:
๐ Telegram EHZ-MYC
๐ข Telegram keenya irratti nu waliin taโaa:
๐ Like | ๐ Share | ๐ข Hawaasa biraan gaโi
๐ Telegram EHZ-MYC
https://t.me/IAK31
ODUU GAMMACHIISAA โจ
๐ Kabajamtoota Hayyoota, Abbootii Amantii, Dargaggootaa fi Hawaasa Muslimaa balโaa hundaaf!
Assalaamu Aleykum Warahmatullaahi Wabarakaatuh.
Yeroon keenya yeroo hojii, yeroo tokkummaa fi yeroo Tajillaa hawwaasa keessatti Tookummaa iimaanaa fi obbolummaa jabeeffannuudha. Kanaafuu, ๐ KAAWUNSILII DARGAGGOOTA MUSLIMAA GODINA HARARGEE BAHAA (EHZโMYC) waamicha kabajaa fi obbolummaa isinif dhiyeessa.
๐ ODUU GAMMACHIISAA
๐ Galmeen miseensummaa karaa dijitaalaa irratti banamee jira.
Namni kamiyyuu mootummaa kana keessatti qooda fudhachuu, mootummaa dargaggootaa cimsuu fi hojii khayrii keessatti hirmaachuu ni dandaโa.
๐ LINK GALMEE MISEENSAA:
๐ membership.emyc.et
๐ชช Akkasumaas miseensonni galmaaโan
Warqaa Eenyummaa (ID Card) dijitaalaa isaanii argachuu ni dandaโu.
๐ฒ Odeeffannoo fi hojiiwwan keenya guyyaa guyyaan hordofuuf:
NU HORDOFAA
๐ Facebook:
๐ Fuula Facebook EHZ-MYC
๐ https://www.facebook.com/share/1D77V1ejzE/
๐ข Telegram:
๐ Telegram EHZ-MYC
๐ข Telegram keenya irratti nu waliin taโaa:
๐ Like | ๐ Share | ๐ข Hawaasa biraan gaโi
๐ Telegram EHZ-MYC
https://t.me/IAK31
Telegram
East Hararghe Zone Muslim Youth Council (EHZ-MYC)
Be improve your ability by reading!
Barattooni Yuniveerisity hundumaan keesaaanu Galatoomaa
Biroo Kaawunsilii Dargaggoota Muslimaa Godina Harargee Bahaa, Guyyaa Lamaan Waliiti Anuuf biroo dhufaani Miseensaa tahuu isaanif jechaa
Maqaa Haawaasa Ballaatin
Guddaa takkaa Galatoomaa Isiin jeena
Barattoonni kunneen akka jedhanitti:
Akkasumas hoggantoonni Aanaalee 23 Godina Harargee Bahaa keessatti hojii Kaawunsilii fi tajaajila hawaasummaa irratti cimanii akka hojjetan dhaamanii jiru. Caasaan Kaawunsilii sadarkaa hundatti akka jabaatuu fi gara fuulduraatti hojii dargaggootaa akka cimsan jechuun yaada isaanii ibsaniiru.
Dhumarrattis:
โNutis yeroo kamiyyuu isin cinaa jirra. Waan dandeenyu hundaan Kaawunsilii keenya fi hojii hawaasummaa deeggaruuf qophiidha.โ
jechuun obboloota isaanii aanaalee adda addaa irraa filataman jajjabeessanii jiru.