Ibaa Gaalateeffannaa
Bismillaahir Rahmaanir Rahiim
Kabajamoo Ummaata keenyaa, hayyoota amantii, jaarsolii biyyaa, dargaggootaa, Baratttoota fi hawaasa keenya kabajamaa hundaaf;
Jalqaba irratti hojii Kawunsilii dargagoota Muslimaaa godinaa Harargee bahaa,fi tajaajilaa hawaasa keenya waliin ta’uun milkaa’inaan hojii gaggeessitan irratti galata guddaa qabna. Akkaasumaas Barattoonni Muslimaa Jamma'aa Kollaajjii Wallif Kollaajjii , Biroo Kaawunsilii Dargaggoota Muslimaa Godina Harargee Bahaa, Guyyaa Arraaa biroo dhufaani Miseensaa tahuu isaanif jechaa
Maqaa Haawaasa Balaatin
Guddaa takkaa Galatoomaa Isiin jeena
Barattoonni kunneen akka jedhanitti:
“Iddoo Kamiiyyuu yoo barnootaaf jechaa yoo jiraansee, biyyaa kam keessatti argamnu illee, gaheen dargaggootaa nu irraa eegamu guddaadha. Dargaggoon hawaasa isaa irraa adda bahuu hin qabu.”
jechuun Kaawunsilii fi tajaajila hawaasummaa keessatti qooda isaanii bahachuuf qophii ta’uu isaanii ibsaniiru.
Akkasumas hoggantoonni Aanaalee 23 Godina Harargee Bahaa keessatti hojii Kaawunsilii fi tajaajila hawaasummaa irratti cimanii akka hojjetan dhaamanii jiru. Caasaan Kaawunsilii sadarkaa hundatti akka jabaatuu fi gara fuulduraatti hojii dargaggootaa akka cimsan jechuun yaada isaanii ibsaniiru.
Dhumarrattis:
“Nutis yeroo kamiyyuu isin cinaa jirra. Waan dandeenyu hundaan Kaawunsilii keenya fi hojii hawaasummaa deeggaruuf qophiidha.”
jechuun obboloota isaanii aanaalee adda addaa irraa filataman jajjabeessanii jiru.
Dhugumatti, dargaggoonni keenya jechuun humna hawaasaa fi abdii boriiti. Qeerroon fi qarreen keenya hojii gaggaarii fi tajaajila hawaasummaa keessatti mootummaa isaanii waliin osoo hin taane hawaasa isaanii waliin dhaabbatanii gara fuulduraatti tarkaanfachaa jiru.
https://t.me/IAK31
🔗 LINK GALMEE MISEENSAA:
👉 membership.emyc.et
📲 NU HORDOFAA
📘 Facebook:
👉 Fuula Facebook EHZ-MYC
👉 https://www.facebook.com/share/1D77V1ejzE/
📢 Telegram:
👉 Telegram EHZ-MYC
👍 Like | 🔁 Share | 📢 Hawaasa biraan ga’i
https://t.me/GBRVUHCEt
👍 Like • 🔁 Share • 📢 Hawaasa biraan ga’i
🕌 KAAWUNSILII DARGAGGOOTA MUSLIMAA GODINA HARARGEE BAHAA
East Hararghe Zone Muslim Youth Council (EHZ–MYC)
✨ “Dargaggoota Cimaa Ijaaruun, Ummata Cimaa Ijaaruudha!” ✨
✨ “Tokkummaan humna, obbolummaan immoo miidhagina keenya.” ✨

Telegram
East Hararghe Zone Muslim Youth Council (EHZ-MYC)
Be improve your ability by reading!
Mirgi Barattootaa Muslimaa Shamarranii haa kabajamuu jedhan barattoonni Muslimaa mooraa Yunivarsiitii Finfinnee.
Barattoonni Muslimaa Yunivarsiitii Finfinneetti barachaa jiran gaafiin "hijaabni keenya nuuf haa kabajamu" jechuun dhiheessanii turan karaa nagaatiin deebisaa akka argatuuf guyyaa har'aa Biiroo Pirizdaantii Yunivarsiitichaa duratti bahuun gaafatanii jiru.
Barattoonni kunneen sababa uffannaa isaaniitiif qormaata dhoorkamaniiru.

𝐎𝐃𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀 | 𝐄𝐑𝐆𝐀𝐀 𝐆𝐀𝐋𝐀𝐓𝐀𝐀 𝐅𝐈 𝐖𝐀𝐀𝐌𝐈𝐂𝐇𝐀 🕌✨
📍 KAAWUNSILII DARGAGGOOTA MUSLIMAA GODINA HARARGEE BAHAA
East Hararghe Zone Muslim Youth Council (EHZ–MYC)
📢 Kabajamtootaa fi Jaalatamtoota Hawaasa keenyaa hundaaf,
Rabbiif galanni haa ta’u.
Guyyaa 21 irraa eegalee hojii Kaawunsilii fi tajaajila hawaasummaa cimnee itti fufneeti jirraachuun isaa beekamaadha har’a Aanaalee 23 Godina Harargee Bahaa hunda keessatti caasaan Kaawunsilii keenya sadarkaa olaanaadhaan babal’achaa jiraachuun isaa gammachuu guddaa ummaata keenyaaf ta’eera.
📌 Sadarkaa Aanaa irraa eegalee: ➡️ Gara Aradaatti
➡️ Aradaa irraa gara Gandaatti
ijaarsi caasaa fi hojii qindoominaan geggeeffamaa jiru saffisaa cimaadha fi Tokkummaa cimaadhaan adeema jiraa.
🤝 Sochiin hojii hawaasummaa fi hojii dargaggootaa kun:
✅ Tokkummaa hawaasaa cimsaa jira
✅ Dargaggoota dammaqsu keessatti hojii guddaa hojjechaa jira
✅ Tajaajila hawaasummaa keessatti hirmaannaa guddisaa jira
✅ Abdii dhalootaaf bu’uura kaa’aa jira
📢 𝐖𝐀𝐀𝐌𝐈𝐂𝐇𝐀 𝐊𝐀𝐁𝐀𝐉𝐀𝐀𝐌𝐀𝐀
Abbooti Amantaa, fi Hayyoonni keenya, akkaasumaas Qamanii Motummaa, dargaggoonni keenya fi hawaasni keenya bakka jirtan hundatti:
📌 Cinaa dhaabbadhaa
📌 Tokkummaa cimsaa
📌 Hojii Kaawunsilii deeggarraa
📌 Tajaajila hawaasummaa keessatti hirmaadhaa
Hojii keenya qindoominaa fi jaalalaan itti fufsiisuuf kabajaan waamicha isiniif dhiyeessina.
🔗 LINK GALMEE MISEENSAA:
👉 membership.emyc.et
📲 NU HORDOFAA
📘 Facebook:
👉 Fuula Facebook EHZ-MYC
👉 https://www.facebook.com/share/1D77V1ejzE/
📢 Telegram:
👉 Telegram EHZ-MYC
👍 Like | 🔁 Share | 📢 Hawaasa biraan ga’i
https://t.me/GBRVUHCEt
👍 Like • 🔁 Share • 📢 Hawaasa biraan ga’i
🕌 KAAWUNSILII DARGAGGOOTA MUSLIMAA GODINA HARARGEE BAHAA
East Hararghe Zone Muslim Youth Council (EHZ–MYC)
✨ “Dargaggoota Cimaa Ijaaruun, Ummata Cimaa Ijaaruudha!” ✨
✨ “Tokkummaan humna, obbolummaan immoo miidhagina keenya.” ✨
🌟 𝐄𝐑𝐆𝐀𝐀 𝐆𝐀𝐋𝐀𝐓𝐀𝐀
Warri hojii kana keessatti gahee isaanii bahachaa jirtan hundi keessanuu:
🟢 Itti gaafatamtoota Aanaalee
🟢 Hoggantoota Aradaalee fi Gandootaa
🟢 Hayyoota keenya
🟢 Dargaggoota keenya
🟢 Hawaasa hojii kheeyrii deeggaru hunda
kabajaa fi galata guddaadhaan isin dinqisiifanna.
🤲 Rabbiin hojii kheeyrii keessan keessatti barakaa haa godhu.
🤲 Dadhabbiin keessan bu’aa hawaasa keessanii haa ta’u.
🤲 Tokkummaan fi jaalalli keessan hawaasa keenyaaf ifa haa ta’u.
💪 𝐃𝐀𝐑𝐆𝐀𝐆𝐆𝐎𝐎𝐍 𝐋𝐀𝐅𝐄𝐄 𝐃𝐔𝐆𝐃𝐀𝐀 𝐔𝐌𝐌𝐀𝐓𝐀𝐀𝐓𝐈

MEDIA KEENYA MUL'ATA GALMA KEENYATII
🟢 𝐎𝐃𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀 | 𝐆𝐀𝐋𝐌𝐄𝐄 𝐌𝐈𝐒𝐄𝐄𝐍𝐒𝐔𝐌𝐌𝐀𝐀 𝐎𝐍𝐋𝐈𝐍𝐄 🟢
Galmeen miseensummaa online akkuma itti fufeetti jira.
Dargaggoonni keenya hundi hojii kana keessatti qooda isaanii akka bahatan jechuun:
✅ Link walifi share godhaa
✅ Hiriyoota keessan affeeraa
✅ Hawaasa biraan ga’aa
✅ Tokkummaa keenya cimsaa
🔗 𝐋𝐈𝐍𝐊 𝐆𝐀𝐋𝐌𝐄𝐄 𝐌𝐈𝐒𝐄𝐄𝐍𝐒𝐀𝐀
👉 membership.emyc.et
📲 𝐍𝐔 𝐇𝐎𝐑𝐃𝐎𝐅𝐀𝐀
📘 Facebook
👉 Fuula Facebook EHZ-MYC
👉 https://www.facebook.com/share/1D77V1ejzE/
📢 Telegram
👉 Telegram EHZ-MYC
👉 https://t.me/IAK31
👍 𝐋𝐢𝐤𝐞 • 🔁 𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞 • 📢 𝐇𝐚𝐰𝐚𝐚𝐬𝐚 𝐛𝐢𝐫𝐚𝐚𝐧 𝐠𝐚’𝐢
🕌 𝐊𝐀𝐀𝐖𝐔𝐍𝐒𝐈𝐋𝐈𝐈 𝐃𝐀𝐑𝐆𝐀𝐆𝐆𝐎𝐎𝐓𝐀 𝐌𝐔𝐒𝐋𝐈𝐌𝐀𝐀 𝐆𝐎𝐃𝐈𝐍𝐀 𝐇𝐀𝐑𝐀𝐑𝐆𝐄𝐄 𝐁𝐀𝐇𝐀𝐀
East Hararghe Zone Muslim Youth Council (EHZ–MYC)
✨ “𝐃𝐚𝐫𝐠𝐚𝐠𝐠𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐂𝐢𝐦𝐚𝐚 𝐈𝐣𝐚𝐚𝐫𝐮𝐮𝐧, 𝐔𝐦𝐦𝐚𝐭𝐚 𝐂𝐢𝐦𝐚𝐚 𝐈𝐣𝐚𝐚𝐫𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚!” ✨
✨ “𝐓𝐨𝐤𝐤𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐡𝐮𝐦𝐧𝐚; 𝐨𝐛𝐛𝐨𝐥𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐢𝐦𝐦𝐨𝐨 𝐦𝐢𝐢𝐝𝐡𝐚𝐠𝐢𝐧𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚.” ✨
🌟 𝐄𝐑𝐆𝐀𝐀 𝐆𝐀𝐋𝐀𝐓𝐀𝐀
Warri hojii kheeyrii kana keessatti gahee isaanii bahachaa jirtan hundi keessanuu:
🟢 Itti Gaafatamtoota Aanaalee
🟢 Hoggantoota Aradaalee fi Gandootaa
🟢 Hayyoota keenya
🟢 Dargaggoota keenya
🟢 Hawaasa hojii kheeyrii deeggaru hunda
Kabajaa fi galata guddaadhaan isin dinqisiifanna.
🤲 Rabbiin hojii kheeyrii keessan keessatti barakaa haa godhu.
🤲 Dadhabbiin keessan bu’aa hawaasa keenyaaf haa ta’u.
🤲 Tokkummaan fi jaalalli keessan hawaasa keenyaaf ifa haa ta’u.
💪 𝐃𝐀𝐑𝐆𝐀𝐆𝐆𝐎𝐎𝐍𝐍𝐈 𝐋𝐀𝐅𝐄𝐄 𝐃𝐔𝐆𝐃𝐀𝐀 𝐔𝐌𝐌𝐀𝐓𝐀𝐀𝐓𝐈! 💪

GABAASA OOLMAA
KAAWUNSILII DARGAGGOOTA MUSLIMAA AANAA MAYYUU MULUQQEE
Guyyaa: Caamsaa 10, 2018
Bakki: Magaalaa Huusee – Waajjira Dhimma Islaamaa Aanaa Mayyuu Muluqqee
ASSALAAMU ALEYKUM WARAHMATULLAAHI WABARAKAATUH
Kabajamtoota hooggantoota Godinaa, Aanotaafi Magaalota Godina Harargee Bahaa hundaaf akkaamii nagaayaa jirtuu ?
Alhamdulillaah, hojii Kaawunsilii Dargaggoota Muslimaa keessatti sochiin hojii keenya akka Aanaa Mayyuu Muluqqeetti haala gaariin itti fufee jiraachuun gammachuu guddaa nuuf ta’eera.
Haaluma kanaan, guyyaa har’aa kana Magaalaa Huuseetti bakka Dhimma Islaamaa Aanaa Mayyuu Muluqqee keessatti Amiirrota Araddaa fi hojii keessatti qooda fudhattoota muraasa waliin taa’uun marii hojii bal’aa gaggeessineerra.
Mariin keenya keessatti dhimmoonni irratti xiyyeeffataman keessaa:
Caasaa Kaawunsilii sadarkaa Araddaa irraa hanga Gandaatti cimsuu,
Hirmaannaa dargaggootaa hojii keessatti dabalu,
Tokkummaa, obbolummaa fi waliin hojjechuu keessatti jajjabeessuu,
Hojii da’waa fi tajaajila hawaasummaa keessatti gahee dargaggootaa guddisuu,
Akkasumas hojii keenya itti fufiinsaan fi qindoominaan gaggeessu irratti marii bal’aan taasifameera.
Alhamdulillaah, mariin keenya hubannoo gaarii fi waliigaltee cimaa keessatti xumuramee jira. Hirmaattotniis hojii Kaawunsilii kana keessatti gahee isaanii akka bahatan kutannoo cimaa ibsaniiru.
Inshaa’allaah, Rabbiin hojii keenya keessatti nu haa jabeessu, nu haa milkeessu. Kaayyoon keenya hojii qabatamaa hojjechuun dargaggoota keenya gurmeessuu, hojii isaanii cimsuu fi hawaasa keenya keessatti jijjiirama gaarii fiduudha.
Sochiin keenya itti fufee jira; hojii jalqabnes cimsinee itti deemaa jirra.
Dhuma irratti, hooggantoota keenya hundaaf salaamtaa keenya jechuun barbaanna. Rabbiin isin haa eegu, hojii keessanis haa milkeessu.
WASSALAAMU ALEYKUM WARAHMATULLAAHI WABARAKAATUH
KAAWUNSILII DARGAGGOOTA MUSLIMAA
AANAA MAYYUU MULUQQEE