East Hararghe Zone Muslim Youth Council (EHZ-MYC)
327 subscribers
359 photos
14 videos
1 file
64 links
Be improve your ability by reading!
Download Telegram
Masha’Allah, Jazakumullahu Khayran
Miseensummaa kana keessatti itti fufee hojjachuu keetiif galanni Rabbii siif haa ta’u. Jabina fi kutannoon ati agarsiisaa jirtu baay’ee dinqisiisaa dha.
Sochiin keenya hundi akka itti fufuu fi hojiiwwan gaggeessinu karaa milkaa’inaatti akka nu geessu ni amanna. Insha Allah, hojii keenya gara fuulduraatti babal’isuun hawaasa keenya qalii tajaajiluu fi tokkummaa cimsuuf waliin ni hojjenna.
Rabbiin siif haa laaffisu, hojii kee hunda keessatti milkaa’ina siif haa kennu.
Wabii fi kabajaan
https://t.me/IAK31
🕌 ODUU GAMMACHIISAA FI WAAMICHA KABAJAA 📢

🌙 Assalaamu Aleykum Warahmatullaahi Wabarakaatuh

Kabajamtoota Hayyoota keenya, Abbootii Amantii, Dargaggootaa, Daldaltootaa, Barattootaa fi Hawaasa Muslimaa bal’aa hundaaf nageenyi, rahmanni fi barakaa Rabbii bakka jirtan hundatti isin haa ga’u.

🕌 KAAWUNSILII DARGAGGOOTA MUSLIMAA GODINA HARARGEE BAHAA
(East Hararghe Zone Muslim Youth Council – EHZ-MYC)
gammachuu guddaadhaan hojii isaanii gara sadarkaa olaanaatti ceesisuun tajaajila dijitaalaa haaraa ifatti eegaluu isaa isin beeksisna.

📌 Amma irraa eegalee galmeen miseensummaa karaa dijitaalaa irratti banuun hojii irra ooleera.

Kana jechuun yeroo gabaabaa keessatti, bakka jirtan irraa ka’uun salphaatti galmaa’uu fi odeeffannoo keessan sirnaan galmeessuun ni danda’ama.

🔗 LINK GALMEE MISEENSAA:
👉 membership.emyc.et

🪪 Akkasumaas, namoonni galmaa’an hundi
Warqaa Eenyummaa (ID Card) dijitaalaa isaanii argachuu ni danda’u. Warqaa Eenyummaa Miseensumaa Argaachuuf link asii olii taan galmaa'aa
🌱 MAALIIF GALMAA’UN BARBAACHISAA?

Tokkummaa dargaggootaa cimsuuf
Hojii khayrii fi hojii hawaasummaa keessatti hirmaachuuf
Sagantaa leenjiilee, marii fi hojii misoomaa keessatti qooda fudhachuuf
Walitti dhufeenya obbolummaa fi hojii gamtaa dagaagsuuf
Dargaggoota Amaantii  isaanii jaallatan walitti fiduuf
📢 WAAMICHA HUNDAAF
Hayyoonni keenya hojii isaanii fi gorsa isaanii haa cimsan.
Abbootiin amantii keenya dargaggoota haa jajjabeessan.
Dargaggoonni keenya yeroo isaanii hojii bu’a qabeessa irratti haa oolchan.
Hawaasni keenya hojii gaarii keessatti waliif haa dhaabbatu.
🤝 Tokkummaan keenya humna keenya.
🕌 Obbolummaan keenya miidhagina keenya.
🌱 Dargaggoonni keenya immoo abdii boruu keenya.
Odeeffannoo fi hojiiwwan keenya guyyaa guyyaan hordofuuf:
📲 NU HORDOFAA

📘 Facebook:
👉 Fuula Facebook EHZ-MYC
👉 https://www.facebook.com/share/1D77V1ejzE/
📢 Telegram:
👉 Telegram EHZ-MYC
👍 Like | 🔁 Share | 📢 Hawaasa biraan ga’i
https://t.me/GBRVUHCEt
👍 Like • 🔁 Share • 📢 Hawaasa biraan ga’i
🕌 KAAWUNSILII DARGAGGOOTA MUSLIMAA GODINA HARARGEE BAHAA

(EHZ–MYC)
“Tokkummaan humna, obbolummaan immoo miidhagina keenya.”
1
𝐎𝐃𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀 | 𝐄𝐑𝐆𝐀𝐀 𝐆𝐀𝐋𝐀𝐓𝐀𝐀 𝐅𝐈 𝐖𝐀𝐀𝐌𝐈𝐂𝐇𝐀 🕌
📍 KAAWUNSILII DARGAGGOOTA MUSLIMAA GODINA HARARGEE BAHAA
East Hararghe Zone Muslim Youth Council (EHZ–MYC)
📢 Kabajamtootaa fi Jaalatamtoota Hawaasa keenyaa hundaaf,
Rabbiif galanni haa ta’u.
Guyyaa 21 irraa eegalee hojii Kaawunsilii fi tajaajila hawaasummaa cimnee itti fufneeti jirraachuun isaa beekamaadha har’a Aanaalee 23 Godina Harargee Bahaa hunda keessatti caasaan Kaawunsilii keenya sadarkaa olaanaadhaan babal’achaa jiraachuun isaa gammachuu guddaa ummaata keenyaaf  ta’eera.

📌 Sadarkaa Aanaa irraa eegalee: ➡️ Gara Aradaatti
➡️ Aradaa irraa gara Gandaatti
ijaarsi caasaa fi hojii qindoominaan geggeeffamaa jiru saffisaa cimaadha fi Tokkummaa cimaadhaan adeema jiraa.
🤝 Sochiin hojii hawaasummaa fi hojii dargaggootaa kun:
Tokkummaa hawaasaa cimsaa jira
Dargaggoota dammaqsu keessatti hojii guddaa hojjechaa jira
Tajaajila hawaasummaa keessatti hirmaannaa guddisaa jira
Abdii dhalootaaf bu’uura kaa’aa jira

🌟 𝐄𝐑𝐆𝐀𝐀 𝐆𝐀𝐋𝐀𝐓𝐀𝐀
Warri hojii kana keessatti gahee isaanii bahachaa jirtan hundi keessanuu:
🟢 Itti gaafatamtoota Aanaalee
🟢 Hoggantoota Aradaalee fi Gandootaa
🟢 Hayyoota keenya
🟢 Dargaggoota keenya
🟢 Hawaasa hojii kheeyrii deeggaru hunda

kabajaa fi galata guddaadhaan isin dinqisiifanna.
🤲 Rabbiin hojii kheeyrii keessan keessatti barakaa haa godhu.
🤲 Dadhabbiin keessan bu’aa hawaasa keessanii haa ta’u.
🤲 Tokkummaan fi jaalalli keessan hawaasa keenyaaf ifa haa ta’u.
💪 𝐃𝐀𝐑𝐆𝐀𝐆𝐆𝐎𝐎𝐍 𝐋𝐀𝐅𝐄𝐄 𝐃𝐔𝐆𝐃𝐀𝐀 𝐔𝐌𝐌𝐀𝐓𝐀𝐀𝐓𝐈
Dargaggoonni keenya humna hawaasaati.
Dargaggoonni keenya abdii boruuti.
Dargaggoonni keenya lafee dugdaa ummataati.
Kanaaf: 🔥 Sochiin keessan milkaa’ina hawaasa keenyaa haa ta’u
🔥 Tokkummaan keessan humna ummaata keenya haa ta’u
🔥 Hirmaannaan keessan hojii hawaasummaa keenyaa haa cimsu
📢 𝐖𝐀𝐀𝐌𝐈𝐂𝐇𝐀 𝐊𝐀𝐁𝐀𝐉𝐀𝐀𝐌𝐀𝐀
Abbooti Amantaa, fi Hayyoonni keenya, akkaasumaas Qamanii Motummaa, dargaggoonni keenya fi hawaasni keenya bakka jirtan hundatti:
📌 Cinaa dhaabbadhaa
📌 Tokkummaa cimsaa
📌 Hojii Kaawunsilii deeggarraa
📌 Tajaajila hawaasummaa keessatti hirmaadhaa
Hojii keenya qindoominaa fi jaalalaan itti fufsiisuuf kabajaan waamicha isiniif dhiyeessina.
🔗 LINK GALMEE MISEENSAA:
👉 membership.emyc.et
📲 NU HORDOFAA

📘 Facebook:
👉 Fuula Facebook EHZ-MYC
👉 https://www.facebook.com/share/1D77V1ejzE/
📢 Telegram:
👉 Telegram EHZ-MYC
👍 Like | 🔁 Share | 📢 Hawaasa biraan ga’i
https://t.me/GBRVUHCEt
👍 Like • 🔁 Share • 📢 Hawaasa biraan ga’i
🕌 KAAWUNSILII DARGAGGOOTA MUSLIMAA GODINA HARARGEE BAHAA
East Hararghe Zone Muslim Youth Council (EHZ–MYC)

“Dargaggoota Cimaa Ijaaruun, Ummata Cimaa Ijaaruudha!”
“Tokkummaan humna, obbolummaan immoo miidhagina keenya.”
Ibaa Gaalateeffannaa

Bismillaahir Rahmaanir Rahiim

Kabajamoo Ummaata keenyaa, hayyoota amantii, jaarsolii biyyaa, dargaggootaa, Baratttoota fi hawaasa keenya kabajamaa hundaaf;
Jalqaba irratti hojii Kawunsilii dargagoota Muslimaaa godinaa Harargee bahaa,fi tajaajilaa hawaasa keenya waliin ta’uun milkaa’inaan hojii gaggeessitan irratti galata guddaa qabna. Akkaasumaas Barattoonni Muslimaa  Jamma'aa Kollaajjii Afran Qalloodha, Biroo Kaawunsilii Dargaggoota Muslimaa Godina Harargee Bahaa, Guyyaa Lamaan Waliiti Anuuf biroo dhufaani Miseensaa tahuu isaanif jechaa  
Maqaa Haawaasa Balaatin
Guddaa takkaa Galatoomaa Isiin jeena
Barattoonni kunneen akka jedhanitti:

“Iddoo Kamiiyyuu yoo  barnootaaf jechaa yoo jiraansee, biyyaa  kam keessatti argamnu illee, gaheen dargaggootaa nu irraa eegamu guddaadha. Dargaggoon hawaasa isaa irraa adda bahuu hin qabu.”

jechuun Kaawunsilii fi tajaajila hawaasummaa keessatti qooda isaanii bahachuuf qophii ta’uu isaanii ibsaniiru.

Akkasumas hoggantoonni Aanaalee 23 Godina Harargee Bahaa keessatti hojii Kaawunsilii fi tajaajila hawaasummaa irratti cimanii akka hojjetan dhaamanii jiru. Caasaan Kaawunsilii sadarkaa hundatti akka jabaatuu fi gara fuulduraatti hojii dargaggootaa akka cimsan jechuun yaada isaanii ibsaniiru.

Dhumarrattis:

“Nutis yeroo kamiyyuu isin cinaa jirra. Waan dandeenyu hundaan Kaawunsilii keenya fi hojii hawaasummaa deeggaruuf qophiidha.”

jechuun obboloota isaanii aanaalee adda addaa irraa filataman jajjabeessanii jiru.

Dhugumatti, dargaggoonni keenya jechuun humna hawaasaa fi abdii boriiti. Qeerroon fi qarreen keenya hojii gaggaarii fi tajaajila hawaasummaa keessatti mootummaa isaanii waliin osoo hin taane hawaasa isaanii waliin dhaabbatanii gara fuulduraatti tarkaanfachaa jiru.
https://t.me/IAK31
🔗 LINK GALMEE MISEENSAA:
👉 membership.emyc.et
📲 NU HORDOFAA

📘 Facebook:
👉 Fuula Facebook EHZ-MYC
👉 https://www.facebook.com/share/1D77V1ejzE/
📢 Telegram:
👉 Telegram EHZ-MYC
👍 Like | 🔁 Share | 📢 Hawaasa biraan ga’i
https://t.me/GBRVUHCEt
👍 Like • 🔁 Share • 📢 Hawaasa biraan ga’i
🕌 KAAWUNSILII DARGAGGOOTA MUSLIMAA GODINA HARARGEE BAHAA
East Hararghe Zone Muslim Youth Council (EHZ–MYC)

“Dargaggoota Cimaa Ijaaruun, Ummata Cimaa Ijaaruudha!”
“Tokkummaan humna, obbolummaan immoo miidhagina keenya.”
Ibaa Gaalateeffannaa

Bismillaahir Rahmaanir Rahiim

Kabajamoo Ummaata keenyaa, hayyoota amantii, jaarsolii biyyaa, dargaggootaa, Baratttoota fi hawaasa keenya kabajamaa hundaaf;
Jalqaba irratti hojii Kawunsilii dargagoota Muslimaaa godinaa Harargee bahaa,fi tajaajilaa hawaasa keenya waliin ta’uun milkaa’inaan hojii gaggeessitan irratti galata guddaa qabna. Akkaasumaas Barattoonni Muslimaa  Jamma'aa Kollaajjii Wallif Kollaajjii , Biroo Kaawunsilii Dargaggoota Muslimaa Godina Harargee Bahaa, Guyyaa Arraaa  biroo dhufaani Miseensaa tahuu isaanif jechaa  
Maqaa Haawaasa Balaatin
Guddaa takkaa Galatoomaa Isiin jeena
Barattoonni kunneen akka jedhanitti:

“Iddoo Kamiiyyuu yoo  barnootaaf jechaa yoo jiraansee, biyyaa  kam keessatti argamnu illee, gaheen dargaggootaa nu irraa eegamu guddaadha. Dargaggoon hawaasa isaa irraa adda bahuu hin qabu.”

jechuun Kaawunsilii fi tajaajila hawaasummaa keessatti qooda isaanii bahachuuf qophii ta’uu isaanii ibsaniiru.

Akkasumas hoggantoonni Aanaalee 23 Godina Harargee Bahaa keessatti hojii Kaawunsilii fi tajaajila hawaasummaa irratti cimanii akka hojjetan dhaamanii jiru. Caasaan Kaawunsilii sadarkaa hundatti akka jabaatuu fi gara fuulduraatti hojii dargaggootaa akka cimsan jechuun yaada isaanii ibsaniiru.

Dhumarrattis:

“Nutis yeroo kamiyyuu isin cinaa jirra. Waan dandeenyu hundaan Kaawunsilii keenya fi hojii hawaasummaa deeggaruuf qophiidha.”

jechuun obboloota isaanii aanaalee adda addaa irraa filataman jajjabeessanii jiru.

Dhugumatti, dargaggoonni keenya jechuun humna hawaasaa fi abdii boriiti. Qeerroon fi qarreen keenya hojii gaggaarii fi tajaajila hawaasummaa keessatti mootummaa isaanii waliin osoo hin taane hawaasa isaanii waliin dhaabbatanii gara fuulduraatti tarkaanfachaa jiru.
https://t.me/IAK31
🔗 LINK GALMEE MISEENSAA:
👉 membership.emyc.et
📲 NU HORDOFAA

📘 Facebook:
👉 Fuula Facebook EHZ-MYC
👉 https://www.facebook.com/share/1D77V1ejzE/
📢 Telegram:
👉 Telegram EHZ-MYC
👍 Like | 🔁 Share | 📢 Hawaasa biraan ga’i
https://t.me/GBRVUHCEt
👍 Like • 🔁 Share • 📢 Hawaasa biraan ga’i
🕌 KAAWUNSILII DARGAGGOOTA MUSLIMAA GODINA HARARGEE BAHAA
East Hararghe Zone Muslim Youth Council (EHZ–MYC)

“Dargaggoota Cimaa Ijaaruun, Ummata Cimaa Ijaaruudha!”
“Tokkummaan humna, obbolummaan immoo miidhagina keenya.”
Mirgi Barattootaa Muslimaa Shamarranii haa kabajamuu jedhan barattoonni Muslimaa mooraa Yunivarsiitii Finfinnee.

Barattoonni Muslimaa Yunivarsiitii Finfinneetti barachaa jiran gaafiin "hijaabni keenya nuuf haa kabajamu" jechuun dhiheessanii turan karaa nagaatiin deebisaa akka argatuuf guyyaa har'aa Biiroo Pirizdaantii Yunivarsiitichaa duratti bahuun gaafatanii jiru.

Barattoonni kunneen sababa uffannaa isaaniitiif qormaata dhoorkamaniiru.
https://t.me/IAK31