Guyyaa arraatis bifaa kanaan dhufaani miseensaa tahanii jiruu
ππ ODUU GAMMACHIISAA | BEEKSISA ππ
π’ Kabajamtootaa, jaalatamtootaa fi hawaasa keenya hundaaf!
Assalaamu Alaykum Warahmatullaahi Wabarakaatuh.
Nageenyi, rahmanni fi barakaan Rabbii bakka jirtan hundatti isin haa gaβu.
π KAAWUNSILII DARGAGGOOTA MUSLIMAA GODINA HARARGEE BAHAA
(East Hararghe Zone Muslim Youth Council β EHZ-MYC)
gammachuu fi kabaja guddaadhaan hojii ijaarsa dargaggootaa, cimsina obbolummaa, tokkummaa hawaasaa fi tajaajila hawaasaa irratti hojii balβaa hojjechaa jira.
π ODUU GAMMACHIISAA π
Amma irraa eegalee:
β Galmeen miseensummaa karaa online fi ammayyaatiin banamee jira.
β Warqaan Eenyummaa Miseensummaa (Digital ID Card) karaa salphaa, saffisaa fi ammayyaatiin kennamaa jira.
β Miseensonni keenya yeroo barbaadanitti odeeffannoo isaanii ilaaluu fi wal qunnamuu dandaβu.
β Dargaggoonni keenya keessatti hirmaannaa fi walitti dhufeenyi isaanii akka cimu carraan balβaan uumamee jira.
π LINK GALMEE MISEENSAA
π membership.emyc.et
π Link kana fayyadamuun yeroo gabaabaa keessatti galmaaβuun miseensa kaawunsilichaa taβuu dandeessu.
π² Galmaaβuun booda:
βοΈ Warqaa eenyummaa digital argattu
βοΈ Odeeffannoo yeroo yerootti argattu
βοΈ Sagantaalee adda addaa keessatti hirmaattu
βοΈ Tokkummaa fi obbolummaa cimsitu
π² ODEEFFANNOO GUYYAA GUYYAA ARGACHUUF
π Facebook
π Fuula Facebook EHZ-MYC
π’ Telegram
π Channel Telegram EHZ-MYC
π Like β’ π Share β’ π’ Hawaasa biraan gaβi

(EHZ-MYC)
β¨ βTokkummaan humna keenya, dargaggoonni immoo abdii ummaata keenyaati.β β¨
π€ Dargaggoonni keenya waliin yoo dhaabbatan:
βοΈ Tokkummaan ni cimaa
βοΈ Obbolummaan ni dagaaga
βοΈ Hawaasni ni jabaata
βοΈ Egeree gaariin ni ijaarama
π Kanaaf:
Galmaaβaa β’ Hirmaadhaa β’ Tokkummaa Cimsaa π€
https://t.me/IAK31

MashaβAllah, Jazakumullahu Khayran
Miseensummaa kana keessatti itti fufee hojjachuu keetiif galanni Rabbii siif haa taβu. Jabina fi kutannoon ati agarsiisaa jirtu baayβee dinqisiisaa dha.
Sochiin keenya hundi akka itti fufuu fi hojiiwwan gaggeessinu karaa milkaaβinaatti akka nu geessu ni amanna. Insha Allah, hojii keenya gara fuulduraatti babalβisuun hawaasa keenya qalii tajaajiluu fi tokkummaa cimsuuf waliin ni hojjenna.
Rabbiin siif haa laaffisu, hojii kee hunda keessatti milkaaβina siif haa kennu.
Wabii fi kabajaan

πβ¨ ODUU GAMMACHIISAA FI WAAMICHA KABAJAA β¨π’
π Assalaamu Aleykum Warahmatullaahi Wabarakaatuh
Kabajamtoota Hayyoota keenya, Abbootii Amantii, Dargaggootaa, Daldaltootaa, Barattootaa fi Hawaasa Muslimaa balβaa hundaaf nageenyi, rahmanni fi barakaa Rabbii bakka jirtan hundatti isin haa gaβu.
π KAAWUNSILII DARGAGGOOTA MUSLIMAA GODINA HARARGEE BAHAA
(East Hararghe Zone Muslim Youth Council β EHZ-MYC)
gammachuu guddaadhaan hojii isaanii gara sadarkaa olaanaatti ceesisuun tajaajila dijitaalaa haaraa ifatti eegaluu isaa isin beeksisna.
π Amma irraa eegalee galmeen miseensummaa karaa dijitaalaa irratti banuun hojii irra ooleera.
Kana jechuun yeroo gabaabaa keessatti, bakka jirtan irraa kaβuun salphaatti galmaaβuu fi odeeffannoo keessan sirnaan galmeessuun ni dandaβama.
π LINK GALMEE MISEENSAA:
π membership.emyc.et
πͺͺ Akkasumaas, namoonni galmaaβan hundi
Warqaa Eenyummaa (ID Card) dijitaalaa isaanii argachuu ni dandaβu. Warqaa Eenyummaa Miseensumaa Argaachuuf link asii olii taan galmaa'aa
π± MAALIIF GALMAAβUN BARBAACHISAA?
β Tokkummaa dargaggootaa cimsuuf
β Hojii khayrii fi hojii hawaasummaa keessatti hirmaachuuf
β Sagantaa leenjiilee, marii fi hojii misoomaa keessatti qooda fudhachuuf
β Walitti dhufeenya obbolummaa fi hojii gamtaa dagaagsuuf
β Dargaggoota Amaantii isaanii jaallatan walitti fiduuf
π’ WAAMICHA HUNDAAF
β¨ Hayyoonni keenya hojii isaanii fi gorsa isaanii haa cimsan.
β¨ Abbootiin amantii keenya dargaggoota haa jajjabeessan.
β¨ Dargaggoonni keenya yeroo isaanii hojii buβa qabeessa irratti haa oolchan.
β¨ Hawaasni keenya hojii gaarii keessatti waliif haa dhaabbatu.
π€ Tokkummaan keenya humna keenya.
π Obbolummaan keenya miidhagina keenya.
π± Dargaggoonni keenya immoo abdii boruu keenya.
Odeeffannoo fi hojiiwwan keenya guyyaa guyyaan hordofuuf:
π² NU HORDOFAA
π Facebook:
π Fuula Facebook EHZ-MYC
π https://www.facebook.com/share/1D77V1ejzE/
π’ Telegram:
π Telegram EHZ-MYC
π Like | π Share | π’ Hawaasa biraan gaβi
https://t.me/GBRVUHCEt
π Like β’ π Share β’ π’ Hawaasa biraan gaβi
π KAAWUNSILII DARGAGGOOTA MUSLIMAA GODINA HARARGEE BAHAA
(EHZβMYC)
β¨ βTokkummaan humna, obbolummaan immoo miidhagina keenya.β β¨

Telegram
East Hararghe Zone Muslim Youth Council (EHZ-MYC)
MEDIA KEENYA MUL'ATA GALMA KEENYATII
β€1
πππππ ππππππππππππ | πππππ πππππππ π
π ππππππππ πβ¨
π KAAWUNSILII DARGAGGOOTA MUSLIMAA GODINA HARARGEE BAHAA
East Hararghe Zone Muslim Youth Council (EHZβMYC)
π’ Kabajamtootaa fi Jaalatamtoota Hawaasa keenyaa hundaaf,
Rabbiif galanni haa taβu.
Guyyaa 21 irraa eegalee hojii Kaawunsilii fi tajaajila hawaasummaa cimnee itti fufneeti jirraachuun isaa beekamaadha harβa Aanaalee 23 Godina Harargee Bahaa hunda keessatti caasaan Kaawunsilii keenya sadarkaa olaanaadhaan babalβachaa jiraachuun isaa gammachuu guddaa ummaata keenyaaf taβeera.
π Sadarkaa Aanaa irraa eegalee: β‘οΈ Gara Aradaatti
β‘οΈ Aradaa irraa gara Gandaatti
ijaarsi caasaa fi hojii qindoominaan geggeeffamaa jiru saffisaa cimaadha fi Tokkummaa cimaadhaan adeema jiraa.
π€ Sochiin hojii hawaasummaa fi hojii dargaggootaa kun:
β Tokkummaa hawaasaa cimsaa jira
β Dargaggoota dammaqsu keessatti hojii guddaa hojjechaa jira
β Tajaajila hawaasummaa keessatti hirmaannaa guddisaa jira
β Abdii dhalootaaf buβuura kaaβaa jira
π πππππ πππππππ
Warri hojii kana keessatti gahee isaanii bahachaa jirtan hundi keessanuu:
π’ Itti gaafatamtoota Aanaalee
π’ Hoggantoota Aradaalee fi Gandootaa
π’ Hayyoota keenya
π’ Dargaggoota keenya
π’ Hawaasa hojii kheeyrii deeggaru hunda
kabajaa fi galata guddaadhaan isin dinqisiifanna.
π€² Rabbiin hojii kheeyrii keessan keessatti barakaa haa godhu.
π€² Dadhabbiin keessan buβaa hawaasa keessanii haa taβu.
π€² Tokkummaan fi jaalalli keessan hawaasa keenyaaf ifa haa taβu.
πͺ ππππππππππ πππ ππ ππππππ πππππππππ
Dargaggoonni keenya humna hawaasaati.
Dargaggoonni keenya abdii boruuti.
Dargaggoonni keenya lafee dugdaa ummataati.
Kanaaf: π₯ Sochiin keessan milkaaβina hawaasa keenyaa haa taβu
π₯ Tokkummaan keessan humna ummaata keenya haa taβu
π₯ Hirmaannaan keessan hojii hawaasummaa keenyaa haa cimsu
π’ ππππππππ ππππππππππ
Abbooti Amantaa, fi Hayyoonni keenya, akkaasumaas Qamanii Motummaa, dargaggoonni keenya fi hawaasni keenya bakka jirtan hundatti:
π Cinaa dhaabbadhaa
π Tokkummaa cimsaa
π Hojii Kaawunsilii deeggarraa
π Tajaajila hawaasummaa keessatti hirmaadhaa
Hojii keenya qindoominaa fi jaalalaan itti fufsiisuuf kabajaan waamicha isiniif dhiyeessina.
π LINK GALMEE MISEENSAA:
π membership.emyc.et
π² NU HORDOFAA
π Facebook:
π Fuula Facebook EHZ-MYC
π https://www.facebook.com/share/1D77V1ejzE/
π’ Telegram:
π Telegram EHZ-MYC
π Like | π Share | π’ Hawaasa biraan gaβi
https://t.me/GBRVUHCEt
π Like β’ π Share β’ π’ Hawaasa biraan gaβi
π KAAWUNSILII DARGAGGOOTA MUSLIMAA GODINA HARARGEE BAHAA
East Hararghe Zone Muslim Youth Council (EHZβMYC)
β¨ βDargaggoota Cimaa Ijaaruun, Ummata Cimaa Ijaaruudha!β β¨

Ibaa Gaalateeffannaa
Bismillaahir Rahmaanir Rahiim
Kabajamoo Ummaata keenyaa, hayyoota amantii, jaarsolii biyyaa, dargaggootaa, Baratttoota fi hawaasa keenya kabajamaa hundaaf;
Jalqaba irratti hojii Kawunsilii dargagoota Muslimaaa godinaa Harargee bahaa,fi tajaajilaa hawaasa keenya waliin taβuun milkaaβinaan hojii gaggeessitan irratti galata guddaa qabna. Akkaasumaas Barattoonni Muslimaa Jamma'aa Kollaajjii Afran Qalloodha, Biroo Kaawunsilii Dargaggoota Muslimaa Godina Harargee Bahaa, Guyyaa Lamaan Waliiti Anuuf biroo dhufaani Miseensaa tahuu isaanif jechaa
Maqaa Haawaasa Balaatin
Guddaa takkaa Galatoomaa Isiin jeena
Barattoonni kunneen akka jedhanitti:
βIddoo Kamiiyyuu yoo barnootaaf jechaa yoo jiraansee, biyyaa kam keessatti argamnu illee, gaheen dargaggootaa nu irraa eegamu guddaadha. Dargaggoon hawaasa isaa irraa adda bahuu hin qabu.β
jechuun Kaawunsilii fi tajaajila hawaasummaa keessatti qooda isaanii bahachuuf qophii taβuu isaanii ibsaniiru.
Akkasumas hoggantoonni Aanaalee 23 Godina Harargee Bahaa keessatti hojii Kaawunsilii fi tajaajila hawaasummaa irratti cimanii akka hojjetan dhaamanii jiru. Caasaan Kaawunsilii sadarkaa hundatti akka jabaatuu fi gara fuulduraatti hojii dargaggootaa akka cimsan jechuun yaada isaanii ibsaniiru.
Dhumarrattis:
βNutis yeroo kamiyyuu isin cinaa jirra. Waan dandeenyu hundaan Kaawunsilii keenya fi hojii hawaasummaa deeggaruuf qophiidha.β
jechuun obboloota isaanii aanaalee adda addaa irraa filataman jajjabeessanii jiru.
Dhugumatti, dargaggoonni keenya jechuun humna hawaasaa fi abdii boriiti. Qeerroon fi qarreen keenya hojii gaggaarii fi tajaajila hawaasummaa keessatti mootummaa isaanii waliin osoo hin taane hawaasa isaanii waliin dhaabbatanii gara fuulduraatti tarkaanfachaa jiru.

Be improve your ability by reading!