Hijra Bank
15.6K subscribers
3.08K photos
105 videos
6 files
269 links
Journey to a bright future
Hijra Bank is a full-fledged interest free Bank in Ethiopia joined the financial industry in 2021

Bot: @hijraabot
Download Telegram
የሀላል ንግድዎን በሀላል ፔይ ያቀላጥፉ!

በመካካለኛ እና አነስተኛ የስራ ዘርፍ ላይ ለሚገኙ ታታሪ የማህብረሰብ ክፍሎች የተዘጋጀ እና ኢ-ሙራባሃ የፋይናንሲንግ አገልግሎትን ያካተተ ሀላል ፔይ መተግበሪያ ዋሌትን ይጠቀሙ።

መልካም ጁምዓ!


Daldala Halaalaa Keessan Halaal Peeydhaan Ariifachiisaa!

Tajaajila faayinaansii e-Muraabahaa of keessatti hammachuudhaan kutaalee hawaasaa damee daldala giddu galeessaa fi xixiqqaa irratti hojjataa jiran jajjabeeessuuf kan qophaa’e applikeeshinii Halaal Peey Fayyadamaa.

Jum’aa Gaarii!

Android: https://play.google.com/store/apps/details?id=com.hijb.halalpay&pcampaignid=web_share

IOS: https://apps.apple.com/gb/app/hijra-halalpay/id6468989391?platform=iphone


#HalalPay #EMurabaha #HalalFinance #SmartBusiness #HijraBank #IslamicBanking #BusinessMadeEasy #HalalSolutions
እንኳን 1446ኛዉ የሐጅ ጉዞ በሠላም አደረሳችሁ!

በዚህ የተከበረ የኢባዳ ጉዟችሁ ልክ እንደ ቃላችን አጋርነታችንን በሚያንፀባርቅ መልኩ የሚያስፈልግዎትን የዉጪ ምንዛሬ ከቀልጣፋ አገልግሎት ጋር እየሰጠን የምንገኝ ሲሆን በባንካችን ክፍያ የፈፀማችሁ ሁጃጆች ባንካችንን በመጎብኘት የምንዛሬ አገልግሎት እንድትጠቀሙ እንጋብዛለን።

መልካም የሀጅ ጉዞ ይሁንላችሁ!


Baga Imala Hajjii bara 1446ffaatiin isin ga’e!


Imala ibaadaa addaa keessan kana irratti akkuma waadaa keenyaatti nutis aantummaa keenya haala calaqqisiisuun tajaajila Sharafa biyya alaa haala qulqullina qabuun kennuu irratti argamna. Maamiltoonni Baankii Hijraatti kaaffaltii Hajjii keessan raawwatan gara baankii keenyaatti gortanii taajajila sharafa biyy alaa argachuu kan dandeessan ta’u kabajaadhaan ibsina.


Imaa Hajjii gaarii isiniif haa ta’u!


#Hajj1446 #HijraBank #SafeHajj #IslamicBanking #ServingPilgrims #HajjJourney #EidMubarak #HajjMabrur
ዕለታዊ የውጪ ምንዛሬ ተመን ግንቦት 11/2017
Gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa alaa, Caamsaa 11/2017
Exchange Rate Applicable for May 19, 2025.

ለውጭ ምንዛሬ አገልግሎት ሂጅራ ባንክን ቀዳሚ ምርጫዎ ያድርጉ!
Tajaajila Sharafa alaatif Baankin Hijraa filannoo keessan jalqabaa haa ta'u.

#HijraBank #ExchangeRate #Interest_free_Banking #RemittanceBigRewards
ዕለታዊ የውጪ ምንዛሬ ተመን ግንቦት 12/2017
Gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa alaa, Caamsaa 12/2017
Exchange Rate Applicable for May 20, 2025.

ለውጭ ምንዛሬ አገልግሎት ሂጅራ ባንክን ቀዳሚ ምርጫዎ ያድርጉ!
Tajaajila Sharafa alaatif Baankin Hijraa filannoo keessan jalqabaa haa ta'u.

#HijraBank #ExchangeRate #Interest_free_Banking #RemittanceBigRewards
Hijra Bank
Photo
ባንካችን ከከናብ ሞተርስ(ባለ ሁለት እና ሶስት እግር ተሽከርካሪ አቅራቢ) ጋር የመግባቢያ ሰነድ ተፈራረመ!


በዛሬው ዕለት ሂጅራ ባንክ ከአንጋፋዉ እና ታዋቂዉ የሞተር አቅራቢ ድርጅት ከሆነዉ ከከናብ ሞተርስ ጋር ኢ-ሙራበሃ ፋይናንሲንግ አገልግሎት ለደንበኞቹ በማቅረብ ዙሪያ በአብሮነት ለመስራት በሂጅራ ባንክ ዋና መስሪያ ቤት የመግባቢያ ሰነድ ተፈራርሟል። ድርጅቱም ባለ 3 እግር ተሽከርካሪ እና ባለ ሁለት እግር ተሽከርካሪ የሚያቀርብ ነዉ።

የባንካችን ፕሬዝዳንት የሆኑት አቶ ዳዊት ቀኖ ስምምነቱ ባንካችን ለደንበኞች ያቀረበዉን የኢ-ሙራበሃ የፋይናንሲንግ አገልግሎት ለማቀላጠፍ እና የደንበኞቹን እንግልት ለማቅለል የታሰበ ስምምነት መሆኑን ገልፀዋል።

ሁለቱ ተቋማት ከወለድ ነጻ የፋይናንስ አገልግሎት ማግኘት ላልቻሉ የማህበረሰብ ክፍሎች የተሻለ አገልግሎት በማቅረብ የሸሪዓን መርህ በተከተለ መልኩ በርካታ ስራዎችን በአብሮነት ለመስራት ዝግጁ መሆናቸዉን አክለዉ ገልፀዋል።

ደንበኞች ሃላልፔይን ተጠቅመው ባለ ሁለት እና ሶስት እግር ተሽከርካሪ ኢ-ሙራባሃ ፍይናንሲንግ እንዲያገኙ እንጋብዛለን።


Baankiin Keenya Dhaabbata Kanaab Motors(Dhiheessii konkolaataa miila sadii fi lamaa) Waliin Waliigaltee Hojii Mallatteesse!

Baankiin Hijraa tajaajila faayinaansii e-Muraabahaa haala salphaa fi Maamilaaf mijatuun kennuudhaaf waajjira muummee isaatti dhiyeessaa mootoraa adda duree fi beekamaa Kanaab Motors waliin waliigaltee Mallatteessee jira. Dhaabbatichi konkolaattota miila sadii fi lama dhiheessuun kan beekamu yoo ta’u waliigalteen kunis tajaajila Halaal peeyn dhihaateen waliin dalaguudhaaf kan mallatteeffameedha.

Pireezidaantiin baankii keenyaa Obbo Daawit Qannoo waliigalteen kun kan mallattaa’e tajaajila faayinaansii e-Muraabahaa baankiin keenya maamiltoota kennu haala mijeessuu fi akkasumas rakkina maamiltoota mudatu hir’isuuf akka ta’e ibsaniiru.
Dhaabbileen lamaan itti dabaluudhaan kutaalee hawaasaa tajaajila faayinaansii dhala irraa bilisa ta’e argachuu hin dandeenyeef tajaajila fooyya’aa kennuu fi pirojektoota hedduu haala faayidaa jaarmiyaalee lameenii hin miinee fi akkaataa qajeeltoowwan shari’aatiin waliin hojjechuuf qophaa’oo ta’uu ibsaniiru.


#HijraBank #KanabMotors #Partnership #HalalPay #FinancialInclusion #ShariaFinance #eMuraabaha #DigitalBanking
ዕለታዊ የውጪ ምንዛሬ ተመን ግንቦት 14/2017
Gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa alaa, Caamsaa 14/2017
Exchange Rate Applicable for May 22, 2025.

ለውጭ ምንዛሬ አገልግሎት ሂጅራ ባንክን ቀዳሚ ምርጫዎ ያድርጉ!
Tajaajila Sharafa alaatif Baankin Hijraa filannoo keessan jalqabaa haa ta'u.

#HijraBank #ExchangeRate #Interest_free_Banking #RemittanceBigRewards
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
ስኬት፤ ነገን አሻግረው በሚመለከቱ ባለተስፋዎች ላይ ይወሰናል።
ካለሙት ለመድረስ እርሶ በርትተው ሲሰሩ የፋይናንስ ችግርዎን ለምፍታት አዲስ መላ፡፡

ሀላል ፔይ ከሂጅራ ባንክ!


#HijraBank #HalalPay #HalalFinance #EMurabaha #digitalbanking
ሰደቃዎን የባንካችን የሞባይል መተግበሪያ በሆነዉን OmniPlus ተጠቅመዉ በመለገስ ጁመዓዎን በኸይር ስራ ያጅቡ!

መልካም ጁምዓ!

Sadaqaa keessan Karaa App. Moobaayilaa OmniPlus Baankii Hijraatiin arjoomuudhaan Jum'aa Keessan Keeyriidhaan midhaafdhaa!

Jum'aa Mubaarak!

#hijrabank #interestfreebanking #Jumma_blessings #OMNIPLUS
Hijra Bank
Photo
በመካሄድ ላይ...

የሲራራ አዋርድ የፍፃሜ ውድድር በድምቀት እየተካሄደ ይገኛል!

በውድድር መድረኩ ከፍተኛ የባንኩ የስራ ሀላፊዎች የተገኙ ሲሆን ዉድድሩ እስከ ነገ ድረስ የሚቀጥል ይሆናል።

Gaggeeffamaa Jira...

Dorgommiin badhaasa Siraaraa Kutaan xumuraa haala adda ta’een gaggeeffamuu irratti argama.

Dorgomicha irratti hooggantoonni ol’aanoo baankii keenyaa kan argaman yoo ta’u, Dorgommichi hanga boruutti kan itti fuufuu ta’a!

#SiraraaAwards #FinalsDay #WhoWillWin #BankingExcellence #TeamSpirit #EventVibes #HijraBank #CelebratingSuccess
Hijra Bank
Photo
የሲራራ አዋርድ የመጀመሪያ ዙር የፍፃሜ ውድድር ተወዳዳሪዎች ሀሳባቸዉን በተግባር የሚያቀርቡበት የውድድር መድረክ በስኬት ተጠናቀቀ!

ስራ ፈጣሪ የማህበረሰብ ክፍሎችን ለማበረታታት ታስቦ በሂጅራ ባንክ የቀረበዉ ሲራራ አዋርድ የዉድድር መድረክ ለሁለት ተከታታይ ቀናት ሲከናወን የቆየ ሲሆን ተወዳዳሪዎችም የስራ ፈጠራ ሀሳባቸዉን ከዳኞች ፊት ቀርበዉ በተግባር በማሳየት አስደናቂ የሆኑ የስራ ፈጠራ ሀሳቦችን አቅርበዋል።

በዚህ የመጨረሻ ዙር ያለፉ ተወዳዳሪዎች ለሽልማት የሚታጩ ሲሆን የሽልማት መርሃግብሩ በቅርብ ቀን የሚከናዎን ይሆናል።

Sagantaan Dorgommii Badhaasa Siraraa marsaa jalqabaa kutaan xumuraa kan dorgomtoonni yaada isaanii hojiidhaan agarsiisan milkaa'inaan Goolabameera!

Sagantaan Dorgommii Badhaasa Siraaraa Baankiin Hijraa hojii uumtota jajjabeessuuf dhiyeesse kun walitti aansuun guyyoottan lamaaf kan gaggeeffame yoo ta’u, dorgomtoonni kunneen kalaqa isaanii qabatamaan agarsiisuudhaan yaada hojii uumuu ajaa’ibsiisaa dhiyeessaniiru.

Marsaa dhumaa kana irratti dorgomtoonni darban badhaasaaf kan kaadhimaman yoo ta’u, guyyaa badhaasni itti kennamu kan isin beeksifnu ta’a.

#SiraraaAwards #FinalsDay #BankingExcellence #EventVibes #HijraBank
ዕለታዊ የውጪ ምንዛሬ ተመን ግንቦት 18/2017
Gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa alaa, Caamsaa 18/2017
Exchange Rate Applicable for May 26, 2025.

ለውጭ ምንዛሬ አገልግሎት ሂጅራ ባንክን ቀዳሚ ምርጫዎ ያድርጉ!
Tajaajila Sharafa alaatif Baankin Hijraa filannoo keessan jalqabaa haa ta'u.

#HijraBank #ExchangeRate #Interest_free_Banking #RemittanceBigRewards
Vacancy Announcement
We're hiring!

Check out the details on our LinkedIn page:
https://www.linkedin.com/company/hijrabanksc/

#HijraBank #IFB #Vacancy #JobOpportunity
ሂጅራ ባንክ እና ከናብ ሞተረስ የኢሙራበሃ አገልግሎት ለመስጠት የሚያስችላቸውን ስምምነት መፈፀማቸው የሚታዎስ ሲሆን እርስዎም አገልግሎቱን ለመጠቀም የሚያስችልዎትን መስፈርቶች ከታች ይመልከቱ

የሂጅራ ባንክ የሂሳብ ደብተር
50 በመቶ የክፊያዉን መጠን ማቅረብ
የጋብቻ ወይንም ያለገባ የምስክር ወረቀት
ብሄራዊ መታወቂያ ወይንም ጊዜዉ ያላለፈበት የኢትዮጲያ ፓስፖርት
ሀላል ፔይ መተግበሪያ ዋሌት ሊኖርዎት ይገባል (ዋሌት አካዎንቱ ቢያንስ እስከ 3 ወር መንቀሳቀስ ይኖርበታል)፣
ቀሪዎን ውል እና ፎርሞች በአቅራቢያዎ የሚገኝ የሂጅራ ባንክ ቅርንጫፎ በመገኘት መሙላት።

ከላይ የተዘረዘሩትን መስፈርቶች በማሟላት ኢ-ሙራበሃ የፋይናንሲንግ አገልግሎት ተጠቅመዉ ህልምዎን እዉን ያድርጉ!

ሀላል ፔይ ከሂጅራ ባንክ!


Tajaajila faayinaansii e- Muraabahaa bittaa Baajajii fi Motoraa Baankiin Hijraa maamiltootaa dhiheessuudhaaf Dhaabbata Kanaab TVS Motors waliin waliigaltee godhe fayyadamuuf ulaagalee isin barbaachisan gabaabbinnaan.

Dabtara herrega Baankii Hijraa qabaachuu
Kaffaltii duraa dhibbeentaa 50 kaffaluu danda’uu
Ragaa gaa'elaa ykn gaa'ela akka hin qabne agarsiisu qabaachuu
Eenyummaa biyyoolessaa (National Id) ykn paaspoortii Itoophiyaa seera qabeessa ta'e
Waaleetii app Halaal Peey qabaachuu (akkaawuntiin Waaleetii yoo xiqqaate ji'a Sadii socho’aa(active) ta'uu qaba),
Haala fi unka barbaachisan damee Baankii Hijraa isinitti dhihoo jirutti guutuu danda’uu
Seenaa liqii (Odeeffannoo liqii) yoo qabaattan kennuudhaanii fi ulaagaalee armaan olii guutuudhaan tajaajila faayinaansii e-Muraabahaa fayyadamuun abjuu keessan dhugoomsaa!

Halaal Peey Baankii Hijraa irraa!


#HijraBank #KanabMotors #Partnership #HalalPay #FinancialInclusion #ShariaFinance #eMuraabaha #DigitalBanking
አስርቱ የዙልሂጃ ቀናቶች ዉስጥ ነን!

ነቢዩ ሙሃመድ ﷺ እንዲህ ብለዋል፡-
"ከነዚህ አስር ቀናት የበለጠ መልካም ስራዎች አላህ ዘንድ የተወደዱባቸው ቀናት የሉም።"
-ቡኻሪ ዘግበዎታል

በኢባዳ የደመቀ ጁምዓን ተመኘንልዎ!
መልካም ጁምዓ!


Guyyaa kurnan Zul-hijjaa keessa jirra!

Nabi Muhammad ﷺ akkana jedhan:
"Guyyaan hojiin gaariin kurnan kana caalaa Rabbiin biratti jaallatamu hin jiru."
Bukhaarii irraa gabaafame!

Jum’aa Ibaadaan faayame isiniif hawwina!


Jum’aa Gaarii!


#HijraBank #HappyFriday #JumuahMubarak #journeyToBrightFUture
ዕለታዊ የውጪ ምንዛሬ ተመን ግንቦት 22/2017
Gatii bittaa fi gurgurtaa sharafa alaa, Caamsaa 22/2017
Exchange Rate Applicable for May 30, 2025.

ለውጭ ምንዛሬ አገልግሎት ሂጅራ ባንክን ቀዳሚ ምርጫዎ ያድርጉ!
Tajaajila Sharafa alaatif Baankin Hijraa filannoo keessan jalqabaa haa ta'u.

#HijraBank #ExchangeRate #Interest_free_Banking #RemittanceBigRewards
ከሥጦታ ጋር!

ለአረፋ በዓል ድምቀት ከዉጪ ሀገር በአለም አቀፍ ገንዘብ ማስተላለፊያ መንገዶች ማለትም Western Union፣ Dahabshiil፣ Ria እና Thunes በመጠቀም አልያም የሂጅራ ባንክን Swift ኮድ HIJRETAAን በመጠቀም ገንዘብ ሲላክልዎት፣ ከ125 በላይ በሆኑ ቅርንጫፎቻችን ገንዘብዎን ሲቀበሉ 2 % ሂባ በስጦታ መልክ ይበረከትልዎታል።


Kennaa Wajjiin!


Ayyaana Iid Al-Adahaa sababeeffachuun Karaalee daddabarsa maallaqa idil-addunyaa kan akka Western Union, Dahabshiil, Ria fi Thunes dhimma bahuun, ykn koodii Swift Baankii keenyaa HIJRETAA fayyadamuun yoo maallaqni isiniif ergame dameelee keenya 125 ol irraa yoo fudhattan kennaa 2% dabalataan argattu.

#HijraBank #SendMoneyHome #EidBonus #2PercentGift #EidCelebration #GlobalTransfers #EidWithHijra
ድንቅ የስራ ፈጠራ ሀሳቦች በተግባር የቀረቡበትን ሲራራ አዋርድ የመጀመሪያ ምዕራፍ ሁለተኛ ዙር የፍፃሜ የዉድድር መድረክ!

ዛሬ ምሽት ከ2:00 ጀምሮ ሚንበር ቲቪ ላይ ይጠብቁን!

Badhaasa Siraraa marsaa jalqabaa, kutaa 2ffaa kan yaadonni hoji-uumtummaa akkaan dinqisiisoo ta’an gochaan deeggaramanii itti agarsiifaman!

Galgala kana sa'aatii 2:00 irraa eegalee TV Minbar irratti daawwadhaa!
https://youtu.be/nW4NKisGPxc

#HijraBank #SiraraAward #Creativty #EntrepreneurshipInAction
ከዉጪ ሀገር ገንዘብ ከተላከልዎ ለቀልጣፍ አገልግሎት እኛ አለንልዎ!

Western union፣ Dahabshil፣ Thunes፣Ria እንዲሁም EthioDashን በመጠቀም አልያም የባንካችንን swift code HIJRETAAን ተጠቅመዎ ከ125 በላይ በሆኑ ቅርንጫፎቻችን በኩል ከየትኛዉም የአለማችን ክፍል የተላከልዎትን ገንዘብ ሲቀበሉ 2% ሂባ በስጦታ መልክ ያገኛሉ።

Biyya alaa irra Maallaqni yoo isiniif ergame, Tajaajila si’ataadhaaf nuti isiniif jirra!


Maallqa keessan Western Union, Dahabshil, Thunes, Ria, EthioDash ykn swift code baankii keenyaa HIJRETAA fayyadamuun kutaa addunyaa kamirrayyuu isiniif ergame dameelee keenya 125+ ol ta’anirraa yoo fudhattan hibaa 2% bifa kennaatiin ni argattu!



#HijraBank #GlobalRemittance #BankingMadeEasy #EthiopiaBanking #CustomerFirst
ባለ ሁለት እግር ተሽከርካሪ በሀላል ፔይ!

ከታች የተዘረዘሩትን መስፈርቶች ብቻ በማሟላት ዛሬዉኑ የለዉጥ ጉዞዎን ይጀምሩ።

• የሂጅራ ባንክ የሂሳብ ደብተር
• 50 በመቶ የክፊያዉን መጠን ማቅረብ
• የጋብቻ ወይንም ያለገባ የምስክር ወረቀት
• ብሄራዊ መታወቂያ ወይንም ጊዜዉ ያላለፈበት የኢትዮጲያ ፓስፖርት
• ሀላል ፔይ መተግበሪያ ዋሌት ሊኖርዎት ይገባል
• ቀሪዎን ውል እና ፎርሞች በአቅራቢያዎ የሚገኝ የሂጅራ ባንክ ቅርንጫፍ በመገኘት መሙላት።

ኢ-ሙራበሃ የፋይናንሲንግ አገልግሎት ተጠቅመዉ ህልምዎን እዉን ያድርጉ!

ለበለጠ መረጃ 9381 ላይ ይደውሉ።


Motor-Saayikilii keessan Halaal Peeydhaan!

Ulaagaalee asii gaditti tarreeffaman guutuudhaan qofa imala jijjirama egeeree kessanitiif har’uma sochii eegalaa!

• Dabtara herrega Baankii Hijraa qabaachuu
• Kaffaltii duraa dhibbeentaa 50 kaffaluu danda’uu
• Ragaa gaa'elaa ykn gaa'ela akka hin qabne agarsiisu qabaachuu
• Eenyummaa biyyoolessaa (National Id) ykn paaspoortii Itoophiyaa seera qabeessa ta'e
• Waaleetii Appii Halaal Peey qabaachuu
• unkaalee barbaachisan damee Baankii Hijraa isinitti dhihoo jirutti guutuu danda’uu
Tajaajila faayinaansii e-Muraabahaa fayyadamuun abjuu keessan dhugoomsaa!

Odeeffannoo Dabalataaf 9381 irratti bilbilaa.



#HijraBank #KanabMotors #Partnership #HalalPay #FinancialInclusion #ShariaFinance #eMuraabaha #DigitalBanking