HaqCheck
428 subscribers
324 photos
39 videos
541 links
HaqCheck is an Ethiopia based fact-checking project that verifies media content from social to the mainstream. We fact-check in English and on local languages widely spoken in the Horn of Africa.

https://haqcheck.org
Download Telegram
HaqCheck qoorannoo gaggeesse ture himataa ajjechaa saba Amaaraa naannoo Oromiyaatti ta’ee jedhame Suuraan deggerame dirree feesbuukii irratti gadhiifame. Suuraan gadhiifame kun kan ture fi Ajjeeffamuu saba Amaaraa kan naannoo Oromiyaatti jedhamuu akka hin Agarsiisnee mirkanneesserra.

https://bityl.co/GUvG
በጥር 15 ቀን 2015 ዓ.ም ላይ ከ6ሺህ በላይ ተከታዮች ያሉት የፌስቡክ ገፅ “በአማራ ክልል የኦሮሚያ ልዩ ዞን ውስጥ የሚኖሩ የኦሮሞ ብሄር ተወላጆች ቤቶች እየተቃጠሉ ነው።” በማለት አንድ ቪድዮን አጋርቶ ነበር።

ይሁን እንጂ ሀቅቼክ ይህ የፌስቡክ ገፅ በቪድዮው ውስጥ የተጠቀመው ምስል የቆየ እንደሆነ እና መረጃውን እንደማይደግፍ አረጋግጦ ሀሰት ብሎታል።

http://bit.ly/3HyURuY