Halawa Multimedia Production
19 subscribers
16 photos
4 videos
12 links
Bringing Imagination to Life
Download Telegram
Dhaabbanni keenya halawa Multimedia Production hundeeffama isaatin walqabatee packege 1 akka giveAway tti maamiltootaaf qopheessee jira, nama ulaagaa barbaadamu guuteef Packege 1 baasii malee ni hojjatamaaf, gosoota vedio (suur-sagalee) kamiyyuu taanaan fageenyi osoo nun daangessin ni hajjatamaafi.

Ulaagaa.
1) Social media keenya telegram, YouTube, tiktok fi Instagram follow gochuudha.
2) YouTube fi tiktok halawa Multimedia Production Namoota biroo lakkoofsaan 40 tahan follow erga taasiftanii booda screenshot karaa keessaa nuuf erguudha.

hubachiisa!.
Guyyaa beeksifni kun baye irraa eegalee hanga guyyaa 9tti qofa package n kuni kan turu, karaa toora qunnamtii keenyaatin odeeffannoo dabalataa argachuu dandeessu.

Toora Qunnamtii keenya.
☎️ 0965069921/0900141374
✉️ halawaoffice10@gmail.com
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Caamsaa 3/2017 Mooraa Yuuniversiitii Imamu Alshafi'ii keessatti wal argina.
Kitaabni Naamusa Daa'iwwan Islaamaa jedhamu kan sheik Amaan Qaasootin Barreeffame guyyaa har'aa Mooraa Yuuniversiitii Imamu Alshafi'ii keessatti bakka hayyoonni fi Doktoroonni Akaksumas Qooda fudhattoonni baay'een argamanitti haala hoo'aa taheen Eebbifameera.