Al Nur ɪsʟᴀᴍɪᴄ ᶜʰᵃⁿⁿᵉ¡
3.78K subscribers
5 photos
7 links
Download Telegram
waan sila siif hin qaddaramne tokko itti fiiddus hin qaqqabdu waan sila sii barreffame jiru erraa dagattus si qaqqabu hin dhiisu wanti kankeenya tahe tokko isumatu nu barbaada yoo nuti erraa dagannes kanaaf baayyee of cunqun hin barbaachisu. فتوكل على الله فهو حسبك
5👍1
قال حسن البصري رحم الله ..... من نم إليك نم عليك

hasanal basarin rabbin isaanirraa hajaallatu akkas jedhan......... namni nama dhufe sitti hamatu kankes dhaqe nama biraatti si hamataa
4👍3
Ibnu tayimiyaan akka jedhan


Namni jannataa duniyaa hin seenne jennata aakiraas hin seenu jedhan
Forwarded from ፍቅር እስከ ጀነት (𝐑𝐚𝐦𝐚𝐬) (ራማስ አልሀናኒ @Ramas_Alhanani)
ይወደኛል ብለሽ ካሰብሽ ደንቡን ጠብቆ ያግባሽ ፣ ከሀራም ይጠብቅሽ ፣ ከሌሎች ሴቶች ለይቶ በኒካህ ክብር ይስጥሽ ፣ ለወደዱት የሚሰጠው ትልቁ ስጦታ ይህ ነው ። አላህ ዘንድ በተጠላው ዝሙት ሳትጨማለቂ ፣ ሳያጨማልቅሽ በክብር በአዳብ አላህ ወዳዘዘው ነብዩ አለይሂ ሰላም ወደተገበሩት ትዳር የሚያመራሽ ነው ። ካልሆነ መተው ነው ። አይ የለም ተብሎ ጉዞ ከተቀጠለ ግን ፍቅር ሳይሆን ስሜት ነው ። ትክክለኛ ፍቅር ከአላህ ጋር የሚያቃርብ ፣ የእርሱን እዝነትና ፍቅርን የሚያስገኝ እንጂ ወደ ክልከላው የሚያመራ የአላህን መስመር የሚያስጥስ አይደለም ።

ግድ የለህም አፈቅርሻለው እሞትልሻለው ነፍሴን እሰጥልሻለው ማለትህን ተውና የእውነት ከወደድከኝ ላለፈው ተውበት አድርገን ቀጥሎም ወደ አላህ የምንቃረብበትን ትዳር በቤተሰቦቼ በኩል አፅና ካልሆነ ዞር በል በዪው ። እውነተኛ ፍቅር ከአላህ ጋር አያጣላም ። ይኸው ነው 

‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌‌┄┅┅┄┅✶🌹✶┅┄┅┅┄
https://t.me/FKR_ESKE_JENET
Forwarded from Ye Allah baroch channel (MuniRa)
የእውነት ከወደድካት የልቧን በር
                        ብቻ ሳይሆን

የአባቷን
#በር በክብር አንኳኳ!!

ያ ሸባብ ጠይብ
🥀

እህቶቼ ክብር ግድ ይላል 👍

👇     ይ🀄️🀄️ሉን ⬇️⬇️⬇️
https://t.me/yeallahbaryawoch
👍1
الحب

Erra guddessi keenya jaalala hogga jennu jaalaluma qofa nutti fakkaachu dandaha garu akkasi miti dirqama nama jaallattu sanaaf gadi jechu qabdaa waan inni ajaje ittin bulu qabda waan inni erraa dhowwe irraa dhowwamu qabdaa yoo akkas hin taane waan sana hin jaallanne jechudha kana yoon siin jedhu jaalala rabbi keenya guddaati namni isa jaallate mee akkam milkaahe? Namnimmo rabbin isa jaallatte mee hammam milkaahe? Namni rabbin jaallatu tokko waan rabbin jaallatu jaallata waan rabbin jaallatu dubbata waan rabbin jaallatu hojjata kanaaf jaalalli rabbi waa hundarrayyu isatu cimaadha isatu caaladha.

🌼تعصى الإله وأنت تزعم حبه

🌼هذا محال في القياس شنيع

🌼لو كان حبك صادقا لأطعته

🌼إن المحب لمن يحب مطيع

الهم ارزقنا حبك وحب من يحبك
4👍2
بسم الله الرحمن الرحيم
Rabbiin sirraa jaallachu barbaadda? Aargalif duniyaafi aakhiraa barbaaddaa? Gammachu barbaaddaa?
Deebiin keenya hundaayyuu eeyyee Nan barbaadaa egaa haqqii rabbiin booda haqqii isaatii jabeessinee qabachu qabnu nutti hime haa jabeessinu (وبالوالدين إحسانا ) gaarii itti oolaa رضا الله في رضا الوالدين yoo haadhaf abbaan kee sirraa jaallatani rabbitu sirraa jaallata rabbi sirraa jaallannaan wallaahi at erraa mikaa'aa fi erra gammadaa namaati jaratti gaarii ooluun ibaadaadha jaraan buluu keessatti rabbiin buluutu jiraa.
Haqqii jaraa eeggannee hin dandeenye meeqa baleessiine 🥺 rabbiin nuuf haa dhiisu waan barbaadde ykn hawwitee argaachuuf guddisì jarattii gaaromii qalbi jaraa gammachiisi........ dafii waan ittii baleessiteef dhiifamaa gaafadhu wallaahi duniyaa kana irraa Kan akka jaraa of caala si jaallatee gaarii siif hawwu hin argiitu Kan gammachu kee Kan ofii irra dursu Kan akka at gammaduuf jecha bakka Jara hin madaalle dhaabbatanu ....🥺
2🥰2
Forwarded from 𝑹𝒖𝒎𝒂𝒚𝒔𝒂
Waan qalbi namaa gogsu keessaa yaa ikhwatiil kiraam akka obboleessaati maaloodha jennee dhiira ajinabiyyii ta'een haasa'uu baayyisuu sababa addaa addaatiin obboleessa akhiiraatti jennee haasa'a hin barbaachiisne keessa seennee haasa'un kan ajaa irraa dhowwun gaariitti ajajuun keessa hin jirree ibaadaatti kakaasuun haraama irraa Wal fageessun yoo hin jirre kun of gowwomsuudha obboleessii ittiin haas'uun nuuf geessisame Isa kan dhiigaati inni Kan aakiraa kun deemee deemee karaa haraama dubbachutii kara zinaattii nama geessaa rabbiin immoo Zinaatti hin dhihaatiina nun jedhaa jalqaba zinaan ijaan achiin arrabaan achiin harkaan achiin miilaan achiin qalbii dhaan hojatamee ka'ee qaamaan itti ga'amaa rabbiin nu haa eeguu warra dogongorre immo rabbii nuuf haa dhiisuu ilmi namaa hin dogongoraa garuu dafee tawubate erraa deebi'u qaba keessattii yeroo biyyaa ormaa jirruu rabbiin haa sodaannu rabbiin of irratti haa qeexnuu yoo maatiin nu argaa hin jirree rabbitu nu argaa jiraa
Sa'atii haasaa bu'aa hin qabneen dabarsinu irraa rabbi nu gaafataa
Dargaggummaa irraa hin gaafatamnaa
Ofii kootiifis isiniifis sodaa rabbiin dhaamaa rabbiin haa sodaannuu
Haasofteefi miti Kan at Abba mana argattu rabbiin kan sii qaddaree ofiin walitti isin fidaa kanaaf jettee hin dhamahiin adaba islaamummaa qabadhu jiraadhu kan siif jedhee eessattu siif dhufaa
4
ለራስህ ቃል ግባ፣ ሰዎች የቱንም ያህል መጥፎ ቢያደርጉብህ፣ ለመበቀል ፈጽሞ መጥፎ ሰው አትሁን። አሁንም ደግ ሁን። 🤍 አላህ የልብህን ያውቃል
بسم الله الرحمن الرحيم
من كان  يريد الخروج من كل ضيق و من كل هم فل يتق الله و من أراد أن يرزق من حيث لا يحتسب فل يتق الله {ومن يتق الله يجعل له مخرجا ○ويرزقه من حيث لا يحتسب } ومن أراد أن ييسر له في كل أمره إن كان في أمر دين أو دنيا مثل كالعلم  الشرعية والدنيوي أو أراد شغل وتصعب عليه الأمر ......بالمختصر  من أراد اليسر في كل أمره فل يتق الله لأن الله سبحانه وتعالى يقول {ومن يتق الله يجعل له من أمره يسرا} 🌹
ربما أذنبت ذنب 😔 ورتكبت السيأت  لا تيأس  ☺️ لأن لك رب يغفر ذنب كله عليك الإستغفار وتوبة و عليك أن تتق الله  🥹وتريد أن يعظم الله أجرك  ومن لا يرد ذلك  إتق الله{ومن يتق الله يكفر عنه سيأته ويعظم له أجرا}  أخي الكريم  أختي الكريمة  ...... من أراد أن يتزود لأخرته  خير الزاد كما تعلمون خلقنا لعبادت الله و للعمل ليوم الحصاد وهو الأخرة فل يتق الله{وتزودوا فإن خير الزاد تقوى }... ومن أراد التعلم  و الفلاح فل يتق الله  .........فوائد تقوا الله كثيرة  بينها الله في كتابه الكريم وبينها أيضا رسوله الكريم صلى الله عليه وسلم. أوصيكم ونفسي تقوا الله .الهم إن نسألك تقوى يا أكرم الأكرمين ويا ارحم الراحمين  إجعلنا من عبادك المتقين
2
Channel name was changed to « Al Irshaad ɪsʟᴀᴍɪᴄ ᶜʰᵃⁿⁿᵉˡ»
Alhamdulillahil wahdaa wassalaatu wassalaamu alaa man laa nabiyya ba'adaa waba'ad

Assalaamu alayikum warahmatullaahi wabarakaatuhu ayyuhal aku wal akuwaat
Rabbin keenya subhaanahu akka nu isa sodaannu itti nu ajajaa. Yaa warren rabbitti amantani rabbi kessan sodaadha haqqi rabbin sodaatamuf malu nun jedhaa nama isa sodaatu nuhaa taasisu akkasumalle akka nuti amri isaa hin kilaafne erraa nu dhowwaa. Hasodaatanu warri amri rabbi kilaafanu fitnaan jara xuquu ykn azaabni laalessaa tahe jara xuqu nun jedhaa. Hamma dandenyan rabbin sodaanne jecha isaa jala butamu hayaallu waan dirqama nurratti tahef.
قال ابن القيم رحم الله

فكما انه لا حياة للأرض الا بالمطر فكذالك لا حياة للقلب الا بلعلم

Akkuma jiruun hin jirre ardidhaaf roobaan maletti akkasuma qalbidhaafis jiruun hin jiru ilmi malee nun jedhu.

Izan akiihy ilmi shari'aa barachuun dirqama nama hundaati namnimmo isii barachuudhaf karaa seene rabbinimmo karaa jannataa isaaf laaffisa kun jecha rasuula keenyaati . Al ilm Al ilm yaa jama'aa habarannu
👍4
بسم الله الرحمن الرحيم
Obboleettii akhira hijaaba ke qabdu cimisi uffadhuu. uffannaa rabbii si'if filate filatamtu waantaateefi bari💜fashinaafi feedhi lubbuutiin dagamte hin deemin qullaa of mul'dhiste. ati meeshaa shaqaxati miti kan abbaan argee si ilaaluu. meeshaan shaqaxaayyu isa qiimaa gad aanaa qabutu qullaa taa'aa. jarrii wallàalaan karaa irraa daban sin dagin. jecheechaafi jaajuu kuffaaratiif jettee jecha rabbii hin tuffatiin.yaa subhaanallah si uumee rabbiin bareeche hawwamtuufi jallatamtuu si godhe sirra isatu sii beekaafi caalaa uffataa jecha isaa kabajamaan suuraa ahzaab keessatti maqaa dhahee siifilate ...gaafa akka rabbii jedhe ta'uu dhiistee akka namanii wallaalàan ta'uu kee barbaadu taatu mee maalgodhaartaa ? Of yaadadhu jecha khaaliqaafii makhluuqaa walmadalchiistem bari kun immoo mee maal jedhamaa?
Hamma rabbiin baraniin imaanni dabalaa, hamma imaanni dabaleen sodaan rabbiis dabalaa deemaa.
Uffannaan keess hamma iimaanaafii sodaa atii rabbiif qabdu mul'isaa obboleettii koo akhiiraa yaa haadholii keenyaa rabbiin haa sodaannu. mee hammam ibiddaa dandeenya ?  Wallaahii akhiiraaf yaaddofta taanaan duniyaaf bakka hin kennitu. qobaa kee duutaa. warrii sijaju kun at qullaa deemnaan sibiraa hafuu 🙄 tarii immo fuuldura rabbiitii ajaja isaa kilaafu keetiif ragaa sittii ba'u ... hayaa'a Aishaafi faaximaa radiyallahu anhumaa qabaadhu aniif isinmee of ha gaafannu takkaa ajnabiyyiin naa argaa jilbaaba male jennee yaaddofnee beekanaa? Nuti warrii uffannee mee warrii hin uffanneeho  jilbaaba malee deemuun akka qullaa ta'eetti ilaallerraa takka? Hinumaayyu make-up  dibannee faashiin uffannee akka waan gurgurtaaf deemaarruu manaa baanaa rabbii nu haa qajeelchuu rahmann nuttii haa uwwiisu Aishaan nama du'aa irraa yeelaatii radiyallahu anhaa uffattee ituma jirtu. ergamaan rabbii sallallahu alyhi wassalm mana isii keessatti du'anii awwalamani girdoo godhattee bukkeen manichuma keessa teessi ture. abuubakris inni abbaa isiiti bukkee isaanitti awwalamee. akkasumas girdoodhaan teessi ture. umaris jara birattii fidame awwalamnaan inni anàaf ajnabiyyiidhaa.  ani ajnabiyyii wajjiin hin taa'u jettee manasii isa girdoon jiru giddu qabriifi bakka taa'ums isii.  isaa hajjabattee  haguggattee jirtu dhiistee baatee. mee imaana jaraa ilaala. 😔nuho?faaxìmaan radiyallaahu anhaa caaltuun dubartootaa takka dhiirii naa argee hin bèeku .naxuqee hin beekuu. gaafan du'u dhiiratu janaazaa koo baataa jettee boosii turee yaa allaah ....janaaza kafanamee deemuuf yaaddoftee boosii nu akkamitti jirraa? Nuus akkuma jaraa jannata barbaadna rabbiin keenyas rabbiidhuma jaraatii 😔 hayaa'iin imaana irrayyii khyiriidhaan malee hin dhufuu jedhani. rabbii iimaanaafi sodaa rabbii qalbii keenya keessa nuuf haa kaa'uu.  itu kun jirtaate namni nutti himu hin eegnu. yoo dangannee wallaalle immo nutti himamnaan achumaan fudhanna turee. rabbbii nu haa qajeelchuu imaan taqwaa fi hayaa'a rabbi nuuf haa keennuu
7👍2
......

Laaa tahzan wallaahi

Abshir abshir....😊😊😊😊
🥰4
Sew hullu inda rasu inda astasasabu bamayihon negar yanchi qalb wust yalelawun negar kasababish lagizew tayachew wanaw yanchi astasasab new yanchin chigir yamiyawuqaw and Allah bicha new bayihon hulla nagarishin wadasu tayiwu isu yaanchi azaagn newaa yaznilishal yawuqilishal satinageri yirradashal astasasabish hullu wada isu yihun..... innam abshiri wada isu yanabashiw inbaa indi ayiqerim ayitosh zim ayilim hullum neger lay isu chayi new ishii
Abbaayye

. . . La abbatinati min ilihalew indiw badafanaw abbaayye iwadihallew

. Ya nurik lane sil